Computer Solutions
Open in Telegram
Computer solutions is a tech informative channel which covers ✅latest gadgets, ✅software updates, ✅emerging tech trends, ✅cybersecurity, and ✅ Buy ads: https://telega.io/c/Computers_Solution
Show more3 606
Subscribers
No data24 hours
-107 days
-5730 days
Posts Archive
3 606
+1
✅ Akkuma NOTCOIN kan hojjetu Coin biraa dhufeera. Maqaan isaas AVACOIN jedhama. Akkaataan hojii isaas saantimicha irra deddeebiin tuquudhaan coin 🪙 hedduu argachuudha. Yemmuu coin 400,000 hojjeettan doolaara $67 gurgurachuu ni dandeessu.
💵Isinis jalqabuudhaaf liinkii armaan gadii fayyadamaa.
https://t.me/avagoldcoin_bot?start=4cfbb7121933317f0eaa
https://t.me/avagoldcoin_bot?start=4cfbb7121933317f0eaa
Haala irra ga'ees duuka bu'ee kan sin beeksisu ta'a.
3 606
Repost from Kaachuu Promotion
Sobaan hin beeksisnu
Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
3 606
Repost from Kaachuu Promotion
Kabajamtoota Hordoftoota keenya
Jaalattanii fi kabajjanii nu hordofaa waan jirtaniif kabajni keenya guddaadha. Sin faana deemsi keenya itti fufa. Maarree isin warreen jaalannuuf Chaanaalota Filatamoo irraa barattu, itti bohaartu, bu'aa irraa argattu jennee yaadne qindeessa @Kaachuupromotion tiin isiniif dhiyeessineerra.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
3 606
📣 Ethio Telecom kaleessa tajaajila telebirr haaraa daataa intarneetii malee birri zeeroodhaan chat gochuu dandeenyu jalqabeera.
⚡️Tajaajilli Telebirr engage jedhu kana namni kamiyyuu application Telebir update gochuun fayyadamuu ni danda'a.
Tajaajila kanaan, dhimma hawaasummaa isaanii barreeffama, suuraa, sagalee, viidiyoo, fi faayilaan qooddachuu danda'u, akkasumas marii dhuunfaa fi garee gochuu, gaaffii hiriyummaa erguu fi fudhachuu, maallaqa gaafachuu , bakka jirtan erguuf nu dandeessisa (location sharing). Walumaagalatti, amaloota miidiyaa hawaasaa kamiyyuu irratti argachuu dandeenyu arganna.
✉️Sagantaa Hoteela Skylight tti qopheesse irrattis tajaajiloonni ajaa'ibsiisoo biroo ifoomaniiru.
✨Yeroo garee uumnu, feature shamo jedhamu kan haaraa bashannansiisaa ta'e kan akka filannoo keenyaatti miseensota garee sanaaf maallaqa akka carraa raabsinu nu gargaaru dhiyaateera.
ℹ️Kana malees, waltajjiin salphaan developers mini-app mataa isaanii akka uumuuf kan dhiyaate yoo ta'u, maal akka itti aanu odeeffannoo bal'aa isiniif kenna.
⚠️ Hub: Telebirr saantima malee hojjeta. Tarii yoo tokko tokko keessaniif hin hojjenne ta'e clear cache goochuun ykn uninstall godhaa deebi'aa install godhaa irra deebi'aa yaalaa.
🔗 @computers_solution
3 606
Repost from Kaachuu Promotion
Sobaan hin beeksisnu
Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
3 606
Do you enjoy reading this channel?
Perhaps you have thought about placing ads on it?
To do this, follow three simple steps:
1) Sign up: https://telega.io/c/Computers_Solution
2) Top up the balance in a convenient way
3) Create an advertising post
If the topic of your post fits our channel, we will publish it with pleasure.
3 606
Do you enjoy reading this channel?
Perhaps you have thought about placing ads on it?
To do this, follow three simple steps:
1) Sign up: https://telega.io/c/Computers_Solution
2) Top up the balance in a convenient way
3) Create an advertising post
If the topic of your post fits our channel, we will publish it with pleasure.
3 606
ምን አይነት ፊልም መመልከት ይፈልጋሉ.?
ሁሉንም አይነት ፊልም በትንሽ MB መመልከት ከፈለጉ ይህ ቻናል አለላቹ‼️
https://t.me/addlist/H6nb8540S29kNmZk
https://t.me/addlist/H6nb8540S29kNmZk
Add Your Channel👉 @Sirleoo 👐
3 606
💕💞 የ ምትወዱት ን ወይም የ ምታፈቅሩት ሰው💕💞
🫵 የ ስም መጀመሪያ በ መንካት 🫵
💓💓ስለ እነሱ እውነተኛ ባህሪና ለ እናንተ ያላቸውን የ ፍቅር አስተሳሰባቸውን ይመልከቱ።💞💕
♨️Add your channel @Sirleoo ♨️
