en
Feedback
Computer Solutions

Computer Solutions

Open in Telegram

Computer solutions is a tech informative channel which covers ✅latest gadgets, ✅software updates, ✅emerging tech trends, ✅cybersecurity, and ✅ Buy ads: https://telega.io/c/Computers_Solution

Show more
3 606
Subscribers
No data24 hours
-107 days
-5730 days
Posts Archive
Gaalaager waan miidhameedha

Sterling badii hojjeteera

✅Tapha eeggamaa Piriimeer Liigii Inglaand torbee 25ffaa ⏰01' Maan Siitii 0-0 Cheelsii

Kubbaan siitii bira jirti

Kasedoof kardii akeekkachiisa

Rukkuta adabbii siitiif

Dookuuun yaalee ture

Kubbaan cheelsii Bira jirti

Tapha kana irraatti cheelsiin carraa argachaa jiru.

Jalaa baheera

Kubbaa rogaa siitiif

Akaanjiin kufee ture. Amma ka'eera

Jaakseen kubbaa kana balleessuu isaati aaraa Jira,😿

Kubbaa gaarii fashaleesse

Jaaksaaan

Daqiiqaa 23' irra gahaniiru

Repost from Computer Solutions
Kunooti ittiin bohaaraa connection xiqqoon hojjata YouTube ISPOORTII ⓸-⓷-⓷👇 https://www.youtube.com/@ISPOORTII_433 ╔════════════╗ 🌐𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:➜@ISPOORTII_433 🌐𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:➜@ISPOORTII_433 ╚════════════╝ ⇲

Darbannaa harkaa maan siitiif

Namoonni viidiyoo ln ilaaluu barbaaddan application armaan oliin data xiqqaan ilaaluu dandeessu

Nu waliin jirtuu 👍♥️🔥🙏🙏🙏👍