en
Feedback
9 607
Subscribers
+624 hours
-57 days
+6630 days
Posts Archive
Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Ifoome. ---------- BBO - Adoolessa 15/2018 Naannoo Oromiya
Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018  Ifoome. ---------- BBO -  Adoolessa 15/2018 Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11 - 12/2018 Kennamee Ture Har'a  Qabxiin Ibsameera. Haaluma kanaan, qabxiin darbiinsaa 50%fi ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattotni 50%fi ol galmeessisanis 86.4% ta'uun beekameera. #Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii banaa! Liinkii :- oromia.ministry.et #Itti_aansuun:- "Check My Result" kan jedhu banaa! dhumarratti, Bakka "Admission Number" jedhu lakk. keessan galchaa, Bakka" First Name" jedhu Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaaluu ni dandeessu.
#Waan_nu_hordoftaniif_Galatoomaa!
#share      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa

#Beeksisa Barattoota #Qormaata_Naannoo_Kutaa_8ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf. BBO - Adoolessa 14/2018 Qormaatni Naannoo Kuta
#Beeksisa Barattoota #Qormaata_Naannoo_Kutaa_8ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf. BBO - Adoolessa 14/2018 Qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11-12/2018 tti kennamaa ture qabxiin/firiin/ isaa guyyaa boruu Adoolessa 15/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 -6:00 keessatti kan ibsamu ta'a. Kanaafuu, Fuula Telegirama keenya kanarratti akka nu hordoftan beeksifna. #Hubachiisa:-  #Qabxiin_Qormaata_Kutaa_6ffaa guyyoota kudhan booda kan ibsamu ta'uu odeeffannoo argannerraa hubachuun danda'ameera. Obsaan nu eeggadhaa! Via BBO
#Waan_nu_hordoftaniif_Galatoomaa!

How many seconds are there in an hour?

Repost from Alpha Pips
Forex Trading kan barachuuf fedhaa qabdaan channel kana join gochuu hin dagaatina. https://t.me/AlphaPips17

Repost from Alpha Pips
photo content
+2

Forex Trading kan barachuuf fedhaa qabdaan channel kana join gochuu hin dagaatina. https://t.me/AlphaPips17

የቱ Subject ይከብዳል?

How many seconds are there in an hour?

Elementary or Highschool ናቹ?

Repost from Alpha Pips
Let's go 🔥
Let's go 🔥

Daily life IDIOMS @Idiomsland
+4
Daily life IDIOMS @Idiomsland

📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: Vie
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details

DAILY USE IDIOMS @Idiomsland
+4
DAILY USE IDIOMS @Idiomsland

How old are you?

የቱ Subject ይከብዳል?

💫Hot Educational Channel💫

2 + 3 × 4 - 1 = ?