Jireenya Dhugaa ✝️
Open in Telegram
✝️ YESUUS KIRISTOOS GOFTAA WAAN HUNDAA TI ✝️ Karaan, dhugaan, jireenyi — Yesuus qofa. 📖 Yohannis 14:6 Nu garuu Kiristoos isa fannifame ni lallabna. 📖 1 Qorontos 1:23 Join 🤝 @FayisaSeifu
Show more911
Subscribers
No data24 hours
-87 days
-3230 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '260
in 0 channels
August '26
+4
in 0 channels
Get PRO
July '26
+3
in 0 channels
Get PRO
June '26
+2
in 0 channels
Get PRO
May '26
+4
in 0 channels
Get PRO
April '26
+9
in 2 channels
Get PRO
March '26
+8
in 2 channels
Get PRO
February '26
+12
in 1 channels
Get PRO
January '26
+12
in 2 channels
Get PRO
December '25
+11
in 0 channels
Get PRO
November '25
+2
in 0 channels
Get PRO
October '25
+2
in 0 channels
Get PRO
September '25
+1
in 0 channels
Get PRO
August '25
+4
in 0 channels
Get PRO
July '25
+6
in 0 channels
Get PRO
June '25
+65
in 0 channels
Get PRO
May '25
+69
in 0 channels
Get PRO
April '25
+77
in 0 channels
Get PRO
March '25
+45
in 0 channels
Get PRO
February '25
+53
in 0 channels
Get PRO
January '25
+123
in 0 channels
Get PRO
December '24
+164
in 0 channels
Get PRO
November '24
+149
in 1 channels
Get PRO
October '24
+33
in 0 channels
Get PRO
September '24
+21
in 0 channels
Get PRO
August '24
+8
in 0 channels
Get PRO
July '24
+393
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '240
in 0 channels
Get PRO
March '240
in 0 channels
Get PRO
February '240
in 0 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '23
+60
in 0 channels
Get PRO
October '23
+85
in 0 channels
Get PRO
September '23
+99
in 0 channels
Get PRO
August '23
+108
in 0 channels
Get PRO
July '23
+83
in 0 channels
Get PRO
June '23
+51
in 0 channels
Get PRO
May '23
+86
in 0 channels
Get PRO
April '23
+76
in 0 channels
Get PRO
March '23
+75
in 0 channels
Get PRO
February '23
+50
in 0 channels
Get PRO
January '23
+78
in 0 channels
Get PRO
December '22
+60
in 0 channels
Get PRO
November '22
+221
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 08 September | 0 | |||
| 07 September | 0 | |||
| 06 September | 0 | |||
| 05 September | 0 | |||
| 04 September | 0 | |||
| 03 September | 0 | |||
| 02 September | 0 | |||
| 01 September | 0 |
Channel Posts
Efe. 6
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁴ Egaa akka nama sabbataan hidbatuutti dhugaadhaan mudhii keessan jabeeffadhaa, qajeelummaas akka maddaa sibiilaatti uffadhaatii dhaabadhaa!
¹⁵ Akka nama kophee kaa'ateettis wangeela nagaa fudhattanii, isa lallabuudhaaf qophaa'aa!
¹⁶ Kana hundumaa irrattis amantii akka gaachanaatti fudhadhaa! Isaan xiyya isa hamaa sanaa warra boba'aa adeeman dhaamsuu in dandeessu.
¹⁷ Fayyina akka gonfoo sibiilaatti, sagalee Waaqayyoos akka billaatti, hafuura qulqulluu biraa fudhadhaa!
¹⁸ Kadhataa fi himata keessan hundumaa keessatti yeroo hundumaa hafuuraan geggeeffamaatii kadhadhaa! Egaa kadhachuutti dammaqaa, obsaanis itti jabaadhaa, warra Waaqayyoof qulqullaa'an hundumaafis kadhadhaa!
¹⁹ Ani immoo dhoksaa wangeelaa ija jabinaan beeksisuudhaaf yommuun afaan saaqqadhu, dubbiin akka anaaf kennamutti, anaaf kadhadhaa!
| 2 | SAMMUU KEE DUBBII WAAQAYYOOTIIN GUUTI🖐 | 118 |
| 3 | No text... | 0 |
| 4 | No text... | 0 |
| 5 | Warri hafuuraan hiyyeeyyii ta'an eebbifamoo dha, mootummaan waaqaa kan isaaniiti.✍ | 180 |
| 6 | 1Qor. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁴ Ayyaanni Waaqayyoo Kristos Yesusiin waan isiniif kennameef, ani yeroo hundumaa sababii keessaniif Waaqayyo koo nan galateeffadha.
⁵ Isin waanuma dubbatan hubachiisuudhaaf ofii keessaniifis waan hundumaa hubachuudhaaf, karaa hundumaan kennaa guutuu isumaan argattaniittu.
⁶ Wanti waa'ee Kristosiif dhugaa ba'ame isin gidduutti hundee godhatee jabaateera.
⁷ Kanaaf lammaffaa mul'achuu gooftaa keenyaa Yesus Kristos eeggachaa utuu jirtanii, kennaa hafuuraa keessaa tokko illee isinitti hin hiratu.
⁸ Guyyicha gooftaa keenya Yesus Kristos sanatti akka isin warra yakka hin qabne taataniif, gooftichi hamma dhuma barichaatti is in in cimsa.
⁹ Waaqayyo, inni gara tokkummaa ilma isaa Yesus Kristos gooftaa keenyaatti isin waame, amanamaa dha. | 294 |
| 7 | Waaqayyo hundumaa caalaadha🥰 | 202 |
| 8 | መዝሙር 105 (Psalms)
23፤ እስራኤልም ወደ ግብፅ ገባ፥ ያዕቆብም በካም አገር ተቀመጠ።
24፤ ሕዝቡንም እጅግ አበዛ፥ ከጠላቶቻቸውም ይልቅ አበረታቸው።
25፤ ሕዝቡን ይጠሉ ዘንድ በባሪያዎቹም ላይ ይተነኰሉ ዘንድ ልባቸውን ለወጠ።
26፤ ባሪያውን ሙሴን የመረጠውንም አሮንን ላከ።
27፤ የተኣምራቱን ነገር በላያቸው ድንቁንም በካም አገር አደረገ።
28፤ ጨለማን ላከ ጨለመባቸውም፤ በቃሉም ዐመፁ።
29፤ ውኃቸውን ወደ ደም ለወጠ፥ ዓሦቻቸውንም ገደለ።
30፤ ምድራቸው የንጉሦቻቸውም ቤቶች በጓጕንቸር ሞሉ።መዝሙር 105 (Psalms)
31፤ ተናገረ፥ የውሻ ዝንብ ትንኝም በዳርቻቸው መጡ።
32፤ ዝናባቸውን በረዶ አደረገው፥ እሳትም በምድራቸው ተቃጠለች።
33፤ ወይናቸውንና በለሳቸውን መታ፥ የአገራቸውንም ዛፍ ሁሉ ሰበረ።
34፤ ተናገረ፥ አንበጣም ስፍር ቍጥር የሌለውም ኩብኩባ መጣ፥
35፤ የአገራቸውንም ለምለም ሁሉ በላ፥ የምድራቸውንም ፍሬ በላ።
36፤ የአገራቸውንም በኵር ሁሉ፥ የጕልበታቸውን መጀመሪያ ሁሉ መታ።
37፤ ከወርቅና ከብርም ጋር አወጣቸው፥ በወገናቸውም ውስጥ ደዌ አልነበረም።
38፤ ፈርተዋቸው ነበርና ግብፅ በመውጣታቸው ደስ አላት።መዝሙር 105 (Psalms)
39፤ ደመናን ለመሸፈኛ ዘረጋባቸው፥ እሳትንም በሌሊት ያበራላቸው ዘንድ ዘረጋ።
40፤ ለመኑ፥ ድርጭትንም አመጣላቸው፥ የሰማይንም እንጀራ አጠገባቸው።
41፤ ዓለቱን ሰነጠቀ፥ ውኃውም ፈሰሰ፤ ወንዞች በበረሃ ሄዱ፤
42፤ ለባሪያው ለአብርሃም የነገረውን ቅዱስ ቃሉን አስቦአልና።
43፤ ሕዝቡንም በደስታ የተመረጡትንም በእልልታ አወጣ።
44፤ የአሕዛብንም አገሮች ሰጣቸው፥ የወገኖችንም ድካም ወረሱ፥
45፤ ሕጉን ይጠብቁ ዘንድ፥ ሥርዓቱንም ይፈልጉ ዘንድ። ሃሌ ሉያ። | 1 |
| 9 | ✨ Nyaata Hafuuraa! ✨
Akkum suuraa irraa argamu, Macaafni Qulqulluun nyaata keenya yeroo hundaati.📖
🙋♂️Foon keenya yoo baay'ee beela'e ni dadhaba, ni dhukkubsata.
Lubbuun keenyas dubbii qulqulluu yoo dhabde ni goggogdi.🥹
📖 Guyyaa guyyaadhaan Dubbisa Kadhannaadhaan jabadha 🤷♂️
Jireenya keessaa keetiif xiyyeeffannoo kenni🙏 | 86 |
| 10 | No text... | 23 |
| 11 | Ilaala video kana 🥹 | 1 |
| 12 | Mucaan suuraa isaa asii gaditti argitan kun, Ameerikaa jiraachaa kan ture yoo ta'u, dhukkuba onneetiin qabamee wal-'aanarsiisaa akka ture dhageenyeerra. Osoma kanaan jiruu ammoo dhimma gaa'ilaaf gara biyyaa dhufe. Ergasii dhukkubni sun deebi'ee waan itti ka'eef gara mana yaalaa yeroo deemu, akka wal-'aanarsiisni baqaqsanii guraa (opireeshiniin) isa barbaachisu itti himan. Yeroo kana oduu dogongoraa "Mazaarat Taayyee si fayyisa" jedhuun gowwoomfamee gara waldaa araaraa dhaqe.Ergas itti fufuun, waan nama gaddisiisu Mazaarat Taayyee "Oksijiinii" manni yaalaa itti godhe "Ati fayyiteetta ofirraa baasii darbi," jechuun gurbaa gaggeesse. Sabni yeroo sana turanis harka rukutaniifi shobbisaan gaggeessan. Waan garaa nama nyaatu garuu ganama reeffa isaatu argame😭 Maal gara-jabinni akka kanaa? Maal saba miskiina kanatti qoosuun? Lubbuun uummata miskiina kanaa isa hin mararuu?Maaloo sabni keenya barsiisota sobduu akka kanaa irraa of eeggadhaa, wal eegaa! Ayiii 🥹 | 252 |
| 13 | ## IJOOLLEE WAAQAYYOO, KANA HUBANNOON DUBBISAA!
### ICCITII SALPHAATTI HIN BEEKAMNE
Wanti raajii ta’e kun isin mudatee beeka?
* Ni kadhattu.
* Ni soomtu.
* Waaqayyoon ni waaqeffattu.
* Dubbii Waaqayyos ni labsitu.
Haa ta’u malee, akkuma halkan dhufeen, keessattuu walakkaa halkanitti, wantoota kanneen ni hubattu:👇
* Hirribni ulfaataan isin weerara.
* Abjuuwwan bifa addaa qaban ni argituu.
* Sodaan, kajeella fi burjaaja’uun ni baay’ata.
* Humni keessan ni dhumata.
* Kadhanni ba’aa isinitti ta’a.
Guyyaa cimoo dha, halkan garuu, yeroo kadhanni baay'ee barbaachisutti ni laaftu. MAALIIF?
### MAALIIF HALKAN DIRREE WIRTUU TA’A?
Halkan hamaa miti, garuu yeroo afuuraan baay’ee miiraa ta’edha.
> Maatewos 13 : 25
25. Yeroo namni rafuttis diinni namichaa dhufee, inkirdaada qamadii keessa facaasee sokke.
Halkan keessa:
1. Qaamni ni laafa.
2. Sammuun of eegannoo isaa ni hir’isa.
3. Lubbuun waan hunda simachuuf banaa tatti.
4. Addunyaan deebii hin kennitu, garuu addunyaan afuuraa baay'ee hojjeta.
Sodaan, abjuun badaa fi qorumsi halkan kan baay’atuuf, Seexanni humni isaa cimaa waan ta’eef utuu hin taane, namoonni yeroo sanatti waan laafaniifidha.
### MAALIIF KADHATA BOODA QORUMSI DHUFA?
Kadhanni yeroo hunda nagaa hatattamaa hin fidu; yeroo tokko tokko mormii fi saaxilamuu fida.
> Luqaas 11 : 21-22
21. Namni jabaan mi'a lolaa qabu hundumaa qopheeffatee mana isaa yommuu eeggatu, qabeenyi isaa hundinuu nagaatti eegamaaf.
22. Garuu namni isa irra jabaatu itti dhufee, yoo isa mo'e, mi'a lolaa inni amanate hundumaa isa irraa in fudhata, galees boojuu isaa in hirmaata*.
Yeroo kadhattu:
* Naannoo diinaa ni raasta.
* Balbala dhokataa ni saaxilta ykn ni banta.
* Mormii ni kaasta.
Kanaaf diinni deebisee isin lola. Kun kadhanni keessan hin dhageegeeffamne jechuu miti; hiika isaa kadhanni keessan bu’aa qabeessa ture jechuudha!
### AKKAMITTI HALKAN MO’UU DANDEESSU?
1. Hirriba Keessan Qulqulleessaa
Utuu hin rafin dura akkas jedhaa kadhadha: *"Yaa abbaa koo, qaama, lubbuu fi afuura koo, akkasumas abjuu koo harka keetti nan kenna. Balbala dukkanaa hunda nan cufa. Hirribni koo qulqulluu yaa ta'u jedha."*
2. Kadhata Halkani Gabaabaa fi Humna Qabu Kadhadhaa
Kadhanni halkan dheerina isaa irratti hin hundaa’u, Aangoo isin qabdan irratti hundaa’a. Daqiiqaa 5-10 amantii cimaan kadhachuun ga’aadha.
3. Balbaloota Afuuraa Cufaan
* Aariin hin rafiinaa.
* Kajeellaan hin rafiinaa.
* Sodaan hin rafiinaa.
* Utuu hin dhiifne hin rafiinaa.
4. Akkaataa Jireenya Halkan Keessanii To’atan
* Halkan nyaata ulfaataa hin nyaatinaa.
* Bilbila fi miidiyaa hawaasaa hir’isaa.
* Faaruu waaqeffannaa dhaggeeffachaa rafaa.
* Macaafa Qulqulluu (keessattuu Faarfannaa) dubbisaa.
5. Dubbii Waaqayyoo Akka Meeshaa Waraanaatti Fayyadamaa
Fakkeenyaaf:
* Faarfannaa 91
* Faarfannaa 121
* Iyoob 5:19–23
* Isaayyaas 54:17
Dubbii kana dubbisuu qofa utuu hin taane, of irratti labsaa!
### GOOLABA
Lola halkan dhufe jechuun kufuun keessan miti. Hiika isaa jireenyi keessan afuuraan gatii qaba jechuudha. Seexanni nama homaa hin qabnen hin loltu.
Kana Beekaa:👇
* Injifannoon halkanii Guyyaa qophaa'a.
* Sirna + Kadhata + Ogummaa = Olaantummaa.
Dukkanni bakka ifni jiruun humna dhabdi.
Ayyaanni fi humni isiniif haa baay’atu! 🔥
Yoo ifni kun isiniif gale:
✅ Namaa 10 ✅ share godhi🙏 | 176 |
| 14 | 🥹 | 2 |
| 15 | Yeroo hundumaa waan hundumaafuu maqaa gooftaa keenya Yesus Kristosiin Waaqayyo abbaadhaaf galata galchaa!
Efesoon 5:20🙏 | 182 |
| 16 | 📖 Ati waan hundumaa gochuu akka dandeessu nan beeka, akeeka kees karaatti kan hambisu hin jiru.
...........Iyo. 42:2....... | 593 |
| 17 | Dhuguma, Dhuguman Isinitti Hima, Namni Amanu Jireenya Bara Baraa Qaba.
~~Yohannis 6:47~~~~ | 315 |
| 18 | No text... | 654 |
| 19 | Dammaqaa maaloo | 1 |
| 20 | Hirriyyoota keessaan hundaaf share godha dirqama kana bahaa Eebbiiffamii❤️❤️❤️ | 445 |
