cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

๐Ÿ˜…Qoosaaโ„ข๐Ÿ˜…

Qoosaa dhaggeeffattee kolfuu ni feetaa? Egaa kottu channel kana join godhiitii taa'i kolfaa boo'i ส™4 แดœ สŸแด‡แด€แด แด‡ แด˜สŸแด‡แด€sแด‡ แด›แด‡สŸสŸ แดœs แด›สœแด‡ แด˜ส€แดส™สŸแด‡แด๐Ÿ˜”

Show more
Finland958The language is not specifiedHumor & Entertainment5 475
Advertising posts
6 371
Subscribers
-124 hours
+287 days
+2730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Dollar $500 Carra qabeessa qofaafi Namoonni Carran kun isin gahe baga gammaddan Link gadii namoota muraasaaf hojjata carra keessan yaala ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://bit.ly/3vl73vp
Show all...
๐Ÿ‘ 3
Intala isii dhiira Lamaan Haasoftuun Maaliif dhiira lama janajjanta jennaan. Tokko Libbi Baankiidhaaf Tokkommoo Nigdi Baankiidhaafi jette ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚ Share waliif godhaa @qoosaa_oromo @qoosaa_oromo
Show all...
๐Ÿคฃ 4๐Ÿ‘ 1
Bilbila harkaa qabduun baasii tokko malee $500 - 5000 ol mana keessan teessanii online irraa hojiiwwan heddu argatu dandeessu Baga gammaddan carra hojii balโ€™aas jira yero yeroon lakkifamu link gadii tuquun aappicha ni argattu download godhadha hojjadhaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://bit.ly/3vl73vp
Show all...
Online Work Store - Apps on Google Play

In our app, we aim to suggest a wide range of contents

๐Ÿ‘ 1
Tokko karaa irratti natti dhuftee na dubbiftee kaatee maal naan jette seetan "Waanin Si beeku natti fakkaate fuulli kee naaf haaraa miti" naan jette . .Animmoo maalin jedhe seetan Eeyyee my sister ergan dhaladhee kaasee fuuluma kanan fayyadamaa jira Jijjiiree hin beekun jedheen ๐Ÿ˜‚๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ Join Us @qoosaa_oromo๐Ÿ‘ @qoosaa_oromo๐Ÿ‘
Show all...
๐Ÿ˜ 11๐Ÿ‘ 2๐Ÿคฌ 1
Gatiin Ton coin tokko doolara 7 ol bahaa jira yeroo dhihootti doolaara 10 ni seena jedhamee eeggama. Ton coin bilisaa tartiiba isiniif dhufu hordofuun kuffachuu dandeessu https://t.me/preton_drop_bot?start=7f0cdb6c-ce29-42f4-ae76-d131afd53bb4
Show all...
$PRETON DROP

Preton community: @preton_eng

https://twitter.com/preton_official

๐Ÿ‘ 1
Warri telegramni kessan Premium ta'e not coin claim gochuu dandeessu. Kuun kessan eggadha. Hangasitti bootii haaraa TON coin irraa argachuu dandessan qabadhee dhufeera. Gatin Ton coin tokko kalessaa doolaara 7 gaheera ammas Ton Coin Bainance iratti list ta'uf waan ta'eef gatiin isaa hanga doolaara 10 gahuu danda'a yeroo dhihootti kanaaf dafaa walitti qabadhaa. Bootii TON COIN iratti hojechuu dandessan ๐Ÿ‘‡ https://t.me/preton_drop_bot?start=7f0cdb6c-ce29-42f4-ae76-d131afd53bb4
Show all...
$PRETON DROP

Preton community: @preton_eng

https://twitter.com/preton_official

โค 1
Kan ani jedhu๐Ÿค” Namichi jalqaba Aannan Argate, Harma Sa'aa bira maaltu isa geesse garuu๐Ÿ˜œ๐Ÿค”๐Ÿ˜ณ @qoosaa_oromo
Show all...
๐Ÿค” 9๐Ÿ˜ 5๐Ÿ‘ 2
Namoonni of tahuu hin dandeenye dhimma kee hojii manaasaanii godhatu๐Ÿ™„ @qoosaa_oromo @qoosaa_oromo
Show all...
๐Ÿ‘ 8๐Ÿ˜ 5
Soba guddaa miilaan ol ka'ee deemu tokko comment jalatti sobaa mee!๐Ÿ˜’
Show all...
๐Ÿ˜ 9๐Ÿ‘ 1
Addunyaan guutuun yaaddoo guddaa keessa galtee jirti.๐Ÿฅบ โœ๏ธ Kaleessa national geographyn akka gabaasetti bofa takkaa mul'atee hin beeknetu argame. Bofti kun jalqaba yeroo dhalatu dheerina hamma cm 2 ga'a. Sekondii 4 gidduutti nyaata yemmuu nyaatu cm 5 Dabala.๐Ÿ๐Ÿ˜ณ โœ๏ธ Saayintistoonni addunyaas baay'een keemikaala garaa garaan ajjseesuuf yaalaniis ajjeesuu hin dandeenye. Bofti kun du'uu kan danda'u yoo ofiin of ciniine qofadha. Ilaaligaa amma utuma dheeratuu itiyooohiya ga'aa jechuudha. ๐Ÿ™ƒ โœ๏ธ Kan baay'ee nama yaaddesuudha. ๐Ÿ Biyyi bofi kun keessatti argamemmoo . . . ๐Ÿ‘‰ Nokia 330 karaa Game kan jedhu jala galtee, Snake Xenzia game jedhamu keessatti argama. ๐Ÿฅด
Show all...
๐Ÿ˜ 14๐Ÿ‘ 4