Nashiidaa Afaan Oromoo
Open in Telegram
673
Subscribers
No data24 hours
+37 days
+15830 days
Posts Archive
https://t.me/major/start?startapp=1678941195
👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars!
75⭐️ invite bonus for you
200⭐️ if you are Premium Major
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1678941195 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
https://t.me/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId1678941195
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
💸 2k Coins as a first-time gift
🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
https://t.me/notcoin_bot?start=r_573809_33164173
🎁 +2.5k Notcoin as a first-time gift
🎁🎁🎁 +50k Notcoin if you have Telegram Premium @PremiumBot
Repost from MELA EVENTS
🔺Task 6
1. Open Google Maps and search for businesses
https://maps.app.goo.gl/avkVPFT5kLJm5JMcA
2. You can give a 5-star review to the group merchant.
3. Homework time is 40 minutes.
4. If you have any work problems, please contact the front desk staff.
5.The next task is at tomorrow at 07:00 AM
✔️አሰራሩ ያልገባችሁ አናግሩን👇👇
✅ @MellaEvent
Repost from 𝗡𝗲𝘅𝘂𝘀 𝗢𝗽𝗽𝗼𝗿𝘁𝘂𝗻𝗶𝘁𝘆 𝗘𝗧
Kurnan Boodaa Arra Galgala kanarraa eegala! Kurnan kana keessatti Halkan Sadarkaa guddoo Qabdu takkaatu Jira!
Isiniis Halkanoowwan Qarii( Maangoo ) tahan: 21,23,25,27 Fi 29 keessaa Tokko keessatti argamti.
Halkanoowwan kanniin Keessaa Tokko qofatti murteessuun Hin dandayamu!
Sadarkaa isii Ibaadaan ( gabbartiin ) Halkan Leeylatul Qadri kana keessatti Raawwatamtu Ibaadaa Ji'a Kuma tokkoo caalti! Kuniis Waggatti Hoggaa deebifnu waggaa 83 ol jechuudha!
Rabbiin Arjummaa isaatiin carraa hojiin Halkan takkittii tana qofa keessatti Raawwanne Waggaa dila kanatti Nuuf qixxaawuu Nuuf kenne!
Keessaafuu Yeroo ammaa kana Namoota muraasaatu Addunyaa tanarra Waggaa 83 ol jiraata! Irra Baay'een umrii Ummata Nabi Muhammad Waggaa 60-70ti. Kanaaf Lafa Halkan Leeylatal Qadri jedhamtu tana Rabbiin nu qunnamsiifnaan Waan Baay'ee Dansaadha!
Fkn:- Namni Tokko Umrii Waggaa 80 jiraatee San keessaa si'a Afuriif Leeylatal Qadri Yoo qunname hojiin Inni halkan kana keessatti hojjate
4×83 olii= 332 ol taha! Argitee Akka Nama Waggaa 332 ol Rabbi Gabbaree taata!
Rabbiin Nu haa qunnamsiisu.
Halkan kana Keessa murteewwan garagaraatu gaggeeffama! Baajanni waggaatiis asuma Keessatti Hirama! Baay'inni dhalataafi Du'aatiis asuma Keessatti Murteeffama.
Akka Walii galatti Zikriiwwaniifi Hojiilee gaggaarii Raawwachuun Osoo Jiruu Du'aa'iin Halkan kana keessatti Beekkamtuu tan Aayyo Aعshaan Ergamaa Rabbiitiin Sallallaahu Aleeyhi Wasallam" Halkan leylatul Qadri Tahuu hoggaaniin beeke maaliin Jedha?" Jettee gaffatteedha.
Innis " Allaahumma innaka Afuwwun tuhibbul Afwa fa'afu annii" jedhi jedheeniidha.
Hiikkaan Du'aa'ii tanaatiis' Yaa Allaah Ati Irra Namaaf dabrita Irra Namaaf dabruu jaalattaa Irra Naaf dabri Akka jechuuti.
Warra Halkan tana qunnamee Irraa milkaawe nu haa godhu!
Warra as Keessatti baajanni Bareedaan Ramadameef nu haa godhu!
Warra murteen Gaariin murteeffameef nu haa godhu!
Du'aa'ii teessan na yaadadhaa Obboleeyyan islaamaa jzk!
https://t.me/Educationisthelightoflife
y2mate_is_Nashiidaa_afaan_oromoo_Haaraya_Kiyaar_Sh_Kadiir_2023_Z8.mp37.53 MB
#MUSLIMUUNAA_Nashiidaa_Haarayaa_Afaan_Oromoo_MILAN_MULTIMEDIA_PRODUCTION.mp317.94 MB
የሥንብት አደራ |አዲስ የኅብረት ነሺዳ | የከውኑ ሞገስ 5 ምርኩዝ 26| BEST ETHIOPIA NEW NESHID
👉SHAREE FOR MUSLIM
JOIN // @islamic_tarik //
#sabr Tofik Yusuf - sabr | ቶፊቅ ዩሱፍ - #ሰብር (Official music Video) #nasheed
JOIN // @buraq_islamic //
👉SHAREE FOR MUSLIM
