452
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-530 days
Posts Archive
Barattoota sec B fi C hundaaf
Assistantiin DI fi Communication haala armaan oliitti waan gurmaa'eef haaluma gurmooftan kanaan hojjettanii hanga dilbatastti akka galchitan.
Getahun A.
Barattoota sec C fi D hundaaf
Qormaanni DI guyyaa boruu ganama sa'aatii 2:30 ta'uu beektanii ganama akka dhuftan barsiisaan ergaa dabarsee jira
Barattoota pha. Sec C fi D tiif
Akkuma berkamu ayyaanni masqalaa guyyaa jimaataa irra waan ooleef barnoot sanbataa fi dilbataa akkam akka goonu mari'achuun keenna ni yaadatama.
Haaluma sanaa barattoonni irra caalaan osoo barachuu baannee waan jedhaniif torbee kana barnoonni hin jiru jechuu dha.
Dabalataan immoo gaafa dilbataa (26/01/17) ganama sa'aatii 2:30 qormaanni Drug Informatics akka jiru beektanii qophii akka gootan isin beeksifna.
Horaa bulaa!!!!!!!
Getahun A
Barattoota cec. C fi D hundaaf:
Qormaanni Communication torbee dhufu (12/01/17) yoommuu ta'u;
Qormaanni Drug informatics immoo torbee achi aanu ta'uu beektanii akka itti qophooftan ibsina.
Hub: qormaatichi gaaffii 50 yoo ta'u hundumtuu filannoo dha.
Getahun A.
Ergaa barsiisaa Fuad irraa ergame:
Assignment Communication Dhaa "pdf" Erge San Irraa Dalagaa. Ka DIS Immoo Xumura 'pdf' Irratti Fakkeenyi "monograph" Ni Jira Waan Taheef, Isa Ilaalaa Dalagaa. Fuad
