cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

ABDII SABAA MEDIA

👉https://youtube.com/@abdiisabaatube Https://x.com_abdiisabaa04 Channels telegram 👉https://t.me/+oPeCGZZEhfswOTJk

Show more
Finland558The language is not specifiedNews & Media12 359
Advertising posts
10 060Subscribers
-424 hours
+37 days
+330 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViewsSharesViews dynamics
01
Xiyyaarri Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Beerut Al Haririi yeroo gahu maaltu mudate? Abbaan Taayitaa Aviyeeshinii Libaanos xiyyaarri Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa maqaa "Tel Aviv" jedhu qabu Beerut yeroo gahu mormii dhageessisuu isaa maddeen oduu biyyattii gabaasan. Abbaan taayitaa siiviil aviyeeshinii biyyattii xiyyaarri Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa 787-9 Beerut keessa bu'e osoo gara finfinneetti hin deebi'in mallattoo isaa akka uwwisu ajajeera. Kana malees, xiyyaaronni Beerut osoo hin ga'iin dura Libaanos mallattoon Israa'el "diina koo" jettu waliin walqabatu akka hin jirre mirkaneessuu akka qabdu cimsanii dubbataniiru. Libaanos Israa'el waliin hariiroo dippilomaasii qabaattee hin beektu akka biyya diinaatti wal ilaalu. Keessattuu waldhabdee dhiheenya kana Baha Giddu Galeessaa fi lola garee hidhatee Libaanos 'Hizbullah' irratti godhame keessatti biyyoonni lamaan waldhabdee keessa akka turan beekamaadha. Daandiin xiyyaaraa kun yeroo geejjibaa xiyyaara haaraa fudhatu, maqaan magaalaa jalqabaa xiyyaarri kun balalii jalqabaa itti fudhate alaa irratti barreeffama. Kun muuxannoo daandiin xiyyaaraa kanaati. Kana bu'uura godhachuun, Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa waggaa 4 dura xiyyaara Boeing 787 Dreamliner tajaajilaaf yommuu kennu, magaalaa jalqabaa balali'e 'Tel Aviv' jedhee moggaase.
4600Loading...
02
#Kutaa_12ffaa Guyyaan Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa ifoomeera. Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa Adoolessa 3 hanga 5tti barattoota saayinsii hawaasaa; Adoolessaa 9 hanga 11/2016tti barattoota saayinsii uumamaaf toora interneetii fi waraqaan Yuunivarsitii keessatti akka kennamu ibsame. Barattoonni saayinsii hawaasaa waraqaa irratti qoraman waxabajjii 30 hanga Adoolessa 01, 2016tti, Barattoonni saayinsii uumamaa ammoo Adoolessa 6 hanga 7, 2016tti mooraa ni seenu. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA_MEDIA 📡
4462Loading...
03
#Of eeggannoo🚨 "Hawaasni #mana dhabuu fi barbaachisummaa isaa hubatee Bulchiinsi Lootorii Biyyaalessaa Itiyoo-Telekoom waliin ta'uun Birrii miiliyoona 100 ramaduuf hojjechaa jira," jechuun odeeffannoon miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiru guutummaatti #soba. Ergaan miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiru kun gowwoomsitoonni hawaasa #gowomsuuf kan uumanidha. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA_MEDIA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚
8730Loading...
04
MIIDIYAA t.me/ABDII_SABA_MEDIA📡 Odeeffannoowwan waqtaawaa yeroo hundumaa argachuuf: youtube.com/@abdiisabaatube Telegram: https://t.me/abdii_sabaa_media https://www.facebook.com/empirestateatoman
7502Loading...
05
DRUG INFORMATION CENTER, DIC, NOTES MIIDIYAA t.me/ABDII_SABA_MEDIA📡 Odeeffannoowwan waqtaawaa yeroo hundumaa argachuuf: youtube.com/@abdiisabaatube Telegram: https://t.me/abdii_sabaa_media https://www.facebook.com/empirestateatoman
10Loading...
06
DRUG INFORMATICS
100Loading...
07
#Yuunivarsiitii_AarbaaMinci Yuunivarsiitiin Arbaa Minci barattoota damee barnootaa adda addaatiin leenji'an 154 eebbisiiseera. Guyyaa har'aa yuunivarsitichi barattoota sagantaa digirii tokkoffaatiin leenji'an 110 fi barattoota sagantaa digirii lammaffaa irratti hirmaatan 44 eebbiseera. Eebbifamtoota digrii tokkoffaa keessaa 107 dameewwan saayinsii fayyaatiin leenji’aniiru
5411Loading...
08
#MoE Qormaanni biyyooleessaa kutaa 12ffaa magaalota filataman keessatti toora interneetidhaan ni kennama" - Prof. Birhaanuu Naggaa Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 magaalota filatamoo keessatti toora interneetii irratti akka kennamu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministirri Barnootaa Prof. Birhaanuu Naggaa, "Qormaanni kun guutummaan guutuutti toora interneetii irratti kennamuu kan hin dandeenye ta'us magaalota naannolee filataman keessatti akka kennamuuf hojjetamaa jira" jedhan. Barattoonni naannolee hunda keessatti filataman qormaata isaanii toora interneetii irratti akka fudhatan beeksifameera. Kanneen hafan qormaata isaanii haala idileetiin akka Fudhatan ibsaniiru. Daarektarri Madaallii Barnootaa fi Qormaata Doktar Ishetuu Kabbadaa akka jedhanitti; Qormaata kana toora interneetii irratti gaggeessuuf hojiin qophaa'inaa hojjetamaa aka jirus himaniiru. Barattoonni qormaata yaaliitiin akka shaakalan ni taasifamuu jedhaniiru.
8093Loading...
09
Oomishini Jimaa jiruufi jireenya uummata Harargee kan ta'e, sadarkaa biyyaatti illee sharafa alaa olaanaa kan argamsiisu lafee dugdaa dinagdee biyyattiiti. Haalli teessuma lafa Harargee oomisha midhaan biraaf mijataa kan hin taane ta'uu kan himan jiraattonni, Jimaa irra oomishuun gurguratee jiruufi jireenya idileessaa ittiin geggeeffachuun bal'inaan beekama. Ministirri muummee Itoophiyaa dhiyeenya marii hawaasa waliin taasisaniin Jimaan suuta suutaan balleeffamuu akka qabu dubbatanii turan. Sirna daldalaa Itoophiyaa keessatti galii guddaa argamsiisuun bunni, Jimaa, Abaaboofi gogaan jalqaba irratti argamu. Jimaan Oromiyaa oomishoota galii sharafa alaa guddaa biyyaaf galchan keessaa sadarkaa lammaffaa irratti argama. Haa tahuu malee, oomisha sadarkaa biyyaatti galii guddaa argamsiisu kana irraa qonnaan bulaan Oromoo fayyadamaa akka hin taane ragaaleen mul'isu. Yeroo garaagaraatti qonnaan bultoonni fayyadamaa akka ta'aniif uummanni gaafataa turus hanga ammatti furmaata akka hin arganne himataa jira. Waggoota muraasaa asitti gatii jimaa irratti qaraxni olka'uu fi mootummaan ejansiiwwaniifi namoota isaa gabaa keessa seensisuu hordofee qonnaan bultoonnifi daldaaltoonni Jimaa gabaa keessaa dhiibamanii ba’aniiru jechuunis komatama. Daldaltoonni qaamoleen seeraan ala gabaa jimaa to’atanii fi mootummaan gabaa jimaa keessa galfatee, daldaaltoonni fi qonnaan bultoonni waldaalee garagaraatiin gurmaa'anii hojjataa turan hojii daldalaa keessaa dhiibamanii akka ba’an taasifameera jedhu warri komatu. Dhiyeenya sababa keellaan bakkoota addaa addaatti baay'achuutiin kaffaltii humnaa olii kaffalchiisaa jiraniin oomishini Jimaa gabaa keessaa ba'aa jira jedhame. Jimaa kiilogiraama tokkoof hanga qarshii 25 kellaarratti kaffalaa jiraachuu kan himan daldaltoonni Jimaa, kana kaffallanii gabaaf dhiyeessuuf kasaaraaf kan isaan saaxilu ta'uu ibsu. Daldaltoonni Jimaa Jimaa kiilogiraama 1f qarshii 25 kaffaluu himan, konkolaataa tokko irratti birrii kuma 85 kaffalaa jiraachuu naga’een ittiin kaffalanii OMN’f ergan ni argisiisa. Daldaltoonni bifa kanaan kaffalanii yeroo gabaaf dhiyeessan immoo hanga itti kaffalan qofatti ykn sanaa gaditti gurgurama kan jedhan, kisaaraaf saaxilamuu himu. Sababa rakkoo keellaa irra jiru kanaafi gabaa Jimaa dhabamsiisuutiin uummanni godinoota Harargee lamaaniis rakkoo beelaaf saaxilamee jiraachuu himata. Dhiibbaan oomisha Jimaa irratti taasifamaa tureefi jiru akka hin oomishne, oomishanii akka hin gurguranne, kan gurgurate immoo qarshii manatti akka hin galfanne taasisaa turuu himu. Yeroo ammaa kanatti hawaasni Oromoo godinaalee Harargee ijoollee isaa barsiifachuun hafee, rakkoo beelaaf saaxilamee jiraachuu maddeen OMN himaa jiru.
1 1352Loading...
10
Ittii yadamuu qabaa share waluif godha
10Loading...
11
https://www.facebook.com/share/p/Gk4ap1YnkM9uW2Kk/?mibextid=qi2Omg
1 1620Loading...
12
Hidhattoonni Huutii doonii boba'aa galaana diimaa keessatti haleelan Ebla 27, 2024 Bulchiinsi Galaanaa U.S. akka jedhetti hidhattoonni Huutii Adoolessa darberraa eegalee dooniiwwan irratti haleellaa 50 raawwataniiru. Hidhattoonni Huutii doonii boba'aa galaana diimaa keessatti haleelu. Misaa’elli balistikii hidhattoota Huutiitiin dhukaafame doonii boba’aa alaabaa Paanaamaan qabdu kan Galaana Diimaa keessa deemaa ture irratti miidhaa xiqqaa akka geessise qondaaltonni himaniiru. Hidhattoonni Huutii haleellaa kana kan raawwatan waraana Gaazaa waliin walqabatee dooniiwwan Galaana Diimaa keessa socho’an irratti haleellaa raawwatan ji’a tokkoof erga dhaabbatanii booda. Doonii hidhattoota Huutiitiin haleelamte liqimfamte Misaa’eloota sadan hidhattoonni kunneen darbatan keessaa tokko Andiroomeedaa Istaar kan Seychelles keessatti galmaa’ee fi alaabaa Paanaamaan qabu miidhuu Ajajni Giddugaleessaa Ameerikaa ibseera. Akka dhaabbati nageenya dhuunfaa Ambrey jedhutti dooniin kun Raashiyaa waliin daldala irratti hirmaachaa jirti. Akka dhaabbatichi jedhutti dooniin kun Raashiyaa Primorsk irraa kaatee gara Vaadinar, Hindii deemaa ture. Dubbi himaan hidhattoota Huutii Birgaadeer Jeneraal Yahya Sare ibsa viidiyoo kanaan dura waraabameen haleellaa kanaaf itti gaafatamummaa fudhataniiru. Dubbi himaan akka jedhanitti dooniin kun bakka sana rukutteetti. Doonii biraa alaabaa Baarbaadoos balaliisaa ture yeroo haleellaan kun raawwatame naannoo sana akka turte Ameerikaan ibsiteetti. Haleellaan kun naannoo Galoo Galaana Baabel Mandeb bakka Galaanni Diimaa fi Galoo Galaana Aden wal arganitti raawwatame. Loltoonni Huutii Adoolessa darbe irraa eegalee dooniiwwan Israa’el waliin wal qunnaman irratti haleellaa akka raawwatan kan beeksisan yoo ta’u, kunis garee hidhattoota Falasxiin Hamaas kan Israa’el lolaa jiru waliin tumsa qaban agarsiisuu isaanii ibsaniiru. Akka Bulchiinsi Galaanaa Ameerikaa jedhutti hidhattoonni Huusii Adoolessa darberraa eegalee dooniiwwan irratti haleellaa 50 raawwataniiru. Hidhattoonni kun doonii tokko qabatanii doonii biraa miidhanii liqimsan.
1 4832Loading...
13
Oduu
1 1280Loading...
14
10 chemistry multiple-choice questions along with their answers: 1. Question: Which subatomic particle is involved in chemical bonding?    a) Neutron    b) Proton    c) Electron    d) Nucleus    Answer: c) Electron 2. Question: What is the chemical symbol for the element Gold?    a) Au    b) Ag    c) Al    d) Go    Answer: a) Au 3. Question: Which gas is most abundant in the Earth's atmosphere?    a) Oxygen    b) Nitrogen    c) Carbon Dioxide    d) Hydrogen    Answer: b) Nitrogen 4. Question: What is the molecular formula for water?    a) HO    b) H2O    c) HO2    d) H3O    Answer: b) H2O 5. Question: What is the chemical name for table salt?    a) Sodium Chloride    b) Sodium Bicarbonate    c) Hydrogen Chloride    d) Sodium Hydroxide    Answer: a) Sodium Chloride 6. Question: What is the chemical symbol for the element Lead?    a) Ld    b) Le    c) Pd    d) Pb    Answer: d) Pb 7. Question: Which of the following is a noble gas?    a) Neon    b) Nitrogen    c) Chlorine    d) Nickel    Answer: a) Neon 8. Question: What is the pH value of a neutral solution?    a) 7    b) 10    c) 5    d) 14    Answer: a) 7 9. Question: What is the chemical formula for Hydrochloric Acid?    a) HCl    b) H2SO4    c) HNO3    d) NaCl    Answer: a) HCl 10. Question: What is the chemical symbol for the element Iron?     a) I     b) Fe     c) Ir     d) In     Answer: b) Fe I hope you find these Chemistry MCQs and their answers helpful! https://t.me/abdii_sabaa_tube If you're Highschool or Freshman or university student seeking video tutorials, check out our YouTube channel 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtube.com/@abdiisabaatube
1 2325Loading...
15
✔️ Global power points. If you're a high school or university student seeking video tutorials, check out our YouTube channel 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtube.com/@abdiisabaatube
10Loading...
16
📚Freshman Global Trends ppt
1 0302Loading...
17
📚Freshman General Chemistry
9472Loading...
18
Media files
9503Loading...
19
📚Freshaman inclusiveness
1 0531Loading...
20
📚Freshman English Skill 2 Module
9511Loading...
21
Freshman Economics
9572Loading...
22
📚Freshman General Biology
1 1092Loading...
Xiyyaarri Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Beerut Al Haririi yeroo gahu maaltu mudate? Abbaan Taayitaa Aviyeeshinii Libaanos xiyyaarri Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa maqaa "Tel Aviv" jedhu qabu Beerut yeroo gahu mormii dhageessisuu isaa maddeen oduu biyyattii gabaasan. Abbaan taayitaa siiviil aviyeeshinii biyyattii xiyyaarri Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa 787-9 Beerut keessa bu'e osoo gara finfinneetti hin deebi'in mallattoo isaa akka uwwisu ajajeera. Kana malees, xiyyaaronni Beerut osoo hin ga'iin dura Libaanos mallattoon Israa'el "diina koo" jettu waliin walqabatu akka hin jirre mirkaneessuu akka qabdu cimsanii dubbataniiru. Libaanos Israa'el waliin hariiroo dippilomaasii qabaattee hin beektu akka biyya diinaatti wal ilaalu. Keessattuu waldhabdee dhiheenya kana Baha Giddu Galeessaa fi lola garee hidhatee Libaanos 'Hizbullah' irratti godhame keessatti biyyoonni lamaan waldhabdee keessa akka turan beekamaadha. Daandiin xiyyaaraa kun yeroo geejjibaa xiyyaara haaraa fudhatu, maqaan magaalaa jalqabaa xiyyaarri kun balalii jalqabaa itti fudhate alaa irratti barreeffama. Kun muuxannoo daandiin xiyyaaraa kanaati. Kana bu'uura godhachuun, Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa waggaa 4 dura xiyyaara Boeing 787 Dreamliner tajaajilaaf yommuu kennu, magaalaa jalqabaa balali'e 'Tel Aviv' jedhee moggaase.
Show all...
#Kutaa_12ffaa Guyyaan Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa ifoomeera. Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa Adoolessa 3 hanga 5tti barattoota saayinsii hawaasaa; Adoolessaa 9 hanga 11/2016tti barattoota saayinsii uumamaaf toora interneetii fi waraqaan Yuunivarsitii keessatti akka kennamu ibsame. Barattoonni saayinsii hawaasaa waraqaa irratti qoraman waxabajjii 30 hanga Adoolessa 01, 2016tti, Barattoonni saayinsii uumamaa ammoo Adoolessa 6 hanga 7, 2016tti mooraa ni seenu. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA_MEDIA 📡
Show all...
#Of eeggannoo🚨 "Hawaasni #mana dhabuu fi barbaachisummaa isaa hubatee Bulchiinsi Lootorii Biyyaalessaa Itiyoo-Telekoom waliin ta'uun Birrii miiliyoona 100 ramaduuf hojjechaa jira," jechuun odeeffannoon miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiru guutummaatti #soba. Ergaan miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiru kun gowwoomsitoonni hawaasa #gowomsuuf kan uumanidha. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA_MEDIA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚
Show all...
3
Show all...
DRUG INFORMATION CENTER, DIC, NOTES MIIDIYAA t.me/ABDII_SABA_MEDIA📡 Odeeffannoowwan waqtaawaa yeroo hundumaa argachuuf: youtube.com/@abdiisabaatube Telegram: https://t.me/abdii_sabaa_media https://www.facebook.com/empirestateatoman
Show all...
DRUG INFORMATICS
Show all...
#Yuunivarsiitii_AarbaaMinci Yuunivarsiitiin Arbaa Minci barattoota damee barnootaa adda addaatiin leenji'an 154 eebbisiiseera. Guyyaa har'aa yuunivarsitichi barattoota sagantaa digirii tokkoffaatiin leenji'an 110 fi barattoota sagantaa digirii lammaffaa irratti hirmaatan 44 eebbiseera. Eebbifamtoota digrii tokkoffaa keessaa 107 dameewwan saayinsii fayyaatiin leenji’aniiru
Show all...
#MoE Qormaanni biyyooleessaa kutaa 12ffaa magaalota filataman keessatti toora interneetidhaan ni kennama" - Prof. Birhaanuu Naggaa Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 magaalota filatamoo keessatti toora interneetii irratti akka kennamu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministirri Barnootaa Prof. Birhaanuu Naggaa, "Qormaanni kun guutummaan guutuutti toora interneetii irratti kennamuu kan hin dandeenye ta'us magaalota naannolee filataman keessatti akka kennamuuf hojjetamaa jira" jedhan. Barattoonni naannolee hunda keessatti filataman qormaata isaanii toora interneetii irratti akka fudhatan beeksifameera. Kanneen hafan qormaata isaanii haala idileetiin akka Fudhatan ibsaniiru. Daarektarri Madaallii Barnootaa fi Qormaata Doktar Ishetuu Kabbadaa akka jedhanitti; Qormaata kana toora interneetii irratti gaggeessuuf hojiin qophaa'inaa hojjetamaa aka jirus himaniiru. Barattoonni qormaata yaaliitiin akka shaakalan ni taasifamuu jedhaniiru.
Show all...
👍 2