cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Oromia Education Bureau

πŸ”₯ β€œWe shall make Oromia flood of genius students who score high grades in national exams”...!!! πŸ”₯ #share πŸ‘‡ Biiroo Barnoota Oromiyaa

Show more
Finland1 788The language is not specifiedEducation39 751
Advertising posts
3 439
Subscribers
+25224 hours
+6287 days
+87630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

β—† ππ‘π„π€πŠπˆππ† 𝐍𝐄𝐖𝐒 β—† ✦ Qabxiin Qormaata Kutaa 8ffaa Gadhaiifameera! BBO Akka Ibseetti Guutumaan Guutuuttii Firiin Barattoota Qormaata kutaa 8ffaa Qoramanii... πš‚πšπšŠπš›πšπŸ‘‡ Seemore. πŸ‘‡
Show all...
✍ 4πŸ‘ 2❀ 2
β–ͺ️ Start β–ͺ️
β–’ Open β–’
β€œNama affeeruu qofaan qarshii hojjadhaa. Nama tokkoon qarshii tokko siniif kaffalaa kan ture Utopet amma gara nama tokkoon qarshii lamaatti guddateera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr baafachuu dandeessu. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Show all...
πŸ‘ 17❀ 2
β–’ Start β–’
β—† Open β—†
β€œNama affeeruu qofaan qarshii hojjadhaa. Nama tokkoon qarshii tokko siniif kaffalaa kan ture Utopet amma gara nama tokkoon qarshii lamaatti guddateera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr baafachuu dandeessu. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Show all...
β–’ Start β–’
β—† Open β—†
#Finfinnee "Barattoonni kutaa 8ffaa https://aa.ministry.et/account#/student-result irra seenuudhaan bu'aa isaanii ilaaluu ni danda'u" - Waajjira Barnootaa Finfinnee Bu'aan qormaata kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee ifoomeera. Miseensonni mana maree waliigalaa Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee qabxii darbiinsaa irratti mari'achuun qabxii darbiinsa kutaa 8ffaa ifoomsaniiru. Bu’uura kanaan qabxiin darbiinsa qormaata kutaa 8ffaa guutuu magaalaa 50 yoo ta'u,  barattoota qaama miidhamtootaaf 45 akka ta’u sagalee guutuun ragga’eera. Bu'aan qormaata kutaa 6ffaa guyyoota muraasa dhufan keessatti akka ifoomu ibsamee jira. Manneen barnootaa mootummaa fi dhuunfaa qormaata ba’iinsa kutaa 8ffaa fudhatan 85,219 keessaa 67,903 ykn %78.9 %50 fi isaa ol galmeessuu Waajjirri Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksiseera. Barattoonni bu'aa isaanii https://aa.ministry.et/account#/student-result irratti seenuudhaan lakkoofsa galmee fi maqaa isaanii galchuun ilaaluu ni danda'u. #share      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
Show all...
Biiroo Barnoota Oromiyaa

β€œWe shall make Oromia flood of genius students who score high grades in national exams”...!!!

πŸ‘ 13πŸ‘Œ 4❀ 3πŸ‘Ž 2πŸ”₯ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Show all...
❀ 20πŸ‘ 8πŸ•Š 2
β€œTelegram irratti qarshii hojeechuu akka dandeessan beektu” πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Show all...
❀ 1
β€œStart”
β€œEegaluuf”
β€œOpen”
Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 Akka Biyyaatti Kennamu Barattootni 35% ol Oromiyaa Irraa Ta'uun Beekame.
----------------------------------------- BBO- 10/10/ 2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa #qormaata_biyyoolessaa_kutaa_12ffaa_bara_2016_barattoota 246,575 kan qorsiisu yoo ta'u, #akka_biyyaatti_barattoota_qormaata_fudhatan_jedhamanii_eegaman 701,489 keessaa naannoon Oromiyaa 35% ol ta'uun beekameera. Oromiyaa keessatti baay'inni barattoota qormaata fudhatanii hedduu waan ta'eef xiyyeeffannoo Biiroon Barnootaa Oromiyaa kennee hojjataa jiru cinatti karaa loojistikiifi humna namaa bobbaasu irratti Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa hordoffiifi deeggarsa olaanaa gochuu akka qabu waliigalameera. Kanaafuu, hawaasni naannoo keenyaa, maatiin barattootaa, barsiisotni, hoggansi barnootaa, GTB, GMB, BBLG, Caasaan Mootummaa, Qaamni Nageenyaafi Yunivarsiitiwwan Naannoo keenyaa hundi qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 nagaafi milkiin akka xumuramu akkuma kanaan duraa deeggarsi keessan cimee akka itti fufu dhaamsa dabarsineerra. #Gumiin_Tiraansiformeeshinii_Barnootaa_Oromiyaa (GTBO) sadarkaan jirtan, Komishiiniin Poolisii Oromiyaa, Maatiin Barattootaa, Barsiisotni, Hoggansi Barnootaa sadarkaan jiru, qaamni nageenyaafi caasaan mootummaa naannoo keenyaa sadarkaan jiru hundi #haaluma_kanaan_dura_qormaata_naannoo_kutaa_6ffaafi_8ffaa(barattoota milyoona 1.4 ol ta'an) milkeessineen #ammas_milkaa'ina_ammaffaa_akka_galmeessiftan gamanumaa abdii guddaa qabna. Muuxannoo darberra waan hedduu waan hubanneef kan darbe caalaa qulqullinaafi iftoomaan barattoota keenya jajjabeessuu qabna. - Qormaatn kan qophaa; #Sirna_Barnootaa_Darbe(Moofaa) keessaa- Barnoota kutaa 9ffaa - 11ffaa jiru yoo ta'u, #Sirna_Barnootaa_Haaraa keessaa immoo - Barnoota Kutaa 12ffaa ti. - Guyyaa Qormaataa; #Barnoota_Saayinsii_Hawaasaa - Adoolessa 03-05/2016 #Barnoota_Saayinsii_Uumamaa - Adoolessa 09-11/2016tti Waraqaafi 'Online'n kennama. Barattoota keenyaaf: #CARRAA_GAARII_HAWWINEERRA! - BBO - t.me/OromiaEducation_Bureau t.me/OromiaEducation_Bureau t.me/OromiaEducation_Bureau
Show all...
❀ 2πŸ‘ 1
Photo unavailableShow in Telegram
#SAGANTAA_QORUMSAA Sagantaa Qorumsa #Kutaa_6ffaafi_Kutaa_8ffaa Naannoo Oromiyaa Bara 2016 Baheera.
---------------------------------- BBO- 08/09/2016 Qorumsi xumura barnootaa Sad. 1ffaa (kutaa- 6ffaa)fi xumura barnootaa Sad. G/G (kutaa - 8ffaa) Naannoo Oromiyaa Sagantaan baheera. #Gabatee_Guyyoota_Qormaatichaa_asii_gaditti_ilaalaa...!
#share
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
Show all...
πŸ‘ 6
Photo unavailableShow in Telegram
Caamsaa 03/2016 #Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12faa Bara 2016, #Adoolessa 03/2016 Eegalu #Sagantaan Har'a Baheera.
t.me/OromiaEducation_Bureau t.me/OromiaEducation_Bureau t.me/OromiaEducation_Bureau
Show all...
πŸ‘ 9
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.