WDO kutaa magaalaa lammii kuraa (At Lemi kura Oromia youth association)
Open in Telegram
513
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Dhaamsa cimtuu Qeerroo/Dargaggoota/ Finfinnee
==========================
Sirna cunqursaa jalaa bahuun Rippabiliika federaalaa dimokiraatawaa Itoophiyaa hunda keenyaaf taatuu ijaaruuf qarqara irra jirra. Ijaarsi biyyaa adeemsa halkan tokkotti raawwatamu osoo hin taane carraaqqii yeroo dheeraa gaafata. Gareen kana hin hubannee fi dheebuu aangootti kufan magaalaa nagaa kan taate magaalaa gudduttii biyya keenyaa Finfinnee keessatti uummanni magaalaa Finfinnee nagaan dalagatee akka hin galleef Sadaasa 30 hiriira jeequmsaa fi hookkaraa akka gaggeeffamuuf waamicha gochaa jiru.
Egaa Qeerroon/Dargaggoonni/ Finfinnee
1. Dargaggoonni/Qeerroo/ fi ummanni magaalaa Finfinnee hiriirri humna jeequmsaan waamame hiriira seeraan alaa beekamtii hin qabne ta'uu hubattanii gocha shororkeessummaa kana irraa akka of qusattan cimsinee dhaamna.
2. Maqaa uummataan dargaggoota jeequmsaa fi hokkoraaf qaamolee waamicha gochaa jiran gochaa isaanii irraa akka of qusatanii fi qaamolee gochaa kanarraa of hin qusanne irratti mootummaan tarkaanfii seera kabachiisuu akka fudhatu gad jabeessinee dhaamna.
3. Qeerron magaalaa Finfinnee namoota dhunfaa fi gareen magaala keenya keessatti hiriira shororkeessummaaf waamicha gochaa jiran faallaa nagaa keenya waan ta'aniif cimsinee ni balaalenna.
4. Qeerroon magaalaa Finfinnee nagaa magaalaa keenyaaf waardiyyaa tahuun kan tiiksinu yommuu tahu,humnoota nagaa keenya booressuuf socho'an hordofuun ni saaxiluun nagaa magaalaa keenyaa ni mirkaneessina.
Qeerroo Finfinnee
FINFINNEE
Sirna galatefanna Foollee kutaa magaala lamii kuraa
Kadhaa ni cabsiina!
Kadhachun aadaa keenya miti. Midhaan isaas guddaa dha. Kana cabsuu qabna jenne kaaneerra.
Nuti saba guddaa dha. Karaa Waldaan ijaaramnee waan xixxiiqqaa darbachuun rakkoo hawaas-Diinagdee akka laayyootti qol'achuuf humna gahaa ol qabna.
Kanaaf jecha Waldaa Tola-ooltummaa Lammii jedhuu hundeessaa jirra. Waanuuma xixxiiqqaa saba guddaa irraa waliitti fiduun rakkoo Hawaas-Diinagdee keenya ni hiikna.
Ji'atti qarshuuma 100 yoo waliitti fiidne rakkoo gugguuddaa lammiilee keenya irraa kaasuu dandeenya.
Buusii kanaaniis qaamoolee armaan gadi deeggarsa fedhi buu'uuraa, Barnoota fi leenjii laachuun jiru idiileetti isaan deebiisna.
1. Jajjaboo lammiif hojjatani rakkoon qabaman
2. Daa'iimman daaddii irraa jiran
3. Hadhooli Daa'iimman baatani kadhatan
4. Ma goota soorama dhabani karaatti bahan
Koottaa waliin taanee lammii keenya karaa ijaarsa qabuun ni dandamachiisna. Karaa linki kanaan Telegram Waldiichaatti nutti makamaa!
https://t.me/+9cRZmnf6mjQwNDdk
Foolleen haala kanan qophii irreecha 2016 xumuree jiraa
Rabbiis nu milkeesa
Maarii dhimmaa ayyaana irraatti xiyyeefate akka kilaastera marfaata Darartuti aanaa 10 fi 3 waliin godhame
Maarii ayyaannota Irreecha fi Amaasqala ykn masqaala irraati foollee abbooti gadaa fi hoogansa sadarka kutaa magaala fi aanaa waliin akka aanaa 09 kan godhame
eshii sabaa koo Dirqamaa nutii ta'aa
Jirtuu
Halaa amma deema jiruu kana sirritti hubaachun naannoo keenya haa egannuu silaa wan bayyee katabun ni danda'ama turee ta'uus guyyaan boriis guyyaa waqeefanna wan ta'eef halaa jiruu ilaaluun barbaachisadha
woowww baayee midhaagduu saanyiiwaan koo naaf jiradhaa
Ebba gamoo wmo Adaama irraati turee
αααααα αα³αα°α
Maarii Hawaasa WMO 1- 10 kutaa magaalaa lammii kuraa Aanaa 6 irraatti tasifame haala bareda fj daddamaqinsa qabun rawatne kallattii itti anuus kawanee xumureera
Jirraa jirtuu akkam maatiin channalli kana nagumaa .
Akka dargaggooti miidiyaa fayyadamu irraati xiqqoo wan diubati hafnee nati fakkata kanaf karuma caarraa arganeen osoo dhimma biyyaa keenya fi wan naf**nyan dhamatu kana fashaleesun nageenya Ummata keenyaf haa dhaabannu.
