cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠

💓Obbboleyyan islaama umaata Muhammad gaabrottan RABBII. channel khanarrati da'awa adda addaa fazakiir, seenaa Rassulaa S A W, jeechoota haayyota, seenale adda addaa, fi kkf iznii Rabbiitin irra arkkatu. ✍️Yaadaf @foowznbot

Show more
Finland994The language is not specifiedReligion & Spirituality14 793
Advertising posts
6 386
Subscribers
+4324 hours
+3857 days
+1 31630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Gorsa hayyootaa ✍️Akka bishaanii tahi; ✓ba'aa ulfaattuu gubbaa isaattiin deema, ✓wanta qaalii ammoo kheeysa isaattiin deema. ✓Lafa goggooydutti yoo roobe ni magarsa, ✓yoo dhakhaan dura dhufe itti naannawee mala godhee khaasa of duraa. ✓ weelkaa ykn qodaa ziqeyaatti nayxuus kan rakishaatti nayxuus hin jijjiiramu. "Bishaan bishaanuma bakka hundatti atiis atuma tahi hin jijjiiramin sagal akka gaararraatti." ♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️       ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ @Foowzn @Foowzn @Foowzn
Show all...
🥰 1
Anabyaa fi Zaahir khutaa 1ffaa """""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""" Haasawa Anabyaa **** Anabyaa" je'eeti na yaame zaahir Hayyee" je'eetin waan inni na yaamef baruuf isa biratti achi khute. Ganama ganama amalli isaa akka nama bultii jaaree kha dalagaa deemuf qophaa'uu osoo hin taane akka joollee mana baruumsatti qajeelchuf qopheessaniiti. Waan inni na yaamuf tana akka inni tolfatuu dandahu nin beekha garuu waanuman isa jaaladhuufin tolchaaf malee Hoggan ruuma ol seenu zaahir daawwitii dura dhaabbachaa jira, akkuman isa argeen seeqetin biratti achi deemee isa duuba dhaabbadhee harkaan dhadhahe, kharabaattaa isaa harkatti qabateeti seeqaa natti as garagale inninis Dhiisi gaa habiibii waan akkanaa, ji'a shan guutufin kharabaattaa hidhachuu si gargaarutti jiraa yoomuma ofiif hidhatuu baratta hoo? Je'eetin gaafadhe kharabaattaa isaa irraa fuudhee hidhaafii Osoo ati na bira jirtuu barachuun maalif na barbaachise" je'eeti rifeensa khiyyarraa qabdoo luqqisee rifeensi fuularratti gad na dacha'e. Ija baasetin isa laale, akkuma inni seeqee waa dubbachuuf khe'eenin achi isa darbee khabata kheessaa khoota isaaf fiduuf achi khute. Seeqati achi deemee sirerra gad taa'e. Khoota isaa fideetifin dafii khoottuu faxara nyaadhu" je'een Hayyee nin dhufaa garuu dura ati khootuu as na cinaan taa'i sweetheart" Naan je'e My dear hubbii" yeroon dalagaa sitti dabraati jirtin je'een Hojiin na eeguu ni dandeessii abshiir" Naan je'e Maaltu maal tehe habiibii? je'eetin isa cinaan gad taa'ee gaafadhe Wajjiin gad baanee deebina je'eetin yaada qaba" Naan je'e harka khiyya na qabee Wajjiin gad baanee deebinaa? Sirraa dhugaadha moo habiibii? Je'eetin gaafadhe Maal rakkoo qaba? Jaartii tiyyaa wajjiin yeroo dabarsuu hin dandahu moo? Naan je'e Habiibii akkasii miti, dura waa'ee dalagaa yaadi, san booda gad baanee deebi'uu qofaa mitii bakka ati feeten si wajjiin deeman je'een Seeqeti habiibtii bar tun waan maallaqaan walitti hidhatuu mitii" Naan je'e Habiibii akka waa'ee maallaqaa hin tahin nin beekha garuu fuuldura jireenya bareedaa jiraachuf amma sirritti laffaanee dalaguu qabnan je'een Sweetheart" hawwii tee tana fedhii Rabbiitin dhugoomsufin taa'a inshaa Allaah" Naan je'e Habiibii saniifuu amma kharaa dalagaa deemuudha qabdan je'een. Hayyee sweetie" Naan je'e Hayyee amma lafaa kha'ii faxara nyaadhu sa'aan ammaahuu sitti deemteti jirtii" je'eenitin mana jalatti gad bu'uuf lafaa ol khe'e. Harka na qabeeti na dhaabe. Maal haajamte? Je'eetin ijaan itti dubbadhe. Dhiifama habiibtii" Naan je'e Ta tiyyaa itti dhiisitii lola khiyyaan ati daleyduuf siin loluu taa'uf qophaa'i waan sa'aa dalagaa dabarsitee jirtuufin je'een khoflaa Tun hundi sababa kheeti" Naan je'e Maalin balleesse? Je'eetin gaafadhe Sababa kheeti onneen tiyya deemuu na dhoorkitee na tursiiste" Naan je'e Qaanfadheetin ija gad qabadhee lafa laale. Ergan isatti heerume khanin ji'a shan dabree jiru ammallee yeroo garii irrumaan qaanfadha. San booda mallaa na qunxuuxeti harka na qabee wajjiin mana jalatti gad buune Faxara dhiheessetiifin erga inni nyaate booda khoota isaa itti khaayee san booda nagayatti naan je'ee khute. Itti fufa..........
Show all...
አዲስ ኢስላሚክ ቻናል Wave ተጀምሯል መመዝገብ የምትፈልጉ ኦውነሮች Contact @M10E8J24
Show all...
Maaltu sammuu kee si gubaa maaliif kophaa gubattaa: Dubbisii waa hubattaa: Amantii kee yaadattaa: Cinqii ofirraa kaaftaa: Sammuutu boqataa Wave @Abu_Amaar1
Show all...
🕌 Ummata muslimaa😌
🌏 Addunyaa islaamaa🌎
🌐 Media Islaamaa🌐
💵 beeksisa hojii 💵
🧕Dubartii islaamaa🧕
📡💻 Tecnology📱💻
💉🩺 Gorsaa Fayyaa🩺💉
🧠 Xinsammuu🧠
🏆🥇 Dorgomanii badhaafamuu🏆🥇
📚 Kuusaa Kitaabaa📚
💰💵 Hojii Online 💰💵
🗞 Risaalaa Rasuulaa🗞
💍 Fudhaa fi Heeruma💍
🏠 Gaa'ila islaama🏠
👌ለዩንቨርሲቲ ና  ለ ሃይስኩል  ተማሪዎች   ብቻ የተከፈተ የኢትዮጲያ  ቻናሎች ❤️❤️ ⚠️ ከ 10 ደቂ ቡሃላ ስለማታገኙት ፈጥነዉ ይቀላቀሉ!👇👇👇
Show all...
😍school life😍
🤩school meme🤩
🤑Earning Trick🤑
🌹ምርጥ ታሪኮች🌹
❣️ዲነል ኢስላም❣️
❤ሀላል ትዳር❤
🧡ሀላል ሜም🧡
✨sudanic neshida✨
🥰ሀላል ገበያ🥰
💙All in one 💙
🤗and more 🤗
🔰JOIN🔰
Photo unavailableShow in Telegram
🥰 #ከቅርብ_ጊዜ_ወዲህ_ተወዳጅነት_ያተረፉት_አጫጭር_ተከታታይ_ታሪኮች_በብዛት_የሚገኝባቸው_ቻናሎች_ይዤላችሁ_መጥቻለሁ🫶😇😘🥰😍
Show all...
🎒School Life ታሪኮች🎒
👳‍♀አስገራሚ የትዳር ታሪኮች🧕
🧑‍🦱አስደናቂ የተውበት ታሪኮች👨‍🦱
😢አሳዛኝ ታሪኮች😭
👌ለዩንቨርሲቲ ና  ለ ሃይስኩል  ተማሪዎች   ብቻ የተከፈተ የኢትዮጲያ  ቻናሎች ❤️❤️ ⚠️ ከ 10 ደቂ ቡሃላ ስለማታገኙት ፈጥነዉ ይቀላቀሉ!👇👇👇
Show all...
😍school life😍
🤩school meme🤩
🤑Earning Trick🤑
🌹ምርጥ ታሪኮች🌹
❣️ዲነል ኢስላም❣️
❤ሀላል ትዳር❤
🧡ሀላል ሜም🧡
✨sudanic neshida✨
🥰ሀላል ገበያ🥰
💙All in one 💙
🤗and more 🤗
🔰JOIN🔰
✍️Seenaa dhiira rabbii gaafa dubbifte, jiruu xiqqeenyaa amma keessa jirru khanarra du'a filatta 😭 Rabbi achitti nu haa deebisu ♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️       ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ @Foowzn @Foowzn @Foowzn
Show all...
🥰 2👍 1