cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Shinniga Broadcasting Service ❤️

Show more
Finland2 844The language is not specifiedNews & Media37 627
Advertising posts
987
Subscribers
No data24 hours
-97 days
-2530 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

"Dhiichisni har'aa, balaa boru fidu tilmaamuuf nama hin dhibu" Ilaallachaa sirbuutu barbaachisa! Ajandaan keenya dhimma walloo ta'uu addunyaatu hubata. #Arbanyaa fi Gurmuun Dijitaalaa garuu kana gufachiisuuf hojjata! Mufiin isaanii guddaan "Gargaarsi ummata walloo maaf karaa keenya ta'uu dhabe?" waan jedhu fakkaata! Kanumaaf ajandaa kalaqee dhugaa fi dhiiga ummataarra dhaabbachuu filata! Eeyyen arbanynoonni Ofiif nyaatanii dhugu! Filatanii uffatu! Gadi ba'anii galuun jireenya gaarii jiraachaa waan jiraniif akka fedhan dubbatu! Isaan haamuu malee hin aramani! Galchuu malee hin baasani! Saamuu malee hin hojjatani! Kanumaaf ajandaa ummata miskiina diinaan marfamee rasaasni itti roobaa jiruu fi dhiibameee dhibamuun rakkataa jiru ukkaamsuuf dhama'ani! Ammootuu Dhugaa qabu! Arbanyummaan laphee nama dhiitessiti. Ummata nama tuffachiifti! Birrii malee sirrii si irraanfachiifti. Maallaqa hidhamaa, gargaarsa miidhamaa fi dhibamaa nyaachuun akkasuma nama dubbachiifti! Karaan akkasii garuu fagoo miti, dhihotti nama balleessiti. Of waliin nagaa si dhoorgiti. Xiqqaa fi guddaanis wal si dhabsiifti! Kanaaf Of eeggachaa haa sochoonuu. Ilaallachaas haa sirbinuu! Dhimma ummata keenya Walloorratti haa xiyyeeffannuu!!
Show all...
Mootummaan UK, Ambaasadarri Eertiraa Landan jiran biyyichaa akka bahan ajaje January 19, 2024 Mootummaan UK Landanitti ambaasadara Eertiraa kan tahan Isxifaanos Habtemaariyaam biyya akka bahan ajajuu maddeen dippilomaatii BBCtti himan. Waggoota 30 oliif hariiroo dippilomaasii gaarii kan qaban UK fi Eertiraan amma ambaasadara Eertiraa biyyaa ari’uu ilaalchisee mootummaan lameenuu ifatti waan jedhan hin qaban. Marsariitiin Imbaasii Eertiraa Landan jiru akka agarsiisutti, bakka ambaasadarichaa haguuguun itti waamamaa inmbaasichaa olaanaa tahuun kan hojjechaa jiran Saalii Abdullahidha. Mootummaan UK Ambaasadar Isxifaanos Habtemaariyaam akka biyyaa bahan tarkaanfiin fudhate Eertiraan duraan amabaasadara UK irratti tarkaanfii wal fakkaataa waan fudhatteef deebii isaati jedhu maddeen dippilomaatii BBC’n dubbise Join Godhaa 👇 https://t.me/OBN_OromiaBroadcastingNetwork/887 Gabaasa guutuu 👇 https://ift.tt/sKylevx
Show all...
Somaaliyaan hanga waliigalteen Itoophiyaafi Somaalilaand hin haqamnetti akka hin mariyanne beeksifte January 18, 2024 Itoophiyaan waliigaltee walhubannoo Somaaliland waliin mallatteessite hanga kaastee, tokkummaa daangaa Somaaliyaa hin mirkaneessinetti jaarsummaa Finfinnee waliin taasifamuuf “bakka akka hin qabne” Somalaiyaan beeksifte. Somaaliyaan ejjennooshee kana kan ibsatte Manni-maree Nageenyaafi tasgabbii Gamtaa Afrikaa (AUPSC) walga’ii gaggeesseen booda biyyoonni lamaan “marii hiika qabeessa ta’e” gochuudhaan rakkoo qaban akka furatan gaafachuu hordofee ibsa Amajji 18, 2024 baasteenidha https://t.me/OBN_OromiaBroadcastingNetwork/885 Gabaasa guutuu 👇 https://ift.tt/NdrAzlp
Show all...
Pirezidantiin Somaaliyaa daawwannaa hojiif gara Ertiraatti imalan January 8, 2024 Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud daawwannaa hojiitiif gara Ertiraatti imalan. Akka ibsa Waajjira Pirezidantii Somaaliyaa jedhetti, daawwannaa kanaan Pirezidant Hasan Sheek Mohaammud gitasaanii Ertiraa Pirezidanti Isaayyas Afa-warqii waliin dhimmoota hariiroo biyyoota lamaaniirratti ni mariyatu. Daawwannaan Pirezidanti Hasan Sheek Mohaammud Ertiraatti taasisan kun Itoophiyaafi Somaalilaand haala Itoophiyaan ulaa galaanaa Somaalilaand itti fayyadamuu dandeessurratti waliigaltee wal-hubannoo erga mallatteessanii torban tokkoon boodadha. Itoophiyaan waliigaltee wal-hubannoo ulaa galaanaa ittiin argattuufi misoomsuuf ishee dandeessisu Somaaliilaand waliin kan mallatteessite Amajjii 1, 2024 ture. Waajjirri Pirezidantii Somaaliyaa, Xilla Somalia, imala hojii Pirezidant Hasan Sheek Mohaammud iaalchisuun fuula X irratti, "dhimmoota biyyoota obbalaa lamaan ilaallatan irratti mariyatu," jechuun barreesseera. Itoophiyaan akka biyya walabaatti kan of ilaaltu Somaaliland waliin akkaataa ulaa galaanaa fayyadamuun danda'urratti waliigaltee wal-hubannoo mallatteessuu hordofee Pirezidant Hasan Sheek Mohaaamud hooggantoota biyyoota gara garaa waliin bilbilaan haasaa taasisaa turaniiru. Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahmuud seera seera sanada walhubannoo Itoophiyaafi Somaalilaand irratti waliigalan kufaa taasisu Amajji 6, 2024 mallatteessaniiru. ''Seerri kun tokkummaa, birmadummaa fi daangaa biyya keenyaa kabajuuf murteessaadha,'' jedhan Hasan Sheek Mahmuud ergaa mallatteessuun booda X irratti qoodaniin. Pirezidanti Hasan Sheek Mohaamud hoogantoota biyyoota qaxanaa sana keessa jiran akkasumas Gamtaa Awurooppaa waliin bilbilaan dubbataniiru. Waliigaltee sanada walhubannoo Itoophiyaafi Somaaliland mallatteessan hordofee mormii Somaaliyaatti dhagahamee guyyoota muraasa booda Pirezidatiin Somaaliyaa kun Pirezidantii Masirii, Yugaandaa, Turkiifi Qaataar waliinis bilbilaan dubbataniiru. Pirezidantichi haasaa pirezidantii Masirii waliin taasisaniin, “Masiriin Somaaliyaa cinaa dhaabbachuuf ejjennoon qabdu cimaadha” jedhan Abdul Fattaa al- Siisiin. Marii pirezidantii Yugaandaa Yuweerii Museeveenii waliin taasisaniin ammoo hoogantoonni biyyoota lamaanii dhimma nageenyaaf wal tumsuurratti dubbachuu isaanii Waajirri Pirezidantii beeksiseera. Pirezidant Hasan haasaa Pirezidatii Turkii Resiip Tayib Erdohaan waliin taasisaniin deeggarsa walirraa hin cinne mootummaan Turkii walabummaafi tokkummaa daangaa Somaaliyaatiif qabaniif waajirichi galateeffateera. Pirezidant Hasan Sheek Mohaammud haasaa Amiirii Qaaxaar Tamiim Biin Hamaad waliin taasisaniin ammoo dhimmoota waloofi hariiroo qaxanichaa keessatti fedhii biyyoota lamaaniirratti mariyachuun isaanii ibsameera. Haasaa bilbilaan aanga’aa olaanaa Gamtaa Awurooppaa Jooseef Boorel waliin taasisaniinis Pirezidant Hasan Sheek Mohaammud Gamtichi deeggarsa walabummaafi tokkummaa daangaa Somaaliyaatiif qabuuf galata dhiyeessuun isaanii dhagahameera. Mootummaan Itoophiyaa handaara galaanaafi buufata humna galaanaa qabaachuuf waliigalteen Somaalilaand waliin mallatteesse muddama uumuu hordofee deebii kenneen, ''waliigaltee kanaan amantaan cabes, seerri sarbames hin jiru'' jedhe. Amajjii 1, 2024 mootummaan Itoophiyaa Somaalilaand waliin waliigalteen waliin hojjechuu malleetteefamuu hordofee biyyi Somaalilaand qaama kooti akka biyyaatti beekamtii hin qabduu jettu Somaaliyaan ''tokkummaa daangaa lafa kootti bu'ameera'' jechuun mormii dhageessifteetti. Waliigaltee kanaan gocha ''weeraraati'' kan jette Somaaliyaan, ambaasaaddarashee Finfinneerraa ofitti waamteetti. ''Raawwiin waliigaltichaa seera idila-addunyaa kan cabse, fudhatama kan hin arganneedha'' jechuunis ibsite. Somaalilaand biyya kamiinuu akka biyya walabaatti beekamtii kan hin arganne ta'uufi Somaaliyaan ammoo qaama kooti jechuusheetiin muddamni dhalate. Guutuu isaa dubisuuf linki kana tuqaa seenaa 👇 https://t.me/OBN_OromiaBroadcastingNetwork/884
Show all...
👍 1
Harka fuune kabajamtoota keenya Harki keessan fayyaa ha ta,u TikTok obboleesa keessanii kana Follow Godhaa Isinin Jaalladha qaaliiwan ko #PleaseFollowMe Oro ko Suleyiman Awal 👇 tiktok.com/@suleyimanawal
Show all...
My Life 🤍❤️🖤 on TikTok

@suleyimanawal 1978 Followers, 2167 Following, 577 Likes - Watch awesome short videos created by My Life 🤍❤️🖤

Harka fuune kabajamtoota keenya Harki keessan fayyaa ha ta,u TikTok obboleesa keessanii kana Follow Godhaa Isinin Jaalladha qaaliiwan ko #PleaseFollowMe Oro ko Suleyiman Awal 👇 tiktok.com/@suleyimanawal
Show all...
My Life 🤍❤️🖤 on TikTok

@suleyimanawal 1978 Followers, 2167 Following, 577 Likes - Watch awesome short videos created by My Life 🤍❤️🖤

Taatoo beekamaan Ameerikaa Wiil Ismiiz barataa yuniversitii fedhu seenuuf km 4000 imale badhaase January 5, 2024 Dargaggeessi yunivarsiitii abjuu isaa ta'e seenuuf biskiliitiidhaan kiiloo meetira 4,000 imale taatoo beekamaa Hooliwuud Wiil Ismiiz irraa badhaasa argate. BBCn baatii Fulbaanaa darbe akka gabaasetti dargaggeessi lammii Giinii Maamaaduu Saafayu Baari jedhamu yunivarsiitii Masrii seenuuf biskiliitiidhaan kiiloo meetira 4,000 imale. Dargaggeessi kun ji'a afuriif Afrikaa Dhihaa keessa imalee ture. Yuniversitii Al-Azhar Masrii magaalaa Kaayiroo keessatti argamutti barnootasaa bilisaan barachuuf carraa argate.
Show all...
🔹 TELEBIRR - AFAAN OROMOO🔸 Teleebirr Fayyadamtoota fi miseeensota Horachuuf badhaasa garaa garaa qabatee dhiyaatera. 🔹 Baga gammaddan 🔸 Start yoo jettaan qarshii 1000 badhaafamtu. Dabalataan, namoota 30 yemmuu affeertan qarshii 3000 badhaafamtu. Liinkii affeerraa Suleyiman. 🔽 https://t.me/Telebirr_Afaan_Oromoo_bot?start=r0806459688 Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Suleyimantin galmaa'aa. Telebirr - Afaan Oromoo
Show all...
🔹 TELEBIRR - AFAAN OROMOO🔸 Teleebirr Fayyadamtoota fi miseeensota Horachuuf badhaasa garaa garaa qabatee dhiyaatera. 🔹 Baga gammaddan 🔸 Start yoo jettaan qarshii 1000 badhaafamtu. Dabalataan, namoota 30 yemmuu affeertan qarshii 3000 badhaafamtu. Liinkii affeerraa Suleyiman. 🔽 https://t.me/Telebirr_Afaan_Oromoo_bot?start=r0806459688 Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Suleyimantin galmaa'aa. Telebirr - Afaan Oromoo
Show all...
#Itoophiyaan yoo karra galaanaa argatte faayidaa nageenyaa fi diinagdee naannawa kanaaf fida- Jawaar Mohammad T.me/SuleAwalJolobis Xiinxalaan siyaasaa Jawaar Mohaammad toora X irratti yaada barreesseen, Itoophiyaan haala nageenyaa fi diinagdee ilaalcha keessa galchuun ulaa galaanaa argachuuf gaaffiin cichitee gaafachaa turte fedhii lammiilee biyyattii hedduu keessa jira jedhe. Tuullaan qabeenya humna namaa fi leecalloo uumamaa Itoophiyaan harkaa qabdu carraa karra galaanaa kanaan yoo dabaalame, bu'aan gama nageenyaa fi dinagdeen argamu naannawa kanaaf faayidaa guddaa qabakanaan jedhe. Mootummaan Itoophiyaa carraa ulaa galaanaa kanaaf wayita #Somaalilaand waliin waliigaltee wal-hubannoorra ga'u, bakkasaa Somaalilaand misoomaawwan bu'uuraa Itoophiyaan qabdurraa fayyadamtuu akka taatu eerame. Dabalata dubbisuuf as tuqaa https://t.me/AddisstandardAO/2947
Show all...