en
Feedback
Waajjira Bulchinsa Aanaa Kurfaa Callee

Waajjira Bulchinsa Aanaa Kurfaa Callee

Open in Telegram

Public

Show more
Finland7 321The category is not specified
363
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Share 'Dubdeebii Gabaasa Kurmaana 2ffaa amajii 29-30-2016.pptx'

👉𝗤𝘂𝘀𝗮𝗻𝗻𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗮𝗻𝗸𝗶𝗶 𝘀𝗶𝗻𝗾𝗲𝗲 𝗶𝗹𝗮𝗮𝗹𝗰𝗵𝗶𝘀𝗲 𝗦𝗼𝗰𝗵𝗶𝗶𝗻 𝗮𝗿𝗮𝗱𝗱𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗺𝗮𝗴𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗗𝗮𝗮𝘄𝘄𝗲 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗻 𝗵𝗮𝗮𝗳𝗲 𝗮𝗿𝗮𝗱𝗱𝗼𝗼𝗻𝗶𝗶 𝘀𝗼𝗰𝗵𝗶𝗶.𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮.𝗵𝗶𝗻𝗷𝗶𝗿𝗮𝗻 👉𝗔𝗸𝗸𝗮 𝘄𝗮𝗹𝗶𝗶𝗴𝗮𝗹𝗮𝗮𝘁𝗶.𝗦𝗼𝗰𝗵𝗶𝗶𝗻 𝗮𝗿𝗮𝗱𝗱𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝘇𝗼𝗼𝗻𝗶𝗶 𝗱𝗮𝗮𝘄𝘄𝗲𝗲𝘁𝗶 𝗴𝗮𝗿𝗮 𝗵𝗼𝗷𝗶𝗶.𝗺𝗶𝘀𝗼𝗼𝗺𝗮𝗮𝘁𝗶𝗻 𝗢𝗹𝗺𝗮𝘆𝗮 𝗴𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗵𝗮𝗿𝗮'𝗮𝘁𝗶𝗻 𝗿𝗮𝗮𝘄𝘄𝗶𝗶𝗻 𝗮𝗿𝗮𝗱𝗱𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗹𝗮𝗮𝗳𝗮𝗮 𝘄𝗮𝗮𝗻 𝘁𝗮𝗵𝗲𝗲𝗳 𝗮𝗿𝗮𝗱𝗱𝗼𝗼𝗻𝗶 𝗼𝗳𝗳 𝗶𝗹𝗮𝗮𝗹𝘂𝗻 𝘀𝗶𝗿𝗿𝗲𝗲𝗳𝗮𝗰𝗵𝘂 𝗾𝗮𝗯𝗮𝗻. 🙏𝗡𝗮𝗴𝗮𝘆𝗮𝗮𝗻 𝗯𝘂𝗹𝗮𝗮!!🙏

👉𝐉𝐢𝐫𝐫𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐥𝐥𝐢𝐧𝐚𝐬 𝐊𝐰=1200000 𝐑𝐠=7700 𝐑𝐇𝐇=755290 𝐊𝐚𝐧 𝐛𝐚𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐠𝐚𝐥𝐞 𝐑𝐇𝐇=515546 ▶️𝐀𝐫𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐒𝐚𝐬𝐬𝐚𝐚𝐛𝐢𝐢 𝐠𝐢𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐥𝐚𝐟𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐝𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐫𝐚𝐚𝐰𝐰𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐠/𝐠𝐚𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐧 👉𝐀𝐫𝐫𝐞𝐞𝐥𝐞𝐞 𝐱𝐢𝐪𝐪𝐚𝐚 𝐊𝐖=1200000 𝐑𝐆=5000 𝐑𝐇𝐇=478060 𝐁𝐚𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐠𝐚𝐥𝐞 𝐑𝐇𝐇=408803 ▶️𝐀𝐫𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐒𝐚𝐚𝐬𝐬𝐚𝐛𝐢𝐢 𝐠𝐢𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐥𝐚𝐟𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐝𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐫𝐚𝐚𝐰𝐰𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐠𝐚𝐝_𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐧 👉𝐀𝐝𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐊𝐖=500000 𝐑𝐠=1000 𝐑𝐇𝐇=309160 ▶️𝐀𝐫𝐚𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐜𝐮𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐠𝐚𝐛𝐚𝐚𝐬𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐢𝐢𝐧 👉𝐀𝐫𝐫𝐞𝐞𝐥𝐞𝐞 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 ↔️𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐙𝐨𝐨𝐧𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢𝐢:- 𝐆𝐢𝐛𝐢𝐫𝐚 𝐬𝐚𝐬𝐬𝐚𝐚𝐛𝐚𝐦𝐞 𝐊𝐰=3700000 𝐑𝐠=13700 𝐑𝐇𝐇=1864920 𝐁𝐚𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐠𝐚𝐥𝐞 𝐑𝐠=0 𝐑𝐇𝐇=1458962. % 39.43140541 6=𝐒𝐚𝐚𝐬𝐬𝐚𝐛𝐢𝐢 𝐌𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐪𝐚 𝐈𝐅𝐇 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐜𝐡𝐢𝐬𝐞𝐞 ▶️𝐀𝐫𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐒𝐚𝐬𝐬𝐚𝐚𝐛𝐢𝐢 𝐈𝐅𝐇 𝐑𝐚𝐚𝐰𝐰𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐆/𝐠𝐚𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐭𝐚'𝐚𝐚𝐧 👉𝐣𝐢𝐫𝐫𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐥𝐥𝐢𝐧𝐚𝐚 𝐑𝐠=7 𝐑𝐇𝐇=262 👉𝐌/𝐊𝐮𝐫𝐟𝐚𝐚 𝐑𝐠=5 𝐑𝐇𝐇=198 👉𝐀𝐝𝐮𝐮𝐛𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐑𝐠=6 𝐑𝐇𝐇=183 ▶️𝐀𝐫𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐛𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐜𝐮𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐒𝐚𝐚𝐬𝐬𝐚𝐛𝐢𝐢 𝐈𝐅𝐇 𝐑𝐚𝐚𝐰𝐰𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐢𝐢𝐧 👉𝐀𝐫𝐫𝐞𝐞𝐥𝐞𝐞 𝐆𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 ↔️𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐙𝐨𝐨𝐧𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐒𝐚𝐚𝐬𝐬𝐚𝐛𝐢𝐢 𝐈𝐅𝐇 𝐊𝐖=4816 𝐑𝐠=21 𝐑𝐇𝐇= 879 %17.815 3=🆉🅾🅾🅽🅸🅸 🅳🅰🅰🆆🆆🅴🅴 ====== 👉. 𝗛𝗼𝗷𝗶𝗶 𝗺𝗶𝘀𝗼𝗼𝗺𝗮 𝗦𝘂𝗹𝘂𝘂𝗹𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗿𝗺𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗮𝗿𝗮𝗱𝗱𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 1.𝗥/𝗷𝗮𝗻𝗮𝘁𝗮𝗮 =70 2.𝗛/𝗷𝗮𝗻𝗮𝘁𝗮𝗮 =20 3.𝗢𝗿𝗱𝗲𝗲𝗻 𝗻𝗮𝗺𝗻𝗶𝗶 𝗵𝗶𝗻𝗯𝗮𝗮𝗻𝗲 ➽ 𝗭𝗼𝗼𝗻𝗶𝗶 𝗴𝗮𝗯𝗶𝗶𝗯𝗮𝗮 1.𝗜/𝗤𝗮𝗰𝘂𝘂 =50 👉𝗚𝗶𝗯𝗶𝗿𝗮 ➾𝗔𝗿𝗮𝗱𝗱𝗼𝗼𝗻𝗶 𝘀𝗮𝘀𝗮𝗮𝗯𝗶𝗶 𝗴𝗶𝗯𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗴𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗵𝗮𝗿'𝗮𝗮 𝗿𝗮𝗮𝘄𝘄𝗶𝗶 𝗾𝗮𝗯𝗮𝗻 1.𝗛/𝗷 𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶= 3000 2.𝗝/𝗴𝗮𝗺 𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 =1500 3.𝗢𝗿𝗱𝗲𝗲 =0 4.𝗥/𝗷𝗮𝗻𝗮𝘁𝗮𝗮 =0 ➽𝗭𝗼𝗼𝗻𝗶𝗶 𝗚𝗮𝗯𝗶𝗶𝗯𝗮𝗮 1.𝗔/𝗱𝗶𝗿𝗼𝗼𝗺 =0 2.𝗜/𝗤𝗮𝗰𝘂𝘂=0 ◉.𝗚𝗶𝗯𝗶𝗿𝗮 𝗦𝗮𝘀𝗮𝗮𝗯𝗮𝗺𝗲 𝗴𝗮𝗹𝗰𝗵𝘂 𝗶𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗿𝗮𝗮𝘄𝘄𝗶𝗶 𝗴𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗵𝗮𝗿'𝗮𝗮 1.𝗛/𝗷𝗮𝗻 =17,900 2.𝗝/𝗴𝗮𝗺 =0 3.𝗢𝗿𝗱𝗲=0 4.𝗥/𝗷𝗮 =0 ➽𝗭𝗼𝗼𝗻𝗶𝗶 𝗴𝗮𝗯𝗶𝗶𝗯𝗮𝗮 1.𝗜/𝗤𝗮𝗰𝘂𝘂 =12,000 2.𝗔/𝗱𝗶𝗿𝗼=0 👉.3 𝗠𝗮𝗻𝗮 𝗺𝘂𝗿𝘁𝗶𝗶.𝗔𝗮𝗱𝗮𝗮 𝗶𝗹𝗮𝗮𝗹𝗰𝗵𝗶𝘀𝗲 ➾𝗜𝗷𝗮𝗮𝗿𝘀𝗮 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗮𝗿𝗮𝗱𝗱𝗼𝗼𝗻𝗶 𝘀𝗮𝗱𝗮𝗿𝗸𝗮𝗮 𝗱𝗵𝗮𝗮𝗯𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗻 1.𝗝/𝗴𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂 2.𝗥/𝗷𝗮𝗻𝗮𝘁𝗮𝗮 3.𝗠/𝗗𝗮𝗮𝘄𝘄𝗲 4.𝗢𝗿𝗱𝗲𝗲 5.𝗔/𝗱𝗶𝗿𝗼𝗼𝗺 ➾𝗦𝗮𝗱𝗮𝗿𝗸𝗮𝗮 𝗴𝗮𝗵𝗮𝗮𝘅𝘅𝗶 1.𝗛/𝗷𝗮𝗻𝗮𝘁𝗮𝗮 2.𝗜/𝗤𝗮𝗰𝘂𝘂 👉𝗠𝗮𝗮𝗹𝗹𝗮𝗾𝗮 𝗺𝗮𝗻𝗮 𝗺𝘂𝗿𝘁𝗶 𝗮𝗮𝗱𝗮𝗮 𝘀𝗮𝘀𝗮𝗮𝗯𝘂 𝗶𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 1.𝗝/𝗴𝗮𝗺𝗺 30,000 𝗯𝗮𝗮𝗻𝗸𝗶 𝗴𝗮𝗹𝗰𝗵𝗲 2.𝗥/𝗷𝗮𝗻𝗮𝘁𝗮𝗮 =30,000 𝗯𝗮𝗮𝗻𝗸𝗶 𝗵𝗶𝗻𝗴𝗮𝗹𝗰𝗵𝗶𝗻𝗲 3.𝗢𝗿𝗱𝗲𝗲 =14,000 𝗯𝗮𝗮𝗻𝗸𝗶 𝗵𝗶𝗻𝘅𝘂𝗺𝗺𝘂𝗿𝗲 𝗵𝗶𝗻𝗴𝗮𝗹𝗰𝗵𝗶𝗻𝗲 4.𝗛/𝗷𝗮𝗻𝗮𝘁𝗮𝗮 =0 5,𝗔/𝗱𝗶𝗿𝗼𝗼𝗺 =30,000 𝗯𝗮𝗮𝗻𝗸𝗶𝗶 𝗴𝗮𝗹𝗰𝗵𝗲 6.𝗜/𝗤𝗮𝗰𝘂𝘂 =5500 𝗵𝗶𝗻𝘅𝘂𝗺𝗺𝘂𝗿𝗲 𝗵𝗶𝗻𝗴𝗮𝗹𝗰𝗵𝗶𝗻𝗲 👉𝗪𝗠𝗢,𝗜𝘀𝗽𝗼𝗼𝗿𝘁,𝗕/𝗴𝗼𝗻𝗼𝗳𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗙𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗱𝗶𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗕𝗼𝗼𝗻𝗱𝗶𝗶 𝗿𝗮𝗮𝘄𝘄𝗶𝗶.𝗴𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗵𝗮𝗿'𝗮𝗮.𝗮𝗿𝗮𝗱𝗱𝗼𝗼𝗻𝗶𝗶 𝘁𝗼𝗸𝗸𝗼𝗹𝗲𝗲𝗻 𝗵𝗶𝗻𝗾𝗮𝗯𝗮𝗻 👉𝗟𝗶𝗾𝗶𝗶 𝗮𝗱𝗱𝗮.𝗮𝗱𝗱𝗮𝗮 𝗱𝗲𝗲𝗯𝗶𝘀𝘂 ➾𝗠𝗼𝗼𝘁𝗮𝗿 𝗽𝗮𝗮𝗺𝗽𝗶𝗶 1.𝗷/𝗴𝗮𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂 𝗞𝗮𝗿 =400 𝗿𝗮𝘄𝘄 =0 2.𝗥/𝗷𝗮𝗻𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗿 =16,400 𝗿𝗮𝘄𝘄 𝗻𝗮𝗺𝗮 𝘁𝗼'𝗮𝘁𝗮𝗺𝗲 1 3.𝗢𝗿𝗱𝗲𝗲 𝗸𝗮𝗿 =19,200.𝗿𝗮𝘄𝘄= 0 ➽𝗟𝗜𝗾𝗶𝗶 𝗜𝗠𝗫 𝗱𝗲𝗲𝗯𝗶𝘀𝘂 1.𝗢𝗿𝗱𝗲 𝗵𝗮𝗿𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗿 =10480 𝗿𝗮𝘄𝘄 =0 𝗟𝗶𝗾𝗶𝗶 𝗯𝘂𝗹𝗲𝗲. 𝗞𝗮𝗿 =16831 𝗿𝗮𝘄𝘄= 0 2.𝗛/𝗷𝗮𝗻𝗮 𝗸𝗮𝗿= 28172 𝗿𝗮𝘄𝘄=0 3.𝗥/𝗷𝗮𝗻𝗮 𝗸𝗮𝗿=5679 𝗿𝗮𝗮𝘄𝘄 𝗻𝗮𝗺𝗮 1 𝘁𝗼'𝗮𝘁𝗮𝗺𝗲 👉𝗡𝘆𝗮𝗮𝘁𝗮 𝗕𝗮𝗿𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗶𝗹𝗮𝗮𝗹𝗰𝗵𝗶𝘀𝗲𝗲 𝗦𝗼𝗰𝗵𝗶𝗶𝗻 𝗮𝗿𝗮𝗱𝗱𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗹𝗮𝗮𝗳𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮

𝐎𝐋𝐌𝐄𝐘𝐀 𝐀𝐑𝐀𝐃𝐃𝐎𝐎𝐓𝐀𝐀 ✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐣𝐣𝐢𝐢 28/2016 1= 𝐙𝐨𝐨𝐧𝐢𝐢 𝐖𝐚𝐣𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚. 𝐒𝐨𝐜𝐡𝐢𝐢 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐍𝐢𝐬𝐨𝐨𝐦𝐚𝐚 :::::::::: 1=𝐀𝐫𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢𝐢 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐈𝐅𝐇 𝐎𝐥.𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐧 1𝐟𝐟𝐚𝐚=𝐆𝐮𝐝𝐝𝐢𝐧𝐚 𝐌𝐮𝐥𝐚𝐭𝐚𝐚=311𝐟𝐟𝐚𝐚 2𝐟𝐟𝐚𝐚=𝐃𝐡𝐚𝐪𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚>>>𝐍𝐚𝐦𝐚 10.> 2 𝐟𝐟𝐚𝐚 3𝐟𝐟𝐚𝐚=𝐃𝐚𝐫𝐦𝐚𝐬𝐡𝐞𝐞𝐤:𝐍𝐚𝐦𝐚 4>3𝐟𝐟𝐚𝐚 4𝐟𝐟𝐚𝐚==𝐆𝐨𝐨𝐫𝐨𝐨 𝐆𝐚𝐫𝐛𝐢𝐢 ::𝐍𝐚𝐦𝐚 4> 3𝐟𝐟𝐚𝐚 2=𝐒𝐚𝐬𝐬𝐚𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐆𝐢𝐛𝐢𝐫𝐚 𝐋𝐚𝐟𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐝𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐅𝐨𝐲𝐲𝐞𝐞𝐧 𝐝𝐮𝐫𝐚𝐚 𝐝𝐮𝐮𝐛𝐚𝐚𝐧. 1:𝐟𝐟𝐚𝐚:>𝐃𝐚𝐫𝐦𝐚𝐬𝐡𝐞𝐫𝐤 𝐐𝐫.3000 2:𝐟𝐟𝐚𝐚>𝐃𝐡𝐚𝐪𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚. 𝐐𝐫.3000 3:𝐟𝐟𝐚𝐚:~𝐆𝐮𝐝𝐝𝐢𝐧𝐚 𝐌𝐮𝐥𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐫.1750 4:𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐫𝐨𝐨 𝐠𝐚𝐫𝐛𝐢𝐢. 𝐐𝐫 1000 3~𝐒𝐨𝐜𝐡𝐢𝐢 𝗠𝗮𝗻𝗮 𝗠𝘂𝗿𝘁𝗶𝗶 𝗔𝗮𝗱𝗮𝗮 ~𝗚𝗼𝗼𝗿𝗼𝗼 𝗚𝗮𝗿𝗯𝗶𝗶:-10,000 4=𝗦𝗼𝗰𝗵𝗶𝗶 𝗦𝗮𝘀𝘀𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶 𝗜𝘀𝗽𝗼𝗼𝗿𝘁𝗶𝗶 ✦𝐷ℎ𝑎𝑞𝑞𝑎𝑏𝑎𝑎=500 ✦𝐺𝑢𝑑𝑑𝑖𝑛𝑎 𝑀𝑢𝑙𝑎𝑡𝑎𝑎=100 ✦𝐺𝑜𝑜𝑟𝑜𝑜𝑣𝐺𝑎𝑟𝑏𝑖𝑖=100 5=𝗕𝘂𝘂𝘀𝗶𝗶 𝗪𝗮𝗹𝗱𝗲𝘆𝗮 𝗗𝘂𝗯𝗮𝗿𝘁𝗶𝗶 ~𝐃𝐚𝐫𝐦𝐚𝐬𝐡𝐞𝐫𝐤=1525 ~𝐃𝐡𝐚𝐪𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚=1500 2=𝐙𝐎𝐎𝐍𝐈𝐈_𝐀𝐑𝐑𝐄𝐄𝐋𝐄𝐄 1=𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐦𝐢𝐬𝐨𝐨𝐦𝐚 𝐒𝐮𝐥𝐮𝐥𝐚 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐜𝐡𝐢𝐬𝐞𝐞 ▶️𝐀𝐫𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐦𝐢𝐬𝐨𝐨𝐦𝐚 𝐬𝐮𝐥𝐮𝐥𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐮𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚𝐚𝐧 𝐠𝐢𝐝𝐝𝐮 𝐠𝐚𝐥𝐚 👉𝐀𝐫𝐫𝐞𝐞𝐥𝐞𝐞 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐊𝐑=1019 𝐑𝐠=150 ▶️𝐀𝐫𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐦𝐢𝐬𝐨𝐨𝐦𝐚 𝐬𝐮𝐥𝐮𝐥𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐮𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝_𝐀𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐨𝐨𝐥𝐚𝐧 👉𝐣𝐢𝐫𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐥𝐥𝐢𝐧𝐚𝐚 𝐊𝐑=1624 𝐑𝐠=76 ▶️𝐀𝐫𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐦𝐢𝐬𝐨𝐨𝐦𝐚 𝐬𝐮𝐥𝐮𝐥𝐚𝐚𝐧 𝐰𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐁𝐨𝐪𝐨𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐎𝐨𝐥𝐚𝐧 👉𝐀𝐝𝐮𝐮𝐛𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 2=𝐃𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢 𝐥𝐢𝐪𝐢𝐢 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐜𝐡𝐢𝐬𝐞𝐞 ▶️𝐃𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢_𝐥𝐢𝐪𝐢𝐢 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐨𝐫 𝐩𝐚𝐚𝐧𝐩𝐢𝐢 𝐑𝐚𝐚𝐰𝐰𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐫𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐅𝐨𝐨𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐭𝐚'𝐚𝐚𝐧 👉𝐀𝐫𝐫𝐞𝐞𝐥𝐞𝐞 𝐱𝐢𝐪𝐪𝐚𝐚 𝐊𝐖=80,100 𝐑𝐠=16400 𝐑𝐇𝐇=69400 𝐇𝐚𝐟𝐭𝐞𝐞=10700 ▶️𝐀𝐫𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢 𝐥𝐢𝐪𝐢𝐢_𝐌𝐨𝐨𝐭𝐨𝐫 𝐩𝐚𝐚𝐧𝐩𝐢𝐢 𝐑𝐚𝐚𝐰𝐰𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐮𝐲𝐲𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐠/𝐠𝐚𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐧 👉𝐉𝐢𝐫𝐫𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐥𝐥𝐢𝐧𝐚𝐚 𝐊𝐑=139,300 𝐑𝐠=1000 𝐑𝐇𝐇=93967 𝐇𝐚𝐟𝐭𝐞𝐞=45333 ▶️𝐀𝐫𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢 𝐋𝐢𝐪𝐢𝐢 𝐦𝐨𝐨𝐭𝐨𝐫𝐩𝐚𝐚𝐧𝐩𝐢𝐢 𝐑𝐚𝐚𝐰𝐰𝐢 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐙𝐞𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐝𝐡𝐚𝐚. 👉𝐀𝐝𝐮𝐮𝐛𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐑𝐰=23,900 𝐑𝐠=0 𝐑𝐇𝐇=5000 𝐇𝐚𝐟𝐭𝐞𝐞=18900 3=𝐃𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢_𝐋𝐢𝐪𝐢𝐢 "𝐈𝐌𝐗" 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐜𝐡𝐢𝐬𝐞𝐞 ▶️𝐀𝐫𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢 𝐥𝐢𝐪𝐢𝐢 𝐈𝐌𝐗 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚'𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐚𝐰𝐰𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐙𝐞𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐭𝐚'𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐱𝐢𝐲𝐲𝐞𝐞𝐟𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧 👉𝐀𝐫𝐫𝐞𝐞𝐥𝐞𝐞 𝐱𝐢𝐪𝐪𝐚𝐚 👉𝐌/𝐊𝐮𝐫𝐟𝐚𝐚 👉𝐣𝐢𝐫𝐫𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐥𝐥𝐢𝐧𝐚𝐚 4=𝐐𝐮𝐬𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐜𝐡𝐢𝐬𝐞𝐞 ▶️𝐀𝐫𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐐𝐮𝐬𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐬𝐢𝐢𝐧𝐪𝐞𝐞 𝐑𝐚𝐚𝐰𝐰𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐅𝐨𝐨𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐧 👉𝐌/𝐊𝐮𝐫𝐟𝐚𝐚 𝐊𝐖=15000000 𝐑𝐠=162230 𝐑𝐇𝐇=3029530. % 20.1968 𝐇𝐚𝐟𝐭𝐞𝐞=11970470 👉𝐉𝐢𝐫𝐫𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐥𝐥𝐢𝐧𝐚𝐚 𝐊𝐰=33383578 𝐑𝐠=30000 𝐑𝐇𝐇=2063000. %6.17968 𝐇𝐚𝐟𝐭𝐞𝐞=31320578 ▶️𝐀𝐫𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐐𝐮𝐬𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐬𝐢𝐢𝐧𝐪𝐞𝐞 𝐑𝐚𝐚𝐰𝐰𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐙𝐞𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐭𝐚'𝐚𝐚𝐧 👉𝐀𝐫𝐫𝐞𝐞𝐥𝐞𝐞 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 👉𝐀𝐫𝐫𝐞𝐞𝐥𝐞𝐞 𝐱𝐢𝐪𝐪𝐚𝐚 👉𝐀𝐝𝐮𝐮𝐛𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 ↔️𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐙𝐨𝐨𝐧𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐐𝐮𝐬𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚:- 𝐊𝐖=111366373 𝐑𝐠=192230 𝐑𝐇𝐇=7307530 %6.5617 𝐇𝐚𝐟𝐭𝐞𝐞=104058843 5=𝐒𝐚𝐚𝐬𝐬𝐚𝐛𝐢𝐢 𝐠𝐢𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐋𝐚𝐟𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐝𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐜𝐡𝐢𝐬𝐞𝐞 ▶️𝐀𝐫𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐒𝐚𝐬𝐬𝐚𝐚𝐛𝐢𝐢 𝐠𝐢𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐥𝐚𝐟𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐝𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐫𝐚𝐚𝐰𝐰𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐅𝐨𝐨𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐭𝐚'𝐚𝐚𝐧

Nagayaan oltanii? Hoggansa ykn Bkka bu'oota seektaroota Hiyyummaa hirrisanii hundaaf Guyyaa 10/5/2015 Galgala sa'aatii 10:00 irratti Gabaasa raawwi hojii torbaan kanaa qabattanii Waajjiraa Bulchinsaa kutaa I/G waajjira Bulchinsaatti akka argamtan isiniin jennaa 1. Qonna 2. Fayyaa 3. Barnoota 4. CHUO 5. Galii 6. WHG 7. Maallaqa 8. ATEN 9.Galmeessa siiviili 10. Bishaanii fi Inarjii 11. Daldala 12.Manaajara Baankii Siinqeetti 13. Dargaggoo fi Ispoortii 14. Hawassummaa 15.B/Gonofaa 16.PSMQN *_HUBACHIISA_* 1.Seektaroonni olitti Tarraahe kun kan hoggansi Bobbaa Paartiirra hin jirre Hoggansatu hirmaata,kan hoggansi Bobbaa Paartiirra jiru Bakka Bu'aatu hirmaataa 2.hafuufi orraafachuun hin dandahamuu G/G koree Qindeessituu Aanaa keenyatiif

Gurmaa'insa Kilaastara ilaalchisee 1.Kilaastara Misooma Baadiyyaa Waliqabaan I/G Qonaati. ⇒= Qonnaa ⇒= Bishaan ⇒= Lafa ⇒= E/Naannoo ⇒=Albuuda ⇒= WHG 2.Kilaastara Misoomaa Magaalaa waliqabaan I/G CHUtii ⇒= CHUO ⇒= M/Kurfaa ⇒= M/Daawwee ⇒= Daldala ⇒= Investimenti ⇒= Daandii ⇒= Geejiibaa 3= Kilaastara Hawaasummaa waliqabaan I/G Waajjira Fayyaati ⇒= Fayyaa ⇒= Barnootaa ⇒= A/Turizimii ⇒= Kominikeeshini ⇒= Dhim/Dubarti fi Daa'immani ⇒=Dargaggoo fi ispoortii ⇒= Hawasumma 4.Kilaastara Bulchinsaa fi Horatalee waliqabaan I/G Waajjira Maallaqati ⇒=Maallaqa ⇒=PSMQ ⇒=Galii ⇒=B/Gonofaa ⇒=G/Sivilii 5. hoggansi Kilaastara Gabaasa haala kanaan qopheessee waajjira Bulchinsaatiif Boru ganama galchuu qabaa.

Muddee 23/04/2016 G/H/B/Aanaa Kurfaa Callee Mana barumsaa Waaqjiraatti Qaama Aanaa dhufee, Hoggansa Mana barumsaa fi Manaajimeentii Mana barumsaa waliin Haala baruu barsiisuu fi Wantoota gara fuula daraatti hojjetamuu qaban irratti mariin gaggeeffamee jira

#Ogeeyyotaa_Hojii_Deeggarsaaf_Sadarkaa_Araddattii_bobbaatan_hundaaf #Hojilee_Ka'umsaa_Sadarkaa_Araddaattii_Hojjetamuu_qaban:> ==== 1=#Haala_Mooraa_Wajjira_Araddaa_fi_Biirowwolee_Mootummaa ~Tappellaan Araddaa Ibsu, ~Waajjira Ibsu,fi ~Biirole gara garaa ibsu dhabbachu Qaba ~Waajjirri Aradda fi Manneen Hojii Hundi Tappellaan Kaayyoon, Galmi fi Mullannii Manneen Hojii Jiraachuu Qaba. =>Biiroon Sadarkaa Araddatti Biiroo Bulchaa, Waajjira Paartii, Waajjira Maanajara Waajjira Afyaa’ii , Mana Murtii Aadaa fi kkf hundi irratti Maxanee Ragaan Kessatti Dokmant ta’ee jiraachuu Qaba. =>Mooraan ykn Waajjira Mootummaa fkn M.B fi Biiroo Araddaa kessa Alaabaan Mootummaa Federaalaa fi Mootummaa Naannoo Oromiyaa 2 nuu dirqama fannifamuu Qaba. =>Qulqullinni Mooraa Fkn Mana Fincaanii,Mooraa, Biiroolee fi kkf hundi sirnaan Qulqulla’uu Qaba. Dokmantilee Qinda’ee Sirnaan Jirachuu Qaban. =>Karoorrii Paartii Sadarkaan Jiru Hundi Sadarkaa Waajjira Maanajaratti Qinda’uun faayila ta’ee taa’uu qaba. =>Chaartarri Lammilee Bulcha aanaatiin Mallata’e Araddarra Jiraachuu Qaba. =>Karoorri Wagga Shanii Imala Badhaadhinaa Aradda Jiraachuu Qaba. =>Karoorri Hojiilee Kennaa Tajaajila Lammummaa Sadarkaa Araddatti Qinda’ee Jiraachuu Qaba. =>Gabaasni Tajaajila Lammumma Hojilee hunda hamate Jiraachuu qaba. =>Faayilli tarkanfiwwan gara garaa fudhatamanii Jiraachuu Qaba. =>Karoorri Qinda’aan Seektara Mootumma Hunda Hammate Sadarkaa Araddatti adda addaan fayila ta’ee taa’uu Qaba. =>Muxannoowwan Sadarkaa Araddatti Jiran Adda ba’ee Barreffamaan Qindaa’ee Jiraachuu Qaba(Dandeyamnaan Vidio fi Dokmantarilee) =<Gabaasni Hojilee Paartii fi Mootummaa Ji’a Ji’aa, Kurmaanaa fi Waggaa hundi Faayila ta’ee taa’uu Qaba. =>Karoorrii Kurmaanaa Ji’aa fi torbaanii Sadarkaa Maanajara Araddatti qinda’ee jiraachuu Qaba. =>Karoorri Jaarmiyaalee Paartii fi Mootummaa Hanga Dhunfatti Qindaa’uun Hubannoon Sirnaan Uumamuu Qaba. =>Cheeklistiin Hojilee Seektara Hundaa Sadarkaa Araddatti Qinda’ee Ji’a Ji’aan Kan Sadarkaa Aanaa Irra gad ergaman, Kan Achitti qopha’e hundi hidhamee taa’uu Qaba. =>Atteendaansiin Hojjettoota Araddaa Barsiisaan irra kan hafe Hojjettoonni hundi sadarkaa Araddatti Ganama Ganama Sa’aa Hojii Mootummatti Mallattessuu Qabu. 2=#Galmeen_Qinda’uu_Qaban =>Galmee mariwwan Gara Garaa Paartii fi Mootummaa. =>Galmeen Maanajarri Komii Sadarkaa Araddaa jiraachuu. =>Galmeen Maalaaqni Callaan Sadarkaa Araddatti ittin Galma’u FKN Sassabbii Gibiraa, Fannoo Diimaa,Busaa Gonofaa, WMO,Qarshii Uffata Milishaa fi kkf hundi jiraachuu qaba. =>Galmeen Muxannoo Wal jijjirraa fi kkf jiraachuu Qaban. 3=#Ragaa_Sadarkaa_Biirotti_Maxxanuu ilaalchisee;- =>Ragaan Bu’uraa Araddaa Baayina Ummataa Bara Baraan Jiraachu, =>Gurmaa’insi Sadarkaa Aradda Gama Paarii fi Mootummaa Hundi Maxxanee jiraachuu Qaba,fkn Gurma’insa Koree Qindessa, Hundee,Seelii Gurmaa’insa Mootummaa Unit Exteshinii ,Zoonii,Garee Misoomaa fi Gurmaa’insa Ollaa. =>Bayina Dhabbilee Sadarka Araddatti Jirani fkn M/B,Fayyaa,Dhabbilee Amantaa fi kkf =>Ragaa Baayina Barataa, Gurmaa’insa Dargaggoo,fi Dubartoota Hundi Maxanee Jiraachuu Qaba. =>Sagantaan Marilee Gara Garaa Sadakaa Araddatti Jiran hundi Maxxanfamee Jiraachuu qaba. =>Waajjirri Hundi Guyyaan Aabba dhimmaa maxxanee ifatti jiraachuu qaba. Ragaan Beeyladaa fi Balina Lafa Araddaa akkaataa barbaachisuun Maxxanee jiraacchuu Qaba. =>Gurmaa’insi gama Nageenyaan jiran Gaachana Sirnaa Sagantaan Bobbii hundi ifatti maxxanee jiraachuu Qaba fi kkf Sirnan Jiraachuu Qaba.

#Yaadachiisa === #Seektaroonnii_Keenya hundinuu gabaasa guyyaa yeroo jedhamettii Hard koppii Pirt gochun Chappaan fi softcopin akka nuuf galchitan cimsinee isin beeysifna!

Ramaddii_Hojjettota_Sadarkaa_Araddatti Gad bobbafne hanqinoota hojii teknikaatiin mullatan guutuudhaaf ogeessa seektaroota adda addaarraa walitti qindeessinee arddoota hundatti bobbaafnee jiirraa. 1=Araddaa Dhaqqabaa ~Abdallaa Alii (Barnoota) ~Abaadir Aliiyyii (Qonna) ~Jamaal Sheerii (BWHG) 2=Darmasheek ~Tayyee Salamoon (Fayyaa) ~Marshaa Hayluu (Qonna) ~Muluqan Sisaay (CHU) ~Ajabaa (BWHG) 3=Gudina Mulataa ~Maruwaan Abdoo (Qonna) ~Baqqalaa. (Qonnaa) ~Mahammad Abrahim (Bulchinsa) ~Luulsaggad Nagaash (CHU) ~Abdii Bushraa (Qonnaa) 4=Gooroo Garbii ~Sharaf Qaceelaa (Qonna) ~Haashim (CHU) ~Hundee Jabeessaa (PSMQN) 5=Jirruu Balinaa ~Abdallaa Jibroo (Qonna) ~Aliyyii Aadam (CHU) ~Mahamad Manjuus (Qonna) ~Adaanaa Nagaash (Qonna) 6=Arrele Xiqqaa ~Fu'aad Abraahim (Busaa Gonofaa) ~Xahaa Mahammad (CHU) ~Dajanee Biranuu (Fayyaa) ~Abduramaan Muktaar (Qonna) 7=Arele Guddaa ~Ahmad Ibroo (Fayyaa) ~Amad Saanii (Qonna) ~Mahamad Abdulwab (CHU) ~Jaabi Husseen (BWHG) 8=Aduu Baatee ~Ra'uuf Ammanuur (Qonna) ~Obsaa Usmaanee (Dhi.DD) ~Abdukariim Aliyyii (Hawasummaa) 9=Magalaa Kurfaa ~Mahamad Abdoo (PSMQN) ~Lalisa Abate (Bulchinsa) ~Tigist Kifluu (Investmentii) 10=Ordee Gobaa ~Fireew Getane (Qonna) ~Jamaal Toifiq (Fayyaa) ~Jamaal Abduramaan (CHU) 11=Jirruu Gammachuu ~Dajanee (Qonna) ~Qaasim Aliyyii (CHU) ~Mahammad Yuusuf (Lafa) 12=Hulaa Janataa ~Afandii Idiris (Qonnaa) ~Alamuu (Fayyaa) ~Juhadee (CHU) 13=Rasaa Jannataa ~Abdurroo. (Qonnaa) ~Kaliif. (CHU) ~Tsaggaa Tafarra (Barnoota) 14=Magalaa Dawwee ~Alamisheet. (PSMQN) ~Jibriil. (Investmentii) ~Shifattaa. (Daldala) 15=Caffee Aananii ~Wanduu Hamdee (Bishaan) ~Mahammad Amad (Barnoota) ~Abdurazzaaq. (Qonnaa) 16=Bilii Balinaa ~Ibsaa Usmaa'il. (Barnoota) ~Aaladdiin (Busaa Gonofa) ~Ibroosh Abrahim (Qonnaa) 17=Alam Duroom ~Daanyuu. (Barnoota) ~Masfin Hayluu(Qonnaa) ~Suulxaan (CHU) 18=Ija Qacuu ~Ammee Aliyyii (Qonnaa) ~Mammush Mokonin (Barnoota) ~Jamaal Guutoo (Daldala) 19=Dirree Guddinaa ~Jibriil Abduraman (Barnoota) ~Ziyaad Jibra'il (Qonna) ~Jamaal Orfo (Hawasumma) 20=Afran Qalloo ~Kaliif Yaayaa(PSMQN) ~Aadam Umar (Qonnaa) ~Mika'il Abdallaa (Mallaqa) HUBACHIISA 1.ogeessi ramaddii fudhatee hundi guyyaa boruu/21/4/2016 saatii 3 :00 duratti araddaa itti ramadameetti argamee hojii isaaf kennametti galuu qabaa 2.Hoggansaafi dabballeen keenya kan araddaa qabatee jiru deeggarsa olaanaa gochuufii qabaa 3.hojiileen fudhannee bobbaane ballaa waan taheef itti fayyadama yeroo keenyaa sirrtti qusannee halkniifi guyyaa hojjachuu qabnaa. 4..komaandipoostii paartiifi misoomaatiif ogeessa keessaa abbaan qindeessaa goone gabaasa guyyatti yeroo 2 ganama saatii 3:00 galgala saatii 12:00 gabaasa kennuu qabaa, @ jabaadhaa Araddoota keenyaafi Aanaa keenya moodola goonee harka Pirzdaantii naannoo keenyaarraa Badhaasa Bara 2016 fuudhuun keenya shakkii hin qabu, Haqa qabna Rabbiiniis nu gargaaraa Nagayaan Bulaa

Dubdebii Torbe 2ffaa ji'a Muddee (2).docx2.62 KB

Godina hararge bahaa Aanaa kurfaa Calleti gamaggama raawwii hojii Waajjira Lafaa kan ji'a shanii fi haala Amma hojiin itti hojjatamaa jiru   bakka ogeeyyin godinaa obbo obsaa Ammee fisaaladdiin m/dnuur akkasuma manejimentiin waajjira Lafaa guutuun argamanitti  qixa sirriin qoratamee hanqinaa fi cimina  jiru Adda baafamee kallattiin hojii fula duraa kennamee jira

Guca Qusannoofi Deebii Liqii.xls0.28 KB

#Ramaddii_Hojjeetota_Busaa_Gonofaa. 1=#Aladdin Mahammad Araddaa Arfaan Qallo ,Dir/Guddina,Fi Ija Qacuu. Lakk,Bil 0921694906. 2=#Fu'aad Abraahim  Araddaa : magalaa daawwee, hulaa jannat Fi rasaa jannata  Lakk 0942912055 3=#Firdisa barasa  Araddaa : Guddina mula'ataa ,dhaqqabba Fi farms Sheek  Lakk 0910931378 4=#Alamsheet  itaay  Araddaa  Alam duroom,caffee aanannii Fi Billi bal'ina Lakk  0901121422. 5=#Abubakar nuur Arradda areelee gudda Fi aduu baate  6=#Tammiruu yoseef  Araddaa magalaa kurfaa  Lakk 0936417855. 7=#Ayyantuu abdoo  Araddaa jiruu gammachuu  Lakk 0915454384. 8= #Salaam yashixilaa  Araddaa gooro garbii Lakk 0912668018 . 9=#Hixirri abdalla  Araddaa  areelee xiqqaa Lakk  0968784794. 10=#Obsituu Jamaal  Araddaa  ordee Lakk 0982620495. 11=#Masart Tasfayye  Araddaa. jiruu bal'ina Lakk 0923324660 #Guyyaa_Borurraa_Kaasee_Iddoo_Bobbaa_Kessanirraa_Gabaasa_Hojii_BG_Kan_walirra_fudhannuu_ta'a!