en
Feedback
Waajjira Bulchinsa Aanaa Kurfaa Callee

Waajjira Bulchinsa Aanaa Kurfaa Callee

Open in Telegram

Public

Show more
Finland7 321The category is not specified
363
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Bishaan Magaalaa kurfaa maashinii haala kanaan Qonna guyyaa arraa ifatti qotuu eegaleeti jiraa.

+9
20240216_162105.jpg2.25 MB

+9
20240216_175612.jpg1.36 MB

+5
20240216_161645.jpg1.81 MB

+9
20240216_175817.jpg1.02 MB

+9
20240216_175940.jpg10.03 KB

+9
20240216_180102.jpg1.25 MB

+9
20240216_180228.jpg8.41 KB

+9
20240216_180420.jpg7.11 KB

+9
20240216_180927.jpg1.84 MB

+9
20240216_181309.jpg2.97 MB

+9
20240216_181619.mp443.01 MB

DUUB DEEBII IFH ~~QR. BANKII GALEE ===8/6/2016 ~//~ ~//~ 1~D/Gudina~110,370✈️✈️✈️/VIVAA/ 2~A/Xiqqa~104,090✈️✈️ 3~D.Shek~72035🛶 4~Dhaqaba~70,680⛟ 5~J.Balina~43,020🛺 6~I.Qacu~38,400🦄 7~G.Garbi~36,000 8~A/Qalo~34,530 9~Orde~29,360 10~Kurfaa=23,190 11~Ar/Guddaa~2520 ~//~~~ Akkaa Zoonittii ~//~~~~ 1~Z.GABIIBA~183,300✈️✈️✈️ 2~Z.WAJJIRA~181,995✈️✈️ 3~Z.ARRELE~179,223🛩 4~Z.DAWWEE~52860🛶 ♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤ ===========//===== WG=567,195 =====Nagaan Bulaa!!

🎯DUUB DEEBII IFH Guyyaa~8~6~2016 ~~\\~~ 1~Gu.Mulataa=152✈️✈️✈️/VIVVAA/ 2~A.Xiqqaa=110✈️✈️ 3~D.Guddina=72✈️ 4~A.Duroom=65🛶 5~I.Qacuu=50 6~A.Batee=50 7~J.Balina=50 8~Kurfaa=41 9~A.Guddaa=32 10~Ordee=31 11~R.Jannata=30 12~B.Balinaa=30 13~G.Garbii=25 14~H.Jannataa=24 15~C.Ananii=21 16~Dawwee=18 17~J.Gammachuu=14 18~A.Qalloo=9 19~D.Sheek=7 20~Dhaqqabaa=0 ====//========= Akka Zoonittii 1~Z.ARREELE=283✈️✈️✈️(VIVVAA) 2~Z.GABIIBAA=247✈️✈️ 3~Z.WAJJIRAA=182✈️ 4~Z.DAWWEE=115🛶 ~\\~~~ ===WG=827 ~\\~~~ ==/Nagayaan Bulaa!!!

𝐄𝐑𝐆𝐀𝐀 𝐇𝐀𝐓𝐀𝐓𝐓𝐀𝐌𝐀𝐀 ~~~~ 𝐁𝐨𝐫𝐮 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 (4~6~2016) 𝐆𝐚𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐒𝐚'𝐚𝐚 2:30 𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐚𝐥𝐭𝐚𝐣𝐣𝐢𝐢𝐧 𝐆𝐚𝐦𝐚𝐚𝐠𝐠𝐚𝐦𝐚 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐏𝐚𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐰𝐰𝐢𝐢 𝐣𝐢'𝐚 6,𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚𝐭𝐮𝐮𝐟 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚 𝐇𝐨𝐣𝐣𝐞𝐭𝐭𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢𝐢 𝐒𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐫𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐢 𝐠𝐚𝐠𝐠𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐝𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐫𝐚𝐧𝐚𝐝𝐝𝐢𝐢𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐚𝐥𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐡𝐚𝐫𝐜𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐧 𝐚𝐥𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐬𝐚'𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐦𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐭𝐚𝐧 𝐜𝐢𝐦𝐬𝐢𝐧𝐞𝐞 𝐢𝐬𝐢𝐧 𝐛𝐞𝐞𝐲𝐬𝐢𝐟𝐧𝐚! ~~ 𝐎𝐫𝐫𝐚𝐚𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧,𝐡𝐚𝐟𝐮𝐮𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐚'𝐚𝐦𝐮 𝐇𝐨𝐠𝐠𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐁𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐁𝐮'𝐚𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐬𝐮𝐦𝐚𝐚𝐬 𝐇𝐮𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐢𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐬𝐢𝐫𝐭𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐭𝐭𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐇𝐨𝐣𝐣𝐞𝐭𝐭𝐨𝐭𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐭𝐭𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐭𝐚𝐧 𝐜𝐢𝐦𝐬𝐢𝐧𝐞𝐞 𝐢𝐬𝐢𝐧 𝐛𝐞𝐞𝐲𝐬𝐢𝐟𝐧𝐚! ~ 𝐍𝐚𝐠𝐚𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐮𝐥𝐚𝐚!!!!!

Gurmaa'insa Kilaastara ilaalchisee 1.Kilaastara Misooma Baadiyyaa Waliqabaan I/G Qonaati. ⇒= Qonnaa ⇒= Bishaan ⇒= Lafa ⇒= E/Naannoo ⇒=Albuuda ⇒= WHG 2.Kilaastara Misoomaa Magaalaa waliqabaan I/G CHUtii ⇒= CHUO ⇒= M/Kurfaa ⇒= M/Daawwee ⇒= Daldala ⇒= Investimenti ⇒= Daandii ⇒= Geejiibaa 3= Kilaastara Hawaasummaa waliqabaan I/G Waajjira Fayyaati ⇒= Fayyaa ⇒= Barnootaa ⇒= A/Turizimii ⇒= Kominikeeshini ⇒= Dhim/Dubarti fi Daa'immani ⇒=Dargaggoo fi ispoortii ⇒= Hawasumma 4.Kilaastara Bulchinsaa fi Horatalee waliqabaan I/G Waajjira Maallaqati ⇒=Maallaqa ⇒=PSMQ ⇒=Galii ⇒=B/Gonofaa ⇒=G/Sivilii 5.kilaastara Nageenyaa fi Haqaa Waliqabaaan I/G Nageenyaaati. ~Nageenyaa ~Abbaa Alangaa ~Poolisii ~Milishaa 6. hoggansi Kilaastara Gabaasa haala kanaan qopheessee  waajjira Bulchinsaatiif Boru ganama galchuu qabaa.

Nagayaan ooltanii?Hoggansa keenya hundaaf. @ torbee kana hojii waliigalaatiin Raawwiin keenya baayyee gadi bu'ee waan jiruuf jecha xiyyeffannoo itti keninee hojiin raawwachuu qabnu A.hoggansi leenjii Barsiisaa qabate leenjii karaa guutuun gaggeessuu B.hoggansi araddaa qabate 1.Hojii Misoomaa Sululaarratti humna namaa karoora qabame hunda karaa guutuu taheen irratti hirmaachisuu 2.Gibira lafa baadiyyaa,WMO,Fannoo Diimaa,ispoortii fi B/Gonofaa karoora keessan duguuganii raawwachuu 3.Liqii IMX haarayaafi kan bule duguugamee akka galu gochuu fi 4.liqii Tiraaktaraa fi liqii motor Paampii nama iratti haferraa akka duguugamee galu gochuu 5.Qusannaa Baankii Siinqee karoora araddaaf kenname akka raawwatamu gochuu 6.Nyaata Barataa karoora aradootaaf kenname Sassaabamee mana kuusaatti galchuu 7.ijaarsa mana murtii Aadaa karaa qulqullinaafi saffisa qabuun ijaarsa xumuruu 8.IFH Qonnaan bulaan hundi akka harayoonfatu gochuufi Raawwii hojii keenya hunda walfaana duguugamee guyyaan gabaasa komaandi poostii Paartii fi Bulchinsaatiif kennaa deemuun injifannoo Araddoota qabannee jirruufi Aanaa keenyaas Godinatti fuulduratti akka bahu gochuuf gurmaahinsa Paartii fi Mootummaa hundaa karaa guutuu taheen hojii keessa galchuun hojii hunda walfaana akka raawwatamu irra deebi'iinee walyaadachiifnaa. Nagayaan bula!!!! G/G koree Qindeessituu Aanaa Keenyaatiif.