Qajeelchaa Barsisaa@@ Teacher guide grade 9_12
Open in Telegram
965
Subscribers
+324 hours
+57 days
+4930 days
Posts Archive
ብዙ ሜንበሮቼ የ12th Natural science TG ስትጠይቁ ነበረ ፡ ሆኖም የ12th Nature Science TG ላገኝ አልቻልኩም 😢
ያላቹ ወይም ልታገኙ የምትችሉ ካላቹ በዲስከሽን ግሩፓችን ላይ ይላኩ
Chemistry teacher guide12. @hs_smart_students.pdf2.44 MB
You will get many educational books here.Here is the new curriculum text book from grade 1-8
https://t.me/pdfethiopia
Grade 9 new curriculum text book (share)
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Grade 11 new curriclum text books(share)
👇👇👇👇👇👇👇
Grade 12 new curriculum text books(share)
👇👇👇👇👇👇
Repost from Dirree Walaloo👇
Baga nagaan dhuftan
Hordoftoonni martuu
Harka fuunen jedha
Ashamaa akkam jirtu
Repost from Dirree Walaloo👇
BARSIISAA KOO
Barsiisaa abbaa keenyaa
Abba keenya lammataa
Homtuu hamma keen gahu
Si maadaaluuf dhaabbataa
Dhugaadha hin madaalamtu
Qixxeen kee hin argamu
Kan ati beektu maalinu
Tasayyu Hin madaalamu
Sirra madde beekumsi
Addunyaaf ta'e agartuu
Beekumsi kee addadha
Eessattiyyun argamtuu
Situ barsiisee mitii
Kan tolche konkolaataa
Ofii isaarra darbee
Beekumsa namaaf laata!
Situ beekaa oomishe
Kan fakkaatu rasaasa
Kan bu'a keen hubanetu
Ormatti si basaasa
Kabajni keen xiiqqata
Siif haa daballu maqaa
Itti fakkeessaf mitii
Kanin jedhu kun haqaa
Anumtuu si jajuudhaf
Sababa sit naaf ta'ee
Baayyee na gammachiisa
Maqaa kee yemman dha'e
Bu'aan kee laayyoo miti
Ni caalta ati dokterii
Ogummasaa sit kennef
Kan hojjeteef dooserii
Hojiin kee kan mi'ayuu
Miyooftuu akka shaayii
Bu'uura isaa sit ta'ee
Mikaayeel faradayii
Dukkana ibsuus jedhee
Yaalii hedduu geggeesse
Kan biraa enyut jira
Hojicha sit milkeessee
Ija keenya nuu saaqxee
Kan nu baaste ifatti
Siin eenyu naan madaaluu
Sin maadalu namatti
Osoo atin jiraanne
Doofneetu lafa haana
Ergatti nuuf jiraatte
Guddanne nama taana!
Abdii guddinaa qabnaa
Siin ibsaa kenyaa godhanne
Daballe si jajuuf jirra
Gaafa beekumsa arganne
Xumuruulle gahera
Mee xiqqoon itti fufa
Nuu jiraadhuu barsiisa
Sit nurraa banee cufaa
Himee fixuu dadhabuus
Faayidaan kankee hedduu
Yoon dafee dhufuu badhes
Beeka akka obsaa na eegdu
By keraj chali
Game taphachuu qofaan maallaqa akka hojjettan beektuu laata?
Maarree kottu Game taphachuun qarshii hojjedhu.
👉Jalqaba Link kana tuqi 👉https://telegram.me/kana_betting_bot?start=i5204557115
👉Itti aansuun ✅Start godhi.
👉 Choose your language isa jedhu afaan dandeessu Filachuu dandeessa English ykn Amharic kana lamaan keessaa kan dandeessu filadhu.
👉 Itti aansuun Share your contact kan jedhu tuqi
👉 Itti aansuun play keno kan jedhu tuqi. Amma game siif fide taphachuun maallaqa hojjechuu jalqabda. Yeroo qarshiin kee 50 guute baafachuu dandeessa.
Share waliif godhaa
Repost from N/a
Wa'ee Keeti wa 10 sirrittin Beeka
°°°°°°°°°Sif Himuu❓°°°°°°°°°°°°°
Dhugaa1: ati Barreefama kana dubbisaa jirta
Dhugaa2: Qubee M jadhu osoo Hidhii kee waliin hin tuqin yoo Dubbiste ati dhugaatti cimaadha, garuu inuma hin dubbistu.
Dhugaa3: Dubbisuuf yaala turte
Dhugaa4: seeqxe jirta
Dhugaa6: Seeqxe ykn kofaltee jirta
Dhugaa7: ati Dhugaa lakk 5 irra darbuu kiyya hin hubanne
Dhugaa8: amma akkan irra darbe hubatte jirta
Dhugaa9: seeqxe jirta
Dhugaa10: barreefamni kun wan sitti toleef Like godhuf deemta ta'a.
😂🤣😁
Amma ammatti kofaluuf share godhi hiriyoota keetif.
Repost from HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.
Fageenyi jireenyaa
Osoo addaan ni hirtuu
Hiriyoota kiyya
Naguma naaf jirtuu?
Ani onnee koottan
Hunda keessan baadha
Bakka jirtanitti
Nagaa Naaf qabaadhaa!!
Sinirra haa qabu
Amajaajiif hamtuu
Bakka jirtanitti
Fayyaa tahaa martuu!
✍️ Mootummaa
@baacoowwan
Repost from BOKKUU APP AIRDROP
Namicha :- “Yaa Doktar! Hantuutaaf qoricha hin qabdanii?”
Doktara :- “Jira malee, haa ta’u malee maal isaanii dhukkube?” 😜😜
ilaaltee cal hin jedhinkaa like tuqi 👍
👉 #gada_vine
JOIN @gadavines
Repost from BOKKUU APP AIRDROP
Mucaa moobaayilii nokia 3310 qabatu tokkoo bilbileefiin
Ana :- hello hello...hello Maalinni sagaleen woyii si jalaa korrisaa jiraa
Isa:- kaardii abbaa birrii 100 itti guuteen ol ol isa godhaa jiraam
😂😂😂😂😂😂
👍like tuquu hin dagatin
Hiriyootakee 3f share godhi!
┄┄┉┉✽̶»̶̥🌺✿»🌺̶̥✽̶┉┉┄┄
💫JOIN @gadavines
🔥JOIN @gadavines
┄┄┉┉✽̶»̶̥🌺✿»🌺̶̥✽̶┉┉┄┄
Lafa nagaa Oolaa oro koo😍😘
