cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Dhaloota Waa Dubbisu

Dhaloota Dubbisee jijjiiramu haa taanu ! NU WALIIN DUBBISI

Show more
Finland3 466The language is not specifiedReligion & Spirituality
Advertising posts
417
Subscribers
No data24 hours
+27 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from N/a
Kitaaba Haaraa Dubbisaa
Show all...
1
Photo unavailableShow in Telegram
😊#DHIHOTTI *** SANBATA DHUFU *** ISTEEDIYEEMII MADDA WALAABUTTI 30/6/2016 #SAGANTAA WAL DORGOMMII QUR'AANAA FI AZAANAA 🛑QUR'AANNI Kitaaba Jabaa Dinqii Fi Beekkumsaan Haayyota Addunyaa Injifatee dha . 🎑AZAANNI Sagalee Bareedduu Ol Baatee Bareedinaan Addunyaa Boojite . 🛑Bareedinaa fi Dinqii Kana 2n Isin Affeeruuf »»» 💎Sagantaa Addaa Miira Kabajaa Fi Guddinaa Biyya Keenyatti Horu Qopheessinee jirra . ♦️Sagantaa Guddaa Wal DORGOMMII QUR'AANAA FI AZAANAA jedhu Akka Baaletti Sanbata Dhufu Gaggeeffama .
Show all...
👍 4👏 1
🌄Kitaabni Fuula 50 Qaba . 🧶Size :- 272 Kb ☑️Guyyatti Fuula 10 Qofa Dubbisna . ♦️Dilbataa - Kamsaa ♦️Dilbata (1-10) ♦️Wiixata (11-20) ♦️Kiiphxata (21-30) ♦️Harbaa (31-40) ♦️Kamsaa (41-50) 🎁Dubbisa Gaarii https://t.me/kitaaba2024
Show all...
Dhaloota Waa Dubbisu

Dhaloota Dubbisee jijjiiramu haa taanu ! NU WALIIN DUBBISI

Photo unavailableShow in Telegram
FALMII DHUGAA Kitaaba Ragaalee Fi Qabatama Amantiin Dhugaa Islaamummaa Akka Ta'e Barsiisuu Fi Namoota Islaama Ta'uu Fedhaniif Bu'uura ta'a jedhee Yaaduu dha . Amkasuma Namoota Falmii Fi Gaafilee Hordoftoota Amantii kiristaana irraa dhufaniif Deebii Quubsaa Kennuu Barbaaduuf Bu'uura .
Show all...
Falmii Dhugaa Kitaaba Amantii dhugaa Si Barsiisu
Show all...
#Dubbisaa jirtanii Yaa Saba
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
🏷Kitaaba Astiroonoomii 🏷Fuula 74 🎈size 4.7 🎈Guyyaa 7 Keessatti Xummurra 🎁Jimaataa Hanga Kamsaa 📊Jimaata 🪞1_11 🪞 📊Sanbata 🪞 12_ 22🪞 📮Dilbata 🪞23_ 33 🪞 📮wiixata 🪞34_ 44 🪞 📭Kiiphxata🪞45_55 🪞 📭Harbaa 🪞56_66 🪞 📫Kamsaa 🪞67_74 🪞 🎈Kitaabni Hubannoo Cimaa waan barbaaduuf Suutaan Hubata Akka Hordofnu dhaama . 🔑Guddina uumaa Rabbii kan itti Barruudha https://t.me/kitaaba2024
Show all...
🔥 1
Kitaaaba 4ffaa Kitaaba Qorannoo Hawaa fi Saayinsii Umamaa Bu'uura Godhata . Dubbisa Gaarii
Show all...
👍 4
KALLATTII GAGGEESSUMMAA Kitaaba Biroo Namoota Afaan oromoo DUbbisaniif https://t.me/kitaaba2024
Show all...