Gadisa Driver's Training Institute
Open in Telegram
545
Subscribers
No data24 hours
+27 days
+430 days
Posts Archive
🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠
Ibsaan dabrsa tiraafikaa
Ibsaan kun bakka lamatti qoodamu.
isaanis:-
1. Ibsaa dabrsa lafoo deemtotaa
2. Ibsaa dabrsa Konkolaataa dha.
Ibsaa Tiraafikaa.
Ibsaan dabrsa tirtaafikaa iddowwan daandii qaxxaamura Irratti konkolaattootaa fi lafoo deemtoota kallattii adda addaa irraa dhufaa jiranii fi sirnaan tartiiba isaanii eeggatanii walbira darbuuf akka danda’amuuf ibsaa haalluu adda addaa qabaniin fayyadamuun ergaa dabarsuuf meeshaalee gargaaranii dha.
Ibsaan dabrsa tiraafikaa
Ibsaan kun bakka lamatti qoodamu.
isaanis:-
1. Ibsaa dabrsa lafoo deemtotaa
2. Ibsaa dabrsa Konkolaataa dha.
1.Ibsaa dabrsa lafoo deemtotaa
Ibsaan kun kan tajaajilu lafoo deemtotaafi dha.
Ibsaawwan kun fakkii namaa kan qabanidha.
Akkaataa ifa isaanitiin bakka lamatti qoodamu
Isaanis;-
➢ Ifa diimaa fi
➢ Ifa magariisaa dha.
➢ Ifti diimaan fakkii namaa qabu yommuu ifu lafoo deemtoni daandii akka qaxxaamuran kan dhorku dha.
➢ Ifa magariisaan fakkii namaa qabu yommu ifu lafoo deemtoni mallattoo sararaa isanif qophaa’e qofa fayyadamuun qaxxamuruu ni danda’u.
2.Ibsaa dabarsa konkolaataa
Ibsaa dabarsa kun kqn tajaajilan konkolaataa qofa dha.
haalluu fi akkaataa ifa isaanitiin adda addaadha.
A.haalluu isaanitiin bakka 3 qoodamu.
1.Diimaa,
2.Keelloo fi
3.Magariisa
B.Ifa isaanitiin bakka 4 qoodamu.
1.Diimaa,
2.Diimaa fi Keelloo
3.Magariisa
4.Keelloo
📱📱📱https://youtu.be/1GQzNZ6kFSE?si=DrYZLTDQeafqtLZz
Our YouTube channel
📌📌📌📍📍📍 https://youtube.com/@gadisadriverstraininginstituti?sub_confirmation=1
Share waliif waliif godhaa, Hirriyoota keessaniif qoodaa
ሼር በማድረግ ለወዳጆችዎ ያካፍሉ።
Share waliif waliif godhaa, Hirriyoota keessaniif qoodaa
ሼር በማድረግ ለወዳጆችዎ ያካፍሉ።
Maqaa Eeyyama konkolaachiisummaa orjinaalaa warreen dhufeef
ኦሪጅናል መንጃ ፍቃድ የመጣላቸው ተማሪዎች ስም ዝርዝር
ዓለም አቀፍ የመንገድ ዳር ምልክቶች
on our YouTube channel
Click here| እዚህ ጠቅ ያድርጉ
👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/gGBJhYRphFg?si=L5aK7qwW93cDTGgn?sub_confirmation=1
👇👇
ዓለም አቀፍ የመንገድ ላይ መስመሮች
On our YouTube channel
click 🖱️ here | እዚህ ጠቅ ያድርጉ
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/T7QFoOTMAdg?si=JAgAkzfCwAqYtw1t?sub_confirmation=1
👇👇👇
አለም አቀፍ የትራፊክ መብራቶች
on our YouTube channel
🖱️click here || እዚህ ጠቅ ያድርጉ
👇👇👇👇👇
https://youtu.be/1GQzNZ6kFSE?si=7db8qaBWU-z90ONe?sub_confirmation=1
👇
የትራፊክ ፖሊስ የእጅ ምልክቶች
on our YouTube channel
Click here | እዚህ ጠቅ ያድርጉ
👇👇👇👇👇
https://youtube.com/watch?v=JnHEnYilaZg&si=WOYKaMokSHMj_woj?sub_confiramation=1
👇👇
ዓለም አቀፍ የመንገድ ላይ መስመሮች
On our YouTube channel
click 🖱️ here || እዚህ ጠቅ ያድርጉ
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/T7QFoOTMAdg?si=JAgAkzfCwAqYtw1t?sub_confirmation=1
👇
ዓለም አቀፍ የመንገድ ዳር ምልክቶች
on YouTube channel
Click here | እዚህ ጠቅ ያድርጉ
👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/gGBJhYRphFg?si=IkLsjm6PBd77pu4-?sub_confirmation=1
👇
የትራፊክ ፖሊስ የእጅ ምልክቶች on YouTube channel
👇👇👇👇👇
https://youtube.com/watch?v=JnHEnYilaZg&si=WOYKaMokSHMj_woj?sub_confiramation=1
👇
ስነ_ባህሪ
on youtube
👇👇👇👇👇👇
https://youtube.com/watch?v=POZOsMXQDx0&si=lyVDloJLAEXG96OW?sub_confiramation=1
