cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Oromia Bank

Oromia Bank is continually adopting modern approaches to optimize operations, add value and provide enhanced superior customer experiences.

Show more
Finland39The language is not specifiedEconomy & Finance1 931
Advertising posts
70 065
Subscribers
+1724 hours
-2297 days
+4 56930 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
Say goodbye to cash and hello to hassle-free shopping with OrooDigital's POS & MPOS service. Pay for your shoppings effortlessly and securely. Convenience at your fingertips! #OrooDigital #CashlessShopping #Convenience #TheFutureNow #OromiaBank #PeoplesBank
3 3310Loading...
02
Waa’ee OrooBarakaa Hangam Beektu? OrooBarakaan tajaajila Baankii seera Shari’aa bu’uuraffate kennuun biyya keenyatti isa hangafaati. Tajaajilli kun seera Shari’aa irraa akka hin maqneef gorsitoota Shari’aa beekumsa jabaa qabanii fi ulamoota hawaasa musliimaa birratti dhageetti olaanaa qabaniin hogganama. OrooBarakaa fayyadamaa, Jum’aa Gaarii Baankii Oromiyaa irraa ስለ ኦሮበረካ ምን ያህል ያዉቃሉ? ኦሮበረካ ለሙስሊሙ ማህበረሰብ የተሟላ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት በመስጠት በሀገራችን የመጀመሪያዉ ነዉ፡፡ አገልግሎቱ የሸሪዓዉን ህግ ጠብቆ እንዲሰጥ በሸሪዓዉ ከፍተኛ አዉቀት ባካበቱ እና በሙስሊሙ ማህበረሰብ ዘንድ ከፍተኛ ተቀባይነት ባላቸዉ ኡለሞች ይመራል፡፡ ኦሮበረካን ይጠቀሙ፤ መልካም ጁመዓ ከኦሮሚያ ባንክ https://t.me/OromiabankOfficial
6 0103Loading...
03
Media files
7 5403Loading...
04
Yeroo fi bakki osoo isin hin daangeessiin herrega keessan to’achuuf tajaajila Baankii Dijitaalaa OrooDijitaal fayyadamaa. Liinkii armaan gadii fayyadamuun Google-Store fi App-Store ykn dizaayinii armaan gadii irraa QR koodii kaameera bilbiila keessaniin kaasuun Applikeeshinii buufachudhaan maatii OrooDijitaalii ta'aa! ጊዜ እና ቦታ ሳይገድብዎ ሂሳብዎን በቀላሉ ለማስተዳደር ኦሮዲጂታል የዲጂታል ባንኪንግ አገልግሎትን ይጠቀሙ። ከታች ያለውን ማስፈንጠርያ በመጠቀም ከGoogle-Store እና App-Store ወይም ከታች ካለው ዲዛይን የስልክ ካሜራዎን በመጠቀም QR ኮዱን ስካን በማድረግ አሁኑኑ መተግበሪያውን በማውረድ የኦሮዲጂታል ቤተሰብ ይሁኑ። Play-Store https://play.google.com/store/apps/details?id=com.oromiabank.mobilebanking Apple-Store https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355
8 2911Loading...
05
Media files
10 2895Loading...
06
Media files
7 8560Loading...
07
Baankiin Oromiyaa duula gabaa fi dhaqqabummaa magaalaa Tulluu Boollootti sirna ho’aan gaggeesse. Baankiin keenya sagantaa qonnaan bultoota giddu galeessa godhate kana irratti qonnaan bultoota 400 ol ta’aniif kophee hojii yeroo gannaaf oolu boottii arjoomuudhaan michuummaa mirkaneessee jira. Gorsaan Hoji Raawwachiisaa Olaanaa Baankii keenyaa Obbo Indaalee Foyyee ergaa sagantaa kan irratti dabarsaniin, Baankiin Oromiyaa baankii yeroo hundaa ummata isaa waliin dhaabbachuun adda duree ta’edha jechuun, gochi kunis kanaaf agarsiiftuu ta’uu himaniiru. Itti dabaluunis, Baankiin Oromiyaa yeroo sassaabbii midhaaniis qonnaan bultoota Daandii fi aanaalee biroottiif haamtuu 8000 ol arjoomuu yaadachiisuun, qonnaan bultoonnis tajaajila addatti isaaniif qophaa’e kana fayyadamuun baankii keenya waliin walitti dhiyeenyaan akka hojjetan waamicha dhiyeessaniiru. Sagantaa kana irratti Bulchaa Aanaa Bachoo Obbo Nugusee Fantaa dabalatee jiraattonni magaalaa Tulluu Boolloo fi qonnaan bultoonni Aanaa Bachoo hedduun argamaniiru. Dhaamsa sagantaa kana irratti dhaamaniin Bulchaan aanaa Bachoo Obboo Nuguseen, Baankiin Oromiyaa qonnaan bulaa giddu galeessa godhachuun hojjechuun baankota biroo irraa adda isa godha jechuun uummatnis kana beekuun tajaajila Baankii kana itti dhiheenyaan fayyadamuu akka qabuuf waamicha dhiyeessaniiru. Imala milkii Baankiin keenyaa waggootaa 15 darbaniif taasise, akkasumas oomishaalee fi tajaajiloota Baankiin keenyaa irratti ibsi bal’aan hirmaattotaaf sagantaa kanaaf kennameera. የኦሮሚያ ባንክ የገበያ እና የተደራሽነት ንቅናቄ በቱሉ ቦሎ ከተማ በደማቅ ሥነ-ሥርዓት ተካሄደ። ባንካችን በዚህ በዓይነቱ ልዩ የሆነና አርሶ አደሩን ያማከለ መርሐ ግብር ላይ ከ400 በላይ ለሚሆኑ አርሶ አደሮች ለክረምት ስራ የሚሆን ቦት ጫማዎችን በማበርከት ሁኑኛ አጋር መሆኑን አስመስክሯል። የባንካችን የዋና ስራ አስፈፃሚ አማካሪ ኦቦ እንዳለ ፎዬ ባስተላለፉት መልዕክት ኦሮሚያ ባንክ እንደምን ጊዜውም ከህዝብ ጎን በመቆም የልማት አለኝንታነቱን በተግባር ያስመሰከረ የህዝብ ባንክ መሆኑን አውስተው፤ የተከናወነው መርሐ ግብር ለዚህ ዋቢ መሆኑን ጠቁመዋል። አክለውም ከዚህ ቀደም የአጨዳ ወቅትን በማስመልከት በደንዲና በሌሎች ወረዳዎች በአጠቃላይ ከ8000 በላይ ማጭዶችን ለአርሶአደሮች ማከፋፈሉን አስታውሰው በዚህ በልዩ ሁኔታ ለአርሶአደሮች የተዘጋጀውን ይህንን አገልግሎት በመጠቀም ከባንኩ ጋር ተቀራርበው እንዲሰሩ ጥሪ አቅርበዋል። በዚህ ደማቅ ሥነ-ሥርዓት ላይ የበቾ ወረዳ አስተዳዳሪ ኦቦ ንጉሴ ፈንታ፣ የግብርና ቢሮ ኃላፊ አቶ መገርሳ አራርሳን ጨምሮ በርካታ የቱሉ ቦሎ ነዋሪዎች እና የበቾ ወረዳ አርሶ አደሮች ተገኝተዋል። አስተዳዳሪው ባስተላለፉት መልዕክት ባንኩ በተለየ ሁኔታ አርሶ አደሩን ማዕከል ያደረጉ ግብዓቶችን ተደራሽ ማድረጉ ከሌሎች ባንኮች በተለየ ለአርሶአደሮች ቅርብ መሆኑን የሚያመላክት መሆኑን ጠቅሰው ለዚህም ጊዜውን የዋጀ አበርክቶት ላቅ ያለ ምስጋና አቅርበው ማህበረሰቡ ከባንኩ ጋር እንዲሰራና ከባንኩ ጋር በጋራ እንዲቆም ጥሪ አቅርበዋል። የባንካችን የ15 ዓመታት ስኬታማ ጉዞን ጨምሮ ባንኩ ስለሚሰጣቸው ምርት እና አገልግሎቶች ለተሳታፊዎች ገለፃ ተደርጓል።
6 9625Loading...
08
Waan Haaraa OrooDijitaal irraa! Herrega keessan karaa ergaa gabaabaatiin bulchuu akka dandeessan quba qabduu? Interneetii malee karaa OrooDijitaalii, ergaa gabaabaa (SMS) 839 fayyadamuun haftee herreega keessaanii beekuu dabalatee tajaajiloota Baankii biroo fayyadamuu dandeessu. Ergaaa gabaabaan OrooDigitaalii fayyadamuuf salphaa, saffisaa olaanaa qabu fi nageenyi isaa kan eeggamedha. አዲስ ነገር ከኦሮዲጂታል! በ839 አጭር የፅሁፍ መልዕክት ሂሳብዎን ማስተዳደር እንደሚችሉ ያውቁ ኖሯል? ኢንተርኔት ሳያስፈልግዎ በማንኛውም የሞባይል አይነት በኦሮዲጂታል 839 አጭር የፅሁፍ መልዕክት (SMS) ቀሪ ሂሳብዎን መጠየቅ እና ሌሎች የባንክ አገልግሎቶችን ማግኘት ይችላሉ። ኦሮዲጂታል SMS ለአጠቃቀም ቀላል፣ ፈጣን፣ ምቹ እና አስተማማኝ ነው።
8 1382Loading...
09
Baga Gammaddaan! Guyyaa Haadholii Adduunyaa sababeefachuun maqaa jaallatamtuu harmee keessanii sanduuqa yaadaa fuula TikTok Baankii keenyaa jalatti barreessuun, like fi share gochuun Birrii 1000.00 badhaafamaa jennee gaaffii Caamsaa 04, bara 2016 gaafanneen namootni baay’een hirmaattaniittu. Haaluma kanaan namootni yaadni isaanii namoota heedduun jaalatame 10 badhaasa birrii 1000.00 injifataniiru. Eenyu Badhaasa argate? Liinkii TiikTookii keenya gadii irraa argattu. 👇 https://www.tiktok.com/@oromiabankofficial?is_from_webapp=1&sender_device=pc እንኳን ደስ አላችሁ! አለም አቀፍ የእናቶች ቀንን ምክንያት በማድረግ ግንቦት 04 ቀን 2016 ዓ.ም የተወዳጇን የእናትዎን ስም በቲኪቶክ ገፃችን ኮሜንት ላይ ይፃፉ ይህን ቪዲዮ ላይክ እና ሼር ያድርጉና የ1000.000 ብር ሽልማት ያሸንፉ ብለን ለጠየቅነዉ ጥያቄ በርካታ ሰዎች ተሳትፈዋል፡፡ በዚህም መሰረት ኮሜንት የተደረገው ሀሳብ በብዙ ሰዎች ዘንድ ተወዳጅ የሆነላቸው 10 ሰዎች የዚህ ውድድር ልዩ ተሸላሚ ሆነዋል፡፡ አሸናፊዎች እነማን ናቸዉ? ከቲኪቶክ ገፃችን ይመልከቱ፡፡ https://www.tiktok.com/@oromiabankofficial?is_from_webapp=1&sender_device=pc
9 2604Loading...
10
Waa’ee OrooDijitalis ta’e Tajaajila Baankii keenyaa kamiyyuu irratti odeeffannoo yoo barbaaddaan sa’aa 24/7 isin tajaajiluuf qophiidha. Yaadaafi gaaffi qabdaniif 840 irratti tolaan bilbilaa. Torbee Hojii Gaarii Baankii Oromiyaa irraa! ስለ ኦሮዲጂታልም ሆነ ስለ ባንካችን አጠቃላይ አገልግልዎት ማንኛዉም መረጃ ከፈለጉ እርስዎን ለማገዝ 24/7 ዝግጁ ነን፡፡ ለማንኛዉም ሀሳብ እና አስተያየት 840 በነጻ ይደዉሉ። መልካም የስራ ሳምንት ከኦሮሚያ ባንክ! #OromiaBank #OrooDigital #840 #CallCentre
10 1592Loading...
11
5th Round Telegram Bot Refer and Win Challenge Winners List! Congratulations!🎊🍾🎈🎉
10 6469Loading...
12
ኦሮዲጂታል ለደንበኞቻችን ምን አዲስ ነገር ይዞ መጣ? ተመራጭነቱስ በምን ይገለፃል? በተከታታይ ከምንለቅላችሁ አጫጭር ምስለ ድምፅ ይረዳሉ?👆 የኦሮዲጂታል ቤተሰብ ይሁኑ። Play-Store https://play.google.com/store/apps/details... Apple-Store https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355
11 73711Loading...
13
OrooDijitaal Maamiltoota Keenyaaf waan haaraa maal fidee dhufe? Filatamummaan isaahoo maalin ibsama? SuurSagalee Gagabaaboo isiniif qoodnu irraa ni hubattu? Maatii OrooDijitaal ta'aa. Play-Store https://play.google.com/store/apps/details... Apple-Store https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355
10 3594Loading...
14
Baankiin Oromiyaa Waldaa Ogeessota Dinagdee Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee Mallatteesse. Waligalticha kan mallatteessan Chiif Ofiserii Korporeet Baankiingii fi Daldala Idil Addunyaa Obbo Fayisal Yasin fi Piresdaantii Waldaa Ogeessota Dinagdee Itiyoophiyaa Prof, Xaasewu W/Hannaa dha. Dhaabbileen Lamaan qorannoo fiqo’annoo, leenjii fi dandeessittii Raawwachiisummaa cimsuu akkasumas dhimmoota dinagdee biro irratti waliin hojjechuuf waliigalanii jiru. Baankiin Oromiyaa waldaalee Ogeessotaa, dhaabbilee dhuunfaa fi Mootummaa garagaraa waliin michumaan hojjechaa jira. ኦሮሚያ ባንክ ከአንጋፋዉ የኢትዮጵያ የኢኮኖሚ ባለሙያዎች ማህበር ጋር በአጋርነት ለመስራት ተፈራረመ፡፡ ስምምነቱን የፈረሙት የባንካችን የኮርፓሬት ባንኪንግ እና አለም አቀፍ ንግድ ቺፍ ኦፊሰር ኦቦ ፈይሰል ያሲን እና የኢትዮጵያ የኢኮኖሚ ባለሙያዎች ማህበር ፕሬዝዳንት ፕ/ሮ ጣሰዉ ወ/ሀና ናቸዉ፡፡ ሁለቱ ተቋማት በጥናት እና ምርምር፣በፋይናንሺያል ተደራሽነት፣ በስልጠና እና አቅም ግንባታ እንዲሁም በሌሎች የምጣኔ ሀብት ችግር ፈቺ ጉዳዮች  ላይ በትብብር ለመስራት ተስማምተዋል፡፡ ኦሮሚያ ባንክ ከማህበሩ ጋር በጋራ ለመስራት ፈር ቀዳጅ የግል ባንክ መሆን ችሏል፡፡፡ ኦሮሚያ ባንክ የሙያ ማህበራትን ጨምሮ ከበርካታ መንግስታዊ እና መንግስታዊ ካልሆኑ ድርጅቶች ጋር በአጋርነት እየሰራ ይገኛል፡፡
16 1515Loading...
15
OrooBarakaan tajaajila Baankii dhala irraa bilisaa seera Shari’aa bu’urefachuun hojjetu yoo ta’u, tajaajila Baankii dhala irraa bilisaa yeroo jalqabaaf biyya keenyaatti Baankii Oromiyaan eegaledha. Tajaajilli kunis Ulama’oota fi Goorsitoota beekumsa amantii Islaamaa qabaniin hoogganama. Tajaajila Baankii Dhala irraa Bilisaa Baankii keenyaa fayyadamaa! Jumaa Gaarii Baankii Oromiyaa irraa! ኦሮበረካ የኦሮሚያ ባንክ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ሲሆን የሸሪዓውን መርህ ያከበሩ የተሟላ የባንክ አገልግሎት በመጀመር በሀገራችን የመጀመሪያው እና ፈር ቀዳጅ ነው። ይህ አገልግሎት በሸሪዓዉ ከፍተኛ አውቀት እና ልምድ ባካበቱ ዑለሞች ይመራል፡፡ የባንካችንን ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ይጠቀሙ። መልካም ጁመዓ ከኦሮሚያ ባንክ! Join our Telegram Channel: https://t.me/OromiabankOfficial
10 4854Loading...
16
Tajaajilli Baankii akkas haala salphaan dhiyaatee hin beeku! OrooDijitaal toora gara garaa saddeetiin tajaajila Baankii mijataa ta’e kennaa jira. OrooDigitaaliin Teknoloojii Baankii Jabanni irra gahe dhamdhamaa. Liinkii armaan gadii kana fayyadamuun Google-Store fi App-Store irraa Applikeeshinii isaa buufachudhaan Maatii OrooDigital ta'aa! የባንክ አገልግሎት እንዲህ ቀለል ብሎ አያውቅም! ኦሮዲጂታል ከስምንት በላይ በሆኑ አማራጮች የባንክ አገልግሎትን አቅርቧል። ዘመኑ የደረሰበትን የባንክ ቴክኖሎጂ በኦሮዲጂታል ያጣጥሙ። ከታች ያለውን ማስፈንጠርያ በመጠቀም ከPlay-Store እና App-Store አሁኑኑ መተግበሪያውን በማውረድ የኦሮዲጂታል ቤተሰብ ይሁኑ። Play-Store https://play.google.com/store/apps/details... Apple-Store https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355
12 68811Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
Say goodbye to cash and hello to hassle-free shopping with OrooDigital's POS & MPOS service. Pay for your shoppings effortlessly and securely. Convenience at your fingertips! #OrooDigital #CashlessShopping #Convenience #TheFutureNow #OromiaBank #PeoplesBank
Show all...
👍 14🔥 4 3🙏 3👏 2👌 1
Photo unavailableShow in Telegram
Waa’ee OrooBarakaa Hangam Beektu? OrooBarakaan tajaajila Baankii seera Shari’aa bu’uuraffate kennuun biyya keenyatti isa hangafaati. Tajaajilli kun seera Shari’aa irraa akka hin maqneef gorsitoota Shari’aa beekumsa jabaa qabanii fi ulamoota hawaasa musliimaa birratti dhageetti olaanaa qabaniin hogganama. OrooBarakaa fayyadamaa, Jum’aa Gaarii Baankii Oromiyaa irraa ስለ ኦሮበረካ ምን ያህል ያዉቃሉ? ኦሮበረካ ለሙስሊሙ ማህበረሰብ የተሟላ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት በመስጠት በሀገራችን የመጀመሪያዉ ነዉ፡፡ አገልግሎቱ የሸሪዓዉን ህግ ጠብቆ እንዲሰጥ በሸሪዓዉ ከፍተኛ አዉቀት ባካበቱ እና በሙስሊሙ ማህበረሰብ ዘንድ ከፍተኛ ተቀባይነት ባላቸዉ ኡለሞች ይመራል፡፡ ኦሮበረካን ይጠቀሙ፤ መልካም ጁመዓ ከኦሮሚያ ባንክ https://t.me/OromiabankOfficial
Show all...
17👍 9👏 4👌 2🔥 1
02:24
Video unavailableShow in Telegram
25👍 18🔥 8👏 7👌 1
Photo unavailableShow in Telegram
Yeroo fi bakki osoo isin hin daangeessiin herrega keessan to’achuuf tajaajila Baankii Dijitaalaa OrooDijitaal fayyadamaa. Liinkii armaan gadii fayyadamuun Google-Store fi App-Store ykn dizaayinii armaan gadii irraa QR koodii kaameera bilbiila keessaniin kaasuun Applikeeshinii buufachudhaan maatii OrooDijitaalii ta'aa! ጊዜ እና ቦታ ሳይገድብዎ ሂሳብዎን በቀላሉ ለማስተዳደር ኦሮዲጂታል የዲጂታል ባንኪንግ አገልግሎትን ይጠቀሙ። ከታች ያለውን ማስፈንጠርያ በመጠቀም ከGoogle-Store እና App-Store ወይም ከታች ካለው ዲዛይን የስልክ ካሜራዎን በመጠቀም QR ኮዱን ስካን በማድረግ አሁኑኑ መተግበሪያውን በማውረድ የኦሮዲጂታል ቤተሰብ ይሁኑ። Play-Store https://play.google.com/store/apps/details?id=com.oromiabank.mobilebanking Apple-Store https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355
Show all...
👍 22 11👏 5🙏 4
👍 57 25🙏 10👏 6👌 6🔥 5
10
Baankiin Oromiyaa duula gabaa fi dhaqqabummaa magaalaa Tulluu Boollootti sirna ho’aan gaggeesse. Baankiin keenya sagantaa qonnaan bultoota giddu galeessa godhate kana irratti qonnaan bultoota 400 ol ta’aniif kophee hojii yeroo gannaaf oolu boottii arjoomuudhaan michuummaa mirkaneessee jira. Gorsaan Hoji Raawwachiisaa Olaanaa Baankii keenyaa Obbo Indaalee Foyyee ergaa sagantaa kan irratti dabarsaniin, Baankiin Oromiyaa baankii yeroo hundaa ummata isaa waliin dhaabbachuun adda duree ta’edha jechuun, gochi kunis kanaaf agarsiiftuu ta’uu himaniiru. Itti dabaluunis, Baankiin Oromiyaa yeroo sassaabbii midhaaniis qonnaan bultoota Daandii fi aanaalee biroottiif haamtuu 8000 ol arjoomuu yaadachiisuun, qonnaan bultoonnis tajaajila addatti isaaniif qophaa’e kana fayyadamuun baankii keenya waliin walitti dhiyeenyaan akka hojjetan waamicha dhiyeessaniiru. Sagantaa kana irratti Bulchaa Aanaa Bachoo Obbo Nugusee Fantaa dabalatee jiraattonni magaalaa Tulluu Boolloo fi qonnaan bultoonni Aanaa Bachoo hedduun argamaniiru. Dhaamsa sagantaa kana irratti dhaamaniin Bulchaan aanaa Bachoo Obboo Nuguseen, Baankiin Oromiyaa qonnaan bulaa giddu galeessa godhachuun hojjechuun baankota biroo irraa adda isa godha jechuun uummatnis kana beekuun tajaajila Baankii kana itti dhiheenyaan fayyadamuu akka qabuuf waamicha dhiyeessaniiru. Imala milkii Baankiin keenyaa waggootaa 15 darbaniif taasise, akkasumas oomishaalee fi tajaajiloota Baankiin keenyaa irratti ibsi bal’aan hirmaattotaaf sagantaa kanaaf kennameera. የኦሮሚያ ባንክ የገበያ እና የተደራሽነት ንቅናቄ በቱሉ ቦሎ ከተማ በደማቅ ሥነ-ሥርዓት ተካሄደ። ባንካችን በዚህ በዓይነቱ ልዩ የሆነና አርሶ አደሩን ያማከለ መርሐ ግብር ላይ ከ400 በላይ ለሚሆኑ አርሶ አደሮች ለክረምት ስራ የሚሆን ቦት ጫማዎችን በማበርከት ሁኑኛ አጋር መሆኑን አስመስክሯል። የባንካችን የዋና ስራ አስፈፃሚ አማካሪ ኦቦ እንዳለ ፎዬ ባስተላለፉት መልዕክት ኦሮሚያ ባንክ እንደምን ጊዜውም ከህዝብ ጎን በመቆም የልማት አለኝንታነቱን በተግባር ያስመሰከረ የህዝብ ባንክ መሆኑን አውስተው፤ የተከናወነው መርሐ ግብር ለዚህ ዋቢ መሆኑን ጠቁመዋል። አክለውም ከዚህ ቀደም የአጨዳ ወቅትን በማስመልከት በደንዲና በሌሎች ወረዳዎች በአጠቃላይ ከ8000 በላይ ማጭዶችን ለአርሶአደሮች ማከፋፈሉን አስታውሰው በዚህ በልዩ ሁኔታ ለአርሶአደሮች የተዘጋጀውን ይህንን አገልግሎት በመጠቀም ከባንኩ ጋር ተቀራርበው እንዲሰሩ ጥሪ አቅርበዋል። በዚህ ደማቅ ሥነ-ሥርዓት ላይ የበቾ ወረዳ አስተዳዳሪ ኦቦ ንጉሴ ፈንታ፣ የግብርና ቢሮ ኃላፊ አቶ መገርሳ አራርሳን ጨምሮ በርካታ የቱሉ ቦሎ ነዋሪዎች እና የበቾ ወረዳ አርሶ አደሮች ተገኝተዋል። አስተዳዳሪው ባስተላለፉት መልዕክት ባንኩ በተለየ ሁኔታ አርሶ አደሩን ማዕከል ያደረጉ ግብዓቶችን ተደራሽ ማድረጉ ከሌሎች ባንኮች በተለየ ለአርሶአደሮች ቅርብ መሆኑን የሚያመላክት መሆኑን ጠቅሰው ለዚህም ጊዜውን የዋጀ አበርክቶት ላቅ ያለ ምስጋና አቅርበው ማህበረሰቡ ከባንኩ ጋር እንዲሰራና ከባንኩ ጋር በጋራ እንዲቆም ጥሪ አቅርበዋል። የባንካችን የ15 ዓመታት ስኬታማ ጉዞን ጨምሮ ባንኩ ስለሚሰጣቸው ምርት እና አገልግሎቶች ለተሳታፊዎች ገለፃ ተደርጓል።
Show all...
👍 28 4🙏 1👌 1
Photo unavailableShow in Telegram
Waan Haaraa OrooDijitaal irraa! Herrega keessan karaa ergaa gabaabaatiin bulchuu akka dandeessan quba qabduu? Interneetii malee karaa OrooDijitaalii, ergaa gabaabaa (SMS) 839 fayyadamuun haftee herreega keessaanii beekuu dabalatee tajaajiloota Baankii biroo fayyadamuu dandeessu. Ergaaa gabaabaan OrooDigitaalii fayyadamuuf salphaa, saffisaa olaanaa qabu fi nageenyi isaa kan eeggamedha. አዲስ ነገር ከኦሮዲጂታል! በ839 አጭር የፅሁፍ መልዕክት ሂሳብዎን ማስተዳደር እንደሚችሉ ያውቁ ኖሯል? ኢንተርኔት ሳያስፈልግዎ በማንኛውም የሞባይል አይነት በኦሮዲጂታል 839 አጭር የፅሁፍ መልዕክት (SMS) ቀሪ ሂሳብዎን መጠየቅ እና ሌሎች የባንክ አገልግሎቶችን ማግኘት ይችላሉ። ኦሮዲጂታል SMS ለአጠቃቀም ቀላል፣ ፈጣን፣ ምቹ እና አስተማማኝ ነው።
Show all...
👍 33 5🙏 3👏 2👌 2🔥 1
Photo unavailableShow in Telegram
Baga Gammaddaan! Guyyaa Haadholii Adduunyaa sababeefachuun maqaa jaallatamtuu harmee keessanii sanduuqa yaadaa fuula TikTok Baankii keenyaa jalatti barreessuun, like fi share gochuun Birrii 1000.00 badhaafamaa jennee gaaffii Caamsaa 04, bara 2016 gaafanneen namootni baay’een hirmaattaniittu. Haaluma kanaan namootni yaadni isaanii namoota heedduun jaalatame 10 badhaasa birrii 1000.00 injifataniiru. Eenyu Badhaasa argate? Liinkii TiikTookii keenya gadii irraa argattu. 👇 https://www.tiktok.com/@oromiabankofficial?is_from_webapp=1&sender_device=pc እንኳን ደስ አላችሁ! አለም አቀፍ የእናቶች ቀንን ምክንያት በማድረግ ግንቦት 04 ቀን 2016 ዓ.ም የተወዳጇን የእናትዎን ስም በቲኪቶክ ገፃችን ኮሜንት ላይ ይፃፉ ይህን ቪዲዮ ላይክ እና ሼር ያድርጉና የ1000.000 ብር ሽልማት ያሸንፉ ብለን ለጠየቅነዉ ጥያቄ በርካታ ሰዎች ተሳትፈዋል፡፡ በዚህም መሰረት ኮሜንት የተደረገው ሀሳብ በብዙ ሰዎች ዘንድ ተወዳጅ የሆነላቸው 10 ሰዎች የዚህ ውድድር ልዩ ተሸላሚ ሆነዋል፡፡ አሸናፊዎች እነማን ናቸዉ? ከቲኪቶክ ገፃችን ይመልከቱ፡፡ https://www.tiktok.com/@oromiabankofficial?is_from_webapp=1&sender_device=pc
Show all...
👍 28 19🙏 5🔥 3👏 2👌 2
Photo unavailableShow in Telegram
Waa’ee OrooDijitalis ta’e Tajaajila Baankii keenyaa kamiyyuu irratti odeeffannoo yoo barbaaddaan sa’aa 24/7 isin tajaajiluuf qophiidha. Yaadaafi gaaffi qabdaniif 840 irratti tolaan bilbilaa. Torbee Hojii Gaarii Baankii Oromiyaa irraa! ስለ ኦሮዲጂታልም ሆነ ስለ ባንካችን አጠቃላይ አገልግልዎት ማንኛዉም መረጃ ከፈለጉ እርስዎን ለማገዝ 24/7 ዝግጁ ነን፡፡ ለማንኛዉም ሀሳብ እና አስተያየት 840 በነጻ ይደዉሉ። መልካም የስራ ሳምንት ከኦሮሚያ ባንክ! #OromiaBank #OrooDigital #840 #CallCentre
Show all...
👍 37 11🙏 4👌 3🔥 2👏 2