Physics for all
Open in Telegram
9 151
Subscribers
-1224 hours
-327 days
+22030 days
Posts Archive
9 149
Guyyaa 02/13/2018
Waamicha Barattoota kutaa 11ffaa fi 12ffaa
Barattoota Mana Barnootaa Bultii Addaa WMO Damee Adaamaafi Bishooftuutti bara barnootaa 2019 kutaa 11fi 12 barachuuf qophooftan hundaaf
1. Guyyaa 08/01/2019 galmeen barattootaa nigaggeeffama;
2. Guyyaa 09/01/2019 oranteeshiniin nikennama;
3. Gaafa 11/01/2019 barnootni daree nieegala.
Hubachiisa
1. Barattootni dhiiraa rifeensa keessan akkaataa qajeelfama mana barumsaatiin sirreeffachuun argamuu qabdu;
2. Barnoota keessaniif kan isin gargaaru ‘taabileetiin’ isinii kennama waan ta’eef, bilbila harkaa ‘button mobile phone’ yoo ta’e malee, ‘smartphone’ qabatanii argamuun dhorkaadha. Barataan ‘smartphone’ qabatee yoo argame, bilbilichi irraa fudhatamee mana barumsaatiif galii ta’a.
3. Guyyaa galmee duras ta'ee booda barataa kamiyyuu manni barumsaa kan hinkeessummeessine ta’uu cimsinee isin hubachisna.
*Tokkummaan Misoomaaf!*
!
9 149
" ተማሪዎች ከምሽቱ 1፡00 ሰዓት ጀምረው ውጤታቸው ማየት ይችላሉ " - የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት
የ2018 ትምህርት ዘመን የኢትዮጵያ ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ፈተና ውጤት የሚገለጽባቸው አድራሻዎች ይፋ ሆነዋል።
በ2018 ትምህርት ዘመን የኢትዮጵያ ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ፈተና ውጤትን ተፈታኞች ዛሬ ነሐሴ 19 ቀን 2018 ዓ/ም ከምሽቱ 1፡00 ሰዓት ጀምረው የሚከተሉትን አማራጭ ማስፈንጠሪያዎችን (Link) በመጠቀም ማየት የሚችሉ መሆኑን የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት አሳውቋል።
በተያያዘም ተፈታኞች ቅሬታ ሲኖራቸው በአካል መምጣት ሳያስፈልግ https://result.eaes.et/complaint የሚለውን ማስፈንጠሪያ በመጠቀም ቅሬታቸውን ከነሐሴ 19 እስከ 26/2018 ዓ/ም ከቀኑ 10፡00 ሰዓት ድረስ በማቅረብ ምላሹንም በተመሳሳይ ማስፈንጠሪያ በኩል መከታተል የሚችሉ መሆኑን አገልግሎቱ ገልጿል።
ውጤት የሚገለጽባቸው ማስፈንጠሪያዎች፡-
- በድረ ገጽ ፡ https://result.eaes.et
- ቴሌግራም፡ https://result.eaes.et/telegram
- አጭር የጽሑፍ መልዕክት፡ https://result.eaes.et/sms
ነሐሴ 19 ቀን 2018 ዓ/ም
@tikvahethiopia
9 149
Repost from Mind Bloom Academy📚
2017_E_C,_second_semister,_G_11_physics_final_Exam_for_G_11_BBO.pdf6.18 KB
9 149
📢 Important Announcement: Join Tomorrow's Virtual Meeting by the Ethioware EdTech Initiative! 📢
The Ethioware EdTech Initiative connects ambitious high school students with real experts from top companies and universities for live, anecdotal pre-training readiness sessions.
Ethioware helps students gain clear insights into careers such as engineering, medicine, software development, and more — helping them understand exactly where to start and how to pursue their paths intentionally.
The Ethioware EdTech team will introduce their program tomorrow.
Anyone interested is welcome to attend.
See you tomorrow! 🚀
Time: 11:00 AM
Location: ICT Lab
#Ethioware #CareerGuidance #EdTech
9 149
Barattoonni Fiiziksii online barachaa turtanii qabxii gaarii akka walii galaatti galmeessitan keessan na dubbisa. @live4someone1
