cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

BANIAS SHOE

Channel kun kophee ammayyaa (brand) ta'an ajaja keessaniin lafa jirtanitti argachuu akka dandeessaniif kan dhaabbate dha waan ta'eef, (@join, @subscribe fi @share) gochuun nu deeggaraa. Yaada dabalataaf........ Galatoomaa😊

Show more
Finland2 279The language is not specifiedMusic41 383
Advertising posts
878
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
-830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Kabajamoo maatii BANIAS SHOE Nagaan keenya kabajaa fi jaalalaa isin haa qaqqabu.😘😘👋👋 Dhaabbatni BANIAS SHOE yeroo dhiyoo gidduutti guutumaatti kan hojii eegalu ta'uu isaa isin beeksisaa, hiriyoottanii fi maatii keessan gara channel kanaatti affeeruun kophee barbaadan bifa,gosa,lakkoofsaa fi baay'ina barbaadaniin argachuu akka danda'aniif "add" taasisuu qofaan shoora keessan akka baatan kabajaan isin gaafanna.🙏🙏 Yeroo dhiyoo gidduuttis, kophee qofa osoo hin taane; uffataalee adda addaa qabannee kan isiniif dhiyaannu ta'a. Galatoomaa😘😘
Show all...
👍 6
Miseensi channel kana hundi Namoota haara dabaluudhaan channel kana akka babal'istan kabajaan isin gaafanna. Galatoomaa😘😘
Show all...
Kophee kan dubaraas akka nu qaqqabeen kan isiniif maxxansinu ta'a Galatoomaa😘
Show all...
Kophee jaallatan like gochuu in dagatinaa👍👍👍👍
Show all...
Channel kun kophee gargaraa brand kan ta'an gatii madaalawaa ta'een ajajaanis ta'e filannodhaan akka isin argachuu dandeessaniif kan baname dha. Comment jalatti qophee feetan amaqaa dhahuun nu quunnamuu dandeessu. Galatoomaa😘😘
Show all...
2