cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Barnootaaf

Wantoota nama bohaarsaa bashannansiisan adda addaa asirraa argattu

Show more
Finland2 873The language is not specifiedPolitics23 032
Advertising posts
966
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Show all...
Nama Gudeedetin Yuniversitirraa Ari'ame.ወሲብ ስፈፅም ስለተያዝኩ ከዩኒቨርሲቲ ተባረርኩ(prank)

Yuuniversitii keessatti walqunnamtii saalaa osoon hojjadhuu qabameetiin yuunivarsitiirraa ariame jedheetin namoota natti dhiyaatan firoottan ,hiriyyoottan koo fi kkf piranki irratti dalage. In this video, I pranked my girlfriend telling her that I was dismissed from the university after being caught having sex with a girl.#ethiopia #prank #foryou #funny #oromo #visionentertainment #ethiopianmusic #oromomusic #habesha #leencoo_guddinaa #amharictiktok #eshetumelese #seifuonebs #omn #meskimenge #interesting #campus #university #addisababa #

Secret Gift For You

Wait! This Page Only Appears Once!

Repost from Gumaa Saaqqataa
WBOn ibsa jalqabaa har’a baaseen "marii nagaa sadarkaa olaanaa" Taanzaaniyaa keessatti gaggeeffamaa jiru mirkaneesse. ​ Torbe darbe oduun marii nagaa marsaa lammataa mootummaa Itoophiyaa fi hoggansa Waraana Bilisummaa WBO gidduutti gaggeeffamaa jiraachuu himame booda ibsa jalqabaa Waraanni Bilisummaa Oromoo har’a baaseen, mariin kun gaggeeffamaa jiraachuu isaa mirkaneessee jira. Akkasumas jilli "Ajajaa Ol'aanaa WBO Jaal Marroo Dirribaa fi itti aanaa isaa Jaal Gammachuu Abboyyeetiin durfamu mariif Taanzaaniyaa jiraachuu" mirkaneesseera. Garuu mootummaan federaalaas ta’e WBOn haga har’aatti oduu kana ifatti mirkaneessuu irraa of qusatanii turan. Waraanni Bilisummaa Oromoo ibsa kenneen ABO-WBO Oromiyaa irraa gara bakka walga'ii kanaa Taanzaaniyaatti haala nageenya qabuun akka dabarfamuu danda'uuf, marii sadarkaa olaanaa ummata keenyaaf beeksisuun malu fi yeroo qabeessa ta'e ummata keenya irraa dhokfamee ture" jedheera. "Furmaata siyaasaa karaa nagaa hawwii ummata keenyaa dhugoomsuu fi wareegama qabsaa’oota keenyaa kabaju milkeessuuf kutannoon keenya itti fufna. ABO-WBO akkuma mariin nagaa xumuramutti odeeffannoo dabalataa ni ibsa", jedha ibsi gabaabaan WBO kenne kun.
Show all...
Show all...
Hangam rakkattus,deemsa kee hin dhaabin-Afaan Oromoo motivational speech

1
Yeroo Baayyee Barattoonni  Kutaa 5_12 #Telegram Irraa #Kitaaboota  Daree Isaanii Barbaadu! Sirna Barnootaa Haaraya Dabalatee Hunda Ni argattu. Filannoon Chaanaalii Keessan Yoo #Hayyuu-Miidiyaa Ta'e Ni argattu.
Show all...
📚Kitaaba7_8ffaa
📚Kitaaba9_10ffaa
📚Kitaaba11_12ffaa
🗒Gaaffiilee Kutaa 7_8ffaa
🗒Gaaffiilee Kutaa9_12
📔Teacher Guide7_12ffaa