cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Gasera TVET College

Skill and innovation are the foundation of Civilization!!!

Show more
Ethiopia12 909The language is not specifiedEducation108 567
Advertising posts
304
Subscribers
No data24 hours
-17 days
+1730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Kolleejjii BLTO Gaasaraatti Hubbannoon Ogumman durfamuu /TBLO Baratoota,Hawasaa gara garaa Gandoota Aanaa Gaasaraa 24 irraa Qoramata barreessa Mana Murtii Aadaa fudhachuuf  aragamaniif halaa garii ta'een kennamee jira .
Show all...
Leenjiifamtoota Garde keessan hin ilallannee ilaalaati iddoo sirreefachu qabdan sirreessa yeroodhan
Show all...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Kolleejjii BLTO Gaasaraa haluma Biroon CHUO Oromiyaa Xalayaan ibsanii kallattii ka'anii Boqqonna Ganna Leenjiifamtoota Addoolessa 01/11/2016 hanga Haggayya 27/12/2016 tii  kan kennamee yoo ta'uu  Leenjiistootaafis Dabareen kan kennamuf  Inventarii Waldalee ergaa xumuranii booda Akka boqqonna bahan ta'uu marii Leenjiistootaa fi Leenjiifamtoota wajjiin tasiisnee irratti Leenjiifamtootni yeroo boqqonna isaanii hojii tola oltuummaa irrattii akka hirmataniifi maatii isaanii akka gargaraan kan jedhuu fi yeroo isaaniif keenne boqqonna garii ta'ee dabarsanii yeroo kennameef keessati akka gara Leenjii isaaniti debi'anni egalaan kan jedhuu dhamsaa dabarsuun xumuramee jira.
Show all...
👍 1
21st_ Century Skills.pptx45.56 MB
👎 1
Sagantaan Boqqonnaa fi Hojiilee Gurguddoo Boqqonnaa Qoophii Haaluma Xalayaa Irratti Ibsameen Hojiirra Akka Ooluu ni Beeksfina.
Show all...
The Result of Technical Vocational Educational Training
Show all...
01:38
Video unavailableShow in Telegram
5.27 MB
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.