cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Yona Zarehu💻

https://t.me/yohaneszarehun

Show more
Finland2 087The language is not specifiedMusic57 279
Advertising posts
192
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
JIREENYA ▬▬▬▬▬▬▬ ➥ Jireenyi mana barumsaa cimaa addunyaa kana irraa dorgomaa hin qabnedha. Mana barumsaa namni hundi keessa darbudha. ➲ Gaafa dhalattu mana barumsa jireenyaa tokko jettee eegalta. Gaafa duutu yoo qormaata jireenya moo'attee ni eebbifamta jechuudha. Eebbi kee immoo jireenya bara baraati. ➲ Kutaa meeqa akka geesse hin beektu. Callistee waan jireenyi si barsiisu baratta. ➲ Qormaata fuula duratti si mudatu hin beektu. Jireenyi barumsa si barsiisa, nama biraa immoo akkaataa biraan waan barsiisuuf, mana barumsa jireenyaa keessatti qormaata wal irraa hatuun hin danda'amu. Sababiin isaa namni qormaata walfakkaataa qoramu tokkoyyuu hin jiru. ➲ Kanaaf jireenya keessatti namatu naaf jiraata kan jedhamu hin jiru. Abbaatu jiraattata. Abbaatu qormaata isaa qoramata. Kanaaf cimuu nama barbaachisa. Qormaata namatti dhufuuf jedhu waan hin beeknef cimaa ta'i! #JOIN 👈👉 #SHARE ━━━━━━━━━━━━ ♻️ Join ♻️  Share ❇️  @jechoota_kakaumsaa1 ❇️ ❇️  @jechoota_kakaumsaa1 ❇️ ❇️  @jechoota_kakaumsaa1 ❇️              ⚠️JOIN⚠️ ━━━━━━━━━━━━
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Repost from Ethopian new music
05:30
Video unavailableShow in Telegram
Abush Zeleke አቡሽ ዘለቀ (ነይ ደራሮ)
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Show all...
FBC (Fana Broadcasting Corporate)

This is FBC's official Telegram channel. For more updates please visit www.fanabc.com