en
Feedback
Dirree Jijjiiramaa(Field of Change)

Dirree Jijjiiramaa(Field of Change)

Open in Telegram

Dirree jijjiraamaa sammuu dhala namaa bakka ittii leenjii fudhaate jijjiiraamuu danda'uu. All about Law of Attraction, Gratitude and Life Learn, Practice & Grow.

Show more
825
Subscribers
No data24 hours
+107 days
-630 days
Posts Archive
Jireenya koo keessatti gaabbii HIN qabu. WAAN HUNDI sababa qaba jedheen yaada. Yeroon rakkisaan ati keessa darbitu amala ijaara, nama baayyee cimaa si taasisa. YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso.sileshi          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806

Knowledge without action is like fuel never burned—no movement, no progress. What you do with what you know is what truly cou
Knowledge without action is like fuel never burned—no movement, no progress. What you do with what you know is what truly counts. YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806

JULY will bring success. JULY will bring good luck. JULY will bring happiness. JULY will bring prosperity. JULY will bring abundance. JULY will bring new energy. JULY will bring good fortune. JULY will bring new opportunities. Believe! YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806

Akkaataa Itti Deemnu: #Hojii: Hojiitti ofi qabachuun gaariidha. Garuu garmalee yaaduun busy ta'uun gaarii miti. Tole? #Bilisummaa: Saffisaan tarkaanfachuu yoo barbaadde bilisummaan kee akka deebi'e yaadachuu qabda. #Gammachuu: Gammachuun bifa hedduu qaba. Jaalachuun bifa gammachuuti. Deebi'ee jaallatamuunis bifa gammachuuti. Garuu mee gammachuun kee ammallee filannoo kee ta'uu yaadadhu. Namni kamiyyuu gammachuu si irraa fudhachuu hin danda'u yoo akkas akka godhu hayyamte malee. #Jaalala: Waa'ee of jaallachuu dubbanna. Caalaatti of jaalladhu. Of jibbuu xiqqaa. Barbaachisaa akka taate, of jibbuu akka hin qabne yaadadhu. #Fudhadhu: Inni ykn ishiin akka hin jirre fudhadhu. Ammas qeenxee ta'uu kee fudhadhu. Kan duraa caalaa bilchina akka qabdu fudhadhu. Jireenya kee jiraachuuf carraa haaraa akka qabdu fudhadhu, wayya. Waan duraan si miidhu hunda fudhadhu. Fudhachuu qofa baradhu, bu'aa adda ta'e ni argita. YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806

Akkaataa Itti Deemnu: #Hojii: Hojiitti ofi qabachuun gaariidha. Garuu garmalee yaaduun busy ta'uun gaarii miti. Tole? #Bilisummaa: Saffisaan tarkaanfachuu yoo barbaadde bilisummaan kee akka deebi'e yaadachuu qabda. #Gammachuu: Gammachuun bifa hedduu qaba. Jaalachuun bifa gammachuuti. Deebi'ee jaallatamuunis bifa gammachuuti. Garuu mee gammachuun kee ammallee filannoo kee ta'uu yaadadhu. Namni kamiyyuu gammachuu si irraa fudhachuu hin danda'u yoo akkas akka godhu hayyamte malee. #Jaalala: Waa'ee of jaallachuu dubbanna. Caalaatti of jaalladhu. Of jibbuu xiqqaa. Barbaachisaa akka taate, of jibbuu akka hin qabne yaadadhu. #Fudhadhu: Inni ykn ishiin akka hin jirre fudhadhu. Ammas qeenxee ta'uu kee fudhadhu. Kan duraa caalaa bilchina akka qabdu fudhadhu. Jireenya kee jiraachuuf carraa haaraa akka qabdu fudhadhu, wayya. Waan duraan si miidhu hunda fudhadhu. Fudhachuu qofa baradhu, bu'aa adda ta'e ni argita. YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806

Dubartiin waan #4 siif taati, garuu bakka nama 13 siif buuti! 1. Dubartiin Haadha 2. Dubartiin Obboleettiidha 3. Dubartiin haadha manaati 4. Dubartiin ilmoo keeti. Tokkittiin ishee garuu bakka nama 13 siif buuti. 1. Yeroo si gorsitu abbaa fakkaatti 2. Yeroo siif boochu haadha fakkaatti 3. Yeroo siif rifattu obboleettii fakkaatti 4. Yeroo siif tumsitu obboleessa fakkaatti 5. Yeroo mana bareechitu ifaa manaa fakkaatti. 6. Yeroo mana keessa dhaabattu utubaa manaa fakkaatti 7. Yeroo alaa dubbattu ollaa fakkaatti 8. Yeroo siif ergamtu ilmoo kee fakkaatti 9. Yeroo si Bashannansiiftu hiriyaa kee fakkaatti 10. Yeroo si qaqqabattu Doktora fakkaatti 11. Yeroo si waliin raftu haadha manaa kee fakkaatti 12. Yeroo Ilmaan siif deessu gosa siif taati 13. Yeroo ija keessa si ilaaltu daawwitii siif taati. YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806

Namaa Wajjin Jiraachuuf Amaloota #Torban Kana Qabaadhu:👉 1: Naamusa Gaarii Qabaachuu 2: Shakkii Irraa Bilisa Tahuu 3: Rakkina uumuu Irraa Of Qusachuu 4: Hamilee Guddaa Qabaachuu 5: Obsa Amala Godhachuu 6: Dandeettii Gaarii Namaa Wajjin Walii Galuu Qabaachuu 7: Haalaa fi Amala Bareedaan Nama Simachuu • Uuman akkuma Fuula Keenya adda adda godhee nu uumetti amala keenyaas garaa Gara godhee nu uume. Namaa Wajjiin jiraachuun kabajaa fi naamusaatu barbaachisa, akka ati feetu qofa osoo hin ta'in akki ati jibbituus uumama danda'a, uumamu akka malu tilmaamu yoo keessummeessun Dirqama. • Yeroo namaa wajjiin jiraatu dirqaman amala kee humnaan Nama fudhachiisuu osoo hin taane amala nama biraatiis beekuuf tattaaffii godhi, yoo amalli isaa siin adda ta'e hin aarin, amala isaa kaaniis hubadhuuf. • Kiyya qofaatu ta'a jedhani goggoguun hin barbaachisu, Yaada kee gurguruuf tattaffadhu Yoo Nama sirraa bituu dhabde ammoo yaada kee San fooyyeessuuf tattaafadhu malee maalif narraa fudhachuu diddan jettee hin aarin. YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806

Addunyaa kanarra namoonni gaggaarii hedduun jiru. Akkuma gaarummaa isaanii waan ittin beekaman yookaa fudhatamummaa argatan ni qabaatu. Kana jechuun garuu waan hunda irratti ogeessota jechuu miti. Namni waan tokko irratti cimaa ta’e waan tokko irratti dadhabaa ta’uu mala. Kanaaf, bakka dadhabbii qabutti warra cimina qaban irraa baratee, bakka cimaa ta’etti warra dadhabina qaban barsiisuun ni danda’ama. Sana amananii fudhachuun iyyuu cimina guddaa gaafata. Garuu namni dadhabina hin qabu jedhee dubbii isaa jalqaba taanaan, kufaatin isaa yeruma sana irraa eegala. Durumayyuu cimaa miti jechuudha. Dubbiin of-tuulummaa irraa eegalti taanaan, kufaatiin tokko jedhee eegale jechuudha. Kufaatii keetiif gufuu hin kaa'in! (Milkaa'ina keetti gufuu hinta'in) YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806

Hordoftoota Amantaa kiristaana hunda keessan kan biyya alaa fi keessaa jirtan baga Ayyaana Du'aa ka'umsa Gooftaa Keenyaa Iyyasuus kiristoosin isin gahe. Ayyaanni Kun   ✓ Eebbaa   ✓ jaalalaa ✓ Dhifamaa ✓ Milkaa'ina Hundaa keenyaf yaa ta'uu. Ayyaana Gaarii. YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806

GAARUMMAAN ATI HAR'A HOJJETTU GALAA KEE BORIF SIIF TA'A❤❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏 YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806

👉#Dhaloota Akaakuu lamatu(2) jira:- 1.warra har’a keessa taa’anii borii isaanii ibsatanii fi warra borii isaanii har’a keess
👉#Dhaloota Akaakuu lamatu(2) jira:- 1.warra har’a keessa taa’anii borii isaanii ibsatanii fi warra borii isaanii har’a keessatti dukkaneessan. 2.Warra har’an wal’aansoo qabun fuuldureesaanii dafqaafi wareegamaan boca qabsiisanii fi warra har’a isaanii qaxxaamuraan bocanii bor wal’aansoon qabaman!! 👉Beektus beekuu baattus, ati kana lamaan keessaa tokko keessatti ramadamta!! Yaadadhu! Bakka ati yeroo dulluma kee teessu, ifaajjee bara dargaggummaa keetu murteessa!! YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806

Yoo kuftellee ka'ii deemi! """"""""""""""""""""""" Yoo kuftellee Mucucaattee Abdiin muriin Harka laattee Tokko_badus Hunda keessa Fedha_ rabbiin Galma geessa Hin_ raafamiin Sodaa -haalaa Inni_ _qabduu Hunda caalaa Gatiin qabnee Fafakkaa_ttee Ofiin __cabsiin Warqee baattee .....................✍️ YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806

Don't be happy just for a reason, because that happiness ends with that reason. Always be happy without any reason, and you will be happy FOREVER. Gammachuu Kee Sababaan wal hin qabsiisin! Sababni isaas Sababaan ati gammaddeef sun yoo dabre, gammachuun kees ni dabra.. Yoos ni gaddita! Yeroo Kamuu Sababa Tokko malee Gammadi! San booda Yeroo Hundaa Gammadaa Taata. 👇👇👇👇👇👇👇👇❤🙏 👉Hiriyyoota keef qooduu hin dagatin! YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806

Change your mindset now and change your life completely ☝🏻🙂 YEROO GAARII QABAADHAA✅ ❤❤❤❤❤💪💪 👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTUR
Change your mindset now and change your life completely ☝🏻🙂 YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806

Jireenyi akka nama biskileettii oofuuti yoo fiigde malee dhaabattee madaala kee eeggachuu hin dandeessu. Fuulduratti 🏃🏃 YER
Jireenyi akka nama biskileettii oofuuti yoo fiigde malee dhaabattee madaala kee eeggachuu hin dandeessu. Fuulduratti 🏃🏃 YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806

Ramadan Mubarak! Ramadaanni:- 🤲Ji'a nagaa ti. 🤲Ji'a #tasgabbiiti. 🤲Ji'a #fayyisaati. 🤲Ji'a #gaarummaati. 🤲Ji'a #Rahmataati. 🤲Ji'a #dhiifamaati ji'a jaalalaa, tokkummaa, nagaa, gara-laafinna fi tokkummaa akka ta'u hawwina. YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806

Toom Joon namichi jedhamu dubbii cimaa tokko akkas jedhee dubbate...... # Adaraa yaa waaqayyo wantoota lama akkan sirriitti beekuuf na gargaari.Isaanis;tokkoffaa jireenya koo keessatti wantan gonkumaa jijjiiruu hin dandeenyeef obsa  naaf kenni". #Lammaffaa immoo wantan jireenyakoo keessatti jijjiiru yoo jiraataniif jecha akkan jijjiiruuf onnee naaf kenni jedhe''. #Lafan yaade hin geenye yoon ta'ellee lafan yaade ga'uuf hin teenye ! # jecha hin danda'amu jedhutti gonkumaa hin amaniin ! #Barrisuu kan dandeessu hanga barrisuu dandeessu yoo of amansiiste qofaadha ! #Ati of daangessitee teessa taanaan eenyu daangaa si ceesisaa ? Of beekuuf murtoo hin qabdu taanaan yoo of beektes murtoo hin murteessitu. #Of beekuun beekumsa beekumsa caaluudha. Barachuun beekuu hin ibsu.Beekuun garuu barachuu ibsa. #Hirkattummaan diina of beekuuti. Osoo of hin beekiin du'uun osoo hin dhalatiin du'uu wajjin tokkuma. #Qabeenyi guddaan addunyaa kanaa dhala namaati. Namni lakkoofsa guutuuf dhalate hin jiru.Lakkofsa guutuu ta'ee dhalate malee. #Dammaqi waan haaraa siin dalagamutu jiraam. Waanti haaraan siin dalagamummoo gati si kanfalchiisu of keessaa qaba. #Addunyaa keessa jirramoo addunyaatu nu keessa jiraa ? Yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenya ati qooddachuuf eeggattuudha. * Nama jechuun bu'aa yaada isaati. Namni waanuma nyaate fakkaata. * Ilaalchi ati ofiif qabdu eenyummaa ati mul'ata kee dhugoomsuuf taasisaa jirtu mul'isa. *Namoonni ofittoon summii mul'ataa qabu malee , sammuu mul'ataa hin qaban. *Carraan amma qabdu kan guddinaati malee kan badiisaa miti. *Meeshaa ammayyaa caalaa sammuu injifannoo qabaadhuutii gara dirree seeni.📖 Kitaaba gargaaraa piroofeesaraa miratuu shaanqoo. YEROO GAARII QABAADHAA✅       ❤❤❤❤❤💪💪     👇👇👇👇👇👇👇👇 🥰ONLY FUTURE BILLIONAIRE🥰 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ibsolovely1st     http://tiktok.com/@ibso          @Ibso22           Ibso Silashi        +251921841806