cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Oduu Oromiyaa

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
283
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Galmeen Barattoota Manneen Barnootaa Naannoo Oromiyaa Hagayya 23,2014 akka jalqabamu Biiroon Barnootaa Naannoo Oromiyaa beeksise. Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo, Manneen Barnootaa Naannoo Oromiyaa keessatti argaman hundi Barattoota Bara 2015 barachuuf gara manneen barnootaa dhufan Hagayya 23,2014 irraa jalqabee hanga Fulbaana 08/2015’tti akka galmaa'an beeksisaniiru. Haaluma kanaan Manneen Barnootaa Waajjira Barnootaa Godinaaleefi Aanaalee waliin ta'uun gamanumaan qophii barbaachisaa akka taasisan dhaamaniiru. Haaluma walfakkaatuun maatiin barattootaafi barattoonni dursitanii qophaa'uun gara manneen barnootaa erguudhaan ijoollee keessan akka galmeessistan jechuudhaan dhaamsi darbeefii jira. Qulqullina barnootaa mirkaneessuuf barattoonni yeroo jedhame keessatti galmaa'anii barumsa guyyaa jalqabaa irraa kaasanii hirmaachuun barbaachisaa waan ta'eef barattoonni Fulbaana 08, 2015 booda galmeef dhufan fudhatama akka hin qabne beekanii Maatiin Barattootaafi Barattoonni gamanumaa akka qophaa'an ibsameera. Guyyaan galmee Hagayya 23,2014 Hanga Fulbaana 08/2015 qofa akka ta'es himameera. Maddi:-Biiroo Barnoota Naannoo Oromiyaati!!
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Hagayya.04/2022-Komishiniin mirga namoomaa Itiyoophiyaa haalli qabiinsa hidhamtootaa manneen hidhaafi buufataalee poolisii naannoo Oromiyaatti hidhamanii jiranii hammaataa ta’uu ibse. Bu’aa qorannoo yeroo dheeraa taasiseenis Oromiyaa keessatti hidhamtootni hidhamanii jiran sarbamiinsa mirga namoomaa hammaataa jala jiraachuu isaanii akka mirkaneeffate ibseera. Komishiniin mirga namoomaa Itiyoophiyaa hidhamtoota naannoo Oromiyaa keessatti hidhamanii jiraniif haala qabiinsa taasifamaa jiru ilaalchisee yeroo dheeraaf qorannoo adeemsisaa ture ifa taasiseera. Qorannichi haala qabiinsa hidhamtoota manneen hidhaa fi waajjiraalee poolisii naannoo Oromiyaa keessa jiraniirratti kan xiyyeeffatu ta’unsaa ibsamee jira. Koomimishiinichatti daarkteera hordoffiifi qorannoo naannoo kan ta’an Obbo Imaad Abdulfattaa bu’a qorannoo kanaa ilaalchisuun ibsa kennaniin qorannichi waajjira poolisii 126 fi manneen hidhaa 27 irratti adeemsifamuu ibsan. Akka Obbo Imaad jedhanitti hidhamtoonni siyaasaa yoo dhukkubsatan yaala dhorgamuu, kutaa xiqqoo keessatti heddumminaan hidhamuufi nyaata ga’aan kennamuufi dhibuun bu’aa qorannoo kanaa kessatti ifaan mul’ateera. Qorannoo taasifameenis Oromiyaa keessatti hidhamtootni hidhamanii jiran sarbamiinsa mirga namoomaa hammaataa jala jiraachuu isaanii akka mirkaneeffate kan ibsu ibsi koomishinichaa, rakkoon kana dura ture hanga murtaa’e hir’achuusaas hima. Haa ta’uu malee dhiibbaan mirga hidhattootarra ga’aa jiru kanneen furmaata hatattamaa barbaadan ammallee akka jiran koomishiinichi ibseera. Qajeelchota poolisii fi waajjiraalee poolisii dabalatee manneen hidhaa hedduu keessatti qabata hanqina baajataa jedhuun hidhamtootaaf tajaajilli gahaan kennama akka hin jirres Obbo Imaad Abdulfattaa dubbataniiru. Hidhamtootni sadarkaa murtiirra hin qaqqabne yookaan hidhamtootni rakkoo nageenyaatiin shakkamanii hidhaman hedduun naannoo Oromiyaa keessatti sarbamiinsa mirga namoomaa jala jiraachuu isaanii ilaalchisee komiin maatiifi paartiilee siyaasaa adda addaarraa dhaga’amaa ture dhugaa ta’uufi poolisiin ajaja mana murtii diduun rakkoof isaan saaxiluu akka mirkaneeffates koomishiinichi ibseera.
Show all...
Boosat Oromiyaa Adoolessa 26/2022 Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa Giddugala Bahaa Gaggeessitootni Giddugala Bahaa walga'ii idilee ji'aa kan baatii Adoolessaa har'a Ado, 26/2022 Galma Boosatitti gaggeeffatan. Walga'ii kana irrattis gabaasni hojii amantichaa kan baatii Adoolessaa yoo dhihatu Galmootni Amantii Waaqeffannaa sadis (3s) Giddugalichatti baname. Gabaasni kan Kutaa Odeeffannoo fi Qunnamtii Giddugala Bahaati. Biyyi roobaa nagaa Gadaan quufaa gabbina nuuf haa ta'u!
Show all...
Giddu Galeessa Oromiyaa Onoota Lixa Shaggar Aanaa Jalduu, Ilfata, Abuna Gindabarat fi Gindibaratitti Waraanni mootummaa duula ijibbaataa akka haaraatti geggeessuuf humna guddaadhaan halkan kana garasitti ilmaluun boru duula geggeessuuf jirti jedha odeeffannoon jedhu waan jiruuf jaallan toora kanaa akka qubaattan!
Show all...
Giddu Galeessa Oromiyaa Onoota Lixa Shaggar Aanaa Jalduu, Ilfata, Abuna Gindabarat fi Gindibaratitti Waraanni mootummaa duula ijibbaataa akka haaraatti geggeessuuf humna guddaadhaan halkan kana garasitti ilmaluun boru duula geggeessuuf jirti jedha odeeffannoon jedhu waan jiruuf jaallan toora kanaa akka qubaattan!
Show all...
Oromiyaa Godinaalee garaagaraa keessatti Humnootiin Shiftaa Mootummaa Abiyyiin bobbaafaman Namoota nagaa ajjeesuu, Hidhuu fi Mana jiraattotaa gubuun Uummata dararaa akka jiran SQ irra deeddeebiin Oromiyaa guutuurraa gabaasa dhiheessuun mirkaneessaa jira. Oromiyaa keessatti Waraanni Ija Addunyaa jalaa dhokfame Uummata Oromoo meesha maleeyyii irratti kan labsame yeroodhaa gara yerootti dabalaa deemuu namni hundi kan gurraa qabuudha. Haluma kanaan Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaallaatti guyyoota muraasa darban Maanguddoo biyyaa Mana hidhaatii baasanii erga ajjeesanii booda; daa'imman utuu hin hafin maatiin Maanguddoo ajjeefamanii Mana Hidhaatti guuramaa jiraachuu SQ odeeffateera. Guyyaa muraasa dura Maanguddoon Baatii Odee jedhaman Qajeelcha Poolisii Aanaa Shaallaa Bulchiinsa Magaalaa Aajjeetti hidhamanii kan turan, mana hidhaatii baafamuun Aanaa Shaashamannee Ganda Faajjii Soolee bakka addaa Laga Meexxii jedhamutti du'aan reeffa isaanii gatamee argame. Maanguddoon ajjeefaman kun badii qabaatanii osoo hin taane, "Ilmi kee Miseensa Waraana Bilisummaa Oromooti" jedhamuun qofadha kan ajjeefaman. Oromiyaa goleewwan hunda keessatti Waraanni PP erga Waraana Bisummaa Oromoon injifatamee booda Uummata nagaa irratti haaloo ba'uu Uummati yeroo hunda ni mirkaneessa. Iɴᴊɪғᴀɴɴᴏᴏ Wʙᴏ Zᴏᴏɴɪɪ Kɪʙʙᴀᴀ Gᴜᴊɪɪ Bᴀʜᴀᴀ Oɴᴀ Gᴀʟᴀᴀɴᴀᴀ Adoolessa 22/2022 Irree fi gaachanni Uummata Oromoo WB0'n Zoonii Kibbaa konyaa Gujii lixaa Cibraan Gumaa Baasaa Tuulaa Surroo Buttaan Galaanaatiif Gadab Dibbee Dhugoo har'a ganamaan diina dhukkee irraa kaasaa ooleera. Tikootni bilxiginnaaf Waraanni ishee hedduun du'aaf madoon adabamanii jiru. IUOf! https://t.me/oro_Lb_Arm
Show all...
Show all...
Madda Ispoortii

Tapha guyyaa hardhaa sa'a,atii ammaa taphatama jiruu hordofuu barbadummii linki asii gadii kana tuquun daawwadha

🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥 Chanaalotaa Mediiya OROMOO tahaan karaa Telegram isiin 💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻
Show all...
OMN
ONN
FIB
OBS
KMN
QAANQEE SHOW
KELLOO MEDIA
OBN
Rakkoon amma Oromiyaa keessatti mul’atu kun akkanaan itti fufnaan Itoophiyaa gaaga’a. Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobana Hoolaa Haala qabatamaa amma Oromiyaa fi kutaaleen Itoophiyaa kaan itti jiran, yaaddoo qabanii fi yaadota furmaata ta’u jedhan irratti xiyyeeffachuun BBC waliin turtii taasisaniiru. Sababa rakkoo nageenyaatiin waggoota sadan darban keessa miidhaan Itoophiyaa keessatti gahe hammaataadhaa kan jedhan Abbaan Gadaa kun, addatti Oromiyaan ammoo rakkoolee ciccimoo keessumeessaa jirti jedhan. “Guyyaa guyyaadhaan namni du’uun, guyyaa guyyaan qabeenyi gubachuun, namni qe’eerraa buqqa’uun, waggoota sadan darban kanaaf Oromiyaa keessatti baayyee hammaatee jira. Bakka kaaniirras Oromiyaatti kan hammaates Oromiyaan dirree misoomaa fi siyaasaa waan taatefidha” jedhan. Haata’u malee “Uummanni Oromoo kun biyya safuu fi safeeffannaadhaan bulu. Sirni Gadaa isaa jaalataadha, hammataadha. Dachiin Oromoo kunis dachii jiituu irratti hojjetanii argatan waan taateef kuufamni namaa kallattii hundaan itti baayyataa ture,” jechuun akkaataa sabni hedduun Oromiyaarra jiraachuu ittiin filate ibsu. Oromiyaan dachii nagaa fi tasgabbii qabdu waan turteef saboonni hedduun ammaan dura Oromiyaatti Kuufamaa waan dhufaniif amma yeroo haalli gaarii hin taane kanatti rakkoon Oromiyaarratti akka hammaatu taasiseera yaada jedhus qaba jedhaniiru. (BBC) @Gadaapost @Gadaapost
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.