cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

DV 2024

Show more
FinlandThe language is not specifiedPolitics
Advertising posts
382
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from Najat Hamza
Photo unavailableShow in Telegram
Galata rabbi ኮሎኔል ገመቹ ተፈቷል። Qabsoon itti fufa‼️ Kol. Gammachuu Ayyaanaa baga Rabbi Rabbi nagaan si baase. Warri hafes hiikamuu qabu.
Show all...
Amma namni keenya baay'een tarkaanfii naannoo Amaaraa keessatti fudhatamaa jiruun yoo mirqaanu argaa jirra. Kan itti aanee dhufu itti hin mul'anne. Warri federaalaa kun waanuma naannoo san jilbeenfachiisanii kan biraa usanii laalanu kan se'us hedduu dha. Dhugaan jiru garuu, Oromoorraa silas hiraarri dhaabatee hin beeku tahuyyuu, duula kaabaarraa as deebii wanni Oromiyaatti tahuuf jiru na yaaddessa. Qalbii warra Amaaraa fincila kajeelaa jiru dhidhiibuuf jecha Bilxiginnaan akkuma barte hammeenya isii daangaa hin qabne san Oromoo irratti jabeessiti. Kan amalaa fi kaayyoo PP dagatee amma mirqaanu kun gaafas ammoo booyichatti deebi'a. Kanaafuu miira keenya boruuf qusachuun hin badu.
Show all...
Repost from Najat Hamza
Eessaa kaane? Eessa jirra? Eessatti deemna? Maaltu nurraa eegama? Abbaan tarsiimoo qabsoo Oromoo waan jedhu qaba. Obsaan eeggadhaa!!!
Show all...
Show all...
ODUU Hatattama Qeerroon mormii Hiriira itii fufun Motumma Mudamsisa jira kuno @Moha Oromo

#OLA #subscribe #like #share

Jawar, Baqqalaa fi Hamzaa Booranaa amma bahanii jiru! Baga gammanne!
Show all...
Show all...
Siyaasa Itoophiyaa: Jawaar Mohaammad dabalatee qondaalonni KFO, Baaldaraas fi TPLF hidhaarraa hiikaman

Jawaar Mohaammad dabalatee hogganoonni paartii mormituu Kongirasii Federaalawaa Oromoo fi namoonni isaan waliin himatamanii mana hidhaa sirreessaa Qaallitti turan gadi dhiifamuu maatiin hidhamtootaa mirkaneessan.

Show all...
Daraartu Tulluu Jawar mohammed hatattaman mana hidhaati bahuu qaba jette.

#daraartu_tulluu

Subscribe godhuudhaan nu gargaraa channel YouTube kenyaa https://youtube.com/channel/UCgwAdMMjngyJZ7QLUBefpWA
Show all...
Amma erga jarri PP hangana wal qoccolte booda akka amala isii ibsa baastee ajjeechaa Abbootii Gadaa fi saamicha ilaalchisee qorannee seeratti dhiheessina jechuu malti. Ajjeechaa abbootii Gadaa Karrayyuu ifatti amananii garuu qaamni itti gaafatame tokko hin jiru. Ummata sobuun hin danda’amu!
Show all...
Guyyuu waan hedduun dhagaha, garuu hedduu isaa hin amanu! Kanaafan oduu hiikamuuf dhihaachuu hoggantoota keenyaas hin amanne! Odeeffannoon garuu hin tuffatamtu!
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.