en
Feedback
HEALTH EDUCATION

HEALTH EDUCATION

Open in Telegram

This is the first Governmental platform of paying users with highest multiplier. Contact us: CEO

Show more
2 819
Subscribers
No data24 hours
-87 days
-6230 days
Posts Archive
➡️Dambalii_Beekumsaa is Back ❤️ Chaanalli Kana_Beektuu afaan oromoo guddichi durii turtii yeroo muraasa booda gara hojiitti s
➡️Dambalii_Beekumsaa is Back ❤️ Chaanalli Kana_Beektuu afaan oromoo guddichi durii turtii yeroo muraasa booda gara hojiitti seeneera...maarree ammumaan seenuun maatii ta'a! Nu waliin ta'a...Lafa walii gaha!!👇👇 https://t.me/Dambalii_beekumsaa25/21 https://t.me/Dambalii_beekumsaa25/21

photo content

Forforii Rifeensaa (Dandruff) ****** MALLATTOOLEE ● Rifeensa mataa keessa waanti akka daakuu harca'auu (keessumaa yoo harkaan haxaa'an ykn filtuu mataan filatan) ● Yoo xiqqoo sanarra jabaate ammoo garmalee hooksisuu fi waan akka qolaa harca'uu fa'i. KA'UMSA ● Ka'umsi foriforii fangasii 'Malassezia furfur' jedhamtuun akka namatti dhufu amanama. ● Foroforiin dhukkuba gogaa kamiyyuu caalaa hawaasa keesatti argama. ● Keessumatti ammoo umurii waggaa 14 haga 30 kan namoota rakkisuudha. FURMAATA 1. Shaampoo qabiyyee farra fangasii of keessaa qabuun rifeensa ofii haga foriforiin kun rifeensa irraa badutti dhiqachuudha. 2. Qorichoonni dabalataa akkuma cimina foriforii nama qabe sanaatti ogeessa fayyaan kennama. 3. Foriforiin takkaa erga rifeensa irraa badee booda namatti deebi'uunsaa hin hafu. Kanaaf erga namarraa badee boodas giddu giduutti (fkf torbanitti altakkaa) shaampoo farra fangasii of keessaa qabu kanaan rifeensa dhiqachuudha. 👇👇👇👇👇👇 SABA GUDDAA/OROMOO WAAN TAANEEF CHANNELA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 CHANNELA #HEALTH_EDUCATION 📡

photo content

Mallattoolee hamtuu daa'ima amma dhalattee -------------------- Daa'imni hoggaa dhalate addunyaa gadaameessaa alaatti madaaquuf jijjiirama hedduu keessa dabra. Yeroo hedduu jijjiirama kana itti milkaawanii daa'imman fayyaqabeessa ta'u. Haa ta’u garuu Mallattooleen hamtuu tahan yeroo garii ni mullatu. Mallattooleen kunneen 1. Baayyee saffiisaan kan harganu yoo ta'e. Kana malees qaamni isaa cuquliisaawee irraa baduu yoo dide 2. Guyyaaf lamaaf sagaraan yoo irraa bahuu didde 3. Sa'aatii 24 f yoo fincaanuu dide 4. Yeroo harganuu kan aadu yoo ta'e 5. Qaamni, ijji, harki , miilli fi kkf bifa keelloo kan qabaatu yoo ta'e 6. Baayyee booyee hoggaa sossobuuf yaaltan kan hin usne yoo ta'e . Kana malees boo'ichi isaa kan durirraa adda ta'e fi kan addan citne yoo ta'e 7. Malaan ykn dhiigni handhurarraa kan yaa'u yoo ta'e 8. Yoo luuguu dadhabe ykn xiqqeesse 9. Leeydaa ykn gubaa qaamaa hamtuu yoo qabaate Mallattoolee asiin olitti tarreeffaman kana daa'imman keessan irratti agarran dafaa mana yaalaa geessaa( keessattu daa'imni keessan umriin isaa baatii 1 gad yoo ta'e) SABA GUDDAA/OROMOO WAAN TAANEEF CHANNELA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 CHANNELA #HEALTH_EDUCATION 📡 https://t.me/GALO_TECH

ERGAA FI XIYYEEFFANNOO ITTI KENNU QABDAN Updates & Attention Ogeessota Fayyaa Ragaa ogummaa(professional License) Fudhachuuf Iyyannoo keessan Dhiyeeffattan Hundaaf:- 🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺 ✍️1. Kaffaltiin ragaa ogummaa fudhachuuf raawwatamu kamiyyuu maqaa ogeesichaan alatti kan hin danda'amne ta'uu beektanii maqaa keessaniin kaffaltii akka raawwatan, ✍️2.Ogeesotni  Feedback(duub-deebii) isiniif kenname ''Pending'' ykn 'Rejection'  irra jiran duub-deebii isiniif kenname Application History irra jiru dubbisuun  erga sirreeffattanii  booda Sign and Update kan jedhu cuqaasuun Pending ykn Rejection jalaa akka of baastan, ✍️3. Ogeesotni ragaa ogummaa fudhachuuf gara BFO  dhufuun kan hin barbaachifnee fi bakkuma jirtanitti kan fudhachuu dandeessan ta'uu beektani baasii biraaf akka hin saaxilamnee fi Waa'ee ragaa ogummaa(Professional license) waliin  walqabatee BFO kan isin hin keessumeesine ta'uu cimsinee beeksifna. #Daar.Reegulaatorii Irraa

Gudunfamuu mardhumanii (intestinal obstruction) Gudunfamuu mardhumanii (intestinal obstruction) kuni yeroo amma dhibee hatatamaan lubbuu salphatti galafata keessa isa tokko. Gudunfamuu mardhumanii kuni yeroo bayyee yeroo Soomaa kan bayyatudha.Gudunfamuu mardhumanii kuni iddoo lamatti addaa baha. 1 gudunfamuu mardhumanii qaldhaa(Small bowel obstruction). 2. Gudunfamuu mardhumanii furdaa(large bowel obstruction). #Sababoota dhibee kana fidani * Kanan duraa yoo waldhansa baqaqasani yaalu mardhumanii hojjetame yoo jirate mardhumanii keenya walitti maxxanun gudunfamuu danda'a.(post op adhesion) *Kansaarii mardhumanii (colonic Cancer) inni kuni namoota umurii waggaa 50 olii irratti muldhata. * Wali irraa caccabuu mardhumanii ( volvulus) inni kuni biyyaa keenya keessatti bayyee beekamadha. * Qawwii garaa keenya gara keessatti kan jiruu yoo ta'ee mardhumanii karaa qawwa sanan bahee gudunfamuu danda'a.( Obstructed Hernia). * Wali keessa seenuu mardhumanii (intussusception). Inni kuni yeroo bayyee da'immaani irratti muldhata. * Dhukkuba akka Daranyoo sombaa, ( intestinal TB) Crohn's disease_ isaani kunin immo mardhumanii keenya salphatti akka walitti qabatu godhu. * Bobbaan keenya yoo garmalee gogee.(fecal impaction) * Cirraacha hadhooftu (gall stones ileus) * Rammoon garagara (intestinal parasite eg Ascaris) ### Mallattoolle dhukkubicha 1. dhukkubbii garaa garmalee (crampy abdominal pain) 2. Hooqisisuu ykn olii deebisisuu ( Vomiting) 3. Garaan bokokuu (Abdominal distension) 4. Bobbaan(Sagaraa) fi hafurrii (dhuufu) bahu diduu ((difficult to pass feace &flatus)). Yaalli dhibee kana mana yaala deemuun yaalamuu qofa.wanti isiin manatti gootan tokkos hin jiru.Hatatamaan gara mana yaala deemuun yaalamuu qabdu. Fayyaa ta'aa!!!! SABA GUDDAA/OROMOO WAAN TAANEEF CHANNELA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 CHANNELA #HEALTH_EDUCATION 📡 https://t.me/GALO_TECH

Seekondii 20 booda nii haqama 👀 Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊 Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵

Bxj

photo content

QAXARRII OGEEYYII FAYYAA GODINA JIMMAA Updates : 🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺 Qacarrii Ogeeyyii Fayyaa Marsaa 2ffaa Waajira Fayyaa Godina Jimmaa. 🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺 Hub: Ogeessi hayyama.qacarriiwwan duraan kennaman keessatti qormaata fudhatee darbee xalayaa ramaddii fudhatee hafe hin ilaallatu, bakka lamatti qacarmee ragaan dhiyaanan tarkaanfiin seeraa kan fudhatamu ta'a. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Oromiacpdcenter

Ulfa Gadameessaan Alaa ➫ Ulfi gadaamessaan alaa ulfa walii galaa keessaa 2% kan ta'u irratti uumama ➫Kunis atattamaan yaala hin argatu taanan rakkoo hamaaf nama saaxiluu danda'a ➫Hanga 6% du'a haadholiif sababa ta'a ➫Ulfi gadameessaan alaa jechuun yeroo hanqaaquun fertilized ta'e gadameessaan alatti biqilu(dhaabbatu) dha. ➫Harki caalaan isaa ujummoo gadameessaa fi oovaarii wal quunnamsiisu (Fallopian tube) keessatti uumama ➫Harki hafe immoo miciree gadameessaa,balbala gadameessaa,garaa keessaa fi kkfn irratti biqiluu danda'a. ◍Wantoota dhibee kanaaf nama saaxilan ➫Ulfa gadameessaan alaa kan yeroo duraani ➫Miidhamuu ujummoo gadameessaa👉 keessumaa infeekshinii karaa wal-quunnamti saalaan daddarbaniin (STI)n ➫Opereshinii ujummoo gadameessaa fi naannoo isaa ➫ Tamboo xuuxuu fi kkfn 🔹 Mallattoo Isaa Mallattoon yeroo baay'ee muul'atu ➫ Dhukkubbii garaa gara gadii ➫ Laguun hafuu ykn dhaabbachuu. ➫ Dhiiguu gadameessaa ➫ Lafti namaan maruu ➫Dabalataanis mallattoo ulfaa kan akka ol ol nama jechuu kajeeluu, tuttufsiisuu,harma nama dhukkubuu.. ➫ Ulfi ujummoo gadameessaa keessatti biqilu dho'uun dhibicha hammeessuu danda'a 🔹 Mala Ittisaa ➫ Dhukkuboota/dhibeewwaan sal-quunnamtii saalaa daddarban ittisuu fi yeroon yaala ga'aa ta'e argachuun hamma dhibichaa ni hir'isa. ➫ Ulfa gadameessaan alaa kanaaf yaalamani yoo itti fufinsaan ulfaa'an atattamaan gara mana yaalaa deemani ultrasoundi ka'uun barbaachisaadha. Kanaaf deemaa ulfaa keessatti ulfi gadameessaan alaa akka jiru hubannoo keessa galchuun barbaachisaadha. ➫ Wal quunnamtii saalaa of eeggannoo hin qabnerraa of eeguu ykn kondoomii fayyadamuu 🔹 Yaala Rakkoon kun atattamaan yaal argachuu qaba waan ta'eef namni mallattoo kana qabu atattamaan gara mana yaalaa deemuu qaba. 👉 Ulfi gadameessaan alaa yoo uumame carraan deebi'ee dhufuu isaa ni dabala 👉 Haadhi rakkoon kun ishee mudate carraan deebitee daa'ima godhachuu ishee 50- 90% ga'uu danda'a. ********** Fayyaan Faaya, Fayyaa hin dhabinaa! SABA GUDDAA/OROMOO WAAN TAANEEF CHANNELA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 CHANNELA #HEALTH_EDUCATION 📡 https://t.me/GALO_TECH

🙏

Namoonni hanga ammaatti akkaataan isaa isiniif hin galleef: 1. Guyyaa meeqa booddee qarshii keessan fudhachuu akka barbaaddan nutti ni himtu 2.Qarshii meeqa Deposit akka gootan nutti ni himtu Xiqqaan: 150ETB Guddaan:5000ETB 3. Lakk. Bibilaa qarshiin keessan irratti isiniif galu nutti ni himtu. 4. Xumura irratti qarshii jettan Desposit gochuudhaan ragaa message 127(telebirr) irraa ergame screenchot garee irratti post gochuu qabdu. Guyyaa jettan booddee qarshiin keessan kallattiidhaan gara Account keessanitti ragaa kaffaltii guutuu waliin galii isiniif ta'a.

ANY ONE WHO WANT TO INVEST 1. You have to tell us after how many days you want to get back your money 2. You have to tell us how much money you deposit with minimum of 150 birr and maximum of 5000ETB 3. You have to tell us your phone number on which we give you back your money. 4. You have to finally deposit the money and post the message sent from Telebirr (127) on our group. Finish all the steps and get your profit.

✅ New Withdrawal Request ⏳ Status: Pending 🤴 User: Jiraachisaan koo isa 🆔️ User Id: 25434278893 💰 Amount: 1050ETB 💳 Address: 5d99493n 📲Telebirr phone no: +25191243**45 🤖Group: https://t.me/the_first_governmental_platform

Namoonni hanga ammaatti akkaataan isaa isiniif hin galleef: 1. Jalqaba irratti Qarshii Deposit gootu. Minimum: 150ETB Maximum:5000ETB 2. Lammaffaa Guyyaa qarshii itti baafattan nutti himtu. 3. Hanga guyyaa jettanitti profit dabalataa yoo feetan Task isiniif kenninu hojjechuu dandeessu. 4. Guyyaa jettan booddee qarshiin keessan kallattiidhaan gara Account keessanitti ragaa kaffaltii guutuu waliin galii isiniif ta'a.

photo content

photo content

Tesfaye 500ETB is withdrawn
Tesfaye 500ETB is withdrawn