en
Feedback
HEALTH EDUCATION

HEALTH EDUCATION

Open in Telegram

This is the first Governmental platform of paying users with highest multiplier. Contact us: CEO

Show more
2 819
Subscribers
No data24 hours
-87 days
-6230 days
Posts Archive
photo content

All departments 👇👇👇 💊 Medicine 💊Nursing 💊pharmacy 💊laboratory 💊Midwifery 💊Psychiatrist 💊Radiologist 💊Health officer

#OduuLiverpool |Deeggartoota Kilaba Liverpool hundaaf: Jijjiirraa taphattootaa, Seenaa taphattootaa, Tapha kallattiidhaan fi
#OduuLiverpool |Deeggartoota Kilaba Liverpool hundaaf: Jijjiirraa taphattootaa, Seenaa taphattootaa, Tapha kallattiidhaan fi odeeffannoo kilaabaa Liverpool hundaa ni argattuu. Itti dabalamaa(JOIN)!👇 https://t.me/Oduu_Liverpool26 https://t.me/Oduu_Liverpool26

Namoota Telegram Premium qabdan hundumaaf Bot Link isaa gadi jiru keessan seenuun Boost godhaa! Boost 1 yoo gootan $1 argattu Akkasuma bybit UID keessan illee itti guutaa! https://t.me/Bybitboostbot?start=ref_5333484762

➡️Dambalii_Beekumsaa is Back ❤️ Chaanalli Kana_Beektuu afaan oromoo guddichi durii turtii yeroo muraasa booda gara hojiitti s
➡️Dambalii_Beekumsaa is Back ❤️ Chaanalli Kana_Beektuu afaan oromoo guddichi durii turtii yeroo muraasa booda gara hojiitti seeneera...maarree ammumaan seenuun maatii ta'a! Nu waliin ta'a...Lafa walii gaha!!👇👇 https://t.me/Dambalii_beekumsaa25/28 https://t.me/Dambalii_beekumsaa25/28

😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

Seekondii 20 booda nii haqama 👀 Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊 Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵

photo content

Hanqina Dhiigaa (Anemia) Hanqini dhiigaa dhukkuba yeroo amma garmalee dabalan keessa isa tokko.namonni bayyeen sababa dhibee kanan miidhama jiru keessattu da'immaani fi durbartoota ulfaa irratti bayyee muldhata. Sababoota hanqina dhiigaa fidaani 1 Hanqina Ayiranii 2 Hanqina vitaamiini B_12 3 Hanqina Fooliik Asiidii 4 Dhukkuba Kaansarii garagara irraa Mallattoolle dhukkubicha *Lafti Naman nanna'uu *Gurratti nama iyyuu *Ijaan lafa arguu dadhabu (namatti dimimisuu) * Dadhabbii garmalee *Hafurrii addaan ciituu Hanqina Dhiigaa yaala qaba? Eyyeen 1 nyaata sirreessun 2 qorichaa mana yaalati fudhachuun 3 waldhansa baqaqasani yaalu fkn kansaarii garagara yoo ta'ee. Nyaata akkami nyaatu qabna hanqina dhiigaa ittisuuf? *Nyaata Ayiranii badhadhan kannen akka foonii diimaa,Foonii lukkuu, qurxummii,Baqelaa, ataara, kuduraa fi muduraa akka loomii fi Burtukana. * wantoota Ayiranii hirdhisanii fkn bunaa fi shaayii nyaata duraa dhuguu dhiisuu.sabibni isaas qabiyye Ayiranii nyaata keessa jiru hirdhisani. * Nyaata vitaamiini B12 badhadhan fkn bu'aa beeyiladoota kannen akka foonii diimaa ,Tiruu hanqaquu, Annaanii fi kkf. * Nyaata Fooliik Asiidii badhadhan kannen akka loomii, Burtukana, ochoolonii,Qoosxa, ataara, Baqelaa fi kkf. Fayyaa ta'aa!!!! Dr Tahir Hirpo

➡️Dambalii_Beekumsaa is Back ❤️ Chaanalli Kana_Beektuu afaan oromoo guddichi durii turtii yeroo muraasa booda gara hojiitti s
➡️Dambalii_Beekumsaa is Back ❤️ Chaanalli Kana_Beektuu afaan oromoo guddichi durii turtii yeroo muraasa booda gara hojiitti seeneera...maarree ammumaan seenuun maatii ta'a! Nu waliin ta'a...Lafa walii gaha!!👇👇 https://t.me/Dambalii_beekumsaa25/28 https://t.me/Dambalii_beekumsaa25/28

Dubartiin takka marsaa laguu booda yoom ulfaa'uu dandeessi? ** Dubartiin mala ittisa ulfaa Nam-tolchee hin fayyadamne takka yeroo itti ulfaa'uu dandeessuu fi dandeenye beekuuf guyyaa laguun isii itti dhuftu ji'a ji'aan galmeeffachuu qabdi. Kun ammoo yeroo itti ulfaa'uu dandeessu sanatti ilmoo argachuuf walqunnamtii saalaa godhuu qabdi moo hin qabduu murteessuuf gargaara. Dubartii fayyaa qabduu marsaan laguu Isii guyyaa 21 hanga 35 turee itti dhufuu danda'a. Marsaan laguu guyyaa olitti tuqame kana irra gabaabbachuus ta'ee dheerachuu hin qabu Guyyaa laguun irra yaa'uu eegalu guyyaa jalqaba marsaa laguu jedhamee fudhatama. Oovuleeshiiniin( Guyyaa killeen itti gad lakkifamtu) guyyaa 14ffaa irra ta'a. Killeen oovaarii irraa gad lakkifamte ujummoo faalooppiyaanii seenuun sanyii kormaa wajjiin yoo wal argatte fartilaayizeeshiiniin gaggeeffamuun ulfi uumama. Kana ta'uu baannaan guyyaa 14 booda laguun deebi'ee dhufa jechuudha. Mala uumamaa fayyadamuun akkamitti yeroo ulfaa'uun danda'amu beeyna? ---- --- Mala kana fayyadamuuf mala ittisa ulfaa tokkollee yoo tiqqaate ji'oottan 3n ( kiniinaaf) ykn 6n ( liilmeef) dabraniif fayyadamuu dhabuu. Dabalataan laguun ji'a ji'aan kan dhuftu ta'uu qabdi. * Guyyaa jalqaba laguun sitti dhuftu guyyaa 1ffaa jettee galmeeffatta. Fkn laguun kee ebla 1 irratti kan sitti dhuftu yoo ta'e, Ebla 1 guyyaa tokkoffaa jettee mallattoo X itti godhatta. * Baatii itti aanuus guyyaa isiin itti sitti dhufte ni galmeessita. Fkn laguun lammaffaa Ebla 29 ffaa irratti kan sitti dhuftu yoo ta'e, guyyaa 28 turtee sitti dhufte jechuudha. * Haaluma kanaan itti fuftee ji'a 6f walitti aansitee galmeessita. Guyyaa gabaabaa laguun kee daddaftee sitti dhufte fi guyyaa dheeraa laguun kee turtee sitti dhufte adda baafatta. Fkn guyyaa gabaaban Aadde caaltuu 28 haa jennuu . Guyyaan dheeraan aadde caaltuu 31 haa jennuu. Kanaaf caaltuun guyyaa isiin itti ulfaa'uu dandeessu beekuuf - Guyyaa gabaabaa ta'e irraa 18 hir'ifna. Kana jechuun 28- 18 = 10 ta'a jechuudha. Kanaaf caaltuun marsaa laguu ishee irraa eegalee guyyaa 10ffaa irratti ulfaa'uu dandeessi jechuudha. - guyyaa dhumaa caaltuun itti ulfaa'uu dandeessuu beekuuf guyyaa dheeraa irraa ammoo 11 hir'ifna. Kana jechuun guyyaan dheeraan caaltuu 31 waan ta'eef 31-11 = 20 ta'a. Kanaafuu caaltuun guyyaa 10ffaa marsaa laguu isii irraa eegaltee hanga 20ffatti carraan ulfaa'uu isii ni jira jechuudha. Hub: Guyyaa dubbanne kana hunda keessatti ni ulfooyti jechuu miti. Garuu carraan ulfaa'uu baayyee guddaadha. Walumaagalatti carraaan ulfaa'uu * Guyyaa 1 oovuleeshiinii dura * Guyyaa oovuleeshiinii fi * sa'aatii 24n oovuleeshiinii keessatti haalaan guddaadha Barnoota dabalataaf Eba Pediatrics Specialty Center Hordofaa ©️ Dr. Umar Haaruun Ispeeshaalistii wal'aansaa fi Yaala Daa'immanii https://t.me/GALO_TECH

photo content

➡️Dambalii_Beekumsaa is Back ❤️ Chaanalli Kana_Beektuu afaan oromoo guddichi durii turtii yeroo muraasa booda gara hojiitti s
➡️Dambalii_Beekumsaa is Back ❤️ Chaanalli Kana_Beektuu afaan oromoo guddichi durii turtii yeroo muraasa booda gara hojiitti seeneera...maarree ammumaan seenuun maatii ta'a! Nu waliin ta'a...Lafa walii gaha!!👇👇 https://t.me/Dambalii_beekumsaa25/28 https://t.me/Dambalii_beekumsaa25/28

➡️Dambalii_Beekumsaa is Back ❤️ Chaanalli Kana_Beektuu afaan oromoo guddichi durii turtii yeroo muraasa booda gara hojiitti s
➡️Dambalii_Beekumsaa is Back ❤️ Chaanalli Kana_Beektuu afaan oromoo guddichi durii turtii yeroo muraasa booda gara hojiitti seeneera...maarree ammumaan seenuun maatii ta'a! Nu waliin ta'a...Lafa walii gaha!!👇👇 https://t.me/Dambalii_beekumsaa25/28 https://t.me/Dambalii_beekumsaa25/28

Warroota amma online irra jirtan maraaf!! 🔥🔥 Sagantaa gaaffii fi deebii baadhaasa qabu jalqabuuf jennaa!! 👉1ffaa kan baheef 250birr 👉2ffaa kan baheef 150birr 👉3ffaa kan baheef 100birr Chaanalota armaan gadii join gochuun irrattii hirmaadha!! 👇👇