Ds Obsa GH
Open in Telegram
Data scientist (Ds) and computer scientist at AU. Here the channel contains educational items such as exam, note and videos and E - Learning and Technology education. For any comment @obsagh
Show more793
Subscribers
No data24 hours
-67 days
-1530 days
Posts Archive
793
793
793
Telegraamii keessan irratti ergawwaan akkasii gaafa hiriyoota keessanirras haata'uu namoota kamirrayyuu gaafa akkasitti sini ergamu hin tuuqina. Yoo tuqtan Account telegramii keessani akkuma ajaja inni sin gaafate guutaa deemtan telegramiin keessan ni hatama yookiin hack sin jala ta'a waan ta'eef liinkoota akkasii nama sinitti ergaman irra of eega.
â
â
âKeessattu jechoota akkasiin gaafa sinitti ergan gonkuma hin tuqina.
â
âThere are photos of you on the website
â
âhttp:/ekhps.gdn/ZlVtx#75k4uSyNR9DU9
â
âhttps://t.me/Dsobsn
âhttps://t.me/Dsobsn
â
â
â
793
Barattoonni keessattu warri Yunivarsitii Ambootti barachaa jirtani fi turtan akkasumas qamooleen biro Yunivarsitii Amboo dabalatee dhimma mucaayyoo ol adeemtuu kanaa akka hin daganne deeggarsa hattatamaa yeroo gabaabaa keessatti ishee barbaachiisuuf birmaannaa godhafi.
https://t.me/Dsobsn
âhttps://t.me/Dsobsn
â
793
25 Arsi University
26 Samara University
27 Assosa University
28 Dire Dawa University
29 Wollega University
30 Mattu University
31 Mizan-Tepi University
32 Kotebe Education University
33 Adigrat University
34 Woldia University
35 Oromia State University
36 Bule Hora University
37 Aksum University
38 Bonga University
39 Rift Valley University
40 Oda Bultum University
41 Raya University
42 Injibara University
43 Selale University
44 Debark University
45 Kebri Dehar University
46 Gambella University
47 Mekdela Amba University
48 Dembi Dolo University
49 Jinka University
50 Borena University
51 Ethiopian Police University
â
â(According to UNIRANKSÂŽ â Top-Ranked Universities in Ethiopia - 2025)
https://t.me/Dsobsn
âhttps://t.me/Dsobsn
â
793
Sadarkaan Yuunivarsiitota Itoophiyaa bara 2025 kan armaan gadii fakkaata. Yuunivarsiitiin keessan kan isin itti baratanii fi jaallattan sadarkaa meeqaffaarra jira?
âá¨á˘áľáŽáľáŤ áŠáá¨áá˛á˛áá˝ á°á¨á â 2025
1 Addis Ababa University
2 University of Gondar
3 Bahir Dar University
4 Jimma University
5 Mekelle University
6 Hawassa University
7 Haramaya University
8 Adama Science and Technology University
9 Arba Minch University
10 Jigjiga University
11 Addis Ababa Science and Technology University
12 Ambo University
13 Dilla University
14 Unity University
15 Debre Berhan University
16 Wollo University
17 Debre Markos University
18 Wolaita Sodo University
19 Madda Walabu University
20 Worabe University
21 Wachamo University
22 Debre Tabor University
23 Wolkite University
24 Ethiopian Civil Service University
â
â(According to UNIRANKSÂŽ â Top-Ranked Universities in Ethiopia - 2025)
https://t.me/Dsobsn
âhttps://t.me/Dsobsn
â
793
Remedial students can see there result know!
https://result.ethernet.edu.et/
For remedial students only, you can check your result by using the above link.
Good Luck!
793
Remedial students can see there result know!
https://result.ethernet.edu.et/
For remedial students only, you can check your result by using the above link.
Good Luck!
https://t.me/Dsobsn
https://t.me/Dsobsn
793
Gargaarsa Ariifachiisaa!
____
âMaqaan ishee Meetii Takilee jedhamti. Kan dhalatte Godina Wallagga Lixaa Magaalaa Gimbiittidha. Akkuma nama kamiiyyuu barattee bor mul'ata ishee bira ga'uuf jecha, baraa 2016 qormaata Biyyaalessaa (entrance) qoramtee qabxii fooyya'iinsaa (remedial) argachuun bara 2017 Yuuniversiitii Ambootti barataa kan turteedha. Amma kaleen ishe lamaan hojii dhaabeera; kanaaf Meetiin kaleen ishee kun akka jijjiiramuuf deggersa nurraa barbaaddi kanafuu namni dandessan kamiyyuu, guddaadha xiqqoodha osoo hin jedhin bira dhaabbannee lubbuu ol-adeemtuu kanaa haa baraarruun dhaamsa keenya.
Lakkoofsa herregaa Baankii Awaash: 013351395471200 Meti Takle
Kan Abbaa ishee #CBE 1000039637921 Takile Ayana Danu
Nama gargaaruuf nama ta'uu qofti gahaa dhaâ
793
#Oduu_Ammee!
= = = = =
Barattoonni kutaa 8 bara 2017 qoramtan ammaa irraa eegaluun linkii oromia.ministry.et fayyadamtanii bu'aa qabxii keessanii ilaallachuu dandeessu!
Carraa Gaarii!đđ
#share godhaa warra hin agarreen ga'aa!
https://t.me/Dsobsn
https://t.me/Dsobsn
793
Fakkeenyummaa gaarii dha!
Niimoonaa Tolasaa jedhamti. Yunivarsitii Ambootti barattuu Agro Economics waggaa lammaffaa dha. Isheenis yeroo ishee boqonnaa kana keessatti hojii bareedaa carraa lootarii Uumte hojeecha jirti. Hojii ishee kanas warra ishee irra fagoo jiranii fi hiriyoota ishee barattootaaf kara online dhan haala mijeessuun group telegramii @Nimoonline bantee jirti.
Marree isiinis mucaa kanaaf hamlee kenna carraa keessanis yaala.
Ishee qunnamuuf @Nusif
Group telegramii ishee @Nimoonline
https://t.me/Dsobsn
https://t.me/Dsobsn
793
âď¸ Umurii isaa waggaa 21tti daldala yaaluun hin milkoofneef.
âď¸ Umurii isaa waggaa 22tti mana barumsaa seeraa irraa ari'ame.
âď¸ Umurii isaa waggaa 24tti ammas daldala yaaluun bu'a dhabe kassare.
âď¸ Umurii isaa waggaa 26tti jaalallee ijoollummaa isaa kan baayyee jaallatu du'aan dhabe.
âď¸ Umurii isaa waggaa 34tti miseensa mana maree bakka bu'oota uummataa Ameerikaa ta'uuf dorgomee osoo hin milkaa'in hafe.
âď¸ Umurii isaa waggaa 45tti bakka senetera ta'uuf dorgomee ammallee garuu hin milkoofne.
âď¸Umurii isaa waggaa 47tti osoo abdii hin kutatin itti aanaa pirezidaantii Ameerikaa ta'uf dorgomee kufe.
âď¸Akkasumas umrii isaa waggaa 49tti ammas bakka senator ta'uuf dorgomee kufe.
â
ď¸ Dhumarratti umurii waggaa 52tti pirezidaantii Ameerikaa 16ffaa ta'e filatame.
âď¸ Irra caalaan keenya Abrahaam Liinkan jennee beekna.Hoggantoota gurguddoo addunyaan argatte keessaa isa tokko.
https://t.me/Dsobsn
https://t.me/Dsobsn
793
Akka baacoo wayiti. Ergaa guddaas qaba.
.
.
Namicha muuxannoo konkolaachisummaa waggaa 25 qabu tokkootu ture. Kan inni konkalachiisaa tures konkoolataa reeffa baatu ture. Booda garuu hojii isa gara taaskii oofuutti geeddare. kanuman gaaf tokko namichi tokko dhufee taaskii isaa seenee teessuma gara boodaarra taa'e. Isa booda bakka inni fedhuun ga'uuf fuudhee ka'e. Namichi sunis karaa ga'ee konkolaachisaa sana dugda duubaan tuqeetu waa itti dubbachuuf jedhe. Sana booda konkalaachisaan sun na'ee karaa irraa kaatee baasii/bus cina isaa xinnoof rukutee oole. Achi darbee muka ibsaatti rukutamee dhaabbate. Naasuunis irra galuu dide. Namichi walin deema jiru sun "maal taate ati!" jedhee gaafate. "Homaayyuu ati oolteettaa?" jedhee deebiseef. "Ooleera" jedhe dafqi irra citaa........ "maaloo naaf dhiisi har'uman Taaskii oofuu jalqabe" jedhe. 'Maal nama muuxannoo qabullee fakkaatta' jedheen. 'Eeyyeen! konkoolaataa oofaa tureera garuu taaskii miti' jedhe. 'Maal oofaa turteere?' jedhee gaafate. Konkolaachiisichisichis 'konkolaataa oofaa tureera garuu taaskii miti' jedhe. 'Maal oofaa turteree?' jedhee gaafate. Konkolaachiisichisichis 'konkolaataa reeffi itti fe'amun oofaa ture. Amma yeroo ati dugdaa koo duubaan na tuqxu reeffatu saanduqa/ saaxinii keessa ka'e na tuqe se'een garmalee na'e' jedhee deebiseef. Namichis ergasii sababa inni balaa uumeef hubate.
793
Repost from Registrar Office, Ambo University
Important Information for Graduates of 2025 Class
Female and Disability Scholarship (for MA/MSc) Graduate Program Application for the 2025/26 academic year
793
Isaan namoota namaaf jedhanii namootan nyaatamani dha.
Ayi nama.......?
Isaan gootata dha. Warra sabaaf aarsaa gatii jabeessa kennanii darbani dha. Jechan ittiin ibsu hin qabuđ
https://t.me/Dsobsn
https://t.me/Dsobsn
793
Maal otoo Qormaata hunda akkas godhani đ
Copy paste đ
Xuru agaxami nw!
https://t.me/dsobsn
https://t.me/dsobsn
793
One person from you sent to me last year Entrepreneurship Final at this night. If you want to see the exam papers, you can get under Ambo Tutorial (@Ambotutorial) channel.
Join via this link
đđđđđ
https://t.me/ambotutorial
https://t.me/ambotutorial
https://t.me/Dsobsn
https://t.me/Dsobsn
