SIRBOOTA HARWAA 2016
Open in Telegram
MANA SIRBOOTAN AFAAN OROMOO* © Isaannan Ammayyaa © Sirboota Haaraa © Sirboota Duraanii © Hip-Hop fi Rap Oromic Music! Join and Share 🤏 Godhaatii..
Show more261
Subscribers
+1324 hours
+527 days
+23530 days
Posts Archive
Lukkuu haadha Cuucii 9 fi Jeedala.
Dur dur jedhan, Jeedalaaf Lukkuu biyya tokko jiraata. Lukkuun gutoo tolfattee muka irratti Cuucii yaaftee jirti. Jeedalli ganama barii muka sana jala darbuu dhaqxee Lukkuu Cuucilee qabdu sana argiti.
Sana booda jeedalli sun "Cuucii tokko gadi naa darbi. Kanaan ala hunda isaaniin muka kana yaabee dhufee si jalaa fixa!" Jettiin. Lukkuun sunis yaaddooftee, Cuucii tokko gadi darbiteef. Jeedalattinis Cuucii tokko nyaattee dabarte.
Bultee ammas Jeedalattiin bakkuma sana dhufte. Lukkuu haadha cuucii 9 sana ammas akkuma kaleessaatti doorsifte. Lukkuttiin hunda na duraa fixuu irra jettee ammas Cuucii tokko gadi darbiteef. Jeedalattiin guyyaa lammaffaa nyaattee darbite.
Ammas guyyaa sadaffaa Jeedalattiin ganamaan dhaqxee "Cuucii tokko naa darbitamoo, hunda isaaniin dhufee si jalaa fixa?" Jetteen. Lukkuuttin ammas Cuucii sadaffaa gadi darbiteef. Jeedalattin guyyaa sadaffaa ganamaan har'as nyaattee dabarte.
Haaluma kanaan cuucii 9 Jeedalattiin duraa fixxee, guyyaa 10 ffaan gahe. Alana Lukkuttiin of malee humaa hinqabdu. Jeedalattiin na nyaatti alana jettee muka irra teessee gaddaa utuu jirtuu, Hillu Jeedala dursitee muka sana jala darbuu dhaqxee Lukkuu Gom'itu argitee rakkoo ishee gaafatte. Lukkuunis waan irra gaheef yaaddoo ishee himteef.
Hillu waan Lukkuu irra gahe baay'ee gadditee, gowwummaakeeti malee Jeedalli muka hinyaabdu jettee himteef. Cuucii dhumaniuf gadditeefii, hinsodaatin Jeedalli muka hinyaabuu jettee bira darbite.
Akkuma bare Jeedalli dhufee gadi naa darbitamoo dhufa jedhaan. Cuuciin yoo dhuman ta'e atumti gadi bu'i sin nyaadhaa. Diddummoo dhufeen si nyaadha jedhaan. Lukkuun deebiftee har'a gamnoomtee "isa darbeefuu baay'een gadda. Karaa nagaa deemi!" Jetteen jedhama.
OMN rakkoo lammiilee Itoophiyaa manneen hidhaa Sa’ud Arabiyaa keessatti hidhamani irratti Sa’ud Arabiyatti Ambaassaadara Itoophiyaa Leencoo Baatii qunnamuuf yaaliin bal’aa taasisuus hin milkooyne.
Lammiilee Itoophiyaa manneen hidhaa Sa'ud Arabiyaa keessatti dhumaa jiraniif sirni kadhannaa abbootii amantaatiin taasifamaa jira.
================================================
Godina Harargee bahaa Aanaa Baabbilee keessatti sirni kadhannaa abbootii amantaa Islaamaa 300 ol hirmaachisee guyyaa har'aa waaree booda irraa eegalee adeemsifamaa jiraachuu qindeessaan sagantichaa Ustaaz Fu'aad Sulxaan OMNtti himan.
Duulli hidhamtoota kanaaf sagalee ta’uu marsaa hawaasummaa irratti bal’innaan adeemsifamaa jira.
Rakkoo siyaasaa, diinagdee, hawaasummaa, hojii dhabdummaa, hiyyummaa fi dhiittaa mirga namoomaa mootummaa Itoophiyaatiin raawwatamu baqachuun gara biyyoota galoo galaana Edan kan imalan lammileen Itoophiyaa kumaatamaan lakkaa'aman jireenyi baqaa dugda itti galuun dararaa biraatiif saaxilamani jiru.
Mootummaan Sa’ud Arabiyaa lammiilee Itoophiyaa biyya isaatti baqatan hidhuun sarbama mirga namoomaa hamaa irratti raawwataa jiraachuu isaa dhaabbileen mirga namaaf falman Aministii Intarnaashinaali fi Human Rights Watch gabaasani jiru.
Duula hidhaa mootummaan Sa’ud Arabiyaa Itoophiyaanota irratti raawwateen manneen hidhaa daangaa Yaaman Naajiraanii hamma daangaa Jordaan Al Jawfitti, Jiddaa hamma Dammaamitti, Jizaani hamma Haayiriitti Shumeeysii hamma Riyaaditti, Al Karjii hamma Xaa’ifitti manneen hidhaa lammiilee Itoophiyaan guutameedha.
Sa'udii fi Itoophiyaan, Mohaammad Bin Salmaani fi Abiy Ahmad embaasiin Itoophiyaa fi embaasiin Sa’udii, Ambaassaaddar Leencoo Baatii fi Ambaassaaddar Abdulbaqi Ahmed Ajlan rakkoo lammilee Itoophiyaaf birmannaa taasisuu didan jedhamuun qeeqni bal’aan irratti ka’aa jira.
Dararaa, gidiraa, cabiinsa namoomaa hidhamtoota kana irratti raawwataa jiru hordofuun Fulbaana 3/2020 gaazexaan Biriitaaniyaa The Telegraph gabaasa qabatee baheen “Itoophiyaan lammiilee ishii azaaba manneen hidhaa Sa’udii keessatti dararama jiranitti cal’ifte” jedhe.
The Telegraph qorannoo rakkoo hidhamtoota kana irratti adeemsiseen waajjirri Qoonsila Itoophiyaa Jiddaa hidhamtoota manneen hidhaa Sa’ud Arabiyaa vidiyoo fi suuraa akka gad hin dhiifne dorsisaa turee jedhe.
Xalayaa Chaappaa Qoonsila Itoophiyaa magaalaa Jiddaa jiru of irraa qabu argadhe jechuun kan gabaase The Telegraph hidhamtoonni suuraa fi viidiyoo dararaa isaanii saaxiluu kabajaa Itoophiyaa fi Itoophiyaanootaa biyya jiraniif akka gad hin dhiifne akeekachiise jedha jechuun haala bakka buutonni bulchiinsa Abiy Ahmad lammilee Itoophiyaa manneen hidhaa Sa’ud Arabiyaatti qoosaa turan saaxile.
Hidhamtoonni manneen hidhaa kana keessa jiran yaada OMNf kennaaniin “uffanni qaamatti godhannu nurra dhumee peestaala qaamatti of maruun jiraataa jirra, eegdonni mana hidhaa yeroo barbaadan nutti seenuun bakka kaameraan hin argine nu geessanii nu reebuu, hidhamtoonni dhibaman waldhaansa hin argatani, namni du’e reeffi isaa nurra hin bahu, nyaataa fi dhugaatiin nuuf hin dhiyaatu” jechuun OMNtti himan.
Rakkoon lammiilee Itoophiyaa kun furmaata akka argatuuf abbootiin amantaa islaamaa 300 ol Godina Harargee bahaa Aanaa Baabbilee keessatti guyyaa har’aa sirna kadhannaa taasisaa jiraachuu qindeessitoota sirna kadhannaa kana keessaa Ustaaz Fu’aad Sulxaan Studio OMNtti argamuun nutti himani jiru.
Lammilee Itoophiyaa manneen hidhaa Sa'ud Arabiyaa keessa jiran nyaata, bishaan, waldhaansa, uffataa fi eegumsa mirga namoomaa dhabuun dhumaa jiru kan jedhan Ustaaz Fu’aad Sulxaan, rakkoon hidhamtoota kanaa furmaata akka argatuuf abbootiin amantii kadhannaa akka taasisaniif sagantaa kana biyyatti akka qophaa’u taasifne jedhan.
Torbaan lamaan darbe kana keessa namoonni hedduun mana hidhaa keessatti dhumuun, reeffi namoota du'anis akka hin baane taasifamuu hidhamtoota irraa odeefachuu kan himan Ustaaz Fu’aad, rakkoon hidhamtoota kanaa furmaata akka argatuuf ummanni Oromoo biyya keessaa fi biyya alaa Lammiileen Itoophiyaa, abbootiin amantii, qondaalonni mootummaa fi embaasiin Itoophiyaa Sa’uudii jiru sochii taasisuu qabu jedhan.
Kan darbe darbeera
Mataa bishaaniiti
Callisanii doquun
Mataa nama hiiti
Uu...jettee boosseef
Hin deebu kaleessi
Bor akkan gaabbine
Har'akee jabeessi!
#share
Hana_Mohammed_New_Ethiopian_Afaan_Oromo_Music_Video_Official_Video.mp34.69 MB
Namooni mana kana duraan hin qabne kotta sirba video achii gad bufadha link kana gad tuquun join ta.a
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Gachanaa430
https://t.me/Gachanaa430
https://t.me/Gachanaa430
sirbii leencoo hagam isinii tolee Yoo isinitti tolee link mana kana COPY godhuun hiryoota kessanii erga isinii jenna guyya garii
Namooni chanlii gachana sabaa kana join hin ta,in join akka tattan asuman isinii hubachisna
Netsanet_Sultan_Halaala_New_Ethiopian_Afaan_Oromo_Music_2023_Official.mp33.97 MB
AGAA DHAGAAHA WOL DHAGEESISA
Maree chanlinii ijaa fi guraa umaata waan banamee fi salphamatti wornii garee kana jala jirtan hunduu dhuftan akka waa irra bartanii isinii hubachisina link asii jala kana jalaa senna join ta,a
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Gachanaa430
https://t.me/Gachanaa430
