en
Feedback
SIRBOOTA HARWAA 2016

SIRBOOTA HARWAA 2016

Open in Telegram

MANA SIRBOOTAN AFAAN OROMOO* © Isaannan Ammayyaa © Sirboota Haaraa © Sirboota Duraanii © Hip-Hop fi Rap Oromic Music! Join and Share 🤏 Godhaatii..

Show more
261
Subscribers
+1324 hours
+527 days
+23530 days
Posts Archive
#Dubbisi_Share_Godhi Seenaa kana irraa waa hubattu jedhee yaadaa. Dubartii tokkotu saree kanatti daa'ima ofii itti kenachaa turtee,sarichiis daa'ima ishee irraa fuudhee qabaafii ture. Sana booda saricha amanuu irraa kan ka'ee guyyaa tokko Daa'ima Itti dhiistee lafa fagoo biraa deemtee . Yeroo isheen galtuu,lafti marti dhiiga ta'uu argitee, sarichis siree jalaa yoo itti gadi bahu afaan isaa martii dhiiga. Sana booda dubartiin kun daa'ima kiyyaa nyaatee jettee sarichaa reebdee lubbuu isaa baafte. Lubbuu sarichaa ergaa bafteen booda,yeroo isheen siree dhiigaa duubaan naanoftuu, daa'imni ishee achi duubaatti taphataa jira . achii booda siree dhiigaa kana jala yoo isheen laaltuu Bofatuu achi jala jira. Sareen ammoo lubbuu daa'ima kanaa baraaruuf jecha,Bofaan wal fixanii dhigaan lafa ballessan. Garuu sarichi lubbuu daa'imaa baararee lubbuu ofii dhabe. Namoonni yeroo hedduu osoo waa hin hubatiin waa ballesuuf arifatuu Baay'eetu jira Kanafuu obsaan waa addaan bafachuun barbachisadhaa. Dafnee waa ballesuu irraa of haa qusannuu. Galtomma ulfadha 🤙🤙🤙

Gadaa_Hamdaa_ALKEBULAN_New_Ethiopian_Oromoo_music_2023Official_Lyrics128k.mp35.56 MB

ANNAASHARA_Oromo_Music_by_SHIMELIS_ABABU(128k).mp34.32 MB

#Oduu Ammee! Manni murtii Olaanaa Federaalaa dhaddacha har'a ooleen qabeenya Obbo Dinquu Dayyaasa kan ta'e Reezoortiin Soodaree akka hin gurguramne fi Calbaasii mootummaan baasee ture akka dhaabbatuuf ajaja dabarsee jira! Dhugaan yoomuu ni mooti. Jabaa Oromoo Obbo Dinquu Dayyaasa baga Gammadde! CONGRATULATIONS 🎊 👏

Mee naa laadhun jedhee Ija koo ol kaasee Ishee malee jechuun Sagal deddeebisee Kadhaan koos hin hafne Deebii argateera Gola onneesaatti Galchee cufateera Bagan si argadhe Bagan si qabadhe Si waliin jiraachuun Anaaf abjuu kooti Ati anaaf giiftii Animmoo siif Mootii Baga kan koo taate Namummaan koo guute

Wabii_Dhaabaa_@New_Afaan_oromo_music_Telegram_channel_join_more.mp35.17 MB

Tadele_Gemechu_@New_Afaan_oromo_music_Telegram_channel_join_more.mp33.41 MB

Hawi_T_Laaltuus_New_Ethiopian_Afaan_Oromo_Music_2023_Official_Video128k.mp33.53 MB

Caalaa_Daggafaa_@New_Afaan_oromo_music_Telegram_channel_join_more.mp36.02 MB