SIRBOOTA HARWAA 2016
Open in Telegram
MANA SIRBOOTAN AFAAN OROMOO* © Isaannan Ammayyaa © Sirboota Haaraa © Sirboota Duraanii © Hip-Hop fi Rap Oromic Music! Join and Share 🤏 Godhaatii..
Show more261
Subscribers
+1324 hours
+527 days
+23530 days
Posts Archive
#Qoosadhaaf
✔️ Gaaftokko namicha qotee bulaa tokko jala harreen baddee jedhamaa innis guyyaa guutuu manaa isaa irraa fagatee harree barbaddaa olee bay'ee dadhabee galgalaa itti dukkaa'ee bakkaa buluu dhabbee
✔️ Achumaan gara magaalaa deemee manaa siree qabatee
Yeroo ol senee raafuuf jedhuu
Miillii🦶 Isaa garmalee waan xura'eef siree irraa raafuu soddatteef siree Jala senee cisee 😆
✔️ Achumaan abbaan manaa siree balbalaa banaa ta'uu Isaa argee yeroo dhaqee ilaaluu namichi kirrafatee hin jiru ture
✔️Achumaan takka turee jaalaleewwn wal hammatani deemaan 👫💕 tokko dhufani siree gafanan namichis waan abbaan harree dhiisee deemee itti fakkatee isaaniti kireesee
✔️Achumaan jarrii wal fudhatte mana sentee Yeroo siree irraa gahan namichi jalaalee isaa ofiiti qabbee dhungatee💋😄🤦 uffee jalalee tiya yeroon si argadhee gammachudhan guutuuman adunyaa Kun natii mul'atta jedheen
✔️ Achumaan namichi abbaan harree sun moo kana dhaga'ee siree jala ba'ee maloo gooftaa koo ergaa guutuuman adunyaa kun sitti mul'attee harree koo guraacha tokko argitee ree jedheeni jedhamaa 🤣
Oduu Gammachiisaa
Lammilee Itoophiyaa biyyaa Saudi Arabiyaa Mana hidhaa haala rakkisaa keessaa yeroo dheeraf turan gara biyyaa galchuu guyyaa kibxata akka eegalamu beekame jira.Torbaanin balaliin xayyaaraa Yeroo 3 kan godhamu yoo ta’u guyyaa Kibxata Riyaad irraa yoo ta’u kamisaa Fi Dilbata ykn qiidame Mana hidhaa jiddaa Shumeesi irraa ta’a. Baga gammadan lammileen mana hidhaa jirtaniifi ka ala teetani sagalee ta’afii turtaan hunduu keessanu
Innaa'iilaah waa'illan lyeeh raajuun 😭😭😭
Malumma dhageenyaa Yaa jaraa keenyaa osoo uuman teenya nuuf fayyitii Jenne eeyyanu karaa fuula rabbii deemte 😥 Harmee too osoo takka ofiif hin jiraatiin nubiraa deemte 😥 haaya maal jennaa miti. Bikka ati deemte kana nutis waa irraa hin oolu! 😥
Rabbiin jannataan si haa qananisuu 😭
AGAA DHAGAHA WOL DHAGEESISA
Maree namoonni chanlii Akka ijaaf guura Ummata hin qabnee SALPHATTI dhuftanii Akka gad buuftan isinii hubachisna link Asii gadii kana gad tuquun join ta,a
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Gachanaa430
https://t.me/Gachanaa430
Degarittonii garee arsenal baga gamdanii
Yoo gamadanii 🤙🤙🤙
Yoo hin gamadiini 👎👎👎
MOGORO_JIFAR_@New_Afaan_oromo_music_Telegram_channel_join_more_music.mp35.43 MB
