cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Milki Beeksisaa

✓channel Kana Irrati beeksisoni Hojii Jirani ni galakkifamuu ✓Gaffileen Qormata Fi interview barota Kamilee ni galakisna

Show more
Finland2 169The language is not specifiedPolitics25 513
Advertising posts
203
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

#Boranaa Akka odeeffannoon adda addaa suuraleen deggerame nutti agarsiisutti qabeenyi loonii fi bushaayee saba Booranaa lubbuun hafe hinfakkaatu. Bineensi daggalaas lubbuun hafe hinfakkaatu. Gaaffiin sammuutti nama dhufu tokkoo, hormaati kun yoom deebi'ee iddoo bu'a kan jedhu dha. Jireenyi saba kanaa yoom deebi'ee fayya, fooya'ee bakkasaa duriitti deebi'a kan jedhu dha. Akka kun hintaanee dursanii qophawuun hindanda'amu turee kan jedhu dha. Moo...  boolla bishaanii qotuu karoorfamee ture jiruurra nuu oolchaa jennaan "Isiniif ABOn isinii haa qotuu" jedhamne" jedhee qotee bulaan tokko kanaan dura dubbate sana "yoo nu hindegertan ta'e misoomni hinjiru" yaada jedhuun miidhaan kun qaqqabe laata?  Onnee fi qalbii sabaa tokkoo hawachuuf xiiqiimoo, gaaffii sabaa deebisanii fedhasaa guutuu yaalutu irra karaa dha laata? Walaloon kana gaditti dubbisuuf deemtan kun walaloo ani jalqaba tokko jedhe barreesse matadureensaa "Malli Maali?" moggaafame keessa kutaa wayee caamsaa fi miidhaa inni qotee bulaarraan gahuu kan tarreessu dha. "Malli Maaliin" sagleenis youtubii irraa dhiba hin fakkaatu. Guutuusaa achirraa ni argattu. Walaloon toorri muraasi kun dhumaatii horii qeyee fi beelladarra Boorana keessatti ta'e kana hamma tokko hin eera    --------- Bara bokkaan badee, maddi Waaqaa gu’ee Gonbisaanis onee, caamsaan saawwa fixee, abdiin namaas du’e Yoo humni jiraatee... Dugdi lafaa kaate, Takka mana seenee, takkas manaa ba’ee Takkas amuummadhee, takkas quqqufa’ee Haadha-warraa fi maatiin wal argaa qaanayee Ollaan bita fi mirgaa namni hunduu jeeja’ee, Kunoo bara sana Bara badii sana….. Gobocorroon sirbee waraabessi himimsee Wangoo fi sareen diida, reeffa dhala namaa, ija quba keessee Bineensa daggalaaf cidhaa fi sirba ta’ee, wal aryee gaansee Waaq nurraa hirdhisee, isaanin badhaasee Isaan garaa guutee nuunimmoo kakaase, Kunoo bara sana... Dacheenis gaafanna Waaqas  inkomanna “Dache yaa dinqitu, yoo sooressa nyaatte isa shittoo qabu Hiyyeessa hin balfituu…? Isa cittoo qabu! Yaa Waaqayyo gooftaa yaa ’bbaa guungumaakoo Roobdee magarsitaa, jeejees dhidhimsitaa, yaa ’bbaa hundumaakoo Baala midhaan gootaa, Kuulees sa’a gootaa Muummees laga gootaa Yuuyyees nama gootaa Ana hiyyeessakee uumtee attam na gootaa?” Jennee kokkomanna Boonyees kakkadhanna Isaa bagas jenna! Viva Zalalaam Abara Group Kana Seenaa Hirriyotaan Keessan Add Godha 👇 https://t.me/Oromiyaan_Biyyadha
Show all...
🎴CBE🎴Entry Level Exam
Show all...
quantitative aptitude
Show all...
🎴Commercial Bank Of Ethiopia🎴 🚩Entry Level Exam ▪️Find More Details here           💧💧💧💧💧     https://bit.ly/3TAgJZL ▪️Share & Forward For Your Beloved Freinds     @Elelanajobs || @Elelanajobs
Show all...
Commercial Bank of Ethiopia - Entry Level Exam - All jobs in one place

Commercial Bank of Ethiopia is the leading bank in Ethiopia, established in 1942. Pioneer to introduce modern banking to the country with more than 1700 branches across the country.

Photo unavailableShow in Telegram
🎴Abay Bank Entry Level Exam🎴
Show all...
🎴Aptitude Test🎴
Show all...
Repost from Adama Jobs
🎴CBE🎴Entry Level Exam
Show all...