Burqaa sport
Open in Telegram
In this group we talk about sport and betting tips come and work with us
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
1 685
Subscribers
No data24 hours
+117 days
+12330 days
Posts Archive
1 685
✅Maatii Oro LIVERPOOL Rabbii gaditti galata keessaniin channeel keenya Oro Liverpooll Youtube Subscribe 1000 seenuuf Namoota Heduu Nu hafe. Maarre namoon channeel keenya subscribe hin goone yoo jiraatani Subscribe nuuf gochuun nu jajjabeessaa.
✅Linkii Kan Tuquun Subscribe gochuu dandeessu
👇👇👇
https://youtube.com/@OROLIVERPOOL
Hundumtti keessaan irratti hirmaachaa guyyaa tokko keessatti #Subscribe 1000 haa guunu🙏🙏🙏🙏🙏
1 685
Gaakpoon hammayyuu mana Ingilizii keessaa hin bitanne hoteela keessa jira torban kana mana haaraa isaatti nii gala.
You Tube ORO LIVERPOOL
👇👇👇 ❤️
https://youtube.com/@OROLIVERPOOL
@ORO_LIVERPOOL_FC
@ORO_LIVERPOOL_FC
1 685
Nat Philips Miidhamuu konatetiin wol qabatee hanga xumura Bara Dorgommii kanaa liivarpuul keessa ni tura! #Lfc
You Tube ORO LIVERPOOL
👇👇👇 ❤️
https://youtube.com/@OROLIVERPOOL
1 685
🚨 Varjil Vandayik tapha Champions league Madrid woliin qabnu gutuun guututti akka dhaqqabu beekkameera.💪
You Tube ORO LIVERPOOL
👇👇👇 ❤️
https://youtube.com/@OROLIVERPOOL
@ORO_LIVERPOOL_FC
@ORO_LIVERPOOL_FC
1 685
Liivarpuul hanga xumura bara dorgommii kanaatti Meeson Maaunt liqiidhaan Cheelsii irraa fudhachuuf yaalii gochaa jira. Filannoon bittaas dabalamuu danda’a.
[#LFC]
You Tube ORO LIVERPOOL
👇👇👇 ❤️
https://youtube.com/@OROLIVERPOOL
@ORO_LIVERPOOL_FC
@ORO_LIVERPOOL_FC
1 685
Kilabiin keenya taphataa sarara fuulduraa lammii Jaappaan Keetoo Naakamuraa qacartoota erguun hordofaa jira. [Telegraph]
You Tube ORO LIVERPOOL
👇👇👇 ❤️
https://youtube.com/@OROLIVERPOOL
@ORO_LIVERPOOL_FC
@ORO_LIVERPOOL_FC
1 685
Ani waa'ee kilaba kanaa yeroon yaadu nan dhukkubsadha kanaaf utuu waa'ee isaa hin odeessan tahee natti tola klopp waan joonjae natti fakkaata utuu taphataan miidhamee jiruu taphataa nun barbaachisu jedha kan kilaba kana joonjessaa jirus isuma
1 685
Oduu guurra👂 deggartoota Liverpoolif hin
Taane 🤤
Taphataan saraara ittisa ciman Liverpool
Ibrahima konaten midhaame jira,
Midhaamni isa mudaate kun Liverpool miidhu Dandaha garuu Midhaamni isa kun cima miti
Ha ta'u garuu Taphoonni4 akka jala darbaan Gabafaame jira,
isanis ⤵️
Premier League
Liverpool 🆚 Wolves
Liverpool 🆚 Everton
Newcastle U 🆚 Liverpool
UEFA Champions League
Liverpool 🆚 R Madrid dha
Liverpool taphoota kana hunda bakka ibrahima konate oso ennu Fayyadamee
Jettu me isin deggartoonni__?
@ORO_LIVERPOOL_FC
@ORO_LIVERPOOL_FC
1 685
Repost from ORO LIVERPOOL ™ 🔴
✅Tapha waancaa FA
⏰05
Biraayten 0-0 Livarpuul
You Tube ORO LIVERPOOL
👇👇👇 ❤️
https://youtube.com/@OROLIVERPOOL
@BurqaaIspoortiii @BurqaaIspoortiii
1 685
Repost from ORO LIVERPOOL ™ 🔴
Magican 💫 🧚
You Tube ORO LIVERPOOL
👇👇👇 ❤️
https://youtube.com/@OROLIVERPOOL
@BurqaaIspoortiii @BurqaaIspoortiii
1 685
Repost from ORO LIVERPOOL ™ 🔴
Iddoo ufaanaa Liverpool
You Tube ORO LIVERPOOL
👇👇👇 ❤️
https://youtube.com/@OROLIVERPOOL
@BurqaaIspoortiii @BurqaaIspoortiii
