en
Feedback
Qubee Sport

Qubee Sport

Open in Telegram
2 977
Subscribers
No data24 hours
-127 days
-5430 days
Posts Archive
#Jijjiirraa. #Maan_Yunaayitid Taphataa haaraa mallatteessifate. Maanchister Yunaayitid taphataa sarara fuulduraa garee biyyaa
#Jijjiirraa. #Maan_Yunaayitid Taphataa haaraa mallatteessifate. Maanchister Yunaayitid taphataa sarara fuulduraa garee biyyaaleessaa Biraaziliifi kilaba Wolves Maatiyaas Kunyaa waliin ifatti waliigaltee raawwachuun mallatteesifachuu beeksiseera. http://t.me/qubeesport.com http://t.me/qubeesport.com

Jijjiirraa #Trent-Alexander_Arnold. Riyaal Maadriid taphataa sarara ittisaa Ingilaand Aleeksaandar Arnoold Liiverpuul irraa m
Jijjiirraa #Trent-Alexander_Arnold. Riyaal Maadriid taphataa sarara ittisaa Ingilaand Aleeksaandar Arnoold Liiverpuul irraa mallatteessisuu isaa ifatti beeksise. Riyaal Maadriid , Arnoold kontiraatni isaa waan hin xumuraminiif Yuuroo miiliyoona 10 kaffalee jira. Maadriid jijjiirraa kana waancaa kilaboota addunyaa dura xummuruuf Yuroo miliyoona 10 kaffaleera. Taphataan kun waancaa kilaboota Addunyaarrattis ni hirmaataa jedhame. Waligaltee Treent Arnoold diiguuf Yuroo biliyoona tokko barbaachisa. Waligalteen Arnoold Riyaal Maadriid waliin mallateessu hanga waxabajjii 2031 kan turu ta'a jedhameera. http://t.me/qubeesport.com http://t.me/qubeesport.com

photo content

🇪🇺𝐏𝐒𝐆'𝐧 𝐘𝐄𝐑𝐎𝐎 𝐉𝐀𝐋𝐐𝐀𝐁𝐀𝐀𝐅 𝐒𝐇𝐀𝐀𝐌𝐏𝐈𝐘𝐎𝐎𝐍𝐀𝐀 𝐒𝐇𝐀𝐀𝐌𝐏𝐈𝐘𝐎𝐎𝐍𝐒 𝐋𝐈𝐈𝐆𝐈𝐈 𝐀𝐖𝐔𝐑𝐑𝐎𝐎𝐏
🇪🇺𝐏𝐒𝐆'𝐧 𝐘𝐄𝐑𝐎𝐎 𝐉𝐀𝐋𝐐𝐀𝐁𝐀𝐀𝐅 𝐒𝐇𝐀𝐀𝐌𝐏𝐈𝐘𝐎𝐎𝐍𝐀𝐀 𝐒𝐇𝐀𝐀𝐌𝐏𝐈𝐘𝐎𝐎𝐍𝐒 𝐋𝐈𝐈𝐆𝐈𝐈 𝐀𝐖𝐔𝐑𝐑𝐎𝐎𝐏𝐏𝐀𝐀 TAHE. PSG'n INTER-MIILAANIN 5 fi 0'n injifachuun yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa bara 2025 tahe.🔥🔥🔥 http://qubeesport.com http://qubeesport.com

photo content

✅𝑴𝑶𝑶 𝑺𝑨𝑨𝑳𝑨𝑨𝑵 badhaasa goolii hedduu lakkoofsisuu fi kubbaa goolii ta'an hedduu kennuu fudhate.💪🔥👌 http://qubeesp
✅𝑴𝑶𝑶 𝑺𝑨𝑨𝑳𝑨𝑨𝑵 badhaasa goolii hedduu lakkoofsisuu fi kubbaa goolii ta'an hedduu kennuu fudhate.💪🔥👌 http://qubeesport.com http://qubeesport.com

Pirimiyeer Liigii Ingiliiz bara 2024/25 haala kanaan goolabamee jira. http://qubeesport.com http://qubeesport.com
Pirimiyeer Liigii Ingiliiz bara 2024/25 haala kanaan goolabamee jira. http://qubeesport.com http://qubeesport.com

🏴󠁧P𝐢𝐫𝐢𝐦𝐢𝐲𝐞𝐞𝐫_𝐋𝐢𝐢𝐠𝐢𝐢𝐧_𝐈𝐧𝐠𝐥𝐚𝐚𝐧𝐝_𝐁𝐚𝐫𝐚_2024/25.𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚_𝐇𝐚𝐫'𝐚𝐚 𝐗𝐮𝐦𝐮𝐫𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐣𝐢𝐫𝐚. √𝐶ℎ𝑒𝑒𝑙𝑠𝑖𝑖, √𝑀𝑎𝑎𝑛𝑐ℎ𝑖𝑖𝑠𝑡𝑒𝑟 𝑆𝑖𝑖𝑡𝑖𝑖 √ 𝑁𝑖𝑤𝑢𝑢𝑘𝑎𝑎𝑠𝑖𝑖𝑙 𝑓𝑖 √ 𝑇𝑜𝑜𝑡𝑖𝑛ℎ𝑎𝑎𝑚 hirmaannaa Shaampiyoonsi liigii argachuu mirkaneeffatan Hanga torbee 38ffaatti hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii Awuroophaa argachuuf kilaboonni 4 morkachaa kan turan yoo ta'u, dhumarratti Cheelsii, Maanchiister Siitii fi Niwuukaasiil milkaa'aniiru. ✦Morkattoota cimoo kan turan Astoon Viilaan Maachiister Yuunaayitiidiin, Niwuukaasiil ammoo Eevartaniin injifatamaniiru. Haaluma kanaan •Liiverpuul, •Arsenaal, •Maachiister Siitii, •Cheelsii, •Niwuukaasilii fi. •Tootenhaam kilaboota Ingiliiz hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa argataniidha. ☑️Astoon Viilaan hirmaannaa Liigii Awurooppaa, ☑️Nootingahaam Foresti ammoo Konfiraansi Liigii argataniiru. Saawuus Hampitan, Ipisiiwiich Taawonii fi Leester Siitiin kilaboota gara Shaampiyoon Shiippiitti gad bu'an yoo ta'an, Sandarlaandi, Barnileeyii fi Liidis Yuunaayitiid ammoo kilaboota gara Piriimeer Liigiitti ol guddataniidha. ✳️Tootenhaam kilaba gabatee Piriimeer Liigiin sadarkaa 17ffaarra osoo jiruu Liigii Awurooppaa injifachuun hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa argateedha.🔥🔥🔥 http://qubeesport.com http://qubeesport.com

photo content
+1

photo content
+1

Liivarpuul baay'ina Geeba Pirimiyeer Liigii Injifatee 20'n gahuun, Maanchister Yuunaayitid waliin seenaa qooddate.🏆🏆 http:/
Liivarpuul baay'ina Geeba Pirimiyeer Liigii Injifatee 20'n gahuun, Maanchister Yuunaayitid waliin seenaa qooddate.🏆🏆 http://t.me/qubeesport http://t.me/qubeesport

photo content