cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Boruuf seenaadha

@Boruufseenaadha

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
179
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
"በደብዳቤው ላይ የተገለጹት ሁለት መልዕክቶች በ2014 ዓ/ም የሁለተኛ ደረጃ ማጠቃለያ ፈተና ላይ ይተገበራሉ"--- የትምህርት ሚኒስቴር ለኢትዮጵያ ቼክ “የ2014 የትምህርት ዘመን የ12ኛ ክፍል ፈተናን ይመለከታል!” የሚል ርዕስ ያለውና በትምህርት ሚኒስቴር እንደተጻፈ የሚገልጽ ደብዳቤ በማህበራዊ ሚዲያ ሲዘዋወር የተመለከቱ የኢትዮጵያ ቼክ ተከታታዮች ደብዳቤው ትክክለኛ መሆኑን እንድናጣራላቸው ጠይቀውናል። ደብዳቤው የ2014 ዓ/ም የሁለተኛ ደረጃ መልቀቂያ ፈተና ከ9ኛ እስከ 12ኛ ክፍል ያለውን የትምህርት ይዘት እንደሚሸፍን እንዲሁም የኢኮኖሚክስ ትምህርት ፈተና እንደማይሰጥ ይገልጻል። ኢትዮጵያ ቼክ የደብዳቤውን ትክክለኛነት ለማረጋገጥ ትምህርት ሚኒስቴርን አነጋግሯል። በሚኒስቴሩ የስርዐተ ትምህርት ዝግጅትና ምርምር ጄነራል ዳይሬክተር ዶክተር ቴዎድሮስ ሸዋርገጥ ደብዳቤው ትክክለኛ መሆኑንና ለክልሎችና ለከተማ አስተዳደሮች መላኩን ለኢትዮጵያ ቼክ አረጋግጠዋል። ዳይሬክተሩ በደብዳቤው ላይ የተገለጹት ሁለት መልዕክቶች በ2014 ዓ/ም የሁለተኛ ደረጃ ማጠቃለያ ፈተና እንደሚተገበሩም አጽኖት ሰጥተዋል። በደብዳቤው ላይም ተማሪዎች ይህን አውቀው መዘጋጀት እንዳለባቸው ተጠቅሷል። Yaa rabbii!!!
Show all...
Galma Baafachuun Maaliif Barbaachisa;? Mee Taphattoonni Kubbaa Miilaa Taphachuuf Dirretti Seenanii Qophaa'aa Jiran Haa Jannuu.Garuu Namni Tokko Akka Tasaa Muka Gooliin Itti Galu Buqqisee Sarara Gooliin Akka Gale Mullisu Yoo Haqe Akkamiin Gooliin Akka Gale Beekkama?,Bakka Goolii Itti Galchitu Gahuukee Akkamiin Beeyta? ,Dharraa Taphaa Waan Qabnuuf Qofa Taphachuun Bu'aa Hin Qabu Bakka Goolii Itti Galchinu Akkamiin Akka Galchinu Beekuu Qabna. Galma Keenya Addaan Baafannee Hin Beeknu Taanaan Jireenyi Bitaa Nutti Gala. Bakka Deemtu Odoo Hin Beekiin Makiinaa Ni Ooftaa? Hin Ooftu Akkas Taanaan Maaliif Namoonni Baayyeen Galma Qabatamaa Odoo Hin Baafatin Akkanumaan Jiraaturee? Atoo Galma Murtaa'aa Qabdaa Moo Akkanumatti Dirree Muka Goolii Hin Qabne Keeysatti Kubbaa Taphachaa Jirta (Anaaf Atiis) Ammumarraa Galma Haa Baafannuu Dhaamsa kooti @Jechoota_gamnaa @Jechoota_gamnaa
Show all...
Qabxii Seensaa Barattoota marsaa 2ffaa qoramaniif 700 irraa Saayinsii Uumamaa(Natural Science) 👉Dhiira 423 👉Dhalaa 409 Naannolee guddinarra jiraniifi horsiisee bultootaa barattoota idileef 👉Dhiira 410 👉Dhalaa 396 Barattoota qaroo dhaggeettii hinqabneef 👉Dhiira 350 👉Dhalaa 350 Irra deebii warra qoraman 👉Dhiira 443 👉Dhalaa 443 Dhuunfaan barachuuf 350 Saayinsii Hawaasaa(Social Science) 600 irraa. 👉Dhiira 317 👉Dhalaa 305 Naannolee guddinarra jiraniifi horsiisee bultootaa barattoota idileef 👉Dhiira 305 👉Dhalaa 300 Barattoota qaroo dhaggeettii hinqabneef 👉Dhiira 300 👉Dhalaa 300 Irra deebiin warra qoraman 👉Dhiira 335 👉Dhalaa 335 Dhuunfaan barachuuf 300 oli Carraa gaarii !!
Show all...
​​(March 2. 2022) Baga Yaadannoo Ayyaana Adawaa waggaa 126ffaa geessan! Injifannoo Adawaa Argamsiisuu Keessatti Qoodni Oromoo maal fa'i:- Guraandhala 23, 1888 Akka lakkoofsa Itiyoophiyaatti Itiyoophiyaafi Xaaliyaanota gidduutti lolatu gaggeeffame. Yeroo xaaliyaan biyya kana weraruuf dhuftu hawaasni Oromoo bal'aan koloniin hangam akka hamaa ta'e sirriitti beeka ture, Oromoon kaabaa kibbatti bahaa dhihatti osoo hin hafin mamii tokko malee osoo ija hin sukkuummatin xaaliyaaniin loluurratti waliif gale. Lola kana irrattis Loltoota fardeenii 20,000 , namoota 100,000 -120,000 ta'an gara Adawaa kan imalan yoo ta'u, ka'umsi isaanii Finfinnee ture, Seenaa injifannoo boonsaa kana keessatti kan hirmaatan gootonni Oromoo kanneen akka:- 1. Abdiisaa Aagaa 2. Baalchaa Saafoo 3. Qusee Diinagdee 4.Fiitawuraarii Habtegoorgis Diinagdee 5.Gabayyoo Gurmuu 6.Oromoo Raayyaarraa Alulaa Abbaa Naggaa 7.Raas Walee Marsoo 8. Adaal Tasammaa Goshuu 9.Raas Alii Mohaammad 10. Raas Makonnin Guddisaa fi kanneen biroo hedduun ni jiru. Loltoota fardeenii 20,000 , namoonni 100,000 -120,000 ta'an Finfinneerraa gara Adawaa erga imalanii booda, guyyaa mijataa eegaa turuun, Guraandhala 23, 1988, humna Awurooppaa loltoota 17,000 ol hiriirse waliin falmate. Waraanni eegalee guyyaa walakkaatti, gootonni Itiyoophiyaa kallattii hundaan haleellaa raawwachuu isaaniitiin, waraanni Xaaliyaan wal-ta'uun loluu dadhabe. Gama Xaaliyaaniin loltoonni kumaatamni yoo ajjeefaman, kumaatamni ammoo meeshaalee waraanaa gurguddoo waliin booji'amaniiru, Waraana Xaaliyaan kan dursan keessaa Janaraal Albertooniin yoo booji'amu, Janaraal Baaraateerii ni miliqe. Ummanni Oromoo birmadummaa fi kabaja Itiyoophiyaa goonfachiisuu qofa osoo hin taane, tokkummaa biyyichaa fiduurratti gahee guddaafi olaanaa bahatee ture. Injifannoon argame kunis walabummaa Itiyoophiyaa kabachiisuurra darbee walabummaa Gurraachotaa akkasuma, baargamatti maqaa biyyattii ol kaasuu danda'e. Yeroo Ammaa kana Ayyaanni Injifannoon Adawaa marsaa 126ffaan guyyaa har'aa kabajamaa jira. @Oromiaeducationbureaudotcom @Oromiaeducationbureaudotcom
Show all...

"Jireenyi kennaa gatii jabeessa;isa kunuunsa barbaadudha. Jireenya keef itti gaafatamummaa baachuu danda'i malee akka ba'aa ulfaataatti hin ilaalin"-Oli Tafa
Show all...
' #12ኛ_ክፍል ' የ 12ኛ ክፍል ፈተና ውጤት እንደተባለው ከሆነ ከ መክሰኞ እስከ አርብ ድረስ ይለቀቃል። ስለዚህ በርካታ ተማሪዎች ጥያቄ ጀምሯል። መልሶችን በተቻለው መጠን ከታች👇 1ኛ- ከ Natural ወደ Social መቀየር ይቻላል። ነገር ግን ከ Social ወደ Natural አይቻልም። መቼ ነው ለምለው ደግሞ ውጤታችሁ ከመጣ ቡሃለ ምደባ ሳይደረግ በፊት ነው። መቀየር የምትፈልጉ ጊዜው ስደርስ ኢትዮ ዩኒቨርስቲ ቻናል ያሳውቃቹሃል። 2ኛ ውጤታችሁ ከመጣ ቡሃላ ዩኒቨርሲቲ ምርጫ ማስተካከል ትችላላችሁ። ነገር ግን ዘንድሮ ጊዜ የለንም ብለው ልከለክሉ ይችላሉ። 3ኛ- የተሰረቁ ፈተናዎች አሉ ተብለው ነበር። እነሱን በተመለከተ ትምህርት ሚኒስቴር ብቻ ነው የሚያውቀው። 4ኛ - ASTU ,AASTU እና Phaulos መወዳደር የሚትፈልጉ ተማሪዎች ከዚህ በፊት የነበረውን ፈተና እያያችሁ ተዘጋጁ። ፈተናው ውጤት መጥቶ ማለፊያው ከታወቀ ቡሃላ ግቢዎች ማስታወቂያ ያወጣሉ። Point:- የ 12ኛ ክፍል ተማሪዎችን ማገዝ የምትፈልጉ Senior ተማራዎች ተዘጋጁ🙏 12ኞች ደግሞ ይሄን መልዕክት ሼር በማድረግ ለተማሪዎች እንድደርስ አድርጉ🙏
Show all...
"Namoonni ciccimoo sammuu addaa qabu utuu hin taane, sammuu isaanii akka addaatti fayyadamu. Namoonni sammuu addaa qaban yoo jiraatan immoo,atis isaan keessaa isa tokko"~ Olii Xaafaa
Show all...
#Kutaa12ffaa Firiin Qormaataa Barattoota Kutaa 12ffaa yoom Gadhiifama? Odeeffannoo keessoo qaama olaana misteera barnoota irraa argameen sororriin qormaata kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan goolabamaa jira. Hanga Gurraandhala 15 tti, ture yoo jedhame hanga 20/2014tti firiin qormaata kutaa 12ffaa ni ibsama jedhamee eegama. Hanga Gurraandhala 30tti Ramaddii yuunivarsitii beeksisuuf hojjatama jira jedhame. Ramaddiin duratti garuu komii barattoota furuuf jecha deeggarsa warri barbaadan iyyannoo isaani hatattamaan akka galchan gaafateera.
Show all...
HIN IRRAANFANNU TASA Warri ati fidalaan Gaafatte gaaffii Qoosaa Afaan isaan sitti hime Bakka quuqqaa garaasaa Waan sabicha jibbituuf Afaansaa Xireeffatta Gaarummaasaa dhoksitee Yaraasaa iyyaafatta Sitti himeera dhaloonni Waan Garaa keessaa qabu Siif sirbee dhaggeeffadhu Seenaan hir'ina hin qabuu Daa'ima seetaa tarii? Ijoollee aariin gube Xiqqoonshii Guddaa caalti Argi dhaloota Qubee Dacheef zeenaa ilma oromoo Isa Impaayerri saame Kana booda hin hatamu Dhalootichat siif Dhaame Daa'imni jabbii eeguu Ilmaan Walee walisoo Gootummaa Garasuutiin Guddateera Hammasoo Ati hin jiru seetaa Dhaloonnii dammaqe Lakkii Waan muraasadha Inni karaarraa maqe Dhaloonni kana boodaa Waan isaa ni eeggata Gaaf dhalatus siyaasaan Afaan isaa saaqqata Kanaafuu..... Hin jiru inni durii sun Dhalooticha Jabaadha Oromoo Gadi qabuu Hin kajeeluun dhugaadha! Dhaloonni kana boodaa Xiiqii nyaataa guddata Afaan qawwee duratti Ija baasee dubbata. Ati Garuu, ...... Haasaa Qoosaaf Haasofte Gurri osoo sin dhageenye Waanta yoo si gaafatan Deebisuullee hin dandeenye Dhalooticha gaafattee Argatteetta Dhugaasaa Deebii Dhaloota qubee Gubduu akka rasaasaa Midiyaa irraa haqxee Yoo feetemmoo Ol baastu Seenicha godaannisa Garaa keessaa nun baaftu Egaa hammana geenye Xiqqaafi Guddaan keenya Yoom himne yoo dubbanne Gubataa garaa keenyaa? Akkasiin sitti hima Dhaloonni quuqamasaa Dagataniiru hin jedhiin Hin irraanfannu tasa! Boruufseenaadha
Show all...
Ittiin boohara. Sangaatu Jira! Guyyaa tokko namicha tokkotu hiriyyaa isaa hidhamee ture tokko gaafachuuf mana hidhaa deeme. Achi ga'ees akka carraa namni inni beeku tokko hidhamee arge. "Maal aboo, anoo akka ati hidhamte hin dhageenyee. Waaq si haa hiiku! Maal hammam sitti murteessan?" jedhee gaafate. "Waggaa lama natti murteessan!" " Ofii maal balleessitee hidhamte?" "Mee dhiisi! Finyoo meetira sadii hatte jedhanii na hidhan. "Maal namana, finyoo meetira sadiif waggaa lama sitti murteessuu? Bar kun ajaa'iba!" "Fiixee ishee irra immoo sangaatu jira!" * * * @Boruufseenaadha
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.