cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Obsiinaa Nadhii Gamaadaa.

Bilisummaa dhiiga malee hin dhuftu mataa kiyyaa gubbaadhaa

Show more
Finland3 377The language is not specifiedReligion & Spirituality102 769
Advertising posts
201
Subscribers
No data24 hours
+17 days
+130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Show all...
nashida Affan oromo harey sumayyaa Mohammed muhammad habibii SAW 💚

Show all...
Nashiida shamarran maadda haraashii sh/Aadam tuulaa

Nashiidaa afaan oromoo shamarran maadda haraashii sheek aadam tuulaatiin guyya eebba barattoota maaddaa haraashii bara 2022 sababeeffachuudhaan qophoyte

🍂.Dhaamsa Amiira Mu'mintootaa Umar ibnul Khaxxaab Radiyallaahu anhu Yeroo biyya Faaris banuuf deeman Amiira waraanaa Saعad bn Abii waqqaasiif Barreesse keessaa Muraasa ⭕" Ani Siifii Nama Sii wajjiin Jiru Haala hunda keessatti akka Rabbi Sodaattan isin ajajaadha, Sodaan Rabbii qophii jabduu Diinaaf qophaa'aanii fii Mala Jabaa Lola keessaati. 🍂Ani Sii fii Nama sii wajjiin Jiru Hanga Aduwwii keessan irraa Eeggattan caalaa Akka Ma'asiyaa irraa eeggattaniin Isin ajaja. ..... 🍂Beekaa ! Deemsa keessan keessatti tiksitoota Rabbi irraa ta'an kan Wanta isin hojjettan barreessantu isinii wajjiin jiru, isaan irraa qaanfadhaa. Osoo Karaa Rabbii keessatti qabsaa'aa jirtanii Ma'asiyaa Rabbii hin hojjetinaa....... akkuma Adduwwii keessan irratti Injifannoo argachuu kadhattan, Lubbuu keessan irraatti (injifannoo akka argattaniis) Allaahaa tumsa kadhadhaa, Nuufii isiniifiis Sana kadhadhaa". 📜ذكرها ابن كثير في البداية والنهاية 📓🖊مجموعة رسائل التوجيهات الإسلامية لإصلاح الفرد والمجتمع ص ٥٠. 🖌للعلامة الشيخ محمد جميل زينو رحمه الله
Show all...
Dargaggootaa fi Shamarran Islaamaa Hundaaf ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• ✍Yaa dargaggootaa uffanni Wantoota Maalummaa Namaa ibsan keessaa tokko waan ta'eef Uffanni isin Uffattan Uffata Rabbiin isiniif Filate,Kan Islaaminnaa waliin Deemu ta'uu akka qabu hin dagatinaa. ✔Dhiiroonni Surree uffattanii fi T-shertii uffattan, keessatti rabbiin sodaadhaa. Surree qaamaa fi inni addaan hin beekamne kan baayyee nama qabu hin uffatinaa, T-shartiinis Akkasuma. ✔Dubartoonnis Uffata sheeppii qaama keessanii mul'isu hin uffatinaa, gabaabaa koomee keessan mul'isus hin uffatinaa Qaama keessan Cufaa Akkuma Rabbiin isin ajajetti, Rabbi sodaadhaa. Sunnaa Nabiyyii dhiiftanii Sunnaa Faranjii hin Hordofinaa.
Show all...
hubadhu_dubbisii 👉Dogongora namaa dubbachuuf hin jarjarin atis dogongoruu dandeessa 👉Dogongora keetti hin gaddin irraa baradhu malee 👉Yeroo namatti karaa cuftu furtuu harka Rabbiin jiru Yaadadhu 👉Boolla namaaf hin qotin ,qottus gadi hin fageessin abbaa itti kufu hin beektu 👉Summii ofii dhandhamuu hin barbaanne namaaf hin hawwin ,atumti nyaachuu dandeessa!! 👉Namaaf waan gaarii yaadi malee namarraa waan gaarii hin eeggatin wanti gaariin Rabbii bira qofa argama 👉Waan gaarii namaaf goote hunda namarraa hin eeggatin gatiin hojii kee Rabbiin bira jira 🏃‍♂Yeroo gammachuu qofa osoo hin taane Yeroo gaddaas Rabbii kee galateeffadhu isumatu jijjiiruu danda'a ☝️Qormaanni sitti baay'atus kaayyoo kee laalii obsii ☝️Waan hunda caalaa kaayyoo keef dursa kenni sababni isaa kaayyoon kee milkaa'ina keeti 🦾"Jabaan haala jajjabaa keessatti kaayyoofi mul'ata isaa irraatti cichee galma yaade ga'a; 🏃‍♂ kaayyoo kofini ciccicee, demaasa koo itti fufuufa malee, off dubaa hin debi'uu.
Show all...
Show all...
Part 6 HARAASHII KAN BARATTOOTA RIFT VALLEY UNIVERSITY KAN MAGAALAA HARAR

♥️🍇JUMU'AA MILKAA'INAA🍇🍇 💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗 Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa baga guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan isin gahe. Sunnaawwan guyyaa jumu'aa • Qaama dhiqachuu • Qeensa qorachuu • Shittoo(Urgooftuu) fayyadamuu👉dhiira qofaaf • Yeroon gara masjiidaa deemuu • Suuraa Alkhahaf qara'uu • Ergamaa Rabbii(Sa Al Ws) irratti salawaata heddummeessuu • Uffata babbareedaa uffachuu • Du'aa'II heddumeessuu • Sadaqaa(Kennaa) heddummeessuu Walumaa galatti wantoota kheeyrii heddumeessuu wantoota hamoo(sharrii) irraa fagaachuun jumu'aa keenya haadabarsinuu!!!!!!!!! Guyyaa jumu'aa kanaan Rabbiin biyya keenyaa fi ummata keenyaaf nagaa nuuf haa buusu jedhaatoo Du'aa'II godhaa!!! ♥️Nagaa♥️Peace ♥️Salam♥️ صلی الله علیه وسلم 😊 اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ ﷺ 😍 @Kennaapost t.me/Kennaapost
Show all...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

Show all...
Part 4 HARAASHII KAN BARATTOOTA RIFT VALLEY UNIVERSITY KAN MAGAALAA HARAR

Show all...
RVUHC MUSLIM JEMEA OFFICIALS ☪️

✅Diin Islaamaa wal qixxummaarratti maal jedha? Rasuulli ﷺ “Yaa ilmaan namaa, dhagayaa, Rabbiin keessan tokko, Abbaan keessan tokko, dhagayaa, Arabni 'Ajama (nama araba hin taane) hin caalu, Ajamnis Araba hin calau, diimaan gurraacha hin caalu gurraachi d