cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Qaroo Qormaataa

πš˜πšžπš› πš–πš’πšœπšœπš’πš˜πš— πš˜πšžπš› πšŸπš’πšœπšœπš’πš˜πš— 𝙛𝙀𝙧 𝙀π™ͺ𝙧 π™£π™–π™©π™žπ™€π™£. BE_ POSITIVE _ THINKERS

Show more
Finland3 664The language is not specifiedReligion & Spirituality125 813
Advertising posts
226
Subscribers
No data24 hours
+37 days
+630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Iccittii ufitti malee namatti hin himne addatti baasii kaawadhu,iccitii hiriyatti himattu,iccitii haadhaafi abbaa keetitti himattu,iccitii firaafi aanaa keetitti himattu,iccitii sabaafi biyyatti himattu,iccitii Rabbii keetitti himattu adda baasii baaka maluuun gahi malee,onaa hunda nama seetee itti naqattee,ibidda xiqqaa ibidda guddaan gubdee akkaa daaraa uf hin goone uf qusadhu. ila Laga bosona keessaa irraa bishaan waraabachuuf deemuun salphaa miti,I beeki,kadhaa bishaanii irra, lubbuu qabsiisuu waan filataniif huubboo dugdatti baatanii dhaqatanii argi,garba naacha qabutti qaama dhiqachuun waan laayyootii mitii taajjabi,xurii wayaafi qaamaa baatanii hin iiraataniif gatii lubbuu kaffalanii xiinxalli,re’ee yeyyii keessa bobbasanii galchuun waan laafaa mitii daawwadhu,gaafa akka dhaban,akkuma keessa jirantu akkaa hubadhu. Namana Irkoon yeroo tokkoon ol utaalchisee samiin nama gahu hinjiruu beeki,dalgaa dagalee goraa ,kortoo jabaa humna qabu ijaarrataa,humna qabaniin gaara bahanii uf toohadhu! Jaaloo Nan bade jechuun fala mitii beeki,badii irraan badii dabalachuu taha malee,jechi dharaa,gochi dhugaa beeki,dubbii keetirra hujii keettu si fakkaataa argi, β€œdhugaan ilmoo waaqaati”jedha Oromoon hubadhu! Obbolaa sa’atiin harka kee irraa dhaabbatteef guyyaan dhaabbate hin sehin,ati addunyaa komatteef addunyaan si araarfachuuf gaabbitee dhufti hin sehin,akka sitti toluu eeguu dhiisii,ati itti uf tolchi, aartee dhiistee,Ardiifi samiin bakka uumaa isii irraa hin sossootuu beeki,loltuufi toltus,halkan guyyaa, guyyaan immoo halkanitti sii hinjijjiiramuu gadi taa’i! Hey Waanyoon,waan ati waa argatte qofaaf si waanyiti hin sehin,kolfaafi seequu kee dadhabutu jiraa hubadhu,sii darbuufi jaalala hawaasaa horachuun kee dhukkuba kan itti tahu hedduudhaa eeggadhu,qorsoo kaleessa waliin shigidaa baateef kan harkisee si kuffisuu fedhu jiraa xiinxalli. Hohoo Ulfinni quba miilaatii ka’aa beeki,abalu quba qabdaniin sanii beeki,ulfinni jilba gahaa argi,jilbi guutee jechuun isaa argi,ulfinni muldhii gahaa beeki, namni qixxaahee jechuun isaa taajjabi,ulfinni morma gahaa argi,lubbuu tiyya jechuun isaa taajjabi,ulfinni mataa gahaa beeki,ulfina mataan bahe,abbatu ufirratti tikfata jedha Arse quba qabaadhu!Arsoomni Qorsooma,baale dawooma,diida’ni misooma jechuun isa kanaa uf eeggadhu! Baga ittiin isin Gahe!!! https://t.me/qaroo_qormaataa
Show all...
Qaroo Qormaataa

πš˜πšžπš› πš–πš’πšœπšœπš’πš˜πš— πš˜πšžπš› πšŸπš’πšœπšœπš’πš˜πš— 𝙛𝙀𝙧 𝙀π™ͺ𝙧 π™£π™–π™©π™žπ™€π™£. BE_ POSITIVE _ THINKERS

πŸ‘ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
#BreakingNews RAMADAAN MUBAARAK Baga ji’a Ramadaanaatiin isin gahe. Baatii ji’a Ramadaanaa guyyaa har’aa mul’attee waan jirtuuf boru guyyaan Ramadaana 1 ta’a. bifuma Kanaan Ramadaana bara kanaa guyyaa boruu March 11, bara 2024 kan jalqabnu ta’a. Rabbi warra ji’a kanarraa fayyadamu nu haa taasisu.
Show all...
Remedan Mubarek ! May this blessed month bring you peace, joy, and spiritual growth.
Show all...
Repost fromΒ @Eyu Teshe/Qamadii
Photo unavailableShow in Telegram
πŸ‘‡πŸ‘‡ https://bbc.in/3Te2hJZ Keessumma keenyaa "Lecturers Event" guyyaa har'aa Dr. Ewnetu Hailu
Show all...
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!              β‡£ Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa! Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r09989241910 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda Β«βœ…CheckΒ» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
Show all...
00:15
Video unavailableShow in Telegram
12.73 MB
Photo unavailableShow in Telegram
Galma ke beektamoo❓❓ Kaayyoo kee beektamoo❓ π‘±π’Šπ’“π’†π’†π’π’šπ’‚ π’Žπ’Šπ’π’Œπ’‚π’‚'π’Šπ’π’‚π’‚ π’‚π’Œπ’Œπ’‚π’Žπ’Šπ’•π’•π’Š π’‹π’Šπ’“π’‚π’‚π’„π’‰π’–π’–π’ π’‚π’Œπ’Œπ’‚ 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'π’‚π’Žπ’– Mula'ata Kee bekku hin barbada??? →𝑴𝒖𝒍'𝒂𝒕𝒂𝒂 π’‡π’Š π’‚π’Œπ’Œπ’‚π’‚ π’Žπ’–π’'𝒂𝒕𝒂𝒂𝒏 π’‹π’Šπ’“π’‚π’‚π’•π’‚π’ β†’π‘΅π’‚π’Žπ’‚ π’‹π’Šπ’‹π’‹π’Šπ’Šπ’“π’‚π’Žπ’‚π’‚ 𝒕𝒂'𝒖𝒖 β†’π‘¨π’Œπ’Œπ’‚π’Žπ’Šπ’•π’•π’Š π’…π’‰π’Šπ’Šπ’ƒπ’ƒπ’‚ 𝒂 π’–π’–π’Žπ’–π’–π’ π’‚π’Œπ’Œπ’‚ 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'π’‚π’Žπ’– →𝑰𝒋𝒂𝒂𝒓𝒔𝒂 π’…π’‚π’π’…π’†π’†π’•π’•π’Šπ’Š (π’„π’‚π’‘π’‚π’„π’Šπ’•π’š π’ƒπ’–π’Šπ’π’…π’Šπ’π’ˆ) β†’π‘¨π’Œπ’Œπ’‚π’Žπ’Šπ’•π’•π’Š 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂𝒏 π’Žπ’Šπ’π’Œπ’‚π’‚'𝒖𝒖𝒏 π’‚π’Œπ’Œπ’‚ 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'π’‚π’Žπ’– Channel keenya Join godhadhaaπŸ‘‡πŸ»
Show all...
Repost fromΒ N/a
Apple News waliin, Tiim oduu dhugaa irratti hundaa'ee fi loogii hin qabne dhiyeessuuf gumaacha qaba. Akkas jedha, β€œHundi keenya dhaabbileen teeknooloojii meeshaalee tokko tokko kanneen heddummina oduu sobaa hir’isuuf gargaaran uumuu qabna. Bilisummaa dubbii fi kan pireesii osoo hin tarkaanfatin kana micciiruuf yaaluun dirqama, garuu dubbisaas gargaaruu qabna.” falmii waa’ee Metaverse taasifamaa jiru irrattis yaada isaa ibsa. Metaverse waltajjii dandeettii guddaa qabuu fi gara fuulduraatti dinqii hojjechuu danda'u akka ta'e akeekeera. Fedhiin inni Metaverse'f qabus Applen invast gochuu akka danda'u agarsiisa. Akkaataa bulchiinsa Tiim Kuuk Hoggansa Jijjiiramaa Akkaataan hoggansa Tiim Kuuk walta’iinsaa fi iftoomina irratti baay’ee hundaa’a. Iftoominaaf mala kanaan jecha buzzword qofa osoo hin taane akkaataa dhaabbileen hundi deeggaruu qaban ta’uu amana. Tiim Kuuk dhaabbatichi naannoo hojii fayya-qabeessa hin taane qabaachuu isaatiin qeeqa hedduu erga argateen booda hojii Apple adduunyaa irratti mul’isuun isaa nama cimaa dhuunfaa isaa fi dandeettii geggeessummaa isaa agarsiisa. Kuuk dhaggeeffataa cimaa akka ta'e himama. Yeroo hunda yaada, yaadaafi hubannoo nama biraa obsaan dhaggeeffatee booda tarkaanfii irratti fudhata. Hojjettoota isaa ni amana, yaada isaaniis adda yoo ta’anillee ni kabaja. Tiim Kuuk akkas jedha β€œNuti waliin taanee, waan tokko akka hojjetamuuf, akka gareetti waliin hojjenna. Sababni isaas hojiin sun dhuguma dhaabbata keenya keessatti horizontally malee vertically miti.” Balaa Fudhadhaa Milkaa'ina waliin balaan dhufa jedhama. Namni tokko milkaa’uuf balaa fudhachuu qaba. Tim Kuuk osoo jireenya isaa keessatti balaa hin fudhatin milkaa'ina argachuu hin danda'u ture. Balaa shallagamee fi murtoo ija jabinaan namni tokko bu’aa barbaadamu argachuu danda’a. Qabeenyi qulqulluun Tiim Kuuk waliigala doolaara biiliyoona 1.5tti tilmaamameera. Adduunyaa irratti beenyaa waliigalaa doolaara miiliyoona 963.5 argachuun hoji gaggeessaa olaanaa addunyaa irratti sadarkaa lammaffaa irratti argama. Akka gabaafametti, bara 2020 booda galiin isaa %500 dabaluun, badhaadhaa taasiseera. Tiim Kuuk namoota addunyaa kanarraa dureeyyii ta'an keessaa tokko ta'us jireenyi inni jiraatu baay'ee salphaadha. Tiim Kuuk nama tola ooltummaa hojjetu yoo ta'u, hawaasa bakka fooyy'aa taasisuutti amana. Mindaa isaa keessaa qooda guddaa arjoomaaf kenna. Kuuk gaaffiifi deebii isaa tokko keessatti barnoota kolleejjii ilma obboleessa isaatiif maallaqa ramaduudhaan qabeenya isaa hafe kaayyoo gaariif akka arjoomu dubbateera. Kuuk irraa kaka'umsa argachuun Applen kaayyoowwan gargaarsa namoomaatiifis arjooma. Jechoota Xumuraa Hawaasni caalaatti haqa qabeessaa fi namummaa akka qabu gochuuf waan danda'u hunda gochaa jira. Tiim tiwiitara isaa tokko irratti, β€œLoogiin nama kamiyyuu irratti raawwatamu nama hunda duubatti deebisa” jechuun barreesse. Tiim Kuuk nama hedduun dhaabbata guddaa akka Apple qabachuu danda'a jedhanii hin amanne yoo ta'u, garuu of kennuu, akkaataa hoggansaafi mala mul'ata qabuun Apple'f daandii milkaa'ina haaraa bocaa jira. Hogganaa guddaa akka Steve Jobs booda hambaa dhaabbatichaa qabachuun salphaa hin turre garuu Kuuk baayyee gaarii ta'ee qabachaa jira. Applen hoggansa Tiim Kuukiin haala adda addaatiin guddachaa jira. Seenaan milkaa'ina Tim Cook namoota miliyoonaan lakkaa'amaniif adduunyaa maraaf kaka'umsa guddaadha. Guyyaa Gaarii
Show all...
🎀Haa dhiisnuu COPYπŸ˜‰ Dhiisaa mee copy paste fayyadamuu haa dhiisnuu....... ✍waa kalaquuf haa yaalluu.... itti yaannee humna sammuu keenyaa haa qorannuu. Dhuguma yeroon amma jirru tun, yeroo hedduu nama yaaddeesiti...... Wanti nuti arra technology irratti search goodhaa jirru tun, kalaqa ilmi namaa kalaqee maxxanseedha...... mitiiree.... sammu isa keessa ..... Maal qaba nutis yooπŸ‘‰DIG OUT gooneeπŸ˜‰ https://t.me/qaroo_qormaataa https://t.me/qaroo_qormaataa
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.