🎸FAARUU Ringtone🎚
Open in Telegram
ⓌⒺⓁⓁ ⒸⓄⓂⒺ 🎚Ⓒʜᴀɴɴᴀᴀʟɪɪ ᴋᴀɴᴀᴀ ᴋᴇssᴀᴛɪɪ 📽Kilipii Faarfannaa 📀faarfannaa Audion 🎞Lyrics Faarfannaa 🎙Ringtone Faarfannaa ɴɪ ᴀʀɢᴀᴀᴛᴜᴜ. 🎚Yadaa Nuu Lachuuf Yokiin Faarfannaa Nu Erguuf @Sanuumatubebot fayyadaama
Show more3 691
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-2330 days
Posts Archive
3 691
💽 Album:መሥዋት Vol. 4
👤 Artist: ሀና ተክሌ
📅 Published: 2024-10-02
🎧 Tracks: 13
https://t.me/tea8z
https://t.me/tea8z
3 691
Maqaa Faarfatamee dhamisaa irraa hin dabaree.Maqaa hiikoo jireenyaa ittin argane Maqaa Yesus Kristoos !!!
መቼም ተዘምሮ የማያልቅ ስም ኢየሱስ!
ሕይወትን define ያደረግንበት ስም ኢየሱስ
ያለን ነገር ሁሉ የተጠበቀበት ስም ኢየሱስ
welcome back #paul
3 691
#namooni #Dogs Isiin Darbee Major Isiin Darbiin List Tahuuf Torbee 2 qofaatu Hafee amuuma eegala.
https://t.me/major/start?startapp=488357997
3 691
TONEE fayyadamtoota miliyoona 3 ol qaba!
Bot irratti TON fi TONEE walitti qabuu dandeessu!
1 TON yeroo nama 10 affeertan ni kennama. Carraan kun guyyaa 2tu hafeera
Carraa kanaatii fayyadamaa withdraw gochuuf isiin fayyadaa
https://t.me/tonee_app_bot?start=4e3bdf97
3 691
Ati waaqa jaalalaa, waaqa araaraan na tumsitu
Mucummaa kootii kaastee
gaafa hundumaa na wajjin jirtuu
Ati waaqa yeroo hundaa dadhabbii kootti na jabeessituu
Ati waaqa yeroo hundaa ofitti qabdee na uruursituu
................................................................................
Takkaa gad nan dhiifnee abdii anaaf laatta
Gaafan dadhabus humna naaf taata
Abbummaakee anat agarsiista *4
.....................................................................................
Ati gaariidha gaarummaakeen na geggeessita
Arjummaakeerraa Yeroo hundumaa ana quufsita
Ati gaariidha gaarummaakeen na geggeessita
Arjummaakeerraa Yeroo hundumaa ana quufsita
.................................................................................
Gadi bu'uuf ol bahuutti amallikee hin geedaramne
Dadhabbiikootti na tuffattee jabinattis ana hin jajne
.................................................................................
Sitti hirkachuun maal maal gaariidha!
Kankee ta'uun akkam dinqiidha!
Sitti hirkachuun maal maal gaariidha!
Kankee ta'uun akkam dinqiidha!
https://t.me/tea8z
https://t.me/tea8z
3 691
Repost from ABENI DESIGN
Ava Qarshii 🔥
- Token July 28 ni bada Ava coin Bot ~ (dhuma)
- Himannaan July 30 irraa eegala, hatattamaan gurguruu fi jijjiiruu dandeessu
Guyyoota lamaan kana keessatti amma yoo jalqabde hanga Birrii kuma 5 👇👇 argachuu dandeessa
https://t.me/avagoldcoin_bot?start=5f28f4b7a04cfb105612
3 691
_NATTI_AANAA_KOO_%23ZALAALAM_MULGEETAATIIN_kan_faarfatame%2C_Faarfannaa.mp39.37 MB
3 691
Dhiphuun yeroo baayatu gaariin harka kee jira
Namni haala ilaalee sokkus kunoo ati har'ayyuu na cina
Homaayyuu hin qabun ture dilbii hin dhumne naaf taate
Keessa koot si jaallate faarri kee natti hin banne ×2
Natti aanaa koo yeroo maraa iyyesus koo ati na bira
Sitti hirkadheetan yoona ga'e kaasuun kee adda na danda'e
Nuffuu hin beeku amalli kee naaf ta'eera hojiin abbummaa kee
....
Morgaan kan koo yennaa na laafe dadhabbiin koo daran jabaate
Dhiphinni koo didee hammaatee
Furmaatnis dhibee yennaan lafa ilaale
Walga'iin rakkina barootaa
yommuu dhufee narratti wal ga'u
Obsuu didee goftaan koo
Deebiisaan natti dhiyaate
Dursee dhufaa koo iyyesus koo
Situ ta'e naaf gargaaraa koo
Rakkinichoo hin sokke hn baqate
Ulfinni addaa na simate
....
Gaaffii hin qabu an si biraa
Yoomuu hin fedhu harka ormaa
Barruun kee erga naaf mijatee
Kunoo boqodheera uffee ×2
Farri kee erga naaf ta'ee
Hin mil'adhu fuula ormaa danda'ee
Gaariinoo mana kee jira
Sin fedha ati na cina ×2
3 691
Gatamaaf gotee iyyaafannoo
Afankoo na guutte dhadannoo
Barri dukkanaa'uukoo darbee
Xofoon dhipinaa narkaa cabee
Yaddookoo siin obbaafadhee
Dhibeekoo siin urgufadhee
Siif kan dadhabame hin jiruu
Si kan seenaa geeddaruu
🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹
Situ Jireenya itti godhee
Abdii muramee coolagee
Kan badee barbaacha dhabee
Eessaa ijikee na argee
Situ walakkatti hambisee
Kan diinaa murtiin wayyabaa
Si quubsaan fooniitiif lubbuu
Sichi yaaddoo maaliin qabaa
Birmataakoo ati Akka namaa afaan duwwatiin Nan jaallannee
Birmataakoo faara na ifte malee fuula natti badnee
Birmataakoo silaa okkolaan hafaa sitaasuun tarkaanfadhee
Birmataakoo eenyummaa Waggaa hedduu siinan gonfadhee
🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹🎹
Eeessumaa ka'ee dhaabatee
Seenaan kaleessa awwalamee
Silaayyuu namni siin qabuu
Qabata haaraan muudamee
Foolii ati naaf laatte kunoo
Narraa urga'ee ofiisaa
Waanti Wal bubbuusee turee
Siin qaqqajeele toirrisaa
Birmataakoo....
