en
Feedback
🎸FAARUU Ringtone🎚

🎸FAARUU Ringtone🎚

Open in Telegram

ⓌⒺⓁⓁ ⒸⓄⓂⒺ 🎚Ⓒʜᴀɴɴᴀᴀʟɪɪ ᴋᴀɴᴀᴀ ᴋᴇssᴀᴛɪɪ 📽Kilipii Faarfannaa 📀faarfannaa Audion 🎞Lyrics Faarfannaa 🎙Ringtone Faarfannaa ɴɪ ᴀʀɢᴀᴀᴛᴜᴜ. 🎚Yadaa Nuu Lachuuf Yokiin Faarfannaa Nu Erguuf @Sanuumatubebot fayyadaama

Show more
3 691
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-2330 days
Posts Archive
Gaarummaaniif tollikee abbaakoo na golboobeera Naaf taa'eera gollikee tottolee naaf mijateeraa Waan barbaachisaa kamiinuu Si duubaa eessaan barbaadaa Guutummaa jireenya kootiif ati gahaaf irraa hafaadha Dubbikee dhabee turraani deemuufu an karaa hin beeku Wallalumnikoos na miidha naan miironnikoos na jeequ Si malee malan qaba Ani jajjabeessaaf gorsaakoo Guyyaa hundumtuu fagaatu situ naaf hubatam dhoksaako Anis Akka Mariyaamiini miillakee jalaa hin deemu achumaan fedha Of kenneen siif abboomama ani qooda gaarii siif addaan kufeen sagada Fannookees baattadheen adeema lafa hin kaa'u natti haa hafu Hawaiian lafaa Isan nyaadhee dhugee rafurra kan na quubsu yoon siif jiraadhe qofaadha Oobdiimakee keessani jiraachuu barbaada Taa'ee sirraa barachuufan oolee bulee Si araada Bobaankee gaaddisami iddoo nagaan jiru Dubbiinkee guyyaa guyyaani jechoonnikees na ijaaru Anis Akka Mariyaamiini miillakee jalaa hin deemu achumaan fedha Of kenneen siif abboomama ani qooda gaarii siif addaan kufeen sagada Fannookees baattadheen adeema lafa hin kaa'u natti haa hafu Hawaiian lafaa Isan nyaadhee dhugee rafurra kan na quubsu yoon siif jiraadhe qofaadha Kan beela'eef ati buddeeni kan dheeboteef bishaani Kan daareefis uffannaadha gahaadha ati waanta maraani Warreen sin qabne dureessa yoo ofse'aniyyuu dhaboodha Yoo ilaalan nagaa fakkaatu garuu hin sobu jeeqamoodha Kanaaf an hunda dhiisee kee ta'uukoof gammadaa Guutuu lakkoofsa umuriikoo aarsaa of sii gochuun barbaada Biyya lafaatti hin michoomu an diinakee ta'uudhaaf Carraa tolteetti lubbuunkoo eeyyee ati yesuus koo gooftaadha Sichi kan hafan guyyotakoo siif kenneera sumaaf bitameen bula Maaltu addaan na baasaree sitti mijateera'o kankoo manni galgalaa Nan marmaara dhimmeen jiruukeef natti ulfaate jedhee dadhabee hin dhiisuu Amantiikoo Isa jalqabee fiixaan baasu sirraa ijakoo hin buqqisuu

4_5846158334826124740.m4a5.53 MB

Contact us for any poster ...🙌 @F2k2222 @F2k2222 @F2k2222
+5
Contact us for any poster ...🙌 @F2k2222 @F2k2222 @F2k2222

Yaa biyya lafaa Yesuus mi'aa baatee siif dhufnaan atimmoo hadhooftuun simattee, laa fakkeessakee Eenyummaa kee dhugaa dhofkachaa waan gaariif tottolaa himattee. Yaa biyya lafaa Yesuus nagaa baatee siif dhufnaan atimmoo waraansaan simattee, laa fakkeessakee Eenyummaa kee dhugaa dhofkachaa waan gaariif tottolaa himattee. Hin dhaga'u ilaa ani utuu kee, Beeka xobbee karaatti kutuukee. silaa atuu naaf diinawoo naaf. loltaare, Yesuusiifuu hin tollee naaf. toltaaree. Nan sossobiin gubaatti dirmiidhaa, Har'as boris anaaf ati hirmiidha. Hin dhaga'u ilaa ani utuu kee, Beeka xobbee karaatti kutuukee. Silaa atuu naaf diinawoo naaf loltaare, Yesuuskoofuu hin tollee naaf toltaaree Nan sossobiin gubaatti dirmiidhaa, Har'as boris anaaf ati hirmiidha. 01 Daandii bal'aa kankeerra hin imaluu Ibiddatti ol galcha balballikee, Tisiisarraa maalan damma eegaa Si'ooliin badhaasawoo galgallikee. Irrikee kuulamaa keessaan summii Walii hin galu hojii keen an sin morma, Firummmaa walii hin qabnu hin qabaanus Amman sirraa sokkutti an siif Orma. Na miti kan si garboomu Miidhaginakee darbuufii, sirraan godaanaa gaaf tokko Biyya koo dhaqee arguufi. Na miti kan mookfamu bareedinakee darbuufii, sirraan godaana gaaf tokko Yerusaalemiin arguufi. Mandara qulqullittii waaqayyo bira bantii waaqaa keessaa, Eeyyee biyyi koo Achi biyyi koo Yerusalemi. lakki hin dogoggorre karaan amma qaphes Achitti na geessaa. Eeyyee biyyi koo Achi biyyi koo Yerusalemi. Magaalaa kuulamtuu harki gooftaa Ijaaree Waan maraan qajeeltuu, Eeyyee biyyi koo Achi biyyi koo Yerusalemi. Biyyicha Yaadacha Jaaraa jumburiikee Garaan nan kaajeeltuu. Eeyyee biyyi koo Achi biyyi koo Yerusalemi. 02 Kuti abdiikee narraa nan dandeessu karaa isan qapherraa siif hin maqu, isan hojjechaafii jiruun beekaa Ani yoomuu ergaakee siif hin dhaqu. Jajumsakee har'aan siin mookfamuu Malli kuffisakees xarabaadha, sirran tura malee asi hin jiraadhuu yaa dachee ati naaf darabaadha. Naaf tolteef hin jiraannee daba waraansakeen al meeqa aadeenii, hubaa fi sossobbaa kee dhaga'u kanan dideef biyya koo yaadeenii. Ka'eera hin hafne achiini Inni ati ajjeefte suni gaggaraftee dirra, dhufee na fudhatawoo nan dhiisu sirratti egaa gargar galuuf jirra. Eeeeeeeeeeeeeeeeeeeee Eeyyee biyyi koo Achi biyyi koo Yerusalemi. Eeyyee biyyi koo Achi biyyi koo Yerusalemi. Eeyyee biyyi koo Achi biyyi koo Yerusalemi. Eeyyee Achi Yerusalemi. Eeyyee Achi Yerusalemi.

16-ከሞት-ባሻገር-Kemot-Bashager-Hanna-Tekle.m4a4.92 MB

14-እግዚአብሔር-Egziabher-Hanna-Tekle-Nov-2024.m4a5.28 MB

12-ቆጠርከኝ-Koterkegn-Hanna-Tekle-Nov-2024.m4a6.24 MB

10-ኃይሌም-Hailem-Hanna-Tekle-Nov-2024.m4a4.75 MB

8-መንፈስ-ቅዱስ-Menfes-Kidus-Hanna-Tekle-Nov-2024.m4a5.49 MB

17-መዳኔ-Medane-Hanna-Tekle-Nov-2024.m4a6.14 MB

15-እልፍ-ዕዳ-Elf-Eda-Hanna-Tekle-Nov-2024.m4a5.67 MB

13-ደሙ-Demu-Hanna-Tekle-Nov-2024.m4a6.15 MB

11-ኢየሱስ-ፍቅር-Eyesus-Fikir-Hanna-Tekle-Nov-2024.m4a5.99 MB

9-አልተረሳሁም-Alteresahum-Hanna-Tekle-Nov-2024.m4a7.21 MB

7-ያድናል-Yadinal-Hanna-Tekle-Nov-2024.m4a6.08 MB

6-ቸር-Cher-Hanna-Tekle-Nov-2024.m4a6.53 MB

5-አመልክሀለሁ-Amelkihalehu-Hanna-Tekle-Nov-2024.m4a5.48 MB

4-መሥዋዕት-Meswa-et-Hanna-Tekle-Nov-2024.m4a4.32 MB