cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

MAMMII-MA

AS WR WB 🌿🌿🌿 I KNOW WHY I AM HERE!!✅ 🍃🍃🍃 🌐YOU WILL GET💡I.A ➧NEW INFO's 💥 ➧QUR'AN RECITING 💎 ➧NEW AND COVERED NESHIDA🎙 ➧HADITH'S ☪️ ➧ALL ABOUT Art's....& MORE🌄 🌿🌿🌿 ⒿⓄⒾⓃ ⓊⓈ ⓃⓄⓌ ➴➴➴ @Mamme4

Show more
Finland2 563The language is not specifiedReligion & Spirituality60 409
Advertising posts
715
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-2330 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

💥Ulaagaalee isii, rogoota isii, dirqamaalee isii fii akkasuma balleessitoota isii. 💥Ulaagaalee salaata : ➊ Islaamummaa. ➋ Sammuun nagaha ta'uu. ➌ Waa adda baafachuu. ➍ Hadasa ofirraa deemsisuu. ➎ Najisa ofirraa deemsisuu. ➏ Awraa ofii haguugu (dhoysuu). ➐ Yeroon salaata seenuu. ➑ Gara qiblaatti garagaluu. ➒ Niyyachuu 〰〰〰〰〰〰 💥 Rogoota salaataa : ➊ Dandeettii waliin dhaabbachuu ➋ Takbiiraa ihraamaa (seensaa). ➌ Faatihaa (alhamduu..) qaraa'uu. ➍ Rukuu'a (Jilba qabachuu) ➎ Erga rukuu'aati wal qixxaahu ➏ Humnoota toorbaniin suduju ➐ Sudja irraa ol jedhuu ➑ Teessuma jidduu suduuja lamaani ➒ Dalagaa mara keessatti ragga'uu ➓ Tartiiba rogoota salaataa eeguu ⓫ Teessuma/tashahuda dhumaa ⓬ Tashahudaaf taa'uu ⓭ Ergamaa rabbii ﷺ irratti salawata buusu ⓮ Salaamata lamaan 〰〰〰〰〰 💥Dirqamaalee salaata : ➊ Cufa takbiiraa takbiiraa ihraamaa(sensaa) malee ➋ Samiallahu liman hamida jechuu, imaamaafi nama kophaa salaatuuf. ➌ Rabbana walakalhamd jechuu, nama maraaf. ➍ Subhana rabbiyal aziim jechuu, ruku'a keessatti. ➎ Subhaana rabbiyal a'alaa jechuu, suduuja keessatti. ➏ Rabbigfirlii jechuu, jidduu sujuuda lamaanitti. ➐ Tashahuda jalqabaa. ➑ Tashahuda jalqabaaf taa'u. 〰〰〰〰〰 💥 Balleessitoota salaata : ➊ Beekaa dubbachuu Osoo beekanii osoo hin dagatiin, namni dagatee dubbatee fi wallaalaa irraa salaanni hin baduu. ➋ Kolfuu. ➌ Nyaachuu. ➍ Dhuguu. ➎ Awraan saaqamuu. ➏ Kallattii qiblaa irraa baay'ee garagaru. ➐ Taphaa/Sochii walitti fufaa. ➑ Xahaaraan adda cituu. ⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️ 💥Tarii wantoota amma dubbannee keessa tokko kufee salaanni badee ta’ee ati hin beekne turtee ulaagaalee fi dirqama salaataa fi sunnaa fi balleessitoota isaa. 💥 Dirqamoota, ulaagaalee, sunnaa fi utubaa kana haffazuun barbaachisaadha kanaaf akka haffazdanii irraa fayyadamtan dhaamsa keenna..! By Sabrii Hussein 💥📈Share waliin godhaa💥 ╭━━⦁━━⦊⦉━━⦁━━╮ ➨ ♕ Śãłłäłłààhù Àłééhí Wåśśàłłàm ‏﷽ ﴿إنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَاالَّذِينَ آَمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وسَلِّمُوا تَسْليمًا ۝ صٌَـــلَِّ وََِّسَـــلَّـِمَْ عٌَلَـَے َّسَيِِّـــدِِنِْأّ مَُحٌَمََّـــدٍِﷺ۞ صٌَـــلَِّ وََِّسَـــلَّـِمَْ عٌَلَـَے َّسَيِِّـــدِِنِْأّ مَُحٌَمََّـــدٍِﷺ۞ صٌَـــلَِّ وََِّسَـــلَّـِمَْ عٌَلَـَے َّسَيِِّـــدِِنِْأّ مَُحٌَمََّـــدٍِﷺ۞ ➨ ╰━━⦁━━⤊⤊⤊⤊⤊⤊━━⦁━━╯
Show all...
👍 4
🍀°°. Gaafa rabbiin ol tahe garbicha isaatiin kheeyrii fedhe Rasuula isaa Muhammad ﷺ irratti akka Salawaaata buusuuf arraba isaa isaaf laaffisa💛.
Show all...
5
Nama Mu'minaa kan Namootatti Makatee Isa Rakkisuu isaanii irratti Obsutu Isa Isaanitti hin Makanne kan Rakkoo isaan irraa isarra ga'urratti hin obsinerra Caala. الراوي : عبد الله بن عمر ،المحدث :الألباني ،المصدر:صحيح الأدب المفرد|| ٣٠٠، خلاصة حكم المحدث: صحيح
Show all...
2
Wantootni afran kanatti aanan onnee namaa keessatti rakkoo uuman. Kanaafuu, irraa fagaadhu! 1. Wanta Rabbiin murteesse irratti jeeqamuu, 2. Cubbuu dalaganii booda gaabbuu dhabuu, 3. Hiree Rabbiin isaanii kenne irratti namoota jibbuu, 4. Rabbiin yaadachuu dhabuu.
Show all...
2👍 1
ተፍሲር ሱረቱል ካህፍ ~ 🌺
Show all...
4
﴿وَاذْكُر رَّبَّكَ كَثِيرًا وَسَبِّحْ بِالْعَشِيِّ وَالْإِبْكَارِ﴾ «ጌታህን በብዛት አውሳው በማታና በጧትም አወድሰው» - «سُبْحَانَ اللهِ» - «الحَمْدُ للهِ» - «لَا إلَهَ إلَّا اللهُ» - «اللهُ أكْبَرُ» - «سُبْحَانَ اللهِ وَبِحَمْدِهِ» - «سُبْحَانَ اللهِ العَظِيمِ» - «لَا حَوْلَ وَلَا قُوَّةَ إلَّا بِاللهِ» - «أسْتَغْفِرُ اللهَ وَأتُوبُ إلَيْهِ» - «لَا إلَهَ إلَّا أَنْتَ سُبْحَانَكَ إنِّي كُنْتُ مِنَ الظَّالِمِينَ»
Show all...
ረሱል (ﷺ) እንዲህ ብለዋል፦ ﴿إذا سقى الرجلُ امرأتَه الماءَ أُجِرَ.﴾ “ሰውዬው ለሚስቱ በሚያጠጣት (በሚያስጎነጫት) ውሃ እንኳ አጅር ይኖረዋል (ይመነዳል)።” 📚 ሶሂህ አልጃሚ: 602
Show all...
የሰው ልጅ የሚጎዳው ባመነው እና የራሴ ባለው ሰው ነው። ጥቃት የሚደርስበት ጥላዮ ነው ባላችሁት አማካኝነት ነው። ዩሱፍ የተካደው በወንድሞቹ ነው። አንዳዴ የኔ ነው ለምትሉት ሁሉ የምትዘረግፉት ሚስጥር እናንተን ጎርፍ ሆኖ እንዳይወስዳችሁ ተጠንቀቁ ራሳችሁን ከኔም ከምትሉት ሰው ጠብቁ… ሰብሃል ከይር
Show all...
👍 3
ሁለንተናዊ ወንድማማችነት! ረሱል (ﷺ) እንዲህ ብለዋል፦ ﴿انْصُرْ أَخَاكَ ظَالِمًا أَوْ مَظْلُومًا ". فَقَالَ رَجُلٌ : يَا رَسُولَ اللَّهِ، أَنْصُرُهُ إِذَا كَانَ مَظْلُومًا، أَفَرَأَيْتَ إِذَا كَانَ ظَالِمًا كَيْفَ أَنْصُرُهُ ؟ قَالَ : " تَحْجُزُهُ - أَوْ تَمْنَعُهُ - مِنَ الظُّلْمِ ؛ فَإِنَّ ذَلِكَ نَصْرُهُ﴾ “ወንድምህን በዳይም ተበዳይም በሆነ ግዜ እርዳው። የዚህን ግዜ አንድ ሰው እንዲህ አለ፦ አንቱ የአላህ መልዕክተኛ ሆይ! የተበደለ ግዜ እረዳዋለሁ እሱ በዳይ የሆነ ግዜ እንዴት ነው የምረዳው? ከበደል ትይዘዋለህ ወይም ትከለክለዋለህ። ይሄኔ ረዳህው ማለት ነው አሉት።” 📚 ቡኻሪ ዘግበውታል: 6952 ~ 🌺
Show all...
👍 2