cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Akkaa fette challenge

Akkaa fettee challenge🏝 Adadis ye alm🌍 ye hager wusxe 🏚 zena wochin yeminsmabat now ➈➈➈

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
184
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Akkaa fette challenge irraa torban tanna wontii bannef wontota gurraf harya ta'anifi dhagetif heddu hawatata tanan qoffaa waan soqaa turrf Dhifamma issiin gafachaa
Show all...
Kafaltti qabbaa
Show all...
Carraa kanaa ittii fayadama linke kanan guyyatii video sadii qoffa ilalaa
Show all...
“Waan hedduu ni bulfanna, gaafa dabarte dubbanna!”JM Caamsaa 14, 2020! -Roorroo sirnoota dabranii ormatu raawwate jennee externalize godhuun obsaa turre. Kan har'aa garuu nama dhukkubsa. -Warri kaleessa alagaa waliin ummata keenya dararaa ture, kan qabsoo saba kanaatiin ergamtummaa jalaa bilisa ba’ee aangootti olbaafame, as garagalee harka galataa san ciniine. -Kan daran garaa nama gubu ammoo warri kaleessa mooraa qabsoo keessa turan, har'a bubutuu aangootif jecha yeroo madaa sabaa irratti soodda firfirsuu yaalan arguudha. Tanas inuma irra aanna. Waan heddu ni bulfanna. Gaafa dabarte dubbanna.” -Jawaar Mohaammad May 14, 2020!-
Show all...
WhatsApp qajeelfamaa fi dirqama haaraa hojiirra oolchuuf guyyaan dhumaa inni qabatee ture xumuramaa wayita jirutti ergaawwan dhimma kanaan walqabatan kan fayyadamtootaaf ergaman akkaan heddummaateera. via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fmHf6N
Show all...
WhatsApp qajeelfama itti fayyadamaa haaraa borirraa eegalee hojiirra oolcha - BBC News Afaan Oromoo

WhatsApp qajeelfamaa fi dirqama haaraa hojiirra oolchuuf guyyaan dhumaa inni qabatee ture xumuramaa wayita jirutti ergaawwan dhimma kanaan walqabatan kan fayyadamtootaaf ergaman akkaan heddummaateera.

Ajjeechaan Kaleessa Godina Qeellam Wallaggaa Magaalaa Dambi Dollootti dargaggoo Amaanu'el Wandimmu jedhamu irratti murtee seeraatiin ala raawwatame kan isa yaaddeessee ta'u Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa beeksiise. via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3uJacjw
Show all...
'Ajjeechaan murtee seeraa malee Dambidollootti raawwatame yaadeessaadha' - BBC News Afaan Oromoo

Ajjeechaan Kaleessa Godina Qeellam Wallaggaa Magaalaa Dambi Dollootti dargaggoo Amaanu'el Wandimmu jedhamu irratti murtee seeraatiin ala raawwatame kan isa yaaddeessee ta'u Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa beeksiise.

Kalesaa galagalaa garraa Nannoo saa 12:00 ttii woranii mutumaa abiyii umattaa luluqifii temira qabate bayee irratti worrana banne turree. Umanis mormii dhagesisee turree. Ammaa sodda saan irraa kaan ka'e worani motumaa magala heddu sennaa akkaa jirruu dhagenee jirraa. Qoppii iddaa irratti umanii kennaa of eggaa jennaa garanuman
Show all...
“Masgiida gubanii 'isinitu gube' jedhu, bataskaana gubanii 'isintu gube' jedhu. Hin dhaga'inaa isaantu gube. Akkuma kaleessaa nu se'anii 'Oromoo Kristaanaa fi Musliimaa' jechuun adda qoodanii isinirra turuu barbaadu. Nuti ilmaan Oromooti. Ilmaan Oromiyaati. Nuti ilmaan haadha abbaa tokkooti! Hindhaga’inaa!” 0930443244
Show all...
Sodaa Mormii #Idaatiif Guutuu biyyattii keessa Woraana Bobbaasaa jiru.
Show all...