en
Feedback
Beekumsa Waliigalaa

Beekumsa Waliigalaa

Open in Telegram

Beekumsi walii galaa maal of keessa qaba?? Barsiisuu Bohaarsuu Kolfisiisuu Haala yeroon wantoota wol qabatan gorsa xiinsammuu wal qabatu Jechoota filatamoo Qophiilee adda addaatiin Nu woliin bohaartu

Show more
1 192
Subscribers
No data24 hours
+67 days
+530 days
Posts Archive
Nama tokko tasgabbeessuuf jecha “tasgabbaa’i” jedhu fayyadamuu irraa fagaadhu. Jechoonni kun 100% kufaatii qabu. #Share🔻 godhaa 💡 https://t.me/Beekumsawaliigalaa

Dhuufu qabachuun fayyaa keessaniif hamaa ta'uu danda'a -- Gaasii akka dhiita'u gochuu, fi tarii hemorrhoids ykn garaacha bal'achuu fiduu danda'a. #fayyaa #Share🔻 godhaa https://t.me/Beekumsawaliigalaa

Ho'i lafaa bara 1977 irraa eegalee haalaan dabalaa dhufeera. 💡https://t.me/Beekumsawaliigalaa
Ho'i lafaa bara 1977 irraa eegalee haalaan dabalaa dhufeera. 💡https://t.me/Beekumsawaliigalaa

Raashiyaa keessatti akka tasaa miila nama tokko irra yoo dhaabate, akka sirra dhaabataniif miila kee deebiste jala kaahun amala gaarii dha😁 https://t.me/Beekumsawaliigalaa

Onneen dhiiraa kan dubartootaa caalaa suuta dha'ati. 💡https://t.me/Beekumsawaliigalaa
Onneen dhiiraa kan dubartootaa caalaa suuta dha'ati. 💡https://t.me/Beekumsawaliigalaa

Kaarotiin jalqaba halluu dhiilgee qaba ture. Kaarotiin halluu burtukaanaa qabu inni jalqabaa jaarraa 17ffaa keessa qonnaan bu
Kaarotiin jalqaba halluu dhiilgee qaba ture. Kaarotiin halluu burtukaanaa qabu inni jalqabaa jaarraa 17ffaa keessa qonnaan bultoota Nezerlaandiin kabaja mootii Wiliyaamiif kan biqile ture. 💡https://t.me/Beekumsawaliigalaa

Kana beektu laata?? Rifeensi qulqulluun rifeensa xuraa'aa caalaa saffisaan guddata. 💡@Beekumsawaliigalaa

sticker.webp0.39 KB

Kana beektu laata?? Waggoota biliyoona 3.5 dura guyyaan tokko lafa kanaratti sa’aatii 12 qofa ture. 💡@Beekumsawaliigalaa

ᴋᴀɴᴀ ʙᴇᴇᴋᴛᴜᴜ ʟᴀᴀᴛᴀ? 💥Hantuutnii boolla ishee bal'inna isa kan safartuun Areeda isheetiin . @Beekumsawaliigalaa

ᴋᴀɴᴀ ʙᴇᴇᴋᴛᴜᴜ ʟᴀᴀᴛᴀ ? 💥Bofti nyaara hin qabu . @Beekumsawaliigalaa

ᴋᴀɴᴀ ʙᴇᴇᴋᴛᴜᴜ ʟᴀᴀᴛᴀ ? 💥Doolfiin kan jedhamuu qurxummiin galaana keessaa yeroo rafu ija tokko qofaan dunuunfata . @Beekumsawaliigalaa

ᴋᴀɴᴀ ʙᴇᴇᴋᴛᴜᴜ ʟᴀᴀᴛᴀ ? 💥Raachii kan dhageessu ija isheetiin . https://t.me/Beekumsawaliigalaa

#Beektuu? Yeroo hunda yeroo miilli bitaa lafa rukutu hafuura baafadhu, yeroo fiigdu akka hin dhiitofneef. @Beekumsawaliigalaa

#Beektuu? Bunni osoo urgaa'uu hin qabaatini sababa asiidota orgaanikiitiin dhandhamni dhangaga'a ykn hadhaa'aa qofa qabaata ture. @Beekumsawaliigalaa

#Beektuu? Ofitti amanamummaa fakkeessuun dhugumatti caalaatti ofitti amanamummaa akka sitti dhagaʼamu gochuu dandaʼa. @Beekumsawaliigalaa

#Beektuu? Osoo waan tokko hin komatin sa'aatii 24 deemuuf yaali jireenyi kee hangam akka jijjiiramu ilaali. @Beekumsawaliigalaa

#Beektuu? Akka tasaa naachan ari'amuun(qabamuun) yoo si mudate, fiigicha zig zag pattern fiigi. sababiin daddafani gara fedhii isaanitti garagaluun waan rakkisuuf. @Beekumsawaliigalaa