Dr. Heeraan
Open in Telegram
Ani Dr. Heeraanidha, ogeettii fayyaadha. Odeeffannoo fayyaa hamman baradhee fi hamman beeku irraa isiniifan qooda. Telegram channel koo kana join fi share godhaa! Galatoomaa π
Show moreFinland4 920The category is not specified
929
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
+15430 days
Posts Archive
929
Repost from Ayyuu Tube
Neutrition Avokaadoo Irraa Argannu Keessaa Muraasa.
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
Avokaadoon faayidaalee fayyaa keenyaaf oolan hedduu of keessaa qaba. Kanaaf Avokaadoo yeroo soorachuu baay'ee gaariidha! Faayidaalee Avokaadoon nuuf kennu keessaa qabxiilee ijoo jaha(6) isiniif katabeen jira. Isaanis:.......
Guutuu isaa Link gadiin seenaa Marsariitii KAKU PRESS jedhu keessa seenuun dubbisaa.
πππππππππ
https://is.gd/HdTZIj
https://is.gd/HdTZIj
929
Repost from Ayyuu Tube
Guyyaa Guyyaan Qaama Dhiqachuun faayidaa moo miidhaa qabaa?
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
Guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun fayyaa gogaa keenyaa ni huba! Akkamitti?
1) Qaamni keenya uumamaan dibata of irraa qabu balleessuudhaan akka gogu taasisa. Qaamni keenya yoo gogu immoo qaawwa xixiqqoo baasuudhaan:
Baakteeriyaan dhukkuba nama qabsiisan qaawwa sanaan seenanii akka infekshinii uumanii fi waantoonni alarjii namatti fidan ykn kaasan qaawwa sanaan seenanii alarjiif akka nama saaxilan taasisa.........
Guutuu isaaf hiidhaa gadii tuquun marsariitii KAKU PRESS jedhu keessa seenuun dubbisaa, isin fayyada.
πππππππππ
https://is.gd/HdTZIj
https://is.gd/HdTZIj
929
Repost from Ayyuu Tube
Goguu hidhii ofirraa ittisuuf maal gochuu qabna?
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
Hiidhiin qaama keenya keessaa iddoo miiraa ijoo ta'an keessaa tokko yommuu ta'u, si'a tokko tokkoo hidhiin keenya yommuu gogu ni mul'ata, goginsi hidhii kanaa immoo yerootti nutti hin tolle hedduutu jira. Isa kanaaf goguu hidhii wantota nutti fidanii fi ofirraa ittisuuf maal gochuu akka qabnu qabxii shan (5) isiniif katabeen jira........
Guutuu isaa dubbisuuf hiidhaa gadiin seenuun marsariitii KAKU PRESS jedhu keessa seenuun dubbisaa, itti fayyadamaa.
πππππππππ
https://is.gd/HdTZIj
https://is.gd/HdTZIj
929
Repost from Ayyuu Tube
GOSOOTA MATAA DHUKKUBBII
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
Mataa dhukkubbiin rakkoo namoota hedduu mudatu, mudatee fi mudachaa jiru yommuu ta'u, hawwaasni keenya hedduun dhibee kanaan yeroo baay'ee ni rakkaata. Haa ta'u malee dhukkubbiin Gosoota hedduu kan qabu yoo ta'u, kanneen armaan gadii kun sadan (3) warreen hawaasa baay'inaan hubanii fi hawaasni keenya adda baasee beekuu qabudha.
.........
Guutuu isaaf hiidhaa gadiin seenuun marsariitii KAKU PRESS jedhu keessa seenuun dubbisaa, itti fayyadamaa.
πππππππππ
https://is.gd/HdTZIj
https://is.gd/HdTZIj
929
Repost from Ayyuu Tube
Kalee Fi Fayyummaa Kalee Keenyaa Eeguu.
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
β Kaleen qaamota baay'ee barbaachisaa ta'an keessaa isa tokko. ilmi namaa kalee lama qaba. ilmi namaa kalee tokko qofaan jiraachuu ni danda'a.
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
Hojiileen kalee maal fa'a?
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
β Xuraawaa qaama keenyatti uumamuu fi summiiwwan garaa garaa qorichoota dabalatee qaama keenya keessaa dhabamsiisuu.
β Madaalaa dhangala'aa, Aciidii fi alkaalii akkasumaas Madaala dhiibbaa dhiigaa keenyaa eeguu.
β Hormoonota gara garaa maddisiisun keessattu seelonii dhiiga diimaa dhukaa lafee keessatti akka oomishamanii fi madaala albuudota kanneen akka potassium, fosfeetii, kalsiyeem eeguu.
β Fayyummaa kalee akkamiin eegganna?
Dubbisuun fayyummaa kalee keessanii eeggadhaa, guutuu isaaf hiidhaa gadiin seenuun marsariitii KAKU PRESS jedhu keessa seenuun dubbisaa, itti fayyadamaa.
πππππππππ
https://is.gd/HdTZIj
https://is.gd/HdTZIj
929
Repost from Ayyuu Tube
Mala Shunkurtaa Fayyadamuun Rifeensa biqilchuu fi Gurracheessuuf isin Gargaaru.
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
Akkaataa itti Qopheessitan:
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
Jalqaba qola shunkurtaa, sana Irraa sooftu ykn Quncistu Itti aansuun Albee ykn Haaduu Fayyadamuun murmurtu ykn kukkuttu, ergasiin booda hanga Inni xixiqqaatutti meeshaa fayyadamuun kukkuttu.
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
Ergasii cuunfaa Isaa Yookiin dhangala'aa isaa keessaa cuunfitu, ergasii booda meeshatti naqxanii keewwaattu.
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
Akkaata Itti fayyadama isaa.............
Guutuu isaaf Hiidhaa gadiin seenuun marsariitii KAKU PRESS jedhu keessa seenuun dubbisaa, itti fayyadamaa.
πππππππππ
https://is.gd/HdTZIj
https://is.gd/HdTZIj
929
Repost from Ayyuu Tube
Yeroo Wal qunnamtii Sl Wantoota Dubartiin Jibbitu.
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
Dubartoonni yeroo wal qunnamtii s**laa wantota isaan jibban muraasa ta'us, garuu qabxiilee ijoo ta'an jaha(6) amma waliin ilaala.
1. Yeruma xiqqoof qaama ho'isuu (short foreplay): Yeruma tokkoon qaqqabachuun, dhungachuu fiiganiituma raawwachuu dubartiin kamuu hin jaalattu. Fedhiin dhiir** dafee dhufa; dafee qorras, dubartiin garuu fedhiin ishee dafee hin dhufus ho'inaan immoo daftee hin dhabamtu. Kanaaf qaama ho'isuun yeroo dheeraf raawwachuu qabda.
Qabxiilee shan hafan hunda hidhaa gadiin seenuun marsariitii kaku press irraa dubbisaa.
πππππππππ
https://is.gd/HdTZIj
https://is.gd/HdTZIj
929
Repost from Ayyuu Tube
Mallattoo Dubarrii Dhiira Hin Jaalannetti Agarsiiftu.
ββ’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’ββ’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β
β Dubarrii mallattoo sin barbaaduu kan agarsiiftu ifa baaftee sitti himuun oolmaan ati oolteef itti ulfaachuu waan danda'uf, hiriyyummaa kee dhabuu waan hin barbaannef. Sin jaalladhu jechuu ishee irra mallattoon sitti agarsiisuun isheef salphata. Dubarri takka takkammoo si madaaluuf jettee waanuma siin hin jaallanne of gochuu yaalti. Akka ati sossobduufis barbaaddes ta'uu mala. Bu'aa bahii tokko malee tole kan jedhan akkuma jiran, warri lafa irra nama foqoqsiisanii tole jedhanis guutaniiru. Yerooma tokkoon tolee siif jechuun si biratti ishee tuffachiisuu danda'a.
Kanaaf gara qabxii keenya ijootti yoo seennu dubarri tokko Yoo jaalala keef iddoo hin qabne taate mallattoolee armaan gadii kana agarsiifti. Guutummaa isaa Hidhaa gadiin seenaa dubbisaa.
ππππππ
https://kakupress.com/signs-that-a-woman-shows-that-she-doesnt-love-a-man/
929
π DHUNGOO (KISSING) π
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
β Wal dhudhungachuun yookiin kissing gochuun walqunnamtii saalaa caala walitti nama dhiyeessa, walitti nama hidha. Miira addaa keessa nama galcha, addunyaa kana miiraan nu daawwachiisa. Dhungoon jaalalleewwan akka magneetitti walitti hidha. Namni wal jaallatu lama jaalallee walii ta'uu kan beeksisan wal dhungachuuni, kissing raawwachuuni. Wal qunnamtiin saalaa kan dhufu kissing booda. Kissing'n walqunnamtii caala kabajamaadha. Fakkeenyaaf shamarri mana bunaa hojjattu tokko sex yoo si faana raawwatte hidhii ishee garuu tole jettee si jala hin qabdu. Hidhiin kan nama jaallatanii qofa. Maallaqaan hin bitamu.
β Dhiirri tokko yeroo kissing godhu jaalallee isaa ciniinuu danda'a; Isheenis ciniinuu dandeessi. Isheen yeroo kissing gootu ati itti toluu baannan walitti dhufeenya keessan addaan kutuu dandeessu; Innis itti toluu baannan jaalalli keessan laafuu danda'a. Hata'u malee namni kissing gadameessa haadha isaa keessatti baree gadi ba'u hin jiru. Dandeetti shaakalaan fooyya'uu danda'uudha. Ammuma irra deeddebitee baay'istee kissing gootu ogummaa isaa horachaa deemta.
β Ogummaa kissing gochuu horachuuf dirqama inni dubartii baay'ee waliin, isheen dhiira gara garaa waliin kissing gochuun hin eegamu. Ofumaa wal barsiisuun ni danda'ama tooftaalee kissing garaagaraa fayyadamuun. Ati kissing gochuu baay'ee dandeessa yoo taate, isheen immoo baay'ee hin beektu yoo taate ishee tuffachuu fi gadi qaqqabuun sirra hin jiraatu, barsiisuu qabda. Ati kissing sirritti kan beektu yoo taate fi inni reefu kan jalqabu yoo taate isa tuffachuun sirra hin jiraatu akkuma keetti isas qari. Yoo immoo isin lachuu hin beektan taatan fiilmii garagaraa daawwachaa ogumma kissing kana guddifachuun ni danda'ama. Waliin barachuun jaalala keessan jabeessa.
β Hidhiin keenya baattoo narvii garaagaraati; Sababin yeroo kissing goonu miirri keenya kan nutti kaka'uuf waan narviiwwan kun miira keenya kakasaniifi. Dhiirri tokko yeroon kissing godhu intalittiin natti hin tolle jedhee walqunnamtii saalaa gochuurraa duubatti hin jedhu; Dubartoonni garuu kissing'n kee itti toluu baannan sex si diduu dandeessi. Kanaaf callistee hidhii isheetti hin fiigin. Dura muxannoo isaa qabaachuu kee adda baafadhu. Kissing mi'eessuuf foolii fi hafuura afaan keenya keessaa ba'u sirreeffachuun murteessadha.
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
Waan Dubbistaniif Galatoomaa share waliif gochuu dandeessu.
@Dr_Heeraan
929
NYAATA WALQUUNNAMTII
SAALAA SI'EESSAN.
β
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β
β Fedhii walqunnamtii saalaa horachuuf qoricha namtolchee bitatanii fayyadamuu irraa haaluma nyaataa, hawaasummaa, cinqii, yaaddoo fi dhiibbaa garaa garaa irraa of eegun filatamaadha. Qorichoonni nuti fayyadamnu yeroodhaf rakkoo haa furan malee hundee irraa dhabamsiisuu hin danda'an. Dabalees alkallattidhan qaama keenya irraan dhiibbaa garaa garaa geessisuu danda'u.
β Nyaanni nuti guyyaa guyyaan nyaannu fedhii walqunnamtii saalaa keenya irratti dhiibbaa mataa isaanii qabu. Nyaanni akka hanqaaquu, muuzii, kaarotii, ocholoonii, missira fi kan kana fakkaatan fedhii walqunnamtii saalaa dabaluu keessatti ga'ee qabu.
π« Ocholoonii/Loozii
β Kuduraa fedhii foonii namatti kaasan keessaa ocholoonin kan sirritti beekamuudha. Ocholoonin elementii ziinkii of keessaa qaba. Ziinkin immoo dalaga qaamaa guyyaa guyyaa keessatti ga'ee qaba. Hormoonii dhiiraa too'achuu danda'a. Ka'uu dadhabuu nafsaala dhiiraa ittisuu danda'a.
π« Hanqaaquu
β Nyaata fedhii foonii dabalan keessaa buuphan isa tokkoodha. Buupha vitaamin 'D' dhan kan badhaadhedha. Vitaamin 'D' n hoormoonii Testosterone dabaluu keessatti ga'ee qaba. Kanaaf nyaata kana guyyaa guyaan soorachuun fedhii walqunnamtii saalaa dabaluu keessatti ga'ee guddaa qaba.
π« Muuzii
β Muuziin vitaaminii 'bromelain' jedhamuu kan of keessaa qabuudha. Vitaaminiin kun immoo miirri walqunnamtii saalaa dhiiratti akka dhaga'amu godha. Dabalaatnis muuzii baay'isanii nyaachun dhangalaa'an nafsaala dhiiraa keessaa yaa'u akka baay'atu fi mi'aawu godha.
π« Chokoleetii
β Chokooleetii nyaachun 'L-Arginine Hcl' kan jedhamu hormoonota maddisiisuf ga'ee qaba. Hormoononni kunis yaa'insa dhiigaa gara nafsaalaatti taasifamu gargaarun ka'uu dadhabuu nafsaalaa dhiiraa fooyyeessuu danda'u.
π« Ajjaa
β Ajjaan of keessaa keemikaala serotin jedhamu qaba. Kuni cinqii, dhiibbaa fi rakkoo xiinsammuu hir'isuu keessatti ga'e qaba. Pirotiniinis waan badhaadhef hormoonii testosterone dabaluu danda'a.
π« Kaarootii
β Kaarotiinis vitaaminootan kan badhaadhedha. Vitaaminoonni kaarotii keessaa kunis jabeenya nafsaalaa keessatti ga'ee isaanii taphatu. Dabalees yaa'insa dhiigaa naannoo saniis ni ariifachiisu.
π« Avokaadoo
β Avokaadon vitaaminoota akka 'B', 'C' fi 'K' kan of keessaa qabuudha. Vitamiiniin 'K' kun dhiigni iddoo isaa sirritti yeroo yeroon akka tamsa'u godha. Avokaadon pirotinas waan of keessaa qabuuf dandeettii fedhii kakaasuu gonfatee jira.
Wanti hubatamuu qabu garuu nyaata kana hunda yeruma tokko bakka tokkotti walitti finnee yoo nyaanne gaafasuma fedhii horanna akkasumas sa'aatin raawwii keenyaa nuuf dheerata jechuu miti. Nyaatawwan kunniin fayyaa keenyaf murteessaa waan ta'aniif fedhii walqunnamtii saalaa akka horannu taasisuu danda'u jechuuf malee fedhii du'ee jiru har'uma kana hirriibaa dammaqsu jechuu miti.
Galatoomaa fayyaa hin dhabinaa, share waliif gochuu dandeessu.
@Dr_Heeraan
929
"MARSAAN LAGUU JEEQAME"
kan jennu yoo maal ta'edha?
***
1. Marsaan laguu giddu galeessaan waggaa 12 fi 13 gidduutti kan dhufuu fi waggaa 45 haga 51 gidduutti kan deebee badu yoo ta'u, marsaan laguu erga jalqabee booda, haalonni armaan gadii yoo muudatan, marsaan laguu jeeqameera jechuudha.
2. Laguun yoo walitti aansee guyyoota 90 oliif hin dhufiin hafe (Yoo hin ulfoofne ta'eef jechuudha)
3. Laguun dhufee yoo guyyaa torba (7) ol yoo isinirra ture (baay'ee dhiigaa jira jechuudha)
4. Marsaa laguuf sa'atii lama keessatti menustrion pad (moodesii) lamaa ol yoo barabaachise (baay'ee dhiigaa jira jechuudha)
5. Laguun dhufee erga deemee guyyoota 21 gaditti yoo deebi'ee dhufe (daddaafee dhufaa jira jechuudha)
6. Laguun dhufee erga deemee guyya 35 turee deebi'a yoo ta'e (haga barbaadamuu ol turee jira jechuudha)
7. Marsaan laguu tokko dhufee kan biraan haga dhufutti gidduutti yoo dhiigan.
8. Dhukkubbiin humnaa olii kan hojii guyyaa guyya irraa isin dhorku yoo mudate (dhukkubbiin hagi ta'e normal dha)
9. Yeroo marsaa laguu irraa jiran yoo dhagna gubaa (fever) cimaa qabaattan.
***
By Dr. Gurmeessaa
@Dr_Heeraan
929
Fedhii wal quunnamtii saalaa fooyyessuuf:
****
β.Sochii qaamaa idileen hojjechuu,
β.Nyaata madaalamaa nyaachuu,
β.Hariiroo fayyaalessa qabaachuu
β.Dhugaatii alkoolii, caatii fi tamboo hir'isuu ykn dhaabuu,
β.Hariiroo jaallee ykn haadha /abbaa warraa ofii waliinii haaromsuu
β.Dhiphuu/Yaaddoo hir'isuu
β.Dhibee mukuu ykn gaddabbuu, sukkaaraa, onnee/dhiibbaa dhiigaa fi kkf yaala barbaachisu fudhachuu
β.Dawaa/qoricha dhibee biroof fudhatan yoo jiraate ogeessa mariisisuu
β.Ulfaatina hir'isuu
β.Hirriba boqonnaa qabuu fi ga'aa ta'e rafuu
β.Gara mana yaalaa deemanii illee yaala argatuun ni danda'ama
β.Yaadoota hir'atoo (negative) saalquunnamtii irratti qaban fooyyessuu
β Waantoota akka dhidhibbaa qaamaa (massage) gargaaramuu
Galatoomaa! Fayyaan faaya! Fayyaa ta'aa!
Β©οΈ Dr. Firomsa Jibril
@Dr_Heeraan
929
DHIIRA DHUGAAN SI JAALATE
ββ’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β
β Hundumatti si beeksifata !
β Sirritti si kunuunsa, gammachuu keetif dhiphata !
β Wanti kee hunduu kan isaatin wal simata !
β Ati akka kan isaa qofa taatetti si lakkaa'a !
β Yeruma hunda si jajjabeessa !
β Ija ija keessa si ilaala !
β Waa'ee kee sirritti baruu barbaada !
β Carraa argannan si haammachuu barbaada !
β Yeroo ijaan walirra buutan itti tola !
β Si argachuu isaatti nama carraa qabeessa of godhee hundatti odeessa !
β Namaan yeroo wal si barsiisu miira gammachuutini !
β Jiruu isaa keessa harki kee akka seenu eeyyama !
β Isatu yeroo hunda dursee siif bilbila !
β Yeroo hunda si faana dabarsuu jaalata !
β Waanuma fedhetti sitti hin hinaafu !
β Waan ati gaafatte kamiyyuu siif guutuf duubatti hin jedhu !
β Waan qabu hundayyuu sitti hin hambifatu !
β Siif jedhee fageenya dheeraa ni imala !
β Waan fedhe balleessitu muufii malee dhiifaman bira darba !
β Ilaalchi kee isa biratti iddoo guddaa qaba !
β Oduu kee hunda seeqee taphata !
β Waanuma si biratti argame qofaaf gammachuun itti dhaga'ama !
β Akka hiriyaatti si ilaala !
β Osoo omaa hin goone callisee suma faana taa'u isaa qofaaf gammada !
β Kabajaan ofitti si qabata !
β Uffattee dhiiftee jaalalli isaa sitti hin hir'atu !
β Si faana yeroo ta'u amala dhugaa isaa agarsiisa !
β Waan nama biraa biratti taasisu si fuuldurattis ni raawwata !
β Waan kophaatti si faana taasisu nama birattis hin qaana'u !
β Guddina kee hawwa !
β Rakkoo kamiyyuu keessaa si baasuf yeroo kamiyyuu qophaa'adha!
β Anarra jechuu dhiisee anaa fi si'i jedha !
β Dhumarra yeroo inni jaalala keen waxalamee harka sitti kennatu akka si jaallate adda baafatta!!
ββ’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β
Waan Dubbistaniif Galatoomaa share waliif gochuu dandeessu.
@
929
Fedhii foonii of irraa baasuu / MASTURBATION ( ONEENUMMAA )
ββ’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β
kutaa 2ffaa......
β Dhiironni tokko tokko erguma haadha warraa fudhanii illee masturbation gochuu hin dhiisan. Garuu wanta kana haati warraa isaa agarraan bitaa itti galuu danda'a." Ana maaltu natti hir'ate?, nan jaallatuu?, ani fedhii isa hin baasuu? jettee yaaduu hin dhiistu. Masturbation kun walitti dhufeenya keessan diiguu danda'a. Garuu lamaanin mari'atamee, walii galamee waliin raawwannaan rakkoo hin qabu. Sirumaayyu dubartoonni tokko tokko yeroo sex kajeelan naf-saala dhiiraa hirriibaa kan dammaqsan harkaan susukkumuni.
β Dhiironni tokko tokko dubartii waliin sex yoo raawwatan illee akka masturbation sanitti fedhii ba'uu hin danda'u. Sababni isaas yeroo masturbation rukuttu harka kee akka barbaaddetti lafistee jabeessita; garuu naf-saalli dubaraa tokkicha bal'annaan duubatti hin deebi'u. Qaamni dhiira waan jabaatee qabu keessa yoo lolloo'e fedhii ba'uu danda'a. Naf-saalli dubaraa bal'annaan fedhii dhiiraa hir'isa.
β Gonkumaa dubartiin fedhii si hin baastu yoo taate, yeroo hunda dubara irra masturbation yaadda yoo taate, hojii kee sirnaan hin hojjattu yoo taate, yoo ofitti amanamummaa dhabde, yoo of jibbite ati araada (suusii) masturbation qabda jechuudha.
β Suusin masturbation suusiwwan akka jimaa, tamboo caala hamaadha. Araada cimaadha. Haaluma salphaadhan akkuma araada biraa yeruma tokkoon dhaabuun ni ulfaata.
β Masturbation fedhii kee ba'achuuf si haa tajaajiluyyuu malee iddoo jaalala dubaraa si bu'uu gonkumaa hin danda'u. Suusii isaa irraa adda ba'uuf yeroo dheeraa fudhachuu danda'a. Namni kaayyoo isaatti ciiche yoomiyyuu mo'ataadha. Fakkeenyaf kan guyyaatti masturbation shan raawwattu yoo taate saditti gadi hir'isi. Yeruma tokkoon dhaabuu hin yaalin. Sex video ilaaluu dhaabi; Sababiin isaas yeroo vidiyicha ilaaltu waan sitti dhaabbatuuf masturbation rawwachuuf fiigda waan ta'eef. Kophummaa hir'isi. Namoota faana oolii buli. Tasayyuu kophaa of hin basin. Dubartoota faana ooluu baay'isi. Itti siqiitii hariiroo kee cimsi. Suuta suuta waa'ee jaalalaa faana hasa'i. Boodarra ofii keetifis jaalala keessa seeni.
ββ’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β
Waan dubbistaniif galatoomaa, share waliif gochu dandeessu.
@Dr_Heeraan
929
Fedhii foonii of irraa baasuu / MASTURBATION ( ONEENUMMAA )
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
kutaa 1ffaa.......
Masturbation jechuun namni tokko matuma isaatiin fedhii foonii isaa ofuma isaatii of baasudha. Masturbation raawwatte jechuun sex goote jechuudha, dhumate. Dhiirota baay'eedhaaf masturbationin gosa walqunnamtii saalaa isa filatamaadha. Dhiira kamiyyu durbummaa isaa kan dursee fudhatu dubartii osoo hin taane masturbation dha. Goonkumaa masturbation raawwadhee hin beeku dhiirri jedhu yoo jiraate sobduudha. Masturbation yeroo tokko tokko involuntary action ( gocha fedhii malee ) ta'uu waan danda'uuf tokkoon tokkoon gola dhiirotaa sakatta'uu hin oolle.
Masturbation sababa maalif raawwatama?
Dubartii na kadhuu baayistu waliin yeroo ofii gubuurra sammuutti ishii yaadaa harkuma ofiitin shakashakuun salphachuu hin oolle. Eenyuyyuu sagadaa oolurra masturbation salphaa fi saffisaadha. Kara biraa namni muuxannoo masurbation qabu gaafa dubartii waliin sex raawwatu carraa irra turuu qaba. Intala guyyaa karaatti argee dharra'e galgala boraatii fi harka isaa fayyadamee kan intala guyyaa qilleensa irratti haammatee of gammachiisu gara hin qabu. Dhiira dubartii mana buna hojjattu waliin ciisuu sodaatuf masturbation qoricha filatamaadha. Kan niitin hojiidhaf irraa fagaattee deemtes dubartii biraa waliin ciisurra niituma isaa sammuutti yaadaa kan of gammachiisu dhirsi niitif amanamu hin dhabamu. Dargageessi sex film laalaa oolee masturbation guyyaatti yeroo meeqa kan tumaa oolu manni haa lakkaa'u. Namichi waajiratti dubartii waliin hojjatus kajeelee hojii hiikee qaamasaa sukkuumaa oolus xiqqoo miti. Yoo niitin fedhii isa baasuu didde yookin raawwachuu didde kan masturbation fayyadamee of qabbaneessus guute. Walumaa gala dhiirri parsantii 95%, Dubartiin parsantii 75% ol jiruuf jireenya isaanii keessatti masturbation akka raawwatan research haayyotan geggefame ni mul'isa.
Masturbation raawwachuun rakkoo qabaa?
Namni masturbation raawwatu "mataasatu moluu ta'a, kanseriin qabama, barruutti dabbasaan marga, qaamni saalaa isaa akka qoncooru godha, amala nama homosex raawaatuuti, hojii seexanaati, ija nama balleessa, fuulatti bugurii fida, nama maraacha, fi k.k.f" jedhanii warri jechamoota akkasii odeessan oduu bira darbee ragaa 0.01% hin qabu. Yeroon kana jedhu immoo rakkoo homaa hin qabu ammuma dhiitee bariitu irraa gadi hin taa'in jechuu koo miti. Wanti humnaa ol baay'aatee raawwatamu kamiyyuu rakkoo hin dhabu. Yeruma hunda masturbation kan rukuttu yoo taate carraa dubartii waliin wal qunnamuuf qabdu of jalaa gubaa jirta. Dubartii waliin walitti hin siqxu yoo taate immoo isaan waliin walii galuuf ni rakkatta. Hariiron shamarree waliin qabdu yoo xiqqate immoo ofitti amanamummaa kee dhabuu dandeessa. Kunimmoo rakkoo xiinsammuu uumuu danda'a. Cinqii keessa si galchuun akka of jibbitu si gochuu danda'a. Masturbation yoo baayiste hormoonin testrone kee hir'achuu danda'a. Hormoonin testrone hir'annaan immoo fedhiin kee hir'achuu danda'a. Fakeenyaf guyyaa masturbation tumaa ooltee galgala hiriyoonni kee mana bashaannanaa si fudhanii deemani, achitti shamarran babareeddu yoo agarterre fedhiin kee du'ee waan jiruuf yeroo hiriyoonni kee isaan harka qabatanii sirban ati osuma homaa hin jedhin deebitee manatti galta. Manatti galteemmo isa agartee galte san harkuma keetin tumta......
Kutaa 2ffaa.. itti fufa.
Share waliif gochuu dandeessu.
@Dr_Heeraan
929
Repost from Ayyuu Tube
Walqunnamtii Saalaa Yeroo Laguu.
ββ’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β
Dhiirri jaalallee/haadha warraa isaa sirritti jaallatu yeroo isheen laguurra jirtu wal quunnamtii saalaa wajjin raawwata. Hammam akka ishee jaallatu ragaa ba'aaf. Osoo itti hin boonne haadha manaa isaa waliin yeroo laguu wal quunnamtii saalaa dhiirri raawwatu dhiira miira isaatiif osoo hin taane jaalallee/haadha warraa isaatiif yaadudha.
β Faayidaa wal quunnamtii saalaa yeroo laguu:......
Hidhaa gadiidhaan seenaa marsariitii keenyarraa dubbisaa.
πππππ
https://bit.ly/3FYycXK
https://bit.ly/3FYycXK
https://bit.ly/3FYycXK
929
Repost from Ayyuu Tube
Lakkoofsa bilbilaa jaalallee kee galchuu qofaan qofaan bakka inni ykn isheen jirtu beekuun danda'ameera.
Akkamitti kan jedhuu fi itti galchitanii ilaaluuf Ammuma liinkii gadiin seenaa ilaalaa.
As tuqaa ilaalaa.
ππππππππ
https://bit.ly/3GInwNQ
929
Repost from Ayyuu Tube
Game garaagaraa taphachuu fi Survey tokko tokko dalaguun maallaqni guddaan nii argama.
Amma game taphachuu qofaan, Torbanitti Dollar $100 hamma $180 fi Sanaan Ol Dalaguu akkamitti akka dandeessan isiniif barreesseen jira. Kana jechuun ji'atti yoo xiqqaate, $400 jechuudha, kunimmoo qarshii ethiopiatti yeroo ammaa kana naannoo qarshii 21,000 dha.
Guutuu isaaf liinkii gadii tuquun dubbisa, fayyadamaa.
ππππππππ
https://bit.ly/3gCKlI6
https://bit.ly/3gCKlI6
929
Repost from Ayyuu Tube
Jaallattoota Fiilmii Fi Diraamaa, akkasuma Midea adda addaaf baga gammaddan jechaa.
Appiin kun Appilikeeshinii Bashananaaf ta'u akka addunyaatti filatamaa ta'ee fi Bilbila Android irratti kan hojjetudha.
Appiin kun dura fiilmota hunda kaffaltii kaffaluun achi irraa daawwachaa kan turre, amma garuu kaffaltii hunda cufe jira bilisaan akkaa ilalluuf haala mijeessaniiru.
Wanti namatti tolu Fiilmota Youtube fi social media kaan irratti hin argamne hunduu as jalatti argamu! Kana malee Qophiilee TV dhaan Darban Hunda appii kana gargaaramuun fayyadamuu dandeenya. Fakkeenyaaf TV Midea biyya keessaa fi alaa kan akka OBN, OMN, ONN, EBS, Midea Amantaa fi midea biyyoota alaa Kan akka MBC Action, MBC Bollywood, Al Jazzera, BBC fi kkf as irraa bilisaan daawwachuu dandeenya. Fiilmii fi Media hunda Tolan bantani ilaalu dandeessu, Appiin kun Beeksisaa hin qabu.
appii kana argachuuf Liinkii kana tuquun buufadhaa.
πππππππππππ
https://bit.ly/3slLdmV
https://bit.ly/3slLdmV
929
Repost from Ayyuu Tube
Wow Barreeffama dubbisuu qofaan qarshii argachuun akka danda'amu beektuu?
Oduu interneti irratti maxxanfame dubbisuu duwwaan Guyyaatti dollar $200 fi sanaan ol hojjechuu dandeessu.
Akkamitti kan jedhuu fi haala fayyadama isaa liinkii gadiin tuquun dubbisaa.
πππππππππ
https://bit.ly/3TBqLdb
https://bit.ly/3TBqLdb
