Dhamdhama Jaalalaa🥰♥️🔥
Open in Telegram
Walaloo Jaalalaa, jechoota Jaalalaa akkasumaas, suuraawwan Jaalalaa, asoosama Jaalalaa gaggabaaboo, muuziqaawwan Jaalalaas dabalatee, ergaawwan Jaalalaa isin biraan geenya. #Dhamdhama_Jaalalaa
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
854
Subscribers
No data24 hours
+107 days
+2730 days
Posts Archive
Jaalalli fageenyaan Kan inni hin daangofne, Konkolaataa cimaa Onnee jedhamu waan seenuu fi
Konkolaachisaa amanamummaa jedhamuun waan gaggeeffamuufi.
Happy fathers day😍
My DAD long live!
😍DAD is like the star that shine when nothing is can't light!
Hi hi akkam nagaa jirtuu maatiin kiyya kan fb dhaan na beektan amma immoo gama Telegram'n dhufeen jira channel kiyya kana follow godhaa hirriyyoota keessaniif share gochuunis biraan naaf gahaa
