cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

mil'uu Boruu

Mil'uu Boruu Yaada keessaan karaa keessa nu biraan gahaa

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
326
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Nan qabin siifan du'aa! Jaalala Koo siif ibsuuf Hanqannaan jechaaf bakki Keessootti utuun gubadhuu Erguma fiddee shakkii! Amanamummaan kiyya Erguma dhabee bu'aa Akkati na amantuuf Nan dhorkin siifan du'aa! Dhugaan si jaalachuukoo Erga hin hubannee ati Lubbuun jiraachuun anaaf Homaa maal qaba gatii? Anoo dhaga'uu dideen Dheekkamsa maatiif firaa Hunda keessaa filadhee Kunoo si waliin jiraa! Gurrikoo si dhaga'ee Ormaaf immoo duuduunsaa Onneen koo siif banamee Ofirratti si muuduunsaa Waamicha kee owwaadhee Sakaalamaa gufuuni Bakkaaf yeroo feetetti An sibira dhufuuni, Ijaan si qofa laalee Kan biraa lagachuuni Suma qofaaf jiraadhee Ofillee dagachuuni! Waanan si jaalluuf malee Narraa qabdaaree 'idaa'? Ijjikee kana argaa Maaliif amanuu didaa? Egaa...... Jaalala jechaa malee Ergan beeknee kan gochaa Hin jiraadhu nan qabin Du'een siif jiruu tolcha! @Share @join
Show all...
FIAS APP pays in Ethiopia! New and great app where you can make money without investing in anything. Join my team in the APP, no matter whether you invest or not, you can get 50Bir for registration (Daily welcome bonus 15Bir) 1: Users do tasks every day. VIP 0: 15 Bir per day VIP 1: 24 Bir per day VIP 2: 84 Bir per day VIP 3: Earn 176 Bir per day VIP 4: Earn 306 Bir per day VIP 5: Get 950 Bir per day NEW MEMBERS https://www.fias77.com/#/pages/register?invite_code=384086&t=1653293630368
Show all...
03:35
Video unavailableShow in Telegram
Liinkii isa sirrii update tahee kannen haaraa galmahuu feetaniif👇Afan oromo tutorials How to register fiass? Akkamitti galmoofna kannen jettaniif video isaa kunoo! Jalqaba link isaa kanaan galtu👇 https://www.fias77.com/#/pages/register?invite_code=384086&t=1653293630368
Show all...
Seeraa Haaraa FIASn gadidhiifame Kabajamtoota miseensota, Akkam jirtu hundaaf platform FIAS miseensoota miliyoona 5 ol qaba. Waajjirri muummee UK keessatti argamu moodeela haaraa platform keenyaa kana qopheessuuf iddoo guddaa kenna. Amma guutummaatti nu deeggarree guddina dhaabbatichaa fi fayyadamtootaa fooyya'aa ta'eef sirreeffama armaan gadii ni goona:Beeksi taatee kanaa:1. Dhaabbatichi dhiheenya kana ajaja qulqullina olaanaa addunyaa haaraa Feesbuukii fi YouTube irraa mallatteessee jira, yeroo ammaa biyyoota fi naannolee addunyaa 86 keessatti viidiyoo uwwiseera. Ammaa booda VIP yeroo fooyyessitan faayidaa fandii walgargaarsaa dhaabbatichaa argachuu dandeessu, VIP2 fooyyessuunis fandii walgargaarsaa keessaa %2 argachuu dandeessu. Fandii walgargaarsaa %3 argachuuf gara VIP3tti ol guddisaa. Gara VIP4tti ol guddachuun, fandii walgargaarsaa keessaa %4 argachuu dandeessu. Gara VIP5tti ol guddachuun fandii walgargaarsaa %5 argadhaa. Erga VIP upgrade godhamee booda faayidaan ofumaan herrega irratti ni galfama.2. Mee fandii guddinaa bal’inaan ibsa: fandii guddinaa keessatti maallaqa galchuun maallaqa baankii keessa galchuu wajjin walqixaErga bilchinaan xumuramee booda, ijoo fi dhala waliin ni baafamuMee akka fakkeenyaatti 10000 fayyadamuun fakkeenyaan haa ibsu:Torban tokkoof kuufama, 10,000 deebi’a 700. Booda torban tokko, 10700birr baasuu dandeessu.Guyyaa 15f galchi, galiin 10000 1500birr dha. Guyyaa 15 booda 11500birr baasuu dandeessu.Guyyaa 30f galchi, 10000 3500 argata, guyyaa 30 booda 13500birr baasuu dandeessuGuyyaa 90 booda, 10,000 deebi'a 19,800. 29800birr guyyaa 90 booda baasuun ni danda'amaDeposit guyyaa 180, galiin 10000 45000. Guyyaa 180 booda birrii 55000 baasuu ni dandeessu3. Tajaajila qulqullina olaanaa fi gahumsa qabu caalaatti isiniif kennuudhaaf gareen teeknikaa FIAS karaalee kaffaltii fooyyessee fi haala gaariin hojjeteera. Karaan kaffaltii haaraan kun doolaara Ameerikaa fi USDT fayyadamuun komishinii walta’iinsaa kaffaluuf ni hojjeta. Miseensonni hundi teessoo boorsaa isaanii qofa hidhuu qabu. Komishinii herrega irraa baasuu.4. Miseensonni USDT fayyadamanii ammaa kaasee VIP upgrade kaffalan maallaqa recharge irratti hir'ina ni argatu Namoonnii gin galmoofne link armaan gadii fayyadaamaa galmaa'aa, kanneen vip hin bitannes bitachuuf karaa keessaan nu qunnaamaa 👉@fiasdnteam galmaa'uuf https://www.fias77.com/#/pages/register?invite_code=384086&t=1653293630368 Haallii galmee yoo isinii hin galle ta'e vidio channel Keenya irratti gaddhiifame hordofuu ni dandeessuu https://t.me/fiasdnteam
Show all...
Show all...
Oduu 24

Barattoonni haaraa bara 2014 yuniversitii saayinsii fi teknoolojii Adaamatti ramadamtan guyyaan seensa yuniversitii ifa ta'eera. Guyyaan galmee itti adeemsifamu Ebla 28 fi 29 /2014 yoo ta'u, Ibsa(Orientation) Ebla 30/2014 ganama sa'aatii 2:30 irraa eegale kennama. Guyyaan barumsi itti eegalu fi adabbii galmee Caamsaa 1/2014 ta'uu ibsameera. Barattoonni haaraa yeroo galmeef dhuftan:- 1ffaa - Ragaa barnoota orijinaalaa fi koppii 👉 Waraqaa ragaa 10 fi 12 👉 Tiraaniskiriptii 9-12 2ffaa- Suura 4 kan size passporti 3ffaa- Ansoola fi baanaa 4ffaa- uffata fi kophee ispoortii qabdani akka dhuftan jedhameera. #Share @Oduu24

See More
our website
እንኳን ወደ ኢትዮ ቴሌኮም / የቴሌብር አገልግሎት በሰላም መጡ‼️ 💬 ይህ በ ኢትዮ ቴሌኮም አዘጋጅነት የቴሌብር አገልግሎት አጠቃቀም ባህል ለማበረታታት የቀረበ የ 1000 ብር የገንዘብ ስጦታ ና የ2GB የሞባይል ጥቅል ስጦታ ነው‼️ የሽልማቱ አሸናፊ ለመሆን ይህን ሊንክ በመጫን ቡቱን በመቀላቀል መመሪያውን ይከተሉ 👇👇 https://t.me/telebirr_robot?start=r0345625257 ተሸላሚዎችን ሊንኩን በመጫን በቴሌግራም ገፃችን ይመልከቱ👇👇 https://t.me/joinchat/1QQbOvBFC504OGFk ይህ የእርስዎ መጋበዣ መልዕክት ነው #SHARE ወይም #FORWARD በማድረግ ውድድሩን ይቀላቀሉ🔻 መልካም እድል 🚀
Show all...
Tele Birr®

🇪🇹🇪🇹🇪🇹ቴሌብር🇪🇹🇪🇹🇪🇹

Start
Join
More Info
safaricom በኢትዮጵያ ያሉ telegram ተጠቃሚዎችን ዕውቅና ለማግኘት ሽልማቶችን አዘጋጅቷል። Fayyadamtoonni Telegram Hubannoo fudhachaa badhaafamaa Badhafamuuf button gadii tuqaa
Show all...
Join now
Badhaafamuuf
Hojii barbaadduu? Eessaa argamaa? Akkamittis argamaa? Kaampaanii guddicha viidiyoo ilaalchisuun..... 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 sign up to get a 10 US Dollar newcomer bonus! I made more than 200 US Dollars by watching the video here, so you can try it. https://easy-dc2.xyz/338567046783 Let you check it pls! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://easy-dc2.xyz/338567046783 it is unbelievable before you see. Kaampaanii guddicha viidiyoo ilaalchisuun..... Waan ajaa'iba, liinkii kan seenuun qofa sirriifi tahuu dhiisuu ofumaan ilaalaa. Garuu, Akkamitti @sin_in or @sin_up goona? duraa duuba gadii kana fayyadamaa? How to @sin_in or @sin_up for 10 dolar bonus. let you use steps bellow. 1. (Sin in) email yoo qabaattan, isumaan seenuu dandeessu jechuudha. As irratti user or pass word error jechuun duubatti isin deebisa ykn seenuu dida. Yoroo kan step 2ffaa fayyadamtu 2. (Sin Up) email haaraa banuu jechuudha. Inni kun karaa salphaadha. 3. Referal attachment kan jedhu @copy gochuun save godhattanii yommuu deebitanii seenuu feetan google search irratti paste gochuun gara watch vidio keessan seentuu jechuudha.
Show all...
🕖💰The easiest way to make money in 2022💰 🕚

I earn over $500 a day without any requirements.