en
Feedback
Hundee Gadaa

Hundee Gadaa

Open in Telegram

👇Kayyoon chanale kanaa inni guddaan afaan Oromoo afaan saba guddaa kana baballisuu fi cimsuf ~karaa barnoota teknooloojii kennina👉Diramaa bashannansisaa Milka'inaa jalalaf Odeeffannoo ispoortii yada keysanif kara @sabastan Nu qunnama.

Show more
240
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
August '24
August '24
+1
in 0 channels
July '24
+3
in 0 channels
Get PRO
June '24
+5
in 0 channels
Get PRO
May '24
+4
in 0 channels
Get PRO
April '24
+2
in 0 channels
Get PRO
March '24
+4
in 0 channels
Get PRO
February '24
+17
in 0 channels
Get PRO
January '24
+25
in 0 channels
Get PRO
December '23
+15
in 0 channels
Get PRO
November '23
+206
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
06 August0
05 August0
04 August0
03 August+1
02 August0
01 August0
Channel Posts
2
Gootota Oromoo seenaan maqaa dhooftu keessaa hayyuu Oromoofi nama amantii kan ta’an Dr. Sheek Mohaammed Rashaad Abdullee. OBN Mudde 25,2016 – Hayyuun Oromoofi abbaan amantii Dr. Sheek Mohaammed Rashaad Abdulleen abbaa isaanii Kabiir Abdullee Kabiir Muummayyaafi haadha isaanii Faaxumaa Shurraa Ahmad irraa bara 1934 godina Harargee lixaa aanaa Gubbaa Qorichaa ganda Laga Arbaatti dhalatan. Seenaan isaaniis ijoollummaatii eegala. Umurii isaanii ijoollummaatti barnoota amantii barachuuf fedhii qabaatanis,fageenya irraan kan ka’e abbaansaanii eeyyamuufii hin dandeenye. ta’us garuu,daa’imni mul’ata fagoo qabu kun duubatti deebi’uu hin barbaanne. Inumaayyuu abbaa isaanii amansiisuun kaayyoo isaanii galmaan ga’achuu danda’an. Bu’aa ba’iifi qormaatilee hedduu booda hawwii barnootaa qabaniifi quuqama afaan Oromoof qaban milkeessuu danda’aniiru gootichi Oromoo hayyuun Afaanii Sheek Mohaammed Rashaad Abdullee. Ijoollummaa isaaniitti falaasama amantii, barnoota amantiifi seerluga afaan Arabaa barataniiru. Bara 1949 umurii isaanii 15tti gara biyyoota Arabaatti imaluun, bara hajjii fudhatan. Sooriyaatti imaluunis, mana barumsaa 'Fatul Islaam' jedhamutti waggaa shan barachuun Muftii ta'anii beekamtii argataniiru. Quuqamni isaan eenyummaa isaaniif qaban ammoo bara 1956tti eegala. Carraa barnootaa argataniin Ijipti Yuunivarsiitii Al-Azhar seenan. Barattoonni biyyoota addaa addaarraa walitti dhufan wayita aadaa, afaaniifi duudhaa isaanii calaqqisiisan Sheek Mohaammed Rashaad Abdullees onnachuu eegalan. “Nutis seenaa himamu qabna, afaan dubbatamu qabna, qubee ittiin qubeessinus qabna. Kanammoo miidiyaan mul'isuu waan barbaannuuf miidiyaa nuuf eeyyamaa,'' jechuun mootummaa Somaaliyaa yeroo sanaas gaafatan. Yuunivarsitii Al-Ahzar irraa bara 1962 qabxii olaanaan eebbisamanii achumatti ramaddiis argatan. Uummata Itiyoophiyaa biyya Ijiipti jiraatan qindeessuunis sirna bulchiinsa yeroo sanaa mormaa turan. Bara 1963ttis Yuunivarsitiin Al-Azhar Sheek Mohaammed Rashaad Abdullee barsiisaa amantii ta’anii akka tajaajilaniif gara Somaaliyaatti erge. Waggaa sadiif abbaa amantii ta’anii erga tajaajilanii boodas, mootummaan Somaaliyaa mana hojii keessa akka hojjetan taasise. Kunimmoo mul’ata isaanii ganamaarratti akka xiyyeeffatan isaan gargaare. Qabsoo hedduu Sheek Mohaammad Rashaadiifi jaallewwan qabsoo isaanii taasisaniin bara 1965tti missiraachoon dhaga’ame. Sagantaan raadiyoo Afaan Oromoo Moqaadishoorraa tamsa’uu eegale. Guddina Afaan Oromoofi aartii Oromoo keessatti goota ga’ee olaanaa ba’atan keessaas adda durummaan eeramu. Bara 1973ttis kitaaba “Furaa Afaan Oromoo” jedhamu qubee Afaan Oromootiin barreessanii uummata qaqqabsiisaniiru. Bara 2009 ttis jireenyi biyya ormaa na ga’a jechuun gara biyya abbaa isaaniitti deebi’an. Gara Itiyoophiyaatti deebi’uunis magaalaa sulula qiinxamaa kan taate magaalaa Adaamaa bakka jireenya isaanii taasisatan. Waggaa afuriif magaalaa Adaamaa erga jiraatanii boodas umurii isaanii 79tti magaalaa Dirre Dhawaatti boqotan. Goota duudhaa, eenyummaa, afaaniifi aadaa Oromoo beeksisuufi guddisuuf hanga lubbuun darbanitti aarsaa guddaa kaffalan; hayyuu Afaanii,nama amantii, Sheek Mohaammad Rashaad, Quraana Afaan Oromootti hiikuufi kitaabilee Afaan Oromoo barreessuun beekamu. Qiddist Taammiruutu qindeesse. Odeeffannoon wayitaawaa bakka jirtanitti akka isin qaqqabuuf, fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa argachuu yoo feetan: Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa?sub_confirmation=1 Feesbuukii OBN Afaan Oromoo: http://facebook.com/OBNAfaanoromo Feesbuukii OBN Horn of Africa : https://www.facebook.com/OBNHornofAfrica Feesbuukii OBN Afaan Amaaraa:- http://facebook.com/OBNAmharic Feesbuukii OBN Afaan Ingilizii:- http://facebook.com/OBNEnglish Tiktok : https://www.tiktok.com/@obncyber Tiwiiterii: https://twitter.com/OBNoromiyaa Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/ Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa. OBN Sagalee Uummataa @Sabastan @Sabastan
0
3
TEENYA OLUMA🔴🔴 ■ Leenjisan keenya, hogganaan keenya, Abbaan jaalalaa, kennaa ardiin jarman 🇩🇪 biqilchitee nuuf kennite ba+3
TEENYA OLUMA🔴🔴 ■ Leenjisan keenya, hogganaan keenya, Abbaan jaalalaa, kennaa ardiin jarman 🇩🇪 biqilchitee nuuf kennite badhaasa leenjisaa cimaa ji'a dabreetiif kaadhimamee. ■ Ijoolleen teenya warqiin barana nutti makamte ilma warra jaappaan 🇯🇵 fi Argentiinaa 🇦🇷 gooliin isaan tapha tokko irratti galchan goolii filatamtuu ji'aatiif kadhimamte. ■ Taphataan keenya, ka isa ibsuuf jecha hin arganne, ilma keenya kan nurraa dhalate, ka alaa nuttin dabalamin ka nu keessatti dhalate Ilmi warra england TRENT ALEXANDER ARNOLD taphataa cimaa ji'aatiif kaadhimame. Hunda keessaniifu carraa gaarii!🔴 ❤akkan an itti isin jaaladhu dhiisa anumaaf haa hafu garuu isinin jaaladha!❤
0
4
✅Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee 20ffaa. 📬Sanbata 09:30 🔰 Lutoon Cheelsii waliin 12:00 🔰 Astonvilaa Barniley waliin 12:00 🔰 Paalas Bireentfoord waliin 12:00 🔰 Maan Siitii Sheefild waliin 12:00 🔰 Wolviis Everteen waliin 02:30 🔰 Nootinghaam Maan Yunaaytiid waliin 📬Dilbata 11:00 🔰 Fulhaam Arsenaal waliin 11:00 🔰 Tootenhaam Bornmaawuz waliin 📬Wiixata 05:00 🔰 Livarpuul Niwkastil waliin 📬Kibxataa 04:30 🔰 Westhaam Biraayteen waliin @sabastan @sabastan @wanoo12 @wanoo12
0
5
Hiriirri keenya kana fakkaata! Warqiin warra portugal Diago jotan deebi'eera. baga deebite qaalii koo! Carraa gaarii Diddiimo
Hiriirri keenya kana fakkaata! Warqiin warra portugal Diago jotan deebi'eera. baga deebite qaalii koo! Carraa gaarii Diddiimotaaf🔴 ❤YNWA❤
0
6
No text...
0
7
🔴GUYYAA TAPHAA🔴 Burnley 🆚️ Liverpool 🏟️ Turf Moor Stadium 🏆Premier league torbee 19ffaa ⌚Har'a 🇪🇹 02:30 ⛳Abbaan Poul T
🔴GUYYAA TAPHAA🔴 Burnley 🆚️ Liverpool 🏟️ Turf Moor Stadium 🏆Premier league torbee 19ffaa ⌚Har'a 🇪🇹 02:30 ⛳Abbaan Poul Tierney 📽 VAR :- Simon Hooper Abbootiin murtii kun naaf hin taane garuu samiin tahus dachiin tahus nuti qabxii 3n barbaanna! Liivee keenyaaf carraa gaarii!! 🔴 I ❤ YOU REDS🔴
0
8
🔴TAPHA ITTI AANU🔴 Burnley 🆚️ Liverpool 🏟️ Turf Moor Stadium 🏆Premier league torbee 19ffaa ⌚Kibxata 🇪🇹 02:30 ⛳Abbaan se
🔴TAPHA ITTI AANU🔴 Burnley 🆚️ Liverpool 🏟️ Turf Moor Stadium 🏆Premier league torbee 19ffaa ⌚Kibxata 🇪🇹 02:30 ⛳Abbaan seeraa : Poul Tierney ✅Premier League England torbee 19ffaan mootiin England Liivarpuul dirreen ala kilaba Vincent Kompany Burnley waliin morkata. ✅Liivarpuul qabxii 39"n 2ffaa, Burnley'n qabxii 11 walitti qabatee sadarkaa 19ffaa irra taa'anii Walitti dhufu. ✅Barnileen Turf Moor irratti Liivarpuuliin erga injifatee waggootni 8 darbanii jiru. ❌Thiago Alcantara, Stefan Bajecitic, Andrew Robertson, Joel Matip, Alexis Mac Allister, Ben Doak, Kostas Tsimikas fi Diyaagoo Jootaan taphattoota Liivarpuul sababa miidhamaa tapha kanarratti hin argamneedha. Liivee keenyaaf carraa gaarii!! 🔴 ❤❤❤YNWA ❤❤❤
0
9
❌ Taaphattoota keenya miidhama qaban. ■ Thiago Alcantara ■ Stefan Bajcetic ■ Andy Robertson ■ Diogo Jota ■ Joel Matip ■ Alexi
❌ Taaphattoota keenya miidhama qaban. ■ Thiago Alcantara ■ Stefan Bajcetic ■ Andy Robertson ■ Diogo Jota ■ Joel Matip ■ Alexis Mac Allister ■ Kostas Tsimikas ■ Luis Diaz Matip fi Thimikias malee hundi isaanii yeroo dhihotti deebi'uun waan hin oolle. dhihaataniiru gaafas garuu gadhee quufte hundaaf xumurameera.
0
10
Tilmaamaa, Badhaafamaa‼️ #Liverpool VS #Arsenal #NB. Yaada barreesitan ‘’edit’’ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu. Namoota
Tilmaamaa, Badhaafamaa‼️       #Liverpool VS #Arsenal #NB. Yaada barreesitan ‘’edit’’ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu. Namoota dursee tilmaamaan 1ffaa hangaa 3ffaa carraa gaarii hundaaf. https://t.mesabastan @wanoo12
0
11
Follow this link to join my WhatsApp group: https://chat.whatsapp.com/KNwnhBOfNRy7jjZGT7jpD9
0
12
Na amani har'a Man United dhiiraafii dhalaadhan dhukkee irraa Jim goona
Na amani har'a Man United dhiiraafii dhalaadhan dhukkee irraa Jim goona
0
13
Taphichi eegaluuf sa'aatii 3 qofaa hafa. Na amani Szoboszlai har'a goolii ni galcha. Darwin nuuneez hat-trick jalqabaa isaa n
Taphichi eegaluuf sa'aatii 3 qofaa hafa. Na amani Szoboszlai har'a goolii ni galcha. Darwin nuuneez hat-trick jalqabaa isaa ni hojjata.
0
14
ANFIELD taphichaaf qophiidha.
ANFIELD taphichaaf qophiidha.
0
15
Ten Haag: "Ni injifanna jedhee amantaa cimaa qaba, garee kanas haala kanaan qopheesseen jira, ni injifanna." "Qulqullina taph
Ten Haag: "Ni injifanna jedhee amantaa cimaa qaba, garee kanas haala kanaan qopheesseen jira, ni injifanna." "Qulqullina taphattoota koo irratti amantaa cimaa qaba. Karoora keenya dirree irratti haala gaariin yoo raawwanne qabxii qabannee waan hin dhufneef hin jiru." Qoosaa waggaa kanaati😂😂 meme of the year😂😂😂😂
0
16
No text...
0
17
Duruu duri inumayyuu har'a miila takkaan dhaabbachuuf saa'aatii qubaan lakkaawwachaa jira Anfield Road 🛑
Duruu duri inumayyuu har'a miila takkaan dhaabbachuuf saa'aatii qubaan lakkaawwachaa jira Anfield Road 🛑
0
18
Saalaahn Old tra foordittii haatrikii hojjete (3)⚽
Saalaahn Old tra foordittii haatrikii hojjete (3)⚽
0
19
No text...
0
20
Akkanatti qindaa'e kunoo Hiriirichi garuu hin baane kuni tilmaama. Garuu kanarraa wanti jijjirramu hedduun hin jiru 🔥 Akkuma
Akkanatti qindaa'e kunoo Hiriirichi garuu hin baane kuni tilmaama. Garuu kanarraa wanti jijjirramu hedduun hin jiru 🔥 Akkuma baheen ni maxansina
0