cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Tokkee tube

Kadhadhaa siniif kennama barbaadaa ni argattu balbala rukutaa isiniif banama Wangeela maatiyoos 7:7 YOUTUBE CHANNEL KANAANIS NU HORDOFAA https://youtube.com/channel/UC8rcsJiVck4_6o6nnPi7Aug

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
189
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Faarfattuu Mihirat Alamuu baga nuuf dhalatte.
Show all...
Repost fromΒ Tajaajila
#Ittin_Leeyya'u Ittin leeyya'uu kanan amanen beekaa Hin ariifadhuu kennaa harkasaan eegaa Ittiinaan tolaa Isa sassaaqqaan koo Karaadhaaf dhugaan Iyyasuus jireenyi koo Argeetan si hubadhee Xibraadoos gamasittii Ati abbaa hundumaa sooraa gabaa shaniitii Amala nama hundaa si qofatu danda'aa Waaqolii hunda keessaa maaltu hamma kee gahaa Maaltu hamma kee gahaa Bari'a lafaa ka'ee gara keetti fiiguun koo Icciitii garaa kootii hiikee sitti himachuun koo Manaa keetti na fiddee yaa waaq situ na tiksee Gooftaa si faarfachuun koo hundaa na dagachiisee Hundumaa na dhiisisee Maalinuu sin qixxeessuu hundarran si foo'adhaa Jaalala keet naaf addaa kanaaf sin maraarfadha Sagantaan koo si qofaa hin karoorsuu kan biraa Manni kees mana kootii gaaddisa bara baraa Galgalli koo si biraa Adddunyaan waa'ee keetiif dhiphatee walnyaakkisaa Innoo ilma Yooseefii tokko raajota keessaa At ija koo naaf bannaan si hubadheera gooftaa Sagalee hunda uumtee ilma waaqa jiraataa Eelshadaayiidhaa gooftaan Ilma waaqa jiraataa Amanu'eeliidhaa gooftaan Ilma waaqa jiraataa Adoonaayiidhaa gooftaan Join godhaa @Kutaa_faaruu @Tajaajila Audio isaa ammoo πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Tajaajila/593
Show all...
Tajaajila

#ittin Leeyya'u Hangafa faarfattootaa Faarfataa Diyaaqoon Firaa'ol Moosisaa @Tajaajila @Kutaa_faaruu

#Hin_Gabaabbatu Hin gabaabbattuu harkisaa ni abdachiisaa Irreen jaalalaa kan gooftaa ciqileen isaa Tiksee cimaadhaa waaqayyoon kan hin raatoofnee Badii sabasaa yoomiyyuu kan hin hawwinee Hin gabaabbatuu harki fayyinaa Kan sin dhiphisuu hin sodaatinaa Irree jaalaalaa sin jiraachisaa Innoon dagaatuu birmaduu isaa Waggoota hedduuf kan dhukkubsatee Matsaaguun ka'ee aalgaa baattatee Eenyuu qaana'ee kan si eeggatee Har'as harki kee yoom gabaabbatee Alaazaar ka'ee boolla buqqisee Abbaan jaalalaa du'a moosisee Kan bara baraa buddeen jireenyaa Medaanaalamiin waaqayyoo keenyaa Fuulaa jaalalaa balaqqeessitee Barruu harka kee nuuf diriirsitee Waanjoo jaalalaan nu kiyyeessitee Lammii saba kee nuun taasiifattee @kutaa_faaruu @tajaajila
Show all...
Hin Gabaabbatuu.mp35.23 MB
Watch "Baadiyyaa biyyakoo biyya dhalootakoo" on YouTube https://youtube.com/shorts/0yLWJYr8DQg?feature=share
Show all...

Watch "Mana amantaa qulqulleettii Arata Maariyam fiichee Salaalee" on YouTube https://youtu.be/YsqyL1XJoQc
Show all...

Watch "baag geessan jenneerra" on YouTube https://youtube.com/shorts/Pgn_1t7hgAo?feature=share
Show all...

Watch "Feenet Katamaa (xiqqoo)" on YouTube https://youtu.be/w6XQlKDsxwM
Show all...

Watch "Mikaa'elii angafa ergamoota" on YouTube https://youtube.com/shorts/8dKyoS6mCs0?feature=share
Show all...
Mikaa'elii angafa ergamoota

Go to the archive of posts
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.