cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

لنغير أنفسنا

AS WR WB SEENA SAHAABOTAA DA'AWAA GAGGABAABAA BIFA BARREEFFAMAATIN,VIDEO,AUDIO FI K,K,F NESHIIDA HAARAWAA BARREFAMA GEBAABA KAN NAMA FAYYADA JENNEE YAADNU ISNIIF DHIHEESSINA INSHA ALLAH ISINIS CHANALI KANA SHARE GOCHUUN GA'EE KEESSAN BA'ADHAA.

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
253
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 #Asoosama gabaabaa ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ ✍by Abdul-Aziz Ahmedin ♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤ @kennaapost @kennaapost Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu..... Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Show all...
Jalqaba irraa dubbisuuf✅
Kutaa 5ffaa ol
Audio isaa dhageeffachuuf▶️
⚫️Guutuu isaa argachuuf✔️
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra. Maarree isinis join godhaa !! Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @imaan0923 qunnamaa!! 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Show all...
⚡Barnoota ⚡
⚡ADDA ADDAA ⚡
⚡Odeeffannoo ⚡
⚡Garaa Garaa ⚡
KAAYYOO UUMAMA ILMA NAMAA
GAMMACHUU ILMA NAMAA
📚 Galaana kitaabaa 📚
⚡ETHIO MUSLIMS ⚡
⚡Buli WBO ⚡
⚡Shamarran Jannataa ⚡
⚡Obbola tube ⚡
⚡Kadija bintu islam ⚡
⚡Gaaddisa islaamaa ⚡
⚡AKIL mohamed ⚡
⚡GIBE MEDIA ⚡
⚡omer habibi ⚡
⚡I am islam first ⚡
⚡QoodaaDubartoota⚡
⚡لنغير أنفسنا ⚡
ICCITII MILKAA'INNAA
KAAYYOO UUMAMA ILMA NAMAA
JIJJIIRAMA JIRUUF JIREENYA
⚡Saphalo Media Network⚡
⚡Islam is light of life
⚡B_islaamummaa⚡
⚡hafiz_jihad⚡
⚡Ehsan_tube⚡
Seenaa duudhaa shanan gibe
⚡Islaamni dhiiga woliiti⚡
⚡Ibnu abbaas ⚡
⚡Amantiin haqaa islaamummadha⚡
⚡MUAZ YAKUB⚡
⚡Ibnu Temam Official⚡
⚡Ibnu temiyaa⚡
⚡Anel-Muslim⚡
⚡Muslim_students ⚡
Galaa sammuu
Gammaddee jiraachuuf
🤳Channel beeksifachuuf ✍️
Qalbii keenya goge Imaanaaf taqwaa dhabee Namnis jiraachuu malee Of yaadachuu dadhabe Qalbiin sodaa dhabnaan Tahuudha gaagura onaa Guddaanis xiqqaa tahee Eegaluudha boona Isa har'aa maleessaa Isa borii yaaduun hafaa Har'a of dagatanii Bor qaana'uun fafaa Tolaa fi rahmata keen Nuuf kenni sodaa jabduu Qalbiikeenya shamshitee Hin taasisin badduu
Show all...
👍
❤️
Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Chaanaalii babbareedaa kanneen join godhaa!!!👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂❤️❤️☂☂
Show all...
Raayyaa A/Maccaa❤️
U.Kaamil Shamsu!!!💜
❤️O M❤️ N❤️
U. Heeydar Kadiir☂
U. Jeeylaan Kadiir🕶
Najjaash Muhamed 💞
Kan online jirtu Ergamaa rabbiiﷺ irratti ti salaawaata buusi👇✍️💗 ﷺﷺﷺ Rabbiin keeyrii Ramadaanni kuni qabu isin haa waffaqu👇
Show all...
Sallallaahu alayhi wosallam jedhaa
ﷺﷺﷺ ﷺﷺﷺ
Assalaamu'aleeykum🌴 Warahamatullahi🌴 wabarakaatuh🌴 ☞★★Akhlaaqa(Aadaaba) islaama♥♥☜ 🌴🌴🌴🌴 💝  🌴🌴🌴🌴 ✔Waan Namatti wal fakkaturra fagaachuu ✔Ija qadi qabachuu ✔Arraba Tiiyffachuu ✔Qaanfii qabaachu ✔Obsa qabaachuu ✔Dhugaa dubbachuu ✔if gadi qabuu (Tawaadu'a)qabaachuu ✔Hamaa fi zanniirraa faggachuu ✔Arjummaa (Nama waa khannatu tahuu) Rabbiin nama Aklaaqa kanaan bareedu nuhaataasisu !!! namoonni ilaalcha gaarii qaban namoota milkaa.an ni laalan garuu laaaluun isaanii itti hinaafuuf ykn miidha isaanii haasawuuf osoo hin tahin muuxannoo irraa fudhachuu Gorsa babbareeda argachuufchu ⤵️🔽🔽🔽🔽🔽
Show all...
🔊KEYRAL-UMMA-TUBE

«Chaanalii Da'waa Fi Barnootaa @Keyralumma @Ibnutemiya6 Page FB👇 like follow gochuuf

https://www.facebook.com/keyralumma

Page Youtube 👇Channel Subscribe godhuuf

https://youtu.be/N18nEwEcoZY

Yaadaaf 👉 @Abuhafs0923

Qalbii keenya goge Imaanaaf taqwaa dhabee Namnis jiraachuu malee Of yaadachuu dadhabe Qalbiin sodaa dhabnaan Tahuudha gaagura onaa Guddaanis xiqqaa tahee Eegaluudha boona Isa har'aa maleessaa Isa borii yaaduun hafaa Har'a of dagatanii Bor qaana'uun fafaa Tolaa fi rahmata keen Nuuf kenni sodaa jabduu Qalbiikeenya shamshitee Hin taasisin badduu
Show all...
👍
❤️
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 #Asoosama gabaabaa ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ ✍by Abdul-Aziz Ahmedin ♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤ @kennaapost @kennaapost Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu..... Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Show all...
Jalqaba irraa dubbisuuf✅
Kutaa 5ffaa ol
Audio isaa dhageeffachuuf▶️
⚫️Guutuu isaa argachuuf✔️
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra. Maarree isinis join godhaa !! Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!! 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Show all...
⚡Barnoota ⚡
⚡ADDA ADDAA ⚡
⚡Odeeffannoo ⚡
⚡Garaa Garaa ⚡
KAAYYOO UUMAMA ILMA NAMAA
GAMMACHUU ILMA NAMAA
📚 Galaana kitaabaa 📚
⚡ETHIO MUSLIMS ⚡
⚡Buli WBO ⚡
⚡Shamarran Jannataa ⚡
⚡Obbola tube ⚡
⚡Kadija bintu islam ⚡
⚡Gaaddisa islaamaa ⚡
⚡AKIL mohamed ⚡
⚡GIBE MEDIA ⚡
⚡omer habibi ⚡
⚡I am islam first ⚡
⚡QoodaaDubartoota⚡
⚡لنغير أنفسنا ⚡
ICCITII MILKAA'INNAA
KAAYYOO UUMAMA ILMA NAMAA
JIJJIIRAMA JIRUUF JIREENYA
⚡Saphalo Media Network⚡
⚡sara Jamal⚡
⚡B_islaamummaa⚡
⚡hafiz_jihad⚡
⚡Ehsan_tube⚡
Seenaa duudhaa shanan gibe
⚡Islaamni dhiiga woliiti⚡
⚡Ibnu abbaas ⚡
⚡Amantiin haqaa islaamummadha⚡
⚡MUAZ YAKUB⚡
⚡Ibnu Temam Official⚡
⚡Ibnu temiyaa⚡
⚡Anel-Muslim⚡
Galaa sammuu
Gammaddee jiraachuuf
🤳Channel beeksifachuuf✍️