770
Subscribers
-424 hours
-57 days
-2530 days
Posts Archive
770
EXIT EXAM’n hanga sa’aatii kanatti hin ifoomne; odeeffannoo jiruun torbee kana hin darbu, Yuunivarsiitileen hedduun Waxabajjii 18 fi 20 barattoota batch kanaa eebbisuuf jiru, kun Exit’dhaan wal qabachuu baatus, bu’aan qorumsa Exit gidduu kana wanta ifoomuuf obsaan eeggadhaa!
Akkuma lakkifameen, PORTAL/WEBSITE ittiin ilaallattan, Server MoE as jala isiniifan kaa'a! Odeeffannoo wayitaawaa dhimma barnootaan wal qabataniifi bu’aa qorumsa kamuu armaan duras isiniif beeksisaa turuun ni beekama.
-Wanti keessani jedhame siniif taahee jira; bu’aan keessan firii dadhabbii keessanii tahus yoo ilaaltanii itti boqottan akka sinitti tolu beekamaadha. Tahus amma lakkifamutti falli qabdan obsaan eeggadhaa!
https://t.me/daditech765
770
Exit exam Breaking news
Har'a galgala ykn boru galgala akka gadhiifamu keessa beektonni dubbatan.
Odeeffannoo ho'ituuf join
👇👇👇👇👇
https://t.me/daditech765
770
+1
✅ Akkaataa tikkeettii Seensa Re-Exam fudhatuuf buufachuu dandeenyu
✅ Tikeetii Seensa link armaan gadii irraa buufachuu dandeessu
✅ Tikeetii Seensa buufachuuf daldala Telebroker isin barbaachisa.
Tarkaanfii 1ffaa: link https://verify.ethernet.edu.et jedhu cuqaasaa
Tarkaanfii 2 : Download your exit entrance ticket jedhu cuqaasaa.
Step 3: If you are second sitter(Re-Exam) cuqaasaa sana booda Telebroker transaction keessan galchaa sana booda download entrance ticket cuqaasuun tikkeettii seensaa mataa keessanii argachuu dandeessu.
@
770
Repost from DADHI TECH
#Update #Exit_Exam #ExitExamRegistration
Beeksisa :- Liinkiin galmee qormaata bahumsaa ykn Exit Exam irra deebiin fudhattanii yeroo ammaa kanatti hojjechaa jira.
Barattoonni kana dura isin dide kunoo amma ilaalaa! Hojjechaa jira.
Link armaan gadiin seenuun wanta isin gaafatu guutaa!
https://exam.ethernet.edu.et/registration
Qormaanni bahumsaa ykn Exit Exam kan Waxabajjii bara 2018 Waxabajjii 2-12 bara 2018 akka kennamu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa ibsuun isaa yaadatama.
Barattoota irra deebiin qormaata kana fudhatan hundaaf share taasisaa!
https://t.me/jecha_hayyuu

Takkaa rakkattee hin beektu taanaan, fira, hiriyaa fi diina kee addaan baafachuun si rakkisa. Rakkoon guddaan jiru hanqina gingilchaa (filter) fi daawwitiiti.
Gingilchaan akka meeshaa wantoota faayidaa qabanii fi hin qabne addaan baafnuuf nu fayyada; daawwitiin ammoo akka wantoota sirriitti ilaalluuf nu gargaarti.
Namni daawwitii hin qabne waanta fuula isaa dura jiru malee waan fuula isaa irra jiruu fi wanta duuba isaa jiru hin argu; akkasumas namni gingilchaa hin qabne, gingilchee osoo irraa hin qulqulleessin, marqatee wajjin nyaata. Fira dhugaatii fi diina isaa harkaa wal make jechuu kooti. Fira baayyee fi hiriyaa hedduu yeroo gammachuu horatta, garuu firaa fi hiriyaan dhugaa yeroo rakkinaa qofa beekkama.
Gingilchaa fi daawwitii sirrii ofii qabaachuu dhabuun jireenya keessatti gatii guddaa si kafalchiisa.
Hub: Kolfaa fi jecha babbareedaa qofaan nama hin madaalin. Gingilchaa fi Daawwitii mataa keetii qabaadhu. Qalbii jechuu kooti.
https://t.me/jecha_hayyuu
770
Jalqabuuf guddaa ta'uu hin qabdu.
Garuu guddaa ta'uuf jalqabuu qabda.
━━━━━━━━━━━
🖌https://t.me/jecha_hayyuu
770
"Jireenya kee namoota biroo dinqisiifachuuf yaaluun hin gubin. Waan jaallattu hojjedhu, waan hojjettu jaalladhu."
━━━━━━━━━━━
https://t.me/jecha_hayyuu
770
Exit exam har'a sa'aatii booda ni ifooma.
Link isaa akkuma gadhiifameen argachuuf channel keenya kana join godhaa
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/jecha_hayyuu
770
#Qormaata Ba' umsaa ( Exit exam)
Qormaanni Bahuu Guraandhala 16 hanga Guraandhala 27, 2018tti kan gaggeeffamu ta’a.
Akkaataa sagantaa Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa baaseen Qormaanni Barnoota Olaanoo ba’uu walakkeessa bara 2018 Guraandhala 16 hanga 27, 2018tti ni gaggeeffama.
Dhaabbileen sagantaa qormaata kanaa barattoota isaanii beeksisaa jiru.
#fypシ゚viralシfypシ゚viralシalシ
770
Gurbaa Tokkotu Ayyaana Cuuphaa kabajuudhaaf Gondar deeme. Yeroo kana Warra Moloksee gadaamii keessa jiraatan duukaa walbara. Hojiin isaanii itti tolee, isaan biratti hafa. Isaanis nyaata kennaniifii gara toorban tokkoo achi tura. Yeroo kana sagalee hin baratamiin wayii gadaamicha kutaa wayii keessaa dhagaha. Innis "sagalichi kan maaliti" jedhee isaan gaafata. Isaanis "Ati moloksee waan hin taaneef, sagalichi kan maalii akka tahe sitti hin himnu" isa jedhu.
Gurbaan sagalichi maal akka tahe baruuf waggaa lamaaf gadaamicha keessa hojii tola ooltummaa hojjachuu itti fufe. Achiin ammas waa'ee sagalichaa isaan gaafate. Isaanis ammas akkuma duraa "Ati moloksee waan hin taaneef, sagalichi kan maalii akka tahe sitti hin himnu" isa jedhu. Sagaleen sun waan qalbii isa hateef sagalichi kan maalii akka tahe baruuf "ammas itti fufee waggaa lamaaf tola ooltummaa yoon hojjadhe natti himuu malu" jedhee gadaamicha keessa hojiiwwan garagaraa hojjachuu itti fufe. Waggaa afur booda deebisee sagalichi kan maalii akka tahe isaan gaafate. Isaanis ammas deebisanii "Ati moloksee waan hin taaneef, sagalichi kan maalii akka tahe sitti hin himnu" isa jedhu.
Gurbaan kanarrahoo jedhee murteessee barumsa moloksummaa barachuuf murteessa. Waggaa sadiif erga barumsa Moloksummaa fi amantaa baratee fixee boodas guyyaan gahee sagantaan qophaa'ee moloksummaan kennamaafii. Gurbaanis gammadee "amma moloksee waanan taheef, sagaleen hin baratamiin sun kan maaliti?" Jedhee gaafata. Isaanis "Amma moloksee waan taateef ofiikee dhaqi, seenii ilaali" jedhanii nama achi keessa isatti argisiisutti kennu.
Namichis gara kutaa dhiphoo keessa isa fudhatee, seene. Kutaan dhiphoo sunis gara kutaa baldhaa tokkotti isaan baase. Dhumarratti kutaa baldhaa sana booda kutaa dhiphoo tokkotti gaafa bahu sagalee hin baratamiin sun kan maalii akka tahe bare. Sagaleen hin baratamiin sun kan maalii akka sitti himuu? Hin himu, sababni isaa ati moloksee waan hin taaneef.😁
Dadhi follow